Subanallah 😢😢😢gara jabina ilmaa nama yaa Raabi dhuga kan bekuu sumaa 😢😢😢 garu Araboni kesi jara sumi dha malaqa sana dhowachuf kana dalagu danda,uu garu kan beku Raabin tokichaa 😢😢😢😢 Raabin haqa ha basuu 😢😢😢
Wollahi an senna ishe ergan dhagaen gara nanyate woga 9gal biyya orma tese yero ishen akas tatu 😢 ya Allah 🤲🤲 kessa jara kanbekku summa dhuga jara basif 😢😢
Ijoo dhugan harka waqayyo irra jirti ani eenyufiyu hin faradhu🥺 garuu Filphinin wagga 9 miti ji'a ishi irra gayyan 9 yoo darbeiyu mesha walitti dhofti jara ille in lolti ani kan Intala 1 qabduu walin hojjedhera wagga 9 miti wagg..3 tti galani Matii isan dubbisani debi'u isan bari aka kenya mitii ani iddo mind ji'a 9 dhorkatanitti fi hangas mara biyya hin galee ani dhugadhe jedheyu hin yaduu🙂🤔😊
Wan bayye nama yachisa yoodhisan wayya garu vidionsa maaf hin warabamne yoo kameran dhibe yero gassala keessa fudhan yoo kameran hin jiru tae wan hundafu seerri wan jedhu qabaa waan hunddaf waaqayyo bekaadha abban dhuga giddu haa dhabbatu 🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉
An gaffii natii Kan ta u Mindaa waggaa 9gutuu Osoo hin fudhaatin akkamiin dalagdii ? Sanuu ijjollee 3 qabdii jedhaamee !maliin jirachiisaa turte!philiphinoon mindaarati qosoo hin bekaan an wajjinaan dalagaa du,anit ji, a egaatu ijjolleen nii barbaadii jedhuu kanshii Adumaa hundaafuu Abban firdii qajeelaa waqaayyoo dha!
Osoo inbasii itophiyaa tatee ajesaa jetee malatesiti .subanallhaa hundafuu Rabbi dhugaa basuu😭😭😭
Dhugaa ketii 😢😢
Subanallah 😢😢😢gara jabina ilmaa nama yaa Raabi dhuga kan bekuu sumaa 😢😢😢 garu Araboni kesi jara sumi dha malaqa sana dhowachuf kana dalagu danda,uu garu kan beku Raabin tokichaa 😢😢😢😢 Raabin haqa ha basuu 😢😢😢
Waqaayyoo tuu ishee gargaaru uttu nuuti ajeecha nutii murteesu yeromaasan rabbin yaa murteesuu😢😢😢
Wolahi dhugaa issii Rabbii haa bassuu
osoo ishii keenya tatee nu ajeechisa malee xabaqaa malii nuf bitaa biyyaa nama kanatuu jiraa dhugaa😢😢😢
Uuuuffff😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Ofii keessa seenuu in danda'a garuu akkamitti shakala osoo namni hin banin
Waaqayyo abbaa dhugaati haa faradu 😢😢
Atti eyyuu jedhamta si Birmingham barb
Raabii dhugaa eshi haa basuu
Dhugaa ishee waqayyoo Abbasuuffii dhugaa bayyeee garaa namaa nyataa Arboonii issaann bayye garra jabatuu❤❤🎉🎉
mamilaa naa ta.i
Ajaibaa Dhugaa Rabbitu Baasa😢😢😢😢
Dhugaa waqqaayyoo haa baasuu😢😢😢😢😢
Waqaayyoo dhugaa ishee haa baasuufi kan beekuu isaa .
Mucaan kiyyayyuu ni du'e waan ta'eef birriis kennuufii hin qabu jettee yaaduu dandeessi, Araba hundatu nagaa miti, dhugaan haa dubbatu, itti yaadaneeti wanti kun kan hojjetame
Rabbiin dhugaa haa baasu .
Lubbuu ufii baasuf yoo tahe ragaadhan ni mirkanaa'af firma fi risiiti jira waan taheef
Akkamitti dhala ufii irrattii diraama hojjatu re garuu arabnis hin amanamtu dhugaa waaqa
Wollahi an senna ishe ergan dhagaen gara nanyate woga 9gal biyya orma tese yero ishen akas tatu 😢 ya Allah 🤲🤲 kessa jara kanbekku summa dhuga jara basif 😢😢
Ani laliseedha atoo haadhookoo sir baruu bada silkii maaddii fadama jira sura
Achiti wati nadhibee ishenoo biftisheyu bayee baredadhaa garuu wagaa9 akkamin tesee 😢Anaratisii diraman akkasi narati hojetameraa garuu ani ogusan jiaa2 damozakoo nadhowatan yoon gafadhu sobanii biroo tiii dawalani hojii hin hojetuu nanjedhuu arabonii damozaa sidhorkachuf jenan wan bayee sirangahuu😢sirangahuu garuu ishen akkamiti jiaa 9 tesii😢
Rabbii dhugaa isii haa basuu garuu ratibaa woggaa kana hundaa hin fudhane jedhuun akkam
mamilaa naa ta.i
Uuuuuuffeee 😪😢
Dhugaa'.ishee.rabine.haa.baasuu.uuufffii.hundi.keenaa.dalgane.buyaa.gala.jene.yanera.malee.rakoo.hagana.hin.yanu.hundafu.dhugaa.rabine.haa.baasuu.uuffii😢😢😢😢
dhugaan nii qalatii male hin cituu rabbiin dhugaa ishee haa basuu wlh ufffffffu nii ulfataa 😢😢😢
mamila naa ta.i
Ashara quba akkamitti bahu dhisee
Kunii sobas dhugaa irraa fagatee philiiphiinii waggaa sagaal dhiisi ji'aa sagaafuu birrii isanii hin techisaan
biyaa arabaa mitiyuu biyaa kenyaati refii ni lalama akkamiti hin ilalaamnee dubbidhumaatu harkaasaanitin ta'e malee
Dhugaa kuunii waqayyoo yaa faraduu kuunii bayyee ulfaa
Yoo dhugaa tahee waqqayyoo harkaa isaa olfudhatee butee ishi haa basuuu waqqayyoo haa lolufi 😢😢
waqaayoo.goftaan.adaa.haa.basuu😢😢😢😢😢😢😮😮😮😮😮😮
subahaanallh yaarabbii koo
Jarii hin godhuu na bekaa wan kan fakkatuu sittii himan dhugaa Sistar kiyyya irratii ta'ee saudii wan akkanatii
ARBAA JECHUU DHAGAA ISAAN HINMAA GODHUU DHUGAA BAYEE GARAA JABATUU
Walhii rabbiin dhugaa ha basuu
Dhugaa waqayoo anii durayuu hin amanee kiristosii🙏rabii isanif haa dhisuu rakoo gudadhaa 😢
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 waaqayoona haa adaaa haa baasuu
yaa rabbii haqa ishee basii yaa allah
qali mati naa ta.i
Silafuu akkamiti garaa jabatee mucaa akkas goti dhugaa 😢😢😢
Fayyee nyaanin nuu jibisise waan hundaa yoo dhagenuu
Ijoo dhugan harka waqayyo irra jirti ani eenyufiyu hin faradhu🥺 garuu Filphinin wagga 9 miti ji'a ishi irra gayyan 9 yoo darbeiyu mesha walitti dhofti jara ille in lolti ani kan Intala 1 qabduu walin hojjedhera wagga 9 miti wagg..3 tti galani Matii isan dubbisani debi'u isan bari aka kenya mitii ani iddo mind ji'a 9 dhorkatanitti fi hangas mara biyya hin galee ani dhugadhe jedheyu hin yaduu🙂🤔😊
Osoo muluu isa sittii himaa natii tolaa garuu lakkiofsaa hin qabuu
Kunis soba na fakkata isheen2018 dhufte hagami Amataa 9 gesse Ammas ijollen piliphini malaqa isaani batii2f3 ol hin turan yeroma san dawalti impasiti kuwait biyya serri jiru Arabni malaqa nama dhowatani naga hin jiratani yoo bilbila nama harka fute malee
Bakka mallaqa wagga 9 sana pilipini malllaqni jara baati irraa hin darbu mo xiqqo xiqqo itti kennani dhisuu
Uuuff 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Matinatame oromoko❤❤❤😢
Araboonni cubbuu hin sodannee jiruu kun mamii keessaa nama galchaa
Qarshiin warraa filipiin ja'aan Dorallaa dhibbaa 400 kanaaf kan waggaa sagalii jechuun immoo iddoo tokkootti meqaa ta'a jetee tilmamaree kanaaf shiraa kanaa irratii dalaguu danda'aa
Kuni nama dhibaa
jarii araboon kun waraa waaqa hin bekneedha
dhugaa osoo harkaa isheetin gote ta'e mirii isheetu ni ibsaa
Daimin wogga lamaa korre hin danduu kanafuu yoo daaimin durra kan dhukubsatu taae guyaama isa duue yoo kan hin dhukubnee ishe maatu mashin i kaayee
😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Uuuuuuuuuuuuuuuuf yaa Rabbii yaa Allh yaa Rabbii nuu tiiksii
hawi mati naa ta.i
@BOONEESHOW anii mati qaba Lubbuu
Fayyoo arabanii barii yoo namani dee homaa iti hini fakatuu barii wani barabadani hasuu dadamaa ok hiii rabini dhugaa haa basuu
baayyee Rakisadhaa waaqayyoo haa beku kana dhugaa
😢😢😢😢
❤❤😢😢😢😢😢😢
Waqayyoo dhugaa addaa yaa basuu bayyee uulfataa
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Bayyee ulfataa
Uuufff😢😢😢😢
maaloo.hin.ulftaa😢😢😢😢
Anii garuu dhugaa jedhuu
mamila naa ta.i
Ishen sila,waga 9 gutuu malif tola dalagede bade impasii demtu pilipinin utu ji,a ga,in madami irka fudhate biya galchiti yuti ji.a yuu hin egatani kun malodha Anan dhuga nati fakatu Raabuma beka dhuga jiru
Birri wagga 9 akkam cal jete hojete yoo ji a irra caalani yoo himatani ibaasiin nigaa fatafi
😢😢😢😢😢
Wan bayye nama yachisa yoodhisan wayya garu vidionsa maaf hin warabamne yoo kameran dhibe yero gassala keessa fudhan yoo kameran hin jiru tae wan hundafu seerri wan jedhu qabaa waan hunddaf waaqayyo bekaadha abban dhuga giddu haa dhabbatu 🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉
😭😭😭😭
Eree, waqaayyoo, haa, bekuu, hin, ulfaataa
akkamiti waggaa Sagal birri osoo Keennifn dalaydee isiin? Rabbiitu beeka bakka birri saan
An gaffii natii Kan ta u Mindaa waggaa 9gutuu Osoo hin fudhaatin akkamiin dalagdii ? Sanuu ijjollee 3 qabdii jedhaamee !maliin jirachiisaa turte!philiphinoon mindaarati qosoo hin bekaan an wajjinaan dalagaa du,anit ji, a egaatu ijjolleen nii barbaadii jedhuu kanshii Adumaa hundaafuu Abban firdii qajeelaa waqaayyoo dha!
Ishee miti pilpinin kun akka kenyaa miti hin sodati arabota
Waqayoo dhugaa yaa basuu ..garu akkamitti waggaa 9 guttuu damoza male tesii ??
buze mati naa ta.i
😢😢😢
😢😢😢😢😢
😭😭😭😭
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢