Us fardu faraduu walayiii atii kiijiibaadha pirojaktii harayaa eybiisee hixuqiiiin doktor abiyiii abiiyii nama aka jawarifii kan akka keetii kana jiibsanira toollcha walayiiii hatu faraduu
Jawar idea works for Ethiopians.No't for Oromo.Jawar doesn't have any power anymore. His power was Qeero.Qeero is belong to ABO(OLF).TODAY JAWAR CAN'T USE QEERO ANYMORE. ALL JAWAR NAME AND POLITICS ARE FACKE. PP USING JAWAR TO DIVID OROMO. EVERY OROMO MAST UNDERSTAND. JAWAR AND PP TIME IS FINISHED. THEY ALL ARE TRUSH. OBO IS COMING TO CLEAN FROM OROMOIA FOR MARROO.MARROO WILL BE OUR LEADER WE TRUST HIM.WE BELIEVE HIM.HE IS FULL OF OROMOUMA IDEALOGY.HIS ESTAND IS WORK FOR US .OROMIA WILL BE FREE COUNTY TOMORROW. VERY FEW DAYS.THE TIME IS COMING TO MY DREAM OF OROMOIA. THANK YOU.
Bagumaa salphatee ganadhaa kitabaratimoo waa gariyuu hin tanee atimoo salfadhuu ishii balagen isinumaa ajoftuu hin salfatuu abiyii my king hin hinfinaa matakesaniraa jiraa abiyii alliihii
isummaa rabbii nuufi haa tiksuu jawee❤❤❤
Jabadhu jawee❤❤❤❤
Jawwee rabbin isaa ha eguu
Jawar is King of all our all people
Yaa ijoollee teenna akkasittuu asi geettanii akka itti aanuuf ammoo; jabaadhaa isiniin jennaa.
Jawwee Rabbiin nuuf haa eegu
Galatommi obboleessa kiyya !! Mucaan beekamtumma osoo hin tane walallummaa qaba . Jawar immoo nama gameessa oromooti kanaaf homa miti . Waa'ee warra soddaa kana nuuf fidi mee asiin akkanatti baalissii keessa isaa
I love you jawwee
Dhugaan tanumaa❤❤
King jawee ❤❤❤
Amhaaraa wajjiin mari'achuun humaa hin qabu immoo waa'ee Oromiyaa dabarsanii kennuu irratti Amhaaraa wajjiin mari'achuun abjuu ta'uu isaa hundinuu beekuu qaba.
Jabaadhaa
Dhisii nafixaanyani homaa fiduu❤❤
Jawwee king of king❤❤❤❤❤🎉🎉 Jawwee koo
Glm❤❤❤❤
Mucaan akka gaafii laaqamtuu akkanaatiin waltajjii laaquuf qaama kafaleefii ergeetu duubaan jira kuni shakkii hinqabu
Maa hin kabalina janjooftu tana wallalan walaalumma beekama ergasi qaba
Jawwarin rabbitu ol qabe enuu gadii qabu hin danda,u jaawwe king ❤❤
Kkkk jawar humna mali qaba😂😂
Jawee kooo❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Gurba sana rukutamu qaba Garu an degara jawar mitii Garu jawar nama bekumsa adda qabudha nama qabso Oromo keessatii shora olana taphatedha
❤❤❤
Jawaar oromo jajabduu wanna qabuuf gargaarsaa lamii bira hinbarbaaduu yee
Masay gazexesa mitii sirreesi ! Odeessaaf gaazexeessaan ardii sami. Gazexeesaan Kabaja ! Odeeysituun Oduu Oduun Harraba Kanuma !
Hollaa gowaa samuun duwwaadha gurbichii
1ffaaa Rabbiin wajjiin jira 2ffaa saba bal,aa mil 70 ol uf duubaa qaba!@
Hangaa mucaa kana kaa naa gubee hin jiruu wlh 😢
Saree Juwaar maaltu si gubee
Jawar dhugaa isati maraata fi saree duura figaan waan tahef !!
Oromiyaan tan oromooti 100%
Jawar mamad masemokonon nafxenya
🎉
Jawaar tokko mitii jawaar 100 wajjin osoo waligalanii WBO fi saba oromoo wajjin walii galuubaannaan habadan waan tokko hin fidan
Jawariifi fanon waliin hallayyaa haa seenan
Kan fannoon walitti firummaa qabu kan sirna fannoo ummata oromoorratti fi'uu barbaadu jawaar osoo hintaane Namittii Abiyyii jedhamtuudha Abiyyii fi jaladeemtuun isaa sirna deemaniinii wajjiin hallayyaa akka seenan shakkii hinqabnu
Salphina salphina hanganuma kiiloon jawaar keessanii
Us fardu faraduu walayiii atii kiijiibaadha pirojaktii harayaa eybiisee hixuqiiiin doktor abiyiii abiiyii nama aka jawarifii kan akka keetii kana jiibsanira toollcha walayiiii hatu faraduu
Joween jima'a qama'a ?
...........
Jimaan inni qama"a gosa kami?
Kana waayee namicha dabeessa mataa guduruu kanaa isinis ajandaa gochuu dhiisaa wallaalaa akkanaa ignore gochuu wayya
Jawar amharaa waliin jiraa
Oromiya irrti waliin mariyachuun hin danda’amu
Akanatii abiyii jijiran ni beytaa
Jowaar Ka eeguu umataa malee ini if eguu hin Dada uu
Kkkk jawwari kana in qeebalau oromotu fana jira fanno walin mariin in jiru kkkk😅😅😅
warri baleetu quba hin qaban partii male
Jolleen bozonee tun jawar irraa maalfeeti
Mucaan kun doofummaa qaba male waa humaa miti
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😢😢🎉🎉🎉🎉
Jawar yaadni isaa oromoo kutaan qooduudha
Yaada takkasii irraatti hin arkine mee fakkeenyaaf tokko fidi asuman 😢
Salami
Dhuga kophaa demuu hin qabu jawar kophaa demaa jira hayyoota qabachùu qaba
Dhugaa ketii gowan kuni
Ok
Fano wjini akinsfine jawr adara
Maarree rabbitu nuu tole jawhar Mesay Mekonninfaa ( amaaraa)Wollin tahe Abiyiin achirraa buusee jaraa Wollin humna hawwan san fudhatani biyya teenya Amerika yookaa Europa gocjuu dandahanii .
Sobdu. Gaafa "faannon nagaa barbaada " jedhe of ajjese juwaar. Namni faanno fira godhate diina oromooti irratti qabsoofna!!!
Oromoon deeggatsa eenyuutu hin feenu .achumatti
Doggy dog world je’e jirasa 😅😊 mucaanis hoji qaba bekkii
Kokkee maali qabe?book tour moo qarshii kadhachaa?
Kkkkk. Mootummaan. Atiifii jawaar dhuufuu kanaaf muddamuu dhiisii. TPLF ii waan hundda hidhattee Shanee fii fakkaattota eshee jawaariin dabalate baqqalaa garbaa tii diqaaLaa Akka keetii hundda. Walittiqabatee Hudduu isin Salee Likkiitti isin deebisee isinitti garsiisee turee Kkkkk
Jinnii woyiidhaa, galtuu
gadii gargala finfinnee tan oromoti dhiigaa saba keenatu keessaati jigeerra bee qosaan hin dhiigaa ilmaan oromoo irratti kanaafi jawaari bineeyyii kanini haa egatuu
Warii faalaa keenya ta'an wajjiin Jawar siruma dubbachu hin qabu. Tooftan mirga Oromoo samufi.
Yaa Oromoo gurbati, saree maratuu tana balalefadh. Dugda ishii mura!
Gurbatii gandara deemte kadhtu ergaa wayy'ii qabaati ta'a. Kanafuu galmee guracha keessati qabadha.
Maarattuu awroophaa?
😂❤❤
Jawaar miiraan malee yaadaan deemuu dhiiseef dibbee rukutuuf jecha dhugaa jiru hindabsinaa. Buufanni xayyaaraa Roobee kan gaafa wayyaanee guutmatti cufamee hojiin ala tahee tureetu wagaa 4n dabran keessatti hojjatamee hojii eegale. Pirojektiin naannoo somaaleetis walfakkaataadha. Kanaafu Jawaar Oromoo xiqqeessee diina Oromoon akka lafa tanarraa baddu hawwutti gale jala eegee dhaabuuf jecha dhugaa hindabsinaa.
Hattuudha
Hin barbaannu warrattima budaasana waliin
Bagumaa gurbaani jawarin book betuu jechuu dhuftemoo qeroo jirtuu jechuu dhufitee jedhe suni Arsii ta'ee utuu kutaa birraa ta'ee silaa ummani gaduummaa Dhani Wal fixeeyu 😂😂😂
Gowwaa
Kuni dadhabina sekiretar ti
Baga rabbiin johar salphise alhmdulillh yaa rabbiikoo😊😊😊😊😊😊😊❤❤❤❤❤❤
🤫🤫🤫🤫🤫🤫
Us furii
@@tememamusa4762 baga rabbiin qullaa isa dhaabe alhmdulillh gubadhaa😅😅😅😅🤣🤣🤣
Muchaan waa fudhateet dhufee .
Jawar jalqaba Qee.ee oromo kessatti jarmaa ofii hayyoota wajjiin mari.achuu warra amaraa wajjiin osoo hin ta.in wbo abo kfo wajjìin ta.uu qabu jalqaba
Gurreereeeeee bahiiiii najisaa
Jowar nonno Oromiya ta Oromoo qofa miti kan ju,u ni amana ÿoo ango arkate kanaf ragaan isuma jowari yero Bardar deemeture dubbate akka Amari Caffee Oromiya kessa tessuma arkatu akka qaban ittihime ture kanarra isanis shakii hinqaban
fanooni bineessaa maltu jaraa Amanaa?*
😂😂😂😂😂
Jawar idea works for Ethiopians.No't for Oromo.Jawar doesn't have any power anymore. His power was Qeero.Qeero is belong to ABO(OLF).TODAY JAWAR CAN'T USE QEERO ANYMORE. ALL JAWAR NAME AND POLITICS ARE FACKE. PP USING JAWAR TO DIVID OROMO. EVERY OROMO MAST UNDERSTAND. JAWAR AND PP TIME IS FINISHED. THEY ALL ARE TRUSH. OBO IS COMING TO CLEAN FROM OROMOIA FOR MARROO.MARROO WILL BE OUR LEADER WE TRUST HIM.WE BELIEVE HIM.HE IS FULL OF OROMOUMA IDEALOGY.HIS ESTAND IS WORK FOR US .OROMIA WILL BE FREE COUNTY TOMORROW. VERY FEW DAYS.THE TIME IS COMING TO MY DREAM OF OROMOIA.
THANK YOU.
Kun abjuudha
😂😂😂
Oromo ko matti na ta,aa
Muchaasan.eydduun.tufattee.jawee.duradhaqe.muchaan.gawaankun
Kkkkkkkk if salaa jedhiin fannoo
Tunii dhoqqeen maalgooti
Bagumaa salphatee ganadhaa kitabaratimoo waa gariyuu hin tanee atimoo salfadhuu ishii balagen isinumaa ajoftuu hin salfatuu abiyii my king hin hinfinaa matakesaniraa jiraa abiyii alliihii
😮😮😮😮😮
Jawaari Oromoof qasaa'urraa oromoo walficiisiisuutu irra caalaf.
Amara.gawaa.hattuun.maalhaasofti
❤❤❤