Alhamdulila Ani waggaa 6 hojjadhee akkumma nama tokkotii wani na barbachisuu gutadheeni galee mana koo ta'ee ilaalaa jiraa galuu yeroo jarii waggaa kana hudaa hojjane wantokkoo hin qabinuu jedha na baa'ee wly raabii na hargaa 😭😭
@@LidiyaTadasa naa basa jedhin ati italo iti mudii ama kan Huda malii akuma yero asa dhuftu wan Huda marmartu saatii sii Basu mana yala demte itola bari bade waqa birati jabdhu homa miti waqayon sii fana yaa tau esa jirta
Nufaa jiradhu hanaga isa dhumaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Waqayoo.nu haa gagaruuu❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Anii Alahamduriillah wogaa 3 xumuren jiraa harmee kof mana ijaree ofii kof lafaa jimmaa katamadhaa bitadheraa Alahamduriillah irattii ijaruf Amo qopiin qabaa yoo rabiin jedheee❤❤❤❤❤😢
Gaalatomi jaabidu keenya waani bayye sira baradhe💙❤️💚💜🙏💋
Dhugaa kee gltm hundaa kenyuu yeroo kenyaatii haa faayadanuu❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
😢Ani Wagga 4 hojjadhee giximi Godhe bakii olikahee firrii koo hundii diinaa natti ta,e sababini isaa wanan birii hin ergineef so abdii koo waaqa
@@BezaAbera-t1o gobazidha ati jabbadhu gafa ati waa qabate firri hardha sii jibbu boru debi e sii jallatta
@@BezaAbera-t1o Amshiri homaa mitii anilee akanumaa 😭
Anilee akkasuma jabadhu obbollewanuma keetu diina siti ta,a😢😢
Anuu wagaa 7 jiraa wallahi homaaa hin godhanee 😭😭😭
Galaata Waaqayyoo anii 6ffa keessaan jiraa garuu mana iddoo lafaatii ijaareen jiraa yoo fedhaa Waaqayyoo ta'ee wagga ishee kana xumureen gara biyyaa kooti galaa obbolonni koo karooraa mataa keessaani qabadha 🙏 ❤
Maatii naa tahaa❤waan hawwitan hunda❤isinif haa tahu❤milkaaya
Anu waggaa 12 jiraa sa'uud yeroo jelqaba San dhufee
Gafuu ijollee lama malee homaa hin qabuu takkaa hirayyaa kakukuti takka iriyyaa muca kee ammati Alhamdulillah marafuu
@@JamiilaJamu-yn3kt rabbii sif haa guddisu Qabenyi gudani ilmodha
Waaraa karooraa malii qufee mana Ba'yee biiyaa Ormaa demtee dhaa waarii Homaa qabuu jeedhaanii Ani Waagga 3 najala balesee Abbaa manako isaa dhiiseen Hojjii ko itii fuufee Amaa baka 3 lafa bitee baka lamarati mana 2 ijaaradheraa caraqaadhaa maalee kan Waggaa 7 tiin galataa waaqayoo kana biiraatii matiifii obolaako osoon gargaruutii matii kolee ama galufiin nagan galii jedhaamee❤❤❤❤❤
Akka yaada kotii otto galaani wan hojaatan sana hojiira olfaatani debi'aani isanif wayya namonis wagga biyya bane nurraati lakka'u 😢😢😢😢😢😢😢😢
Ani wagaa 3 fixee lafaa bitadhe galata rabbii 1 it dabaladhee mana ijjaracha jiraa galata rabbii yaa tahu❤❤
Jabdukoo galatoomi gorsakee baayen jaaladha ❤❤❤❤❤❤
Anis waggaa 8 keessaan jiraa goftaan galata guddaa haa argatuu manas ijaaraadheen jiraa lafas nan qabaa kuni kaan ta'ee jabbina koo oso hin taannee gargarsaa waqayyoottin😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Wow gorsa cimma dabarsitta cimtuu wayyii atii ebbifamii amallee
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wagaa lakuu osoo tanee karoo nnii fayadamuu malee ❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhuggaa keetii gorssittu jiruu nu kan ref mana bahuf barnoota guddaa ta'udha jiraadhu❤❤❤❤
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤
Alhamdulila Ani waggaa 6 hojjadhee akkumma nama tokkotii wani na barbachisuu gutadheeni galee mana koo ta'ee ilaalaa jiraa galuu yeroo jarii waggaa kana hudaa hojjane wantokkoo hin qabinuu jedha na baa'ee wly raabii na hargaa 😭😭
Anu waggaa 12 jiraa dhugaa waaqa
Dhugaa dubaachuf biyyii lafa hin guttuu😢😢😢 anis berut waggaa 2 hojadhee matii koo qofaf kenee biyyaa galee jiha torbaa biyyaa ture gara biyyaa Dubai imala koo taasise ergan dubai demee ammaa waggaa 3 xumuuree 4ffaa egaleera garuu yeroo bayyee mallaqaa koo sababaa hunduu dhufee rakkoo isaa natii duubatuf anii birrii qabachu hin dandenyy😢😢😢 isaa keesa lafa mana xiqqqaa ofii irraa qabu tokkoo qofan bitadhe galataa waqayyoo garuu ammaa murtuu tokooon murtefadhe iniis rakkoo hundumaa dhiseen waggaa tokkof hundaa firraa koo bilok godhee qarshii mursaa tahulee harkatii qabadhe galan jedhaa😢 umurii waggaa 16 fi isaa olii ommaa osoo hin argiin biyyaa namtin dabarsee mee yaada kanaara addaa yoo qabatan naaf qoodaa waarii birrii keesan qabachuu beektan anaa obbolettii keesan dubai irraa galatomaa❤❤❤❤❤
Komentike kana akka ajaibatan dubbisse xummuuree waan hundaa fayyatuu calaa garuu ati kan berut turteyyu birri dhabde dubain demte woggaa 3 xummurtee jirtaa ammas lafa mana xiqoo qabdu biteta hata'u raabbiin galatefadhu ammas ati maf matiidhaf malaka kenita kan berut sin gahuyi kanafu ammaf malaqaati harkati qabachuf jete harkati hinqabatuniti waan xiqoomashe lafabichayu hatatu bitadhu malaqaati bate hin galini kun dhamsaakoti
Dhuga kee jeti barumsa nafi taha galatomi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Dhugaa ketii qalii ❤❤❤❤
dhugaa jette fayyoo koo❤❤❤
😢😢😢😢 yaa Alah
Anii waggaa sadii dalage bajjajjii bitadhe lafasi bitadhe irrattii ijaaran jiraa glta waqayyoo❤
😢😢Ani galataa waqayoo wagaa lamaa kesatii manaa tokoo ijaree lafamaa jalqabe galataa waqayoooo🎉🎉🎉🎉😊😊❤❤❤❤
Saudi 🇸🇦keessa yero takkasi gale hin bekkuu
Ani waga 6 fixe waga 7 kessan jira Lafa magaladha qaba mana magaladha qabaa Buna hundee Facasa 2 qaba manas qabaa garuu Siresisee hin xumuramnee Nama itti anee Naf hojachisuu dhabee dhisee birri qabaa Naman akka Garaa kotin dhabee😢😢mani ko osoo xumuraamin karaati Afee
Mallaqa kee harakkati qabbadhu Gallii ofi kettii hojatadhuu❤❤
Maalgoonuree
Ani faayo dhiho dhufee gaaruu
Sumarahu Wana baayee baradhe
Dhugaakedha galatoomi❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉😢😢😢
Dhugaakeetii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤1❤luubbuu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa keettii
💖💖💖💖👍👍👍👍
Fayyoo too baga nagaa dhufte hardhaa hin bade sin arginee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Dhugaa ketii fayyoo 😢😢😢😢😢
Annii Waggaa sadetii tisasii 4 fixeen jiraa beirut 5 osoo hin Galanii Turee biyyaa Torbee saditii turee garaa biyyaa biratii debiyyee erganaa bay'een Gabee ji'aa sadii bodaa biyyaa jiraa Eyyaa waaqa wajjiin
Dhugaa kedha kode too galatomii❤❤❤❤❤
Ufffffff wolih annile woggaa 7fixee osoo galee dai'maa tiyyaa hin arginii osoo hin bahiin 😢😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😢😢😢
❤❤❤❤❤❤
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Ani waggaa 5 garuu homtuu walitti namaf hin dhufu maliif laata😢
Aniisiii uuuuuu😢😢😢😢😢
Jorsii kee baay'ee nati tola fayoo nuf jiradhu❤❤❤
Gorsaa garii bayyee natii toltaa dhugaa waqayoo
Malii nanii mataa hin qabuu moo woggaa Kan maraa hin maratanii moo
Uuuuffff nama gutu dhugaa osoo video kee hin argin anu waa'ee galuu kana Hasa'ee😢😢
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢😢😢
Dhugumma jirenya biyya orma carqi qofa
Anu Wagaa 6 jalqabee Osoon in galin🤦♀️
😢😢😢😢jabaadhu
Hin hidhanirumoo hidhaa iraa jiraa fuyoo yo ta'ee dhugaa qabdi
Isheen waggaa 14n hojaadhe jettu qibati rifeensa irraatti mallaqaa fixi ani yeroo hundaa nan hordofaa tickotirratti
❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢
Maal godhii malaaqa waggaa Amaa kana undaa??
Weewww❤❤
😢😢😢😢😢😢
Umataa, jalalaa, animoo, ji.aa,8,kessaa,jiraa,maloo,nan,turee,nan,galaa,😂😂😂😂😂isinittii,haa,toluu,mammaadoon,ji.aa,lakka.ahuu,malee,waggaa,hin,bekuu😂
taa haboo hini tenyaa 😮❤fayoo anuu wagaa 17 fixee jiraa ergaa dhufee 😢😢
Ni sobdamo dhugaa mana hin qabdu garu herumte akam safuudha iboo
Oma miti jabadhuu waqaa wayaa
Achiti herumte moo maloo
@AsterTasfayee kkkkk ani wagaa lamayu hin fixne garuu galuu yadaa wagaa 17 jechuun bar mucaan ishee wagaa 12fa tati humni ishe dhumera yona ayii jiruu duniyaa kana
Hana hin qoostamoo dhugaadhaa🥺🥺 maaloo biyya lafaa hin guunneef akkatti umurii kee hin fixiin
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😊😊😊😊😊😊
😱😱😱😱😮😮😮wagaa14 umma qabu mali habbo😢😢😢😢😢
Ani woga 1 lafa bi
Dhugaaketii
Caraa
Ani 16 😢😢😢 hanga Amma bakka yaade hin genye
Biyyi lafaa hin guutu waan ta'eef lubbu umurii kee hin fixiin galii mucaa dahadhu yoo hin deenye ta'e
Rabbiin bakka ati yadee sii haa gahu inshallah 😢
Anu wagga 13 guute waan takka goodhanee birri bakka deemte hin beeku
@@AeshaHagi Ammiiiiini wolumanu
@@AeshaHagi Amiiiiiiiiiiin wolumanu lubbu
ani woga 8
Anuu wogga 12 jiraa 😭😭😭😭😭😭matii koo argee bekkuu
Rabbiin nghan sii haa garsidu
Fayyookoo maloo naa deebisi hadhaakoo annii ji'aa sadeet fixee garuu dhiqaama hin qabuu galmaa irraattii dhibbaa gessiisuu qabaa?
Galuu hin dandaa'uu garaa biyyaatii
Iqama naa basa jedhin atii matii kee bira jirtun isa male osoo rakon toko siira gaee hin midhamta lubuu tiya
Naa diddaanii isaan immoo kadhaadheen dadhaabee
Akka I'D hin qabneef maalittii bektaa. Arabni passport fi I'D ykn iqamaa namatti hin agarsiistu hamma ATI waggaa lamman kee fixutti. Sababni isaa waan fudhatee jalaa baduuf sii dhoksaan😂😂😂
Lakkii hospitala hin deemneeka gafaadhee jenaanilee hin hojjeetamnee naan jeedhaanii
@@LidiyaTadasa naa basa jedhin ati italo iti mudii ama kan Huda malii akuma yero asa dhuftu wan Huda marmartu saatii sii Basu mana yala demte itola bari bade waqa birati jabdhu homa miti waqayon sii fana yaa tau esa jirta
Oromo ko matti nattaa
😢😢😢😢😭😭😭😭
😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢
❤❤😢😢😢
❤❤❤❤
😭🤲💪
😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤
😢😢😢
😢😢😢😢😢😢
❤❤❤❤❤❤❤
😢😢😢😢😢😢