Ani amma dura akka nama tokkootti Media oromoon qabdu keysaa jaalalli fib'f qabu jechaan ibsuu hin danda'u 👌 Wanta akkanaa kana yemmuun argu jecha hayyuu oromoo 'jawar Muhammad 'n yaadadha. "Oromoo ganee namni milkaaye hin jiru, 🙏 Ummata miskiina gantee hin milkooftu 👌
Median kun media Oromoon jaallatu ture garuu yeroo Oromoon rakkoo keessa jiru kana keessa walmiidhuun dhugaa media kanaa dhoksuudha ijoollee dhiifama gaafachuun waan jarri sinirraa qaban kaffala
hooggantee duuteta sihaa balleessu of hin hogganne at jalqaba. Addunya kana irra midiyaan nama dhuunfaan hogganamu hin jiru boordiidhaan kan hogganamu kun .....essaa akka dhufe. Ay midiyaa Qotee bulaa
Sobduu oduun ciitee bahee hin jiru. amma ergaa keeniya seentaniyii editing gootan. Wantii amma dubbaata jirtaan hundii soba. Namni waa'ee media hin beekne siif sobamuu danda'a waggaa sadii guutuu ergaa ati midiiya kana oggaana turte maaliif sagaale ummaata oso hin ta'in hafee amma maltu argaamnan ummaata yaadate?
Director hannaa isa olaanaadha kun.afuuftuu jaarsaa guyyaan ni dhufa,hin sobiin hojiin kee saaxilameera maaliif akka deemte.Maal ati nama dhugaa dubbatu fakkaatteka,OBN keessa turte mitii ati gurra hootuu OPDO. Nama sin beekne goyyomsi.Oliifan siifis guyyaa tokko sii gala.Horiif jettanii diraamaa hin hojjitiinaa.Tasa kana booda fudhatama hinqabdan,waliin hin makiinaa waa'ee oduu citee ba'ee miti oduun ijoon.
Hatuu kana maltuu isa dhagefataa saree kana waqa hatuu makinaa ittiqaa tafarii gadhee fi haree nama irra hin gortuu jedhani gantuu wayii inshalaa nain milkaa jeter hin yadin dhuga nama Awaltee jirachuu akka hin dandenyee bekadhuu sodachaa jirachu irraa haqa nama ifaatii basuu wayaa
Ani amma dura akka nama tokkootti Media oromoon qabdu keysaa jaalalli fib'f qabu jechaan ibsuu hin danda'u 👌
Wanta akkanaa kana yemmuun argu jecha hayyuu oromoo 'jawar Muhammad 'n yaadadha.
"Oromoo ganee namni milkaaye hin jiru, 🙏
Ummata miskiina gantee hin milkooftu 👌
dhugaa keetii 👌👏👏👏
Oliifan atis gaaffii hin beektu, namicha sodaachaa gaafatta. Miidiyaan kuni siif hin malu keessaa bahi. Namtichi hattuu tahuunsaa dhugaa lafa jiruudha. Soba daanga hin qabnemmoo tarreessaa jira.
Median kun media Oromoon jaallatu ture garuu yeroo Oromoon rakkoo keessa jiru kana keessa walmiidhuun dhugaa media kanaa dhoksuudha ijoollee dhiifama gaafachuun waan jarri sinirraa qaban kaffala
hooggantee duuteta sihaa balleessu of hin hogganne at jalqaba. Addunya kana irra midiyaan nama dhuunfaan hogganamu hin jiru boordiidhaan kan hogganamu kun .....essaa akka dhufe. Ay midiyaa Qotee bulaa
Sobduu, hattuui lafaa fi Qarshii uumataa Saamtee badde 😭😭😭😭😭😭😭
Hattuu kanko matattii qarshi 200000 fudhateraa
@@SamuelDt hattudha dhugumaa..qarshi ummataafi sabaa sassabee, hattuun akkaa isaa iyyuu hin jiru
@@jofesisay7823 wayi dhugumaadha bro anoo refuun kessa seenee hubadhe lij yared gadi fageenyanille ibse jira namittin dhuguman waan sirri hin goone amma wa'eesa bareen jira anile!
Abshaali distii qoonxa (foon) dhimphisit jedhu mitiiree
Ofiifi biyya hambaa teesee (baqattee) warra biyya keessa jiraniin akka ani barbadutti hojedhaa jechuun maal jechuudhaa?
qarshii ittiqaa deebisi gaafii fi sagalee ummatta ta'uu itti deebitanii
Qalbiinis mootii lubbuu kanaafQeeyis Beekumsii Eegumsaa Biyyaaf irkoodha
Nuti Uummanni Oromo
Arstitoota keenyas media keenya fib s Akka lubbuu keenya tti jaalanna kanaaf qabeenya Arstitoota keenyas media keenya finfinnee tti nuuf deebisi ok??
dhugaa bayee Namaa qanesaa osoo qabsayaa jenuu akka.namaa.gudatii si laluu wani hitanee hojatee.midiyaa kee kanaa.bayee Lalaa.turee garuu wotii dhage.u bayee Namaa.qaneesaa malaqaa ixiqaa debisii si tajamnee.garuu
namittii hattuu fi gantuu kana dhoksaa ija uummata kanaa jalaa maaloo kuni hin qaanoftuu isayyuu hojjettoota ishii qeequu barbaaddimoo hattuun?
Gurbaan kun kamaal galchoo fi Abiiyi natti fakkaata kanaafu gurbaa kana dafaa waan ittiin dalagatu krnnaafi achirraa oofaa yo achirraa oofuu baattan yoo waan dalagaatuun gumaachufi baanne gurbaan kun falfala wahiitiin deema dubbii too wanniin gabaabsuun
Haatee bareedi jennaan kharaa khana dhufti eegi kanuma dubbiin
Keniyaa keessaa oromon akka jirruu hubbadhu namichaa lebbaa
Horii hiyyeeysaa dila sana nyaattee naayroobii makiinaa loon fi,uun dhuftee
Dhugaa Hassaa kee keessatii sobaa siraa ulataa bayy'ee Nama Gaddisisaa ??
Maalii tun salphoon namaa
Gadi adeemtuun kun
Kuni studio fib tii mitii
Maallaqaaf jettee yoo Artistii keenya gantu salphina guddaadha.Sana qofaa miti hojjatoota fib mindaa hin kaffalle dirreti facaaftee deemtee.Amma eenuuf qabswuuf ree? Badiin hojjachaa isiniif qabsaawa jechuun qoosaadha.Amma Itiqqaf maallaqa isaa ykn konkolaataa isaa deebisif,Hojjatoota keetif qabeenyaa fi mindaa isaanii deebisif,Ummata Oromoo dhiifama gaafadhu.
Maloo Daraartu Dadafii TH-cam chanaalii Nuuf banii ❤ miss U😊
Erga isin akka kana wal gootaniiti ormi akkam haa godhu garuu utuu uummata centred godhattanii namatti tola sinin taajjabe yaa warra FiB ! UTUU NUTI ORMAAF FAKKEENYA TAATU JENNUU MASAANUU NUTTI KOFALCHIISTANI!
Sobduudha ati hattuu qabeenya hattee baddaa?
Ijaa kee irraayyu ni mul'ataa dhiisi maaloo yoo dandesse ummaata kanaafi hojjettoota FIB hundaa dhiifamaa gaafadhu kana si baasuu kanuma. Sobaa qabsa'aa ofii hin fakkeessin warraa sobaa akka kee qabsoo dawoo godhatee ummaata saamu dadhabne rabbii yoomiyyuu isaan hin milkeessuu
dhimma dhuunfaa jettaa qarshii namaa saamtee .dhugaan sirraa dubbata
Oromoo Median yaroo gabaabaa keessatti jaalala ummata oromoo guddaa argate kun, diigamuuf deema, adaraa keessan miidiyaa kana nuuf baraaraa...!!
Hin kijjiba dhugaa Namani Oromoon Abbarefi Naman Oromoon jibbee echatuu hin kabaja hin Argatuu atii sabba Oromooti salaphsitee dhugaa
Qabsa'aa keenyaa baga nagaan dhufte
Etyopiyaa Keessa Taayee Oduu Akkasii Dabarsaaree. Ati Gaafa Biyya Keessa Turte Oduu Akkasii Maalif Hin Qinddeessine? Biyyaa An Oromoodha Yoo Jedhan Ajjeefaman Jirraam Atuu Rakkoo Qabda
ati silumayyuu balleessaa ofiikeetii dhoksuuf jettee jibba nama dhuunfaan jalqabde dhugaan garuu yoo afaan qaban funyaaniin dubbata waaqayyo lakka'ee hojiikee lakkaa'ee siif kenna!
Malii nuu wayya garruu yaa rabbi atti nuu arrmmii maqaa qasoo kaan umman kenyaa hangaa yommti dhumma jetaan immo Artisti oromoo oromofi waan hundaa olli ta.uu bekki😭😭😭😭😭😭
Sobduu oduun ciitee bahee hin jiru. amma ergaa keeniya seentaniyii editing gootan. Wantii amma dubbaata jirtaan hundii soba. Namni waa'ee media hin beekne siif sobamuu danda'a waggaa sadii guutuu ergaa ati midiiya kana oggaana turte maaliif sagaale ummaata oso hin ta'in hafee amma maltu argaamnan ummaata yaadate?
Hatuudha lamii Tayee birrii lafaa nanoo jamoo Mana jireenyaa ijara jettee malaqa nuraa gurtee hatee hatudhaa atii sobduu maqalaqa keenyaatu so hariyatee dafqii Kenya ganaa si hariyataa baraa jiratuu hundumaa hin milkoftuu dafqii nama qulqula.a maqa namota bekkamun hin daldaltu kana bodee ummata Bette hin sobin ummataa sobdee ummata hatee dasboraa sobdee
Namni faayidaa mataa isaaf fiiguu kamiyyuu oromoof Akka hin taanee sirrittii beekuu qabna namni Kun dhugaa dhoksaa Akka hasaahaa jiruu ni beekkama
Ammas ofii isaa waanuma tokkoon balleesaa Akka waan hojjateetti hin dubbatuu!
Namni Kun nama midiyaaf tahuyyuu mitii baayyee qaaniidha
Ummataa keenyaa maaliif goyyoomsinaa!!
Duraan Namaa sii se'ee Amma fulla kee irra beeksiisaa haaqni Namaa
Dhuguma amma isin Gaazexesitoonni Nairobi
Saboonnumma Ijoollee Finffinnee qabdu qabdanii
Keessanisi hin turra malee ammaa dhageenna
Atimmoo nama aja'iibda olifaan eessa jirta?
Kijibduu afuuftaa ijaa keetiiraa beesisaa 😭 wooyiii yaaa oromo
Lammiin Taayyee hattuu seenaa oromooti namni akka isaa kun fanniifamee ajjeefamuu qaba hattuudha Ittiiqaa Tafarii Hatuun Lammii akka fannisuudha
Dr Abiyy Ahmed Dubbisi Dubbisi harkiis badii marii beeknee hafnee jeequmsaan injifannoo Diinaa
Goobanan FIB fudhatte badde sitti hin fakkatiin loogoo isa qofa fudhatte male! LAMMI TAAYYE .yeroo biyya keessa turte oduu akkasi yoom qopheessite ofike boolla qotate nama abida keessa buusuufi dha .Konlolaata Ittiqa deebisi.qabeenya fib idaadhan Baankiitiin qabsiiste midiyaa aksiyoonan ijaarame shiraan gara dhuunfaatti deebifatte .miinda hojjettoota fudhatte badde.Oromof sagale isa kaam taata?kophaake daawwatta
Sobduu, hattuui lafaa fi Qarshii uumataa Saamtee badde
Gazexesoota fib hunda najalaaladha garu namticha kan hatudha
Ibsi ati kennaa jirtu Kun soba.sababa biraa itti yaaditii dhiheeffadhu malee kan biyyaa baateef sababa hannaati
Ija namaa keessa ilaaluu ni sodaata. Amala Hattuu! My last day for watching fib!🙏
Hattuuu Malaqaa Namaa waalitii gurtee badee Rabbii sii Haa baleessu Lebaa Saree🐕🐕🐕🐕🐕🦺🐕🦺🐕🦺🐕🦺🐕🦺
ittii mudii😂😂😂🤣🤣
Ati hanga Amma hojii hojjettef Hanna ummata oromo irratti rawwate itti gaafatamta
bro duursa maallaqa sana deebisuun hin duursuu?
Biraanuu Naggaa gurriis Eegumsaa hiyyeessa deemsis diinaa Dirqama Doctor osoo deemnee Diroonii kitaaba lafa arrabni aswrwb humni dhageeffatu Beekumsii biyyeettiis du'aa Barsiisaa Barannee malee mandisni maraannee duune jechama minilik failed dugdaafi garaa/Obbolummaa kalees mallaszenawii ifaa ofumaa ogummaan ofii harkiis wal'ansaa qabamee
Haatttuu hadhaa ket 😁😁😁 durayuu jalaa demtuu adaw turtee mit
Namnii mataa molaxaa kunii arabisoo samuu Isa gutee jiraa 🙄🙄🙄
At hattuudha durumaa nama hin barannee at nama barate irraa waan akkasi ,sobni akkasi hin eegamu.
Hanna baayyistee waan gootu dhabnaan kaayyoo hanna keerraa bilisa si baasu filatte malee kun goonguma dhimma biraa miti kan biyyaa si baase soba fokkataadha si gaafata qarshiin Artistoota keenyaa sitti boo'a ittiqaa tafarii fii kabbadaa (amantee) waan goote amani
Namittii kana duruu keessi koo na hin amanu.
Namittiin Afuuftuu kun diinaa oromooti
Director hannaa isa olaanaadha kun.afuuftuu jaarsaa guyyaan ni dhufa,hin sobiin hojiin kee saaxilameera maaliif akka deemte.Maal ati nama dhugaa dubbatu fakkaatteka,OBN keessa turte mitii ati gurra hootuu OPDO. Nama sin beekne goyyomsi.Oliifan siifis guyyaa tokko sii gala.Horiif jettanii diraamaa hin hojjitiinaa.Tasa kana booda fudhatama hinqabdan,waliin hin makiinaa waa'ee oduu citee ba'ee miti oduun ijoon.
Ittiqaan laphee ummata ballaa oromoo keessa jira
Wanni guddaan sabaaf hojjachuudha
Artist oromoo gaafa hattee
Maqaa itti moggaaste
Isa osoo hin taane oromummaa xuqxe ok
Soba dhiisi hattummaa dhiisi fakkeeysuu dhiisi faangaaggaa
kun hin salfatuu'i yeroo akkassiitti haasa'u isaayyuu, #Daani'eeliin hojiirra ariyeera????? Ati Dhuguma Hattuudha
Hattuu worti media kana subscribe gootan irraa deeffadhaa hattuu nyaara haadatte! Nairobi keessatti waan baatu sitti fakkaatee? Woslaattaa
Namitti harree nanaa maal Abbaa keeti qabeenya Oromo saamttee neyiroobi tti badde hattuu gadhiti 🤬🤬👎👎
Qabeenya Arstitoota keenyas 😭
Qabeenya Oromoos fib s nuuf deebisi gadi si ha deebisu 🤬👎😷😷
Hafuuftuu dhiira akka keetii arguu caalaa wanti nama qaanessu hin jiru. Ati adeemii nama goyyoomsii saami, dubara irraa firaa fi alagaa osoo hin jenne dhalchii ijoollee dubaraa rakkisi malee waa'ee uummataa fi qabsoo yoom yaadee beekta?
Sababa Oduun daruu dideef
Waan hagana gahu raawwattee yaa kijibaa
Soba ni omiishtaayuu atii obboo Lammii? Akumaa dhugaatii toraa qabsiistahoo? Dalii'eel Tasfaaye sammun isaa akka sammu kee furri qofaan gutee hin jiruu nama serran yaduu danda'uu dha.
Namtichi hattun kun akkamiin ija jabaate dubbata isayyu
waa,ee uummataa hojjachaati ija uummata Ittiqaa saamuudha?
Ati Taayyee maqaa qabsoottiin nama dhuunfaa saamuuf fiigaa jirtaa, dhaabbadhu!
ITTIQAA TAFAARI IJAA OROMOOTI NAMNII IJAA OROMOO TUQEE OFIIFIS HIN TAAU OROMOOFIS HIN TAAU.
Nairobin kee haa badu
Erga Wal dhabdee kana qofa ta'ee nama ajaja hooggansa FIB fudhachuu dide maaliif hojiirraa him ariine?
Yaannis waraanaa hojii DrAbiyyii Ahmed kolfaan dhumnee ilkaan dhoksaa
Hatuu kana maltuu isa dhagefataa saree kana waqa hatuu makinaa ittiqaa tafarii gadhee fi haree nama irra hin gortuu jedhani gantuu wayii inshalaa nain milkaa jeter hin yadin dhuga nama Awaltee jirachuu akka hin dandenyee bekadhuu sodachaa jirachu irraa haqa nama ifaatii basuu wayaa
Rabbii dachii samii umee haqaa itiqaa sumii siti haa godhuu hatuu ati akkamitti oromoo gowomisiitaa malaxee lebaa
erga dhugaa qabaattee maaliif baqattee biyyaa baate??????? sobni achumaa jalqaba. ati mataan kee erga haala mijeeffattee dhugaan sibira jiraachuusaa bartee uumaata sodaattee biyyaa baate malee fuula keetu hima. 'Ayizoo' hin sodaatiin waa'een artist Ittiqaawoo maali????
Maal qabattanii dhuftan?
Maqaa hojjattoota balleesuuf moo😮
Gayeera
Lebaa gudaa biyee hatii.atii argaa fib ketii nama Samtee Katee odesitaa
Warrii FIB kun ummaata hin jeeqiinati dhimmaa kessoo kessaani offin xumuuradha
Amma maaliif akkas sobda????
Haatuu birii Itiqaa hafteen dhufee hin jetu kana hundaa hangaa sobduu
Obbo Lammii dhiimma dhufa midiyaa raatii odeesstuu ree😠😠
Amma hasayuma kanaan ummata amansiisuf akkasiti MASARAT DHABAATI dhaadata? Ee miskin 😄😄 Hanni sirraa beesisa
dhimma dhunfaa jette Qarshii namaan awwalin Jibbamuuf tessa
Dafi kokoolata ittiqaa deebisii dafqii iyyeessaa daraa sirraa deebisaa jira 🙊🙊
Mallaqaa Ittiqaa hoo???
Iboo kun haasayyuu hin beeku.
Hattu,hatanii qabsahuun.jiramo maal fidee fib kee kun ? Warri hojii irra arihaman kun warra duhee gadi tahanii jiruu sanuu namoota baayee beekoo tahanii ati garuu seenaa tokkoyyuu hin qabduu,waayee seenaa oromo dubbachuu dhaabii
Hubadhu fib mootummaan harka akkaa ijaatiin beekas Eegumsaa johar Muhammad
Zim jettee albataa namanaa attii🙄
Samtuu fi atuu milkayinaa qabduuu🙄
Nuttii Rakkoo hin qabnuu OMN nu jirraa Hattuu Kijibduu Saree Malaqaa Namaa galchiii argaa kee 🦧🦧🦧🦧🦧🦧🙄🙄🙄😐😐😐😐🐕🦺🐕🦺🐕🐕🐕
Sura muca sanna nu erga gara kessan ykn nannoo jirenyaa sa nuf kenna
akkan ani jedhattii yoo ta'e malee jettee ------- hooma hin dubbadhuu
kan mana nu jalaa digde deemtu male akka nama umurii dheeraa qabu.gamoo awash lideta
Galabaxamii lebaa salphaata
Rabbii sii Haa salphisuu
Midiya ummata cufuunikee
Haqaa namota samuunkee sabaa tuffaateeti ammaa sabaa kamiif dubbata waaqni sii Haa duchuu
Ganaa salphaata midiyaani hundii salphinaakee gabaasara worraa dhageetitif haqaa dubbachun sabaa biraatti beekaman
Ammaa dadaafii 1faa haqaa ittiqa million 2 olii sirraa jiru galchii
2ffaa haqaa hojjatota FIB tv hundaaf galchii minda batii 3 olii irraa qabdeerta
3ffaa haqaa ummaata aksiyona wojjiin bitaan samte galchii
Maallaqa ittiiqaa tafarii saamtehoo
Gaafa qarshii Ittiqaa xumurtee galta saree
Midiyaahuttufidan ummata oromoo burjajjesitan
YAA FIB DURAAN OSSOO ISSIIN HIN BEEKIN ISIIN JALAANE TUREE AMMAA GARUU ISIIN BEEKNE HAATU
Namni kun hattuu basaastuu Wayyaanee fi bilxiginnaati. Bara 2008 ALH mana hidhaa Makalaawwii keessa yeroo ture nama mootummaa wayyaanee fi ummata Oromoon walitti araarsa jedhee jara waliin walitti dhiyeenya uumun namoota basaasa ture. Amma immoo erga mana hidhaa bahee maqaa midiyaa kanaan saamicha gaggeessee gantummaan Art. Ittiiqaa irratti raawwate isa saaxilee qullaatti habise.
Atis koottu biyya keessaa ta'i hooganni kaa maalif keeniyaa teesse oduu qibdeessite asi eergita🤣🤣🤣
Ayi soba waqayyomti maal jedha laata gochaa keessan kana. Namni ana, anatuu akkas godhee jettuu yoomu sobduudha.
Argaa kessan ummta bochisaa ummtafi qabbsofan yoo jetuu malii jechudha😀🙆🙆🙆
Itiqa iratii walii ajesnaa dafii qarshii isaa debisiii hatuuuuuuuuuu
Oliifan meerre dhugaa dhugaa jettee innati yeroo mara iyyitu?
Dhugaadha ani namicha osoon taane, Oliifaniinan wallaale!