dhugaa waaqayyo akkumati jette kana na nyaadha garu hin furdadhu malif nati himi na amanu yoo baate suraa kaase sifan erga rakkoo malidha akka ani hin furdane kan nagodhu
Kubiziyuu kan hin argaanee bayaatu jira Lubbuu hundaaf hin mijaatu bakkish akkuma isinitti tole hin dubbattina nu arabsiteem 😅😅😅😅😅😅😅😅kamiifuu galatoomi😍😍😍😍
Malii birii kesaninii bitatanii hinii nyatanii hangaa madamii egadanii kubuzii dhabanee jetanii yaa ijolee biyyaa arabaa jirtanii wanii hundaa kanii dursuu nyataa fi dhugatii ufataa kessanii hinii dhabinaa birii ossoo qabadanii biyatii ergachufii jetanii hangaa rabbii isinii jirachisuu hinii bekatanii wanii ta.efii yoo ufiitii gamadanii jiratanii namanii fi rabbilee isinitii gamadaa kanafuu adunyaa boruu biraa dematuu biraa agabuu hinii jiratinaa guyaa rabbii isinifii dabarsuu isumatuu bekaa birii kesaninii nyataa bitadhaa nyadhaa namaa biraa hinii eginaa madaminii dantaa garaa kettii hinii qabduu hujii ofii malee hundaa kesanuu isinii jaladhaa rabifii jechaa❤❤❤❤❤
Akuma koti hin jedhin nama hundan kubziyuu argachuun woraana 😢
Dhugadha keet😢
😢😢😢😢😢dhugaa ketii
Dhugaa jette giiftii koo
Ayizosh ❤😢
❤❤❤❤❤lubuu
Giifti atii madamii bareedu qabdan seyaa mashaa Alhaa
Wly oboleynii koo amshirii hunduu nii darbaa wly anii osso shayii hin dhuginii hojii osso hojadhuu wly sa.atii misa ykn qadaa gahee Erga taree nyadhaa alhmdulhii fayyaa qabaa garuu ❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuff aniila akuuma keeti 😢😢
Uuufii anu akuma ketii wly oso qusii hin nyane sa atii misa nati gayaa
@@SifanOro-o6w amshirii boruu nuufii daraba ishaa allaah
@@Nesriyaahmed-t3n ufii duriii keenaa ifaa ishaa allaah akantii hin hafniu
Uuuuufffff ani qursiiyu sa'aati torbaa nyaadha😭😭😭😭ati jabaadhuu
Wel ha jajabesinuu obbolaako akiraa❤
Masha aallahi tabarakala rabbii sifi sifesu❤
Uuuuuuuu yaa Rabbii kiyaa manaa annii jiruu kubzii maale wonittii tokkoo hin jiruu saanu qursiin kiyaa sa.aatti misaani darbee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Ok natii tiyaa in nyatii dhuga Nan nyadhaa ara bodaa dhugaa
Suraa isaa nuu kahii mee qalii ❤❤❤❤
Kartonii bitaadhaaa ofitii kaa.a ijoleee madamii kubiziiyuu nuu dhorkateè😢
😂😂😂😂😂
😂😂😂 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐮𝐦𝐚𝐚 𝐣𝐞𝐭𝐞𝐞 𝐟𝐞𝐫𝐞 𝐤𝐚𝐫𝐭𝐨𝐨𝐧😂😂
Galtomii lubuu yanni kee bayee bareedadha🎉🎉🎉🎉🎉
Mee dhisii jalene mitii kubuziyu yero hudaa hin ariganu ishii 😢😢😢
Uuffffff dhuga jetee hadhoko edaa kan akkako rakkate jira😢
😢😢😢dhugaa dhaa
dhugaa waaqayyo akkumati jette kana na nyaadha garu hin furdadhu malif nati himi na amanu yoo baate suraa kaase sifan erga rakkoo malidha akka ani hin furdane kan nagodhu
Rakkoo hormonii ketitii lubbuu kanaaf nyateef hin furdatuu dhisteefis hin qalattuu anuu sanumaa ammaa abdii kutee dhisee hin furdadhuu abadaan 🤣🤣🤣
Suuraa isaa nuuf kaa'i lubbu
Masha allah ❤❤
Wly anii uqadhee duu kaee mana madamitii waa godhachuu mitii isa jiruu fudhe nyachuu sodadhaa😢😢😢😢
Eeee miskina wly tan akka tiyaati atis😢😢😢
Haasidiin kushinaa nu guutee esaan godhaanee nyaanaa nu innii cameraa jedhamu sun😢😢
@@siifanjimma9039
Anis akasuma wly shayi yu yo ana dhuga jiru nati dhufte nan rifadha ani hojetadhe nyachu miti 🥲🥲
@@zubaida4197
🥲🥲
@@Nayimalove amshiir waanaan fayyadhaa rabbiin nagayan keessaa nu haa baasuu.
Kubiziyuu kan hin argaanee bayaatu jira Lubbuu hundaaf hin mijaatu bakkish akkuma isinitti tole hin dubbattina nu arabsiteem 😅😅😅😅😅😅😅😅kamiifuu galatoomi😍😍😍😍
Akka biyya arabati mal jedhama????-------?
Dhugaa keetii Habibiiti my love 💕
#Dabba yokiin dalle basuuf homa wantin ani itti fayyadame irra fayyida argadhe 1ffaa shufan kan jedhamu kan araboonni shorba irra hojjettan isafi muzii annan walitti daktanii ganama qursii issa qofa fayyadama wanta bira garuu hin nyaatina dabalatan bishaan dhugaa akka garaan sinitti hin guddanne achuman annis akkan gadii bahe hojedhuu subscribe#godha najabessa qashtoch❤❤❤❤
Mashaa allaa ❤🎉
Maa kunii qamadii jarii irisii godhan sani fakataa hundafu jaraben lala mee❤
Maasha alaah❤
ok 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wlh ruziiyuu Akka namaa wa,atutiin sodadhaaa nyadhaa😢😢
Wayyo Ani Wan barbaade nyadha wallah alhamdulilay
Me.ol.kahii..wal.sobun.malif.barbachisee.garuu❓🤔❓❓🤔
kkkk 😂
😂😂😂
Kkkkkkkkk
Anile kanumaa jedhee mee oli ka ii
😂😂
Kana hunda kophuma fixxee?
An siichin furdadhaa jedhen sodaataara Hammalle bayeen furdanne😅 hin fedhu furdina baayyee
akka kotii atii 😂😂😂😂
Maalii hasyaa kee homaa argtnii hin nyatinaa jetaa ajibaa qabdaa
Dhugadhaa❤❤❤❤
Dhuga raabiii aniii ganamaa akuumaan ka,ee nes kaafee qofaan dhugaa akasumaanaan ojiraa olaa galgalaa ykn guyaa saduchiii wayiii ykn kobiisaas ta,uu naan nyadaa ykn imooo salataa sanaan bodaa akasuumaanaan olaa ruziiis araa yoon nyadhee boruu danda,ee in nyadhuu yoon nyadhees ojiii danda,ee in ojidhuu galataa waqayooo garuu araas genyee qaqalaanuus
Anii furdinaa kanaa jiberaa kiloo 82 ta.era ufataa babalaa ufadhaa malee shepilee akkasima guddaa qabaa waan qadhadhuni natii himii
Mashallah ana dura like 👍 👌 😍 ❤❤❤sifa godhee
Dabbaa qofaa nama caluu hin fenuu 😊
Xiqqafi Guddaan Wanuma Dabba Kana Hassayaa Maali Sillaa Imaa Nyannaa immaa Dhugnaa Kaa Gudatuu Garree 😅😅😅😂😂😂😂
Dhugaa suura kee nati hin fakkaane garu mee ol Ka'i si laalaa😅😅😅😅😅
Isa uduti kawatan.sana fakata wal sobun kun malif barbachise me 😅😅😅
Dhiraa furidinaa lalee na jallatuu hin fedhuu natahafuu abasaa
Mana an dalagu kubusi nu hin jiruu kana dhisi ani misaa qofa yon argadhe nyadhe dalaga jiraa wly uqadhe duhuf 🥹
Ansii akkumaa keti rabbii kubuzii qofaa nyadhaa uuffi😢😢😢😢
Ijolee hin qabdu namitin tee hin fiduu isani nyata
Lubbuu❤❤ani❤heeduu sii❤jaladhaa
Wallahi videon ati gadhiftu hundinu mashalla dha
Inni ufaata dima kun natti baredaa filannoo kotti anis akkasuma amma
Rabumtii nuhaa barechu mallee essa funaa dallee kan hin qabne kubuzinu namati birqahera mani orma inuman hojadhen issanif irraa sorradha😢
Dhugaa aniyuu fayadamee.tuuree dabaa dayee basee jiraa
𝐀𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐟𝐚𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐦𝐭𝐞𝐞 𝐥𝐮𝐛𝐮𝐮 𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐧𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐬𝐞𝐞😂😂😂😂
Mashaa Allaah
Mashalaa in jiruu manaa kanaa
Madaamin takka takka hamtuudha mee dhiisi 😢😢😢
Suraa kee mittii😂😂😂
Anis shaakeen jira suriichaa😂😂
Maashala dhugaa taanini baareda
Anaanii maalii ittii naqattaa Anaan hoolaatimoo akkami addaa baasimee asihoo Anaan sa'aa iddoo hunddaa mitii hoolootaa qofaa
❤❤❤❤❤❤❤ Masha allha Masha allha Masha allha
Madamiin nutti hin dhiftuu ati qaladaaa😂😂😂😂😂😂
😂😂😂
😂😂😂😂😂dhuga ketii😂😂
Me ol ka.ii ani hin Amanu udduu sun hama ketuma jete wal sobu kun malif barbachise Misoo😂😂😂😂😂😂😂😂
Giftii tiyaa Galtomii ❤❤🎉
Jilbaa gadi hin furdattuu isini izboonjii udduutti dirattani nama ashooftuu argaa keessan yo furdatte arafaati qalamtaa rakkattee??
Masha'allah ❤️
Anii naanan hin jaladhuu uuuuf 😊
Ruza argachuun naa rakkise habibiti dhisi mee
Ayizoshi 😢❤fayyaa ta,uu WAn gudadha tuni Ni qaladii😊
3:08 3:17 Garuu mana nama keesatii akamiti nyaachun namatii tolaa anii argadhuu nyadhee dhabuu dhisa birii kiyyanu bitadhee nyachuu qanfadhaa.niqalada attii
Akaa riiwshoo jedhan Sana hasaa hin bayeesiin namnii siin dawatu Wan fiide muliisi takatuu deemii
😂😂😂
Galatoomi Aniis Nii Fayadamaa Galuuf Batii 7 Naa hafaa inshaa Allaah
Atii naaf Tate gafaa gala dhihanne if tajajila
Ana ji'a 3 na hafe😢nyata aknt hin argdhu akmi godhi😢
anii dabaa hin qabuu 😢 qama hundaa hin qabuu qacuudhaa rabbii jedhii naa debisii manii maqan isaa😢😢😢😢😢
Shufani fi muzii annan wajjin fayyadami ganama ganama
🎉🎉🎉🎉🎉🎉
thankyou
Mashalaa mashalahaa 🎉🎉🎉🎉🎉😊😊😊
Galatoomi ❤❤❤❤
Kaani bocii balesuu nuu fidii❤❤
Ani daba bareda qaba umamumani alhamadurilha woma naciqufi hiqabu
Mani .nama udii walii.qixa.mitii😢😢😢
Qixxaa gogayyuu yeroo nyadhuu dhabee cufaa yeroo argadhee kanaa hojadhaa ayiiiiiiii caamaa gaariii banee akkumaa ati jettee taneekaa 😢😢😢😢😢😢😢😢
👍👍👍👍👍♥️
😢😢😢😢Aniikubziiyuu
HnArgadhuu😢😢😢😢😢
Ano guyya tokko nadhe 😢bayee naa dhukkube😢😢malif akka tadhe hin beku
Ol dhabadhu nuu agarsisii
Dhuga keti sura hin amannu😂
@@Amna-z6j akas Kun Mitre sah
ummanii komenti marate vidiyoo itti anu olii ka,ii mee nu warabii
Wawoo
Atu lakofs 1fakata ma sobda 😅😅duban isboji😊
Maaliin godhaa boroo😂😂😂
Waan argannee nyaanna lubbuu madamii mana nu aritii😂😂
Ijoollee oromoo please maatii naaf taha❤😊
Wwwwwjabadhuu tolee qaalii kenyaa🤷🤷🤷🤷🫶🫶🫶🫶🥰🥰🥰🥰
Masha aallah
Sobduuu
Namni hundi hin argaatu
Humaani nyaadhaa erganii dhaladhee nyani nama hin furdisuu
Whlii aniis bayee qaloo 😢😢😢😢😢
Kanaa nyataa jetee hasofataa 😂😂😂😂
Mana madami hin tiyya homtu hin jirani esaa fidee nyadha😢
anii Furdadhee Ergaa Huqadhee shatararii ykn Dabanaa godhee maal gochuu qabaa Akkaa naraa baduuf pls😢😢
Esaa jirata namase
Ka Mallaa furdisu fidi yookin boqoo 😂😂
Inii kun shorbadhaa mo😂❤❤❤
Mee ol kaii sii lalaa shephii kee dhugaa yoo ta'ee Ani boruu ganama egala yoo wani of keysa kayan sani yo kayatuu batee 😂😂😂😂
thanks❤❤❤❤
ayyii ana koshoroon na ajesa jiraa isayyuu birri ken siif jetii madamiin ko kubuziiyyu ijan arge inbeku😭😭😭😭😭
Saaa dhuga ketii
hin sobini kartoni dhaa kun 😂😂
ሀይ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Qodan iti😂nyataa jirtu hin dabara 😅
😅😂sobduu fudhii badii abboo dabban maal naaf godhaa
Anii gaarbuu taafaagii kanaa faayaadaameraa waan tokoyuu naaf hin goonee😢😢😢😢😢
Maali Maali naafi Woyyaa Anaafi Ani yaalee Dadhabee?🥺🥺
😮
Ani takkaa ciree fi irbataa nyaadhee hin beekuu .ganamaa otoon hojii hojedhuu laqannii gahaa .isumaa nyaadheen bulaasii 😢
😢😢😢