ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Wallahi miira kessa galeetiin imimmaan qabachuu dadhabe 😢😢😢 namoota hedduuf barnota akka tahu abdiin qaba jabaadha Galatoomaaaaaaa
Ani haabadu garaakoo 😢😢😢maaf naboochiftu waan dhugaatii bar diraamaamitii. Osoo naaf danda, amee yeroo kuma tokkoo olin okee isiinf godhanture 😮 ani hordofaa keessani jabaadhaa gara kutaa lamadaa isinin eega itti fufaa barnootaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤####
Itii nuf fufaa haluma kaknan nutii waraa biyaa arbaa jiratuu dhugumaa fakataa😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😢
❤❤ issin warrii walif tiv kun hin danda.amnee ❤❤ jabadhaa ❤❤❤
Hoojii dhiiraa itoophiyaa isumaa dhugaa jiruu kun😢😢😢 biyyoo haa nyaataan
😂😢😢
Dhugaaa waallahi dubaratoni keenyaa irra gudaa akkana shawadamarani😢
Diraman keessan isa dhugga iratti hunda'e jabadha😢😢❤❤
Uuuuuffffff gara na balesse😂😂😂😂😂😂😂😂
Dhugaa dubbachuuf Baayyee barnoota guddaa of keessaa qaba jabaadhaa.kuni jireenyuma shamarran keenya hedduun dabarsaa jirani😢😢
Hinloolin eysuumahu tahee ani sumaafin ergaa way nama mararti
Walhyi dhuguma fakkata dhiironni biyya jirta Rabbii kessa sodadha. Isin warreni dubara warri abban mana nama sobda of egaa
DHUGAA DHUGAA NAMA GOCHA HOJJATAMAA JIRU Kanuma akka barnoota namaaf tahutti dalaydan jabaadhaa isiniin jenna boohartiin teeysan hedduu gaariidha jabaadhaa miira keeysaan gale yaroo obboleeystiin teenya biyya ormaa jiruuf jijjiiruuf rakkoo adda addaaa qunnamaa jireenya jijjiiruuf jettee ❤❤😍👌🏿
Ittii fufaa addaan hin dhabin adara keessan team waliif tv❤❤❤ good job❤❤❤❤❤❤❤Dararatuu sabbontuu udii asantii all all all good job ❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Rabbin suummii isniih haa nyaachisuu wly kunii dhugaa kani waggaa 7 dalagee dhabee cali jedhee jirenyaa haraa egalee reefuu carqaa jiraa alhudulilaa amaa fayaa qabaa ergaa jirenyaa sanii kesaa bayee garuu inii hardhaa rakatee jirenyii itii ulfatee jirachaa jiraa kkkkkkkk akaa durii dhalaa kotiratuu hafee kkkkkkkk ani garuu alhudulilaa jedhee qommaa dhahadhee jirachaa jiraa alhudulilaa
Guddaa Galatooma diraama Garii fi barsisaadha
Ergaa gudaa qaba Galatoma 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥲
Nan, kolfees, mitii, maloo, dhiroonni, ethiopia, itti, nu, dabaarsaa, haailaalani, kkk, galatomaa, 👍💯💯💯
Hojii Teeysan Nyaadha Wly Waan Dhiira Ethiopian Gootan moo😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Sabboontuu 🥰.... Wow jajjabadhuu dhugaa namatti tolaa ...."/ Sabboontuu mi'eesituu waan hundaa much love❤❤❤❤❤❤💘
Waanuma dhugaati kun waaq uuuf miskiin😢😢😢😢😢
Omg yero sabontun akkasiti hasoftu imaman qabachu hin dandenye 😢😢😢ani garu rabi haa galatu midhames hin beku wan kanan
Uuuf kun jirenyaa kenyaa woraa biyyaa nama jiruu 😢😢
Wly ani jirenyaa kiyyaan woli nati fakkatee 😭😭😭😭😭😭
Wanuma sobaa qabnee kunii jabaadhaa 😢
Mucaayoo kanaa baayeen jallaadham ❤ maqaa ishee naf himaamee
Sabontu ❤
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏 jabadhaa wan gaaridhaa hojajachaa jirtanni
Kkkkkk jabaa dhaa waan garii Dalagaa jirtu 💖💙💖💙💖💙💖👍😍😍😍 Translatio
Seenaa dhugatii jabadhaa 💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Ayiii akataan gubadhee hundaafuu alhamdulllilah 😭😭😭😭
❤❤❤❤❤❤❤uuuuuuufffffiiii barumsaa guddaadhaa dhugaa😢😢😢😢
Dhugum dubbachuuf guddoo isinitta gammade. Kun diraamaa moti uummata maraaf barumsa malee nami video kana laale marti waan guddaa irraa barata jedhee amana. Isin worri Gola Aartii qopheessitan kun dachaan eebbifamaa. Guddoo isin jaaladhallee🥰🥰🥰
Wly eduu takaa nayachisee jiraa diramaan kun❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Wow ❤❤❤❤❤❤
😭😭😭😭😭uuuuuuf sena kiyaa nati faktee😭😭
😅😅😅😅😅😅😅
@@SurprisedDeer-es4sy 😎🤔
Anilee akkasuma 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢yaa rabbii uuu😢😢😢😢
wlh anilee akkasuma yaa rabbi koo😢😢😢😢😢😢
Dhugaa rabbii diramaa kana laaleen abdii kutadhe 😢😢😢
Walyii wanumaa jiruu jajabadhaa barumsaa gudaa uffii keessaa qabaa❤❤❤❤❤❤
😢😢😢😢😢dhugaa kessaan hojaataan kanaa❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤dhugumaan
Yaa biyya ormaa gargaar namaa fageessitti❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuffff yaa waaqayyoo kun dhugaama jiruudha 😢😢
Wayyoo imimmaan qabachuun dadhabe😢😢😢😢😢
Uuuufee jabaadhaa
Waw ❤❤❤
Uuffff😢😢😢😢 kuni waan sirridhaam😢😢😢😢
Kun waanuma keessaa jirru whi carraa keena😢😢
Dhuga 😢😢😢😢ufffffff
😢😢😢😢😢😢
Jabaadhaa ❤
dhugaa rabbi woraa bekkufi barnotta ta'aa jabadhaa itti fufaa
Maashaalaah ❤️ jabadhaa
Jabadhaa diraman keessan hunduu bay.ee namati tola❤❤
Ahii dhiraa Tanaa Lalaa Mee warii Biyaa namaa jirtanaa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
𝐆𝐚𝐥𝐚𝐭𝐨𝐦𝐚𝐚😢😢😢😢😢😢
WOW Jabaadhaa
Dhugaa dubachuuf kunnii homma dhirttii biyyaa jirittuu shamaaraa kenaat dalgaa jiraa kanafuu rabbiin sodadhaa mee akkaat biriin dhuffuu kammaa argee bichatuu bekkee shamaraan akkaa kootf barummissaa guddaa taa jedheen yaddaa Ishaa allaa ofii eggaanoo haa gonnuu
Baay'etti ogeessota ciccimoo ta'aa jirtu jabaadhaa. Dhugaatti hojii gaazexeessumaa cinaatti ga'uumsi isin kallattii aartin gochaa jirtan baay'ee guddaadha.Jabaadhaa itti fufaa isin daawwanna isin jaalanna.
Uuuuuuuuuufffff 💔 💔 dhugaa 😢😢😢
Uuuuuuuufi dhugaa waqayyoo jirenyaa koo kalessaa dabarsee na yaddachiftee ayii caraa gubatuu tanaa kechatuu shamarani omaa mitii jabadhaa obolaa koo biyyaa Araba jirtani abdii in kutinaa kani duwee malee kani kufee kani Achiti hafee in jiruu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
❤❤❤❤❤ dhugaa fakataa Namuma biyaa ormaa jirtutu bekaa Rakinaa biyaa Arabaa
Warri walif Tv kun hin dandahamne jabaadha heddu isin jaalanna ❤
Jabadhaa barnootaa guddaadhaaa
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂🎉😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂bayyee namaatii tolaa dhugaa rabbii
😮🙄😒 kkkk hin kolfiti
Keqeefatan itti ergu Irraa Isa gabaa basaan gurguruu oso Kaa gurguraamuti Tuuuuuuuu wly Dhiraa itoophiyaa Keessa Jirtuu gadhee😢
Walif tv bayyee namati toltu jabadha
Www draman bareddun tana kuno itti nuuf jabadha ❤ isa dhuga irratti hunda.e
😢😢😢Dhugaa Rabbii ilmi nama akkanummaa walirratti hojachuuuti jira dirama lalamu bqabuu😢😢😢galatoommaa
Wooooo. Barusa.gudaokesa.qaba.falatoma..okay. qaliko. Dhifama. Waking.parati.2..❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂
😢😢😢😢😢😢jabadhaa hedduu nama ti tola
Dhugaa bayyee namtii tolotaan jaajbadhaa🥰🥰😢😢😢
Dhiraa biyaa kenyaa biraa beyeen hagabuu bultii biyee ha nyatanii 😭😭😭😭😭😭
Jabadhaaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
😢😢😢😢😢😢😢jiraadhaaa
Jabaadhaa
Kuun dhugumaa garuu
Diramaa dhugaa ref jamartaanii dhugaa ittii fufaa❤❤❤❤❤😢😢😢
Kaa ittii Anuu maloo waanumaa jiruu kunii 💜😭
Baay'ee namatti tola dhugaa waanuma dhugaatii numa jirti wanti akkanaa ah.
Uuuuufeee wayoo Adhoko dhugaama jirtudha
Isumaa dhugaa jirudhaa uuuuuuuyyyii ani argeraa😭
Itti jabadha ❤❤❤❤❤❤❤
Baa ye wan garidhaa itii fufaa ❤
Dhugaa rabi baay'ee baay'ee gara nama kaffaasiisa dhugaan jirtuu kanuuma 😢😢😢😢😢😢😢😢
Jabadhaa itti fufaa waan gaariidhaa❤❤❤❤
Heddu garaa nama balleessa dhugaa
new drama kan baraa 2017
Galatoomaaa ulfaadhaa
Dhugaa jiruudhaa kun 😢❤❤ Jiruu biyyaa ormaa!
Wly dubii dhugatii homaa nuu kesaa jiruu 😢😢😢😢😢
❤❤❤❤❤❤
😢😢😢😢😢😢😢 jabadaa ittii fufaa kunii wanumaa jiruu❤❤
Wanumaa dhugatii ayeeeeeee caraa keenyaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢❤❤❤❤dhugaa dhugaa
❤❤❤❤❤waawa😅😅😅😅 it nuf uuffa akkanumati
Uudii muussaa mee manni mee bajaajin woooow jabaadhaa
😭😭😭😭😭😭😭 dhugaa jirtuu tuni wallaah ❤😭❤😭❤😭❤😭❤
Wawwwwwwww jabaadha
Baajajjii kaan miilaa Laama saan siif biitee gaa😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Uuuuuuf dhugaa natii fakkatee booyee wly
Jabadhaa haa namnii iraa bartuu
Plss part 2😢😢😢
Fayaa ta'aa fayaa ta'aa
Kijibaa mamadoo biyyaa isumaa dhugaatii kuni 😅😅😂😂
Wallahi miira kessa galeetiin imimmaan qabachuu dadhabe 😢😢😢 namoota hedduuf barnota akka tahu abdiin qaba jabaadha Galatoomaaaaaaa
Ani haabadu garaakoo 😢😢😢maaf naboochiftu waan dhugaatii bar diraamaamitii. Osoo naaf danda, amee yeroo kuma tokkoo olin okee isiinf godhanture 😮 ani hordofaa keessani jabaadhaa gara kutaa lamadaa isinin eega itti fufaa barnootaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤####
Itii nuf fufaa haluma kaknan nutii waraa biyaa arbaa jiratuu dhugumaa fakataa😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😢
❤❤ issin warrii walif tiv kun hin danda.amnee ❤❤ jabadhaa ❤❤❤
Hoojii dhiiraa itoophiyaa isumaa dhugaa jiruu kun😢😢😢 biyyoo haa nyaataan
😂😢😢
Dhugaaa waallahi dubaratoni keenyaa irra gudaa akkana shawadamarani😢
Diraman keessan isa dhugga iratti hunda'e jabadha😢😢❤❤
Uuuuuffffff gara na balesse😂😂😂😂😂😂😂😂
Dhugaa dubbachuuf Baayyee barnoota guddaa of keessaa qaba jabaadhaa.kuni jireenyuma shamarran keenya hedduun dabarsaa jirani😢😢
Hinloolin eysuumahu tahee ani sumaafin ergaa way nama mararti
Walhyi dhuguma fakkata dhiironni biyya jirta Rabbii kessa sodadha. Isin warreni dubara warri abban mana nama sobda of egaa
DHUGAA DHUGAA NAMA GOCHA HOJJATAMAA JIRU Kanuma akka barnoota namaaf tahutti dalaydan jabaadhaa isiniin jenna boohartiin teeysan hedduu gaariidha jabaadhaa miira keeysaan gale yaroo obboleeystiin teenya biyya ormaa jiruuf jijjiiruuf rakkoo adda addaaa qunnamaa jireenya jijjiiruuf jettee ❤❤😍👌🏿
Ittii fufaa addaan hin dhabin adara keessan team waliif tv❤❤❤ good job❤❤❤❤❤❤❤
Dararatuu sabbontuu udii asantii all all all good job ❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Rabbin suummii isniih haa nyaachisuu wly kunii dhugaa kani waggaa 7 dalagee dhabee cali jedhee jirenyaa haraa egalee reefuu carqaa jiraa alhudulilaa amaa fayaa qabaa ergaa jirenyaa sanii kesaa bayee garuu inii hardhaa rakatee jirenyii itii ulfatee jirachaa jiraa kkkkkkkk akaa durii dhalaa kotiratuu hafee kkkkkkkk ani garuu alhudulilaa jedhee qommaa dhahadhee jirachaa jiraa alhudulilaa
Guddaa Galatooma diraama Garii fi barsisaadha
Ergaa gudaa qaba Galatoma 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥲
Nan, kolfees, mitii, maloo, dhiroonni, ethiopia, itti, nu, dabaarsaa, haailaalani, kkk, galatomaa, 👍💯💯💯
Hojii Teeysan Nyaadha Wly Waan Dhiira Ethiopian Gootan moo😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Sabboontuu 🥰.... Wow jajjabadhuu dhugaa namatti tolaa ...."/ Sabboontuu mi'eesituu waan hundaa much love❤❤❤❤❤❤💘
Waanuma dhugaati kun waaq uuuf miskiin😢😢😢😢😢
Omg yero sabontun akkasiti hasoftu imaman qabachu hin dandenye 😢😢😢ani garu rabi haa galatu midhames hin beku wan kanan
Uuuf kun jirenyaa kenyaa woraa biyyaa nama jiruu 😢😢
Wly ani jirenyaa kiyyaan woli nati fakkatee 😭😭😭😭😭😭
Wanuma sobaa qabnee kunii jabaadhaa 😢
Mucaayoo kanaa baayeen jallaadham ❤ maqaa ishee naf himaamee
Sabontu ❤
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏 jabadhaa wan gaaridhaa hojajachaa jirtanni
Kkkkkk jabaa dhaa waan garii Dalagaa jirtu 💖💙💖💙💖💙💖👍😍😍😍
Translatio