Dr naf deebisa Ani waggaa 20 hin gunnee garuu ilkaan haadhoo amma ilkan 3 buuqiseera ammasi mo haadhoo ilkan ko hundii urateera buqisuuf ni soddadhee dhiisuf uratee dhumaa jiraa qorichisa mali anii biyyaa keessa jiruu jarrii bira jirulee mana yaala na hin geessani yo qoricha naf bitamee malee me qorichaa naf hiima hadaraa mal akkan fayyadamuu qabuu
😢😢😢😢 sadi ofiin buqa,ee utuu mana yala hin deemin jabadhuti mana yala demiti jari si maramaru yoo bayyee nyatame hin buqisu yoo badaa hin uraammnee moo hamma hafe itti sii gutu anuyuu mana umriin ko hamale digdama hin gune ilkaan ko nadhukubnaan mana yala demmnaan uratera kan biraattii dadarba naan jedhani naf buqisani qorichas naaf kenani hamma alahamdulillhaa fayera
Galatatoma doktor aniyu walahii baye narakisa ilkan umrii waga 7 nadhukubu jamare yero daimuma ira ama garu najala cacaba ini fon kesati afe narakisa baye nadhukuba toko mana yala dhaqe base tokoti nadarbe amas najala cabe maluma gochun danda,a mee doctor amas ini cabe kesi isa baye guracha,e jira 😢😢😢
Thanks Dr Gudeta.. Thats really amazing information
Galatoomi doc
welcome my doctor Thank you your knowledge is very nice
Really appreciate you Dr.Guddee!
Guddaa Guddaa Galatoomaa Doktora keenya Qalii Jabaa dhaa🎉🎉🙏🙏💖💖
Translate to English
Baga nagaan dhuftaan Dr Nafii
woww gentleman dr. gudde fi nafyad.
Ya Dr ofir bayee harakan fira baseti yaro dhera Oson demuu midha jilba fi mudhinn ofirati arke dhisee garuu yonne maname na dhukuba jilbafi mudhi na dhukuu matin kiya naqofa qabanii fudhi jaa,ni garu aka nadhuku hin bekani dawa jilbafi mudhii Afa himi pls RABI ji,ii 😭😭😭😭😭😭
Thanks getu
Ilkaan koo akka suuraa irraa sana na jalaa ta'ee jira
Kaarrun koo na jalaa cufate akkam godhu??
Bagaa naganii dhuftanii anii biyaa arabanii jiraa erganii dhufee ganaa wagaa hin gunee ilkanii lamaa basiseeni jiraa ammaa imoo kanii biratii nadhukubaa jiraa maloo rabifii jedhaa nafii himaa wanii isaa !!!!!! Inii lamataa dhifamaa garuu lupii harkaa kesaa qabaa hojii gudanii gafanii hojedhuu bay'ee nadhukubaa jiraa meshaa madamii manaa kesaa fixee isaa dhugaa maloo maloo falaa nafii himaa adaraa adaraaaaaaa❤❤❤❤❤ doktoro
Lupi madamiti himi hakimi sii geesiti of keesaa basii
Koottuu ilaalamii
@@GaaddiiFmgrs maloo maloo gubadhee sexanumatuu nadukaa dhufee garuu rakoo umaa naratii
@@gudetatadele4992 esatii dhufaa
Anuu ergumaa biyaa arabaa dhufee ilkaan 4 buqisee 1 cabadhaa amaa 😢😢😢
Welcome dr❤❤❤
Ani Baratu ilkanti oddeeffano dabalta nafi ergaha DR eshi Barusi kessani nati toleraa eshi Galatoma
Bagaa Nagaa dhuftee Dr Naaf yaad
sagaleen Keessummaa keetii hindhagaa'amu dr.
Doktorii gaalatoomaa kiyyaa keessaa fii alattii naa jaalaa bahee bifaa kaaminnii deebiisuu dandaa'aa
Tnx ❤dr
Sagaleen hinjiru Dr malòo😊
Woooow jnrshenkngaa doctorotsa ta jieruu jajabesaa❤
Bagaa nagaa dhufutanihi doctor ❤❤❤❤anis sababa tokko male naa dhukkuba mee qorichi isaa malidha ❤❤❤❤❤❤❤😢😢
Sagaaleen hin jiruu
Dr. Guddaataa fi Dr. Naafyaad Baga nagaan dhuftan!
Gafii qabaa naa debisaa Maloo
1 ilkanii kiyya ganamaa yoo anii iribaa kuu naa dhigaa naa tufsisaa yoo iribaa kaulee folii qabaa
2.. fulii naa qabalee
Halaa kamiin ofiraa itisuu dadaa
Maloo Nafii debisaa naa rakisee jiraara😢😢😢😢 akmitii ofiraa balesuu dadaa
Dhugaa annile akkanati rakkadhe mee doktoor wa'ee kanaraa vidio nuu hojaadha peleas🙏
Miccisiifidhau kilinikatt
anaa knrakyisee mtankoo bye ndukubaa karaa dudubaff karaab byitann ndukubaa mltauu dandaa docter pluse ndbyisii❤
Dr nama akka keetii qabaachuu keenyaaf nan gammada
An gaafii tokoon qaba
Galtoomaa hundii keessaanuu❤❤❤❤🎉🎉🎉
Jabduu kyitlye kngaa❤
Baga nagaan dhuftaan❤❤
Nu jiraadhuu Dr koo
Galatoomi Dr
Nyatamuu Ilkaaniif Dawaa isaa nuuf himaa
Dr bayyee galatomii gafi
in qabaa mucaa waggaa 9 'n qaba mucaan koo iikaan ishee inni dhumaa lammanuu nyataamera deebi'ee biqiluu hin danda'a?
Kan dhumaa Kan biqilu jira...Kan hin biqilles jira
Galatomi dr
Gorsaa garii nu lataanii anii rako akkasiin midhamee sukuraa bayee itii bayiiseen shayii dhugaa turee rako gorsaa abuukoo tadhu hubadhe😢
Dr. Galatoomaa ilkaan bayy'ee naa dhukkuba mana yalaa demeen jira garuu furumaat hin qabu naraa cacabaa mani yalaa bakkaa cacabeetti bayyadan furumaan maali Dr
Koottu buraayyuu jira
Dr lakos kee As jalati naf ergii
🎉ilkan dhabu hindandeesuu??
Dr.
Galtomii.garu Ani gafi.qabi ikan.ko.yaro jalqabitifi irgo.na.wasaka achi.boda.ni.urati.achini.boda.caatix.achi.boda.waliti.dabirti.??mana.yalai.dami.jira.wan.taka.na.hin.goni.sani.kasanituma.ati.birara.dhibadhi.garu.na.hin.dhifin.am.ani.kani.jiru.biya.orama.yaro.hedu.dami.mana.yali.wani.itidhiqu.na.keni.wan.taka.na.fayani.mali.aka.godhu.qabi?😢😢😢😢
Miccisifadhu qulqullina isaa eeggadhu
Buraayuu nannoo kamidha Dr.?
Ilkaan nama nyaataamee bifti isaa keelooti jijiramuu akkamit deebihee fayyuu dandaha maloo isin hordofaa doktor nuf deebisaa 😥
😅😅😅😂Ilkaan jkee akkamiin laalte Dr
❤gudaa galtoma
Wlh ani yeroo nati debi'u halkaan guyya na wolalchisa😢😢
Dr anaa ilkanii ko bayee nadhukubaa dawasamalidha?😢
Baga Nagaan deebitan! Gara fuldurattis Barnoota Akkasii fkkf Qabattanii Akka nuuf Dhiyaattan yaada koo isiniif ibsa❤❤❤❤
👍👍
Dubbartii tookko wojjin akkaa ulffifnee yoo barbbanee maal fayyadamnaa dr
Yoo akka hin ulfofnne barbaade qunamti Sala gochuu dhisaaka😂😂😂
Galatooma
Dr naf deebisa Ani waggaa 20 hin gunnee garuu ilkaan haadhoo amma ilkan 3 buuqiseera ammasi mo haadhoo ilkan ko hundii urateera buqisuuf ni soddadhee dhiisuf uratee dhumaa jiraa qorichisa mali anii biyyaa keessa jiruu jarrii bira jirulee mana yaala na hin geessani yo qoricha naf bitamee malee me qorichaa naf hiima hadaraa mal akkan fayyadamuu qabuu
😢😢😢😢 sadi ofiin buqa,ee utuu mana yala hin deemin jabadhuti mana yala demiti jari si maramaru yoo bayyee nyatame hin buqisu yoo badaa hin uraammnee moo hamma hafe itti sii gutu anuyuu mana umriin ko hamale digdama hin gune ilkaan ko nadhukubnaan mana yala demmnaan uratera kan biraattii dadarba naan jedhani naf buqisani qorichas naaf kenani hamma alahamdulillhaa fayera
Yadaa keesaniif galatomaa. Anaas naa dhukubaa malatoo amaa dubataan ofiratii argaa jiraa
Galtomii ❤❤❤❤❤❤
Ani ergaan biyyaa arba dhufee ilkan ko tokko buqisisee 2 moo akka malee nyaatame jiraa mana yalaa demee basisaa fanii 😢
❤❤❤
Me ilakan halakaminan si tefachu dada biyaa kam jiratu ixopiaa kesa meqanan siresa
Dr galaatoomaa
Ani yero sammuna ilkaani fayyadaamu kessikoo nagaa nan argaatuu
Maalif?
Ilkan utuu nama hin dhukkuubin socho'u hanqinaa maalitti?
Hilkaan fulduraa isaa jelaa kara kessa bayye naa gurracha,e jiraa furmatasa naaf imaa mee doktor
Micciisiifadhu
Galatomaa Doctor kenyaa kaan koo qadadi is iskirptoo naarati fixee😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤
Galatatoma doktor aniyu walahii baye narakisa ilkan umrii waga 7 nadhukubu jamare yero daimuma ira ama garu najala cacaba ini fon kesati afe narakisa baye nadhukuba toko mana yala dhaqe base tokoti nadarbe amas najala cabe maluma gochun danda,a mee doctor amas ini cabe kesi isa baye guracha,e jira 😢😢😢
Yoo ilkaan keenya halluu kelloo sani baase
Furmaanni isaa maali??
Bagaa har'aa gessaani bagaa nagahani dhuftani jechaa ilkaani keessi isaa nyaatame furmani isaa Mali daai'imas wogga 5tti akkami woyya adara rakkane itti guchisaafi jedhuka Mali woyya?
Rakkoo hin qabu buraayyuutti nadubbisi kilinika achii hojjadha
Barnoota guddaa isinirraa arganne dr guddaa galatoomi.
😢😢😢😢 maloo ammayuu marachaan jiraa😢😢😢
Dhugaadha✔️✔️
Dhugaa waaqayyoo Anna kinno sababaa malee caccabee narraa dhumee.😢
Dr.TXn
Guddaa galatoomaa dr barnoota guddaa isinirraa arganne.
arrabi maalin qulqullefama
Galtoomi D torban kana ilkaan kiyya ofiin qaawwèe ture amma adeemsa guutamuu irra waan jiruuf yoo guutame rakkoo uumu ni qabaataa?
ilkaanii kiyyaale naa qawaayyee mee furmaataa
@@MakiyaaGodana ani akkuma isaan jedhan guyyoota sadiif ergan miicadhee booda amma guutufan yeroo eegaa jira.
@@latajira8111 Akkaam guttaamaa???
❤❤🎉🎉❤❤
Barnoota baay'ee bareedaadha
Barumsa gudda dha ....Dr G/ Dr N . Galtomaa
irgii ilkaan naa dhukkubaa achiraa ilkaan naa taree
Jimaan ilkaan ni miidhaaa?
Maaliif jennaan jimaan (khat) wanta hadhaawaa waan ta'eef 14:38
Galtooma doctor keenya
Gallattomaa
Galtoma
Welcome dr ❤❤❤❤