Uuuuuuuuuuf biya kenya sani. Ama baye jabatera ani haga dubof keso ishoti kuma dhiba lamaf 88 fixe bayen erfadhe amalen gana wan baye hafa Rabbin nuf ha lafisu 😢😢
Baredu fixe walhi yo dhuga tae ako kifli afuri isinu bicu toko Kuma dhiba Lama fi shatama fine jedhani ol kasu qofa Marrtin gana in hidhamne amo ergi jenan dide 😢 aridhan gubata jirata jira du I naf godha
Ani warrii birri ergii manaa sif ijarraa jennan didee wallahii coment ijolle tokko tokkoo dubbiseen ani bagaa didee jedhem💪💪💪😅😅😅😅😅🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿
as we WB bagaa nagayaa jirrate Yoo sifi
mijjata Tae maagala keessati ijaramefi ji'aa keessa ijaramee wajjin post godhii mee galatomi❤
Bolokketti.dhan.kilasin.afur.hamam.fixa.naf.himime❤
Wlhii Mashaalh Mashaalh dha rakasa❤❤❤❤biroo jajabadhuu
Ok akkami jirtaa obbolesaa magaalaa kami iratii hoji gegesitaa garuu ijarisaa mana halaa kami wayaa mee buliketi dhafi dhoqee dhanii
Rakasa walahiii maashallah garu bale meqa manichii
Maasha Allaah rakasa wly
Maashaa Aaallh Jabadhu hedu Namati Toolla
❤❤Mashaa Allah baredaa dha wly
Wawoo dhugaa nati tola gltom gin qorqoroo ballee meeqadha
Mashallaha
dhugadha wahili bayee ulfata 🥰🥰🥰🥰
Mashaallh baredadha ✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Mashala
የት አገር ነው
Wallahi mashallah dha rakasa
Masha Allah nano kamii?
Jabaadhu
Wl wr wb Mashaalla maashallaaa baredadha
Essaa garuu mashaallaha
Mashalla
Wwwwww masha Allah
Mashallah❤❤
Bareeddaa dhugaa ❤❤❤
Masaah Allah ❤❤❤❤❤
bayyee wani xiqoo fixee❤❤❤❤❤
Wl wr wb Masha Allaah Jabadhuu ❤❤❤❤
Qorqoroon isaa arrabaa meeqa??
Nagaan sifii yaa ta'uu bakaa sii ajajenyeettii demtanii nuu ijaruu dandeesuu
kaaa yomi kunii garuu
Uuuuuuuuuuf biya kenya sani. Ama baye jabatera ani haga dubof keso ishoti kuma dhiba lamaf 88 fixe bayen erfadhe amalen gana wan baye hafa Rabbin nuf ha lafisu 😢😢
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Wolahi bicudha ko moo qmale masaratinu amale hin dhumne kuma dhiba shani ol basera wollahi amantanus batan
Yomi
Badiyadhasa
Enamsginalen gobez barta
😂😂😂 Yaa jiruu
Kaa mukani akaan boloketi akamii namaa godhaa uuuuuuuu 😭😭
Dhugaa bayee shagaa
Yarabbi masaraten duwa meqaan hedhamaa😢😢😢
Ani masaratii isa qofa kuma dhibbaf 125 fixe wly🥺🥺
@@Sabirii419 silaa Mal jetu Jara Kenya
Essa esaa aka hojetuu hin mu in dadèèsa dhifamaa walin
Galatomii ishii banana barbade aniii ishiiiii
Ayee mana toko Agaro dha bituni meqa
Madee fiixee dhugaa gudaa mitii gutaa 4 😂 jeetee moo
Lukii meqa?
❤❤❤❤❤❤❤
Wly rakasaan ba e Ani mana lukii 70 birii kumaa dhibaa 200f Kuma sadetaman xumurame
❤❤❤
😔🥺
Rakas ijarame yeroama oso tae jabenya
mana mukani iraju waya mo fero waya
Dhugaa rakasaa
eesssat aragatu ist kana bolkt nu agarisii
Hi
mani luuki meeqa 😢
Galatomi bro
😢 kiyaa lukkiì 40 garaa kummaa dhibbaa 3saddi olli ni fixee ammyyuu gannadha
Kuni gefamuuf ammas kuma dhiba 5ol gafataa
Lukii meqaa?
me na himi
Essa tidhaa kana argamu
wly bareedadha hammana ituu hingahin birri kana basara
Baredu fixe walhi yo dhuga tae ako kifli afuri isinu bicu toko Kuma dhiba Lama fi shatama fine jedhani ol kasu qofa Marrtin gana in hidhamne amo ergi jenan dide 😢 aridhan gubata jirata jira du I naf godha
Laafa qoofaa natimii adaraa
Qorqoro meeqa kun?
Ani boloketidhan olkasani dhabu qofakuma6 fi kuma 38 fixe
Luki meqa manichi
mee kani qorqaroo lukii 35 naa hojedhu
Me blokettidhan nufis ibsume dhugaa
Kana ol itti basera an akkuma kanamo😢
hangaa xumuraa isaati nuti himii
Innolle bareda kutaa 5n taanaan
kanafu furmani Mali muka wayao buluketii cala
Mee qoqoron. 60 muka meqa gafata kilasi meqa taha
Mashaa allah
Masha allah
Mashallah❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤