ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Well come back. Jabaadhuu jabaa namaa, waaqni isinii faana haa ta'uu
Galatoomaa, dhaloonni fuulduraa hojii keessaniif sin yaadata. Nutillee waan bayyee baraa jirra. Nuuf jabaadhaa. Sagantaan akkasii bayyee barbaachisa.
Amazing speech 🎉🎉🎉
Dear Michille thank you for your great teaching. I learned a lot. I am your follower
Baga nagaan dhuftan maqaan Aallee jedhu bakka hedduu jira
Jabaadhuu jabaa namaa atii!Garuu seenaan oromoo kun walxaxaadha.
Baga nagaan dhuftan Nuuf jabeessaa❤
Jabaadha! Hojii Boonsaa Hojjachaa Jirtu Gara Fuulduraattis Waan Hedduu Akka Isin Irraa Barannu Abdiin Qaba.❤❤❤
Amazing speech 22:45
Wel-come Michille media!
Umurii dheeraa nuuf juraadhaa, Abbaa keenya❤❤❤❤❤❤❤❤
Wle come jabaa Namaa Baga Nagaan dhufte❤❤💚💚❤❤🎉🎉🎉🎉 Translate to English
Welcome Again Michillee 🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Seena aja'ibati kan dhokote videon babaldhisi nuf dhihesi 🎉 galatooma
Seena hasoftu kana baradhen ture garu ifa miti akasuma saba biratin tahu male oromoo tahu isanitin hin barane tanafu itti fufi jabadhu
seenaa uummata oromoo baayyee bira akka ga'uuf hojjachuun ni barbaachisa
yaada baay'ee jajjabeeffamuu fi irratti hojjatamuu qabuudha jabaadhu hayyuu keenya!
Good job, Michelle Media. Our history professor had warned us that we would need to rewrite our history. He is an Adaree or Harari by Ethnicity
Namoonni biraa waan gaarii yookaa waan hamtuu namaaf yaaduu dandayaa garuu waan ufiii abbatu barreefata/deeffata. Seenaa keenna haa barannuu!!
❤❤❤❤❤❤ ❤❤❤
Ulfaadhu ❤️
28:09 eeyyen namni seena hin beekne biyya hin qabu
Seenaa dabe(sanuu kan diinnikee ❝ 𝑎𝑡𝑖 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠𝑖 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑛𝑎 ❞ jedhee sittiifii alagaatti himu) sirreessuun, dirqama ilmaan sabichaa(Oromoo) kan warra barateeti. 𝙶𝚘𝚛𝚜𝚊 𝚍𝚑𝚞𝚞𝚗𝚏𝚊𝚊 𝚔𝚘𝚘𝚝𝚒𝚒 𝚒𝚜𝚒𝚗 𝚠𝚊𝚛𝚛𝚊 ' 𝚟𝚒𝚍𝚎𝚘' 𝚔𝚊𝚗𝚊 𝚑𝚘𝚓𝚓𝚎𝚌𝚑𝚊𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚝𝚊𝚗𝚒𝚒𝚏;- 𝐷𝑎𝑏𝑎 𝑠𝑖𝑟𝑟𝑒𝑒𝑠𝑠𝑢𝑢𝑛 𝑜𝑏𝑠𝑎𝑎𝑓𝑖𝑖 𝑚𝑎𝑙𝑎 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑑𝑎. 𝐺𝑎𝑎𝑓𝑎 𝑎𝑡𝑖 𝑑ℎ𝑢𝑔𝑎𝑎𝑘𝑒𝑒 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑑𝑎𝑡𝑡𝑢, 𝑘𝑎𝑛 𝑠𝑖 𝑠𝑎𝑎𝑚𝑒𝑒 𝑦𝑛𝑘 𝑠𝑖 ℎ𝑎𝑡𝑒, 𝑖𝑦𝑦𝑢𝑢𝑛𝑠𝑎𝑎 𝑤𝑎𝑎𝑛 ℎ𝑎𝑓𝑢 𝑚𝑖𝑡𝑖. 𝐾𝑎𝑛𝑎𝑎𝑓 𝑦𝑎𝑎𝑑𝑎 𝑤𝑎𝑟𝑟𝑎 𝑓𝑎𝑎𝑙𝑙𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑛𝑖𝑖 ℎ𝑖𝑛 𝑖𝑙𝑎𝑎𝑙𝑖𝑛𝑎𝑎! 𝐷ℎ𝑢𝑔𝑎𝑎𝑑ℎ𝑢𝑚𝑎𝑡𝑢 𝑓𝑎𝑎𝑙𝑙𝑎𝑎 𝑠𝑜𝑏𝑎𝑎𝑡𝑖 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑡𝑎'𝑒𝑒𝑓𝑖.Hojiin keessan baay'ee baay'ee bareedaadha. Jabaadhaa; ittifufaa! Oromoon eessatti jabina akka qabuu fii eessatti laafina/dadhabbii akka qabuus (durirraa hanga ammaatti) walbira qabaati nuuf himaa! Baree kan hubate, barsiisee haa hubachiisu! Isin jaallanna. ❤
Galatoomi 🙏🙏
Well come back 🎉🎉🎉
❤ ammas galatoomaa baay'ee namatti tola❤
Midia kee kana guddisi jabaadhu hayyyuu
Baga deebitan Michille Median!Galatoomaa dhugaa kanaaf!
Well come michillee ❤
Baga nagaan nuuf dhuftan....
Baga Nagayan dhuftan ❤
Jabadha Hedduu namattii toltani
Wow…. You dealt with nucleus of Ethiopian political history. Thanks
Hedduu Galatoomaa! Jabaadhaa!
Namni seena hin qabne biyyas hin qabu mirgas hin qabu 27:09
Hedduu Galatoomaa! Seenaan isin mul'isaa jirtan waan dhugaati.Kophaa taatan nama Lama Lama taatanii osoo dhiyeessitanii kana daran bareeda. Tarkaanfii gaariidha! Itti fufaa....
Oromo mara bira dhaqabu qaba seena hayyun kun hasawu🎉
Rakkoo Oromoo beeknan, furmaata barbaaduun nama hin dhibu! Jabaadhaa!
Boo ati nama Jabaadha Jabaadhu Abbaa Ilmaakooo
Nu jalaa gabaabsitanii gara 1:30 ol nu guddisaa hadaraa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Guddaa galatoomi Ani mana baruumsa caalan seena dabalataa sirraa baradhee
Wow jechaan dhabeem🎉
Seena ifi beekun dirqama
Haalle kan jedhu aanaa jalduutti maqaa lafaati.
Fayaa dahii Boo Rokkoon umataa oromoo sagantaa Halagatii!
Of ta’uun heera uumati
Brilliant 👍Galatoomi.
Gallatooma bayyee nu barsistaan nu jiraadha ❤❤❤❤
Dhugaan niiturti malee niigalti fayyaata'aa
Nuuf jiraadha hayyuu keenya
Galanni keessan isa Oromoo godhee nu uumeef haa tahu!!!Baga isin qabaanne ‼️‼️
Barnoota nuuf kennitaniif fayyaa ta'aa jechaa, namni seenaa ofii hin beekne nama ofwallaaledha. Namni of hin beekne ammoo omaa hin beeku. Dhaloota keenya ofdhabee waldhabe ammoo deebisnee ijaaruf dirqama keenya bahuu qabna. Uummatni gurraachi kun eessa akka ture, eenyu akka ture, eessaa akka kufe barsiisuu cinaattis akkamitti uummata keenya ijaarree bakka sanatti akka deebi'u goona? Akkamitti sagantaa alagaa jalaa gara sagantaa mataa isaatti deebisuu dandeenya?, akkamitti uummata waam isaa wallaale kana waan isaatti akka deebi'u gochuu dandeenya? Ammoo sagantaan qindaa'an kan nu ijaaruu danda'u lafa jira. Hojiittillee kan jiruudha. Otoo haala kana ilaalcha keessa galchuun gara sagantaa gurraachotaatti deebinee bareedaa yaada jedhun qaba. Galatoomaa warri michille media
Galatoomi 🙏🙏🙏
Umriin keessan haa dheeratu
Abboo kiyya.kabaja guddoo siif qaba.Bulii, raagii, dhuugaa baddee galchuufii tandabdee qajeelchuutti waan jirtuuf uumrii sihaa dhereesu.Seenaan kenya namoota haqa jalliisaniin guraacha'ee ragaafii seenaa dhuugaa walqabsiiftee nubarsiisaa waanjiirtuuf akka dammaa nutti mi'aawaa sidhageefataa jirra.Ammallee kan hinbanee qootii baasii.Jiraadhu,ilkaan sarfajjiin nyaadhu.
Akka Oromoon ufi hin taaneef Habasoonni nurrati hojatanii amantii fayyadamanii jiran . Amma Oromoon seenaafi Seera dhugaa isaa deeffachuun dirqama Oromoo warra dhugaa kana hubatan warra seenaa barreesitan dhugaan kun akka deebi'uuf hujitu nu eeggata.
Oromon duris arras hanqina hoggansa qabna maaltu waya michille
Aksum, akasuma Kan oromotii moo tigree
nuuf jiraadhu dachaa
Galtooma nuti oromoon seenaa alagaa malee keenya hin beekanu.
Dhuguma jettan
Hin corroqee jechuun maal jechuudha
Miidiyaan michillee seenaa keenya nu barsiisuuf ifaajee taasistaniif baay'ee galatoomaa!! Ani sirriitti dubbisee seenaa saba kootii isa sirrii beekuun barbaada. Kitaaba kam yoon dubbisen baruu danda'a? Maaloo naaf barreessaa!
galaatomaa seenaa guddaa isiniraa baraa jiraa
Oromoon waggaa meeqaaf Gondor bulche?suuqii afaan Araabaatinis suuqii jedhama kanaaf Araaboonni maqaa kanaa nurra fudhatani jechuidha.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Well come back. Jabaadhuu jabaa namaa, waaqni isinii faana haa ta'uu
Galatoomaa, dhaloonni fuulduraa hojii keessaniif sin yaadata. Nutillee waan bayyee baraa jirra. Nuuf jabaadhaa. Sagantaan akkasii bayyee barbaachisa.
Amazing speech 🎉🎉🎉
Dear Michille thank you for your great teaching. I learned a lot. I am your follower
Baga nagaan dhuftan maqaan Aallee jedhu bakka hedduu jira
Jabaadhuu jabaa namaa atii!
Garuu seenaan oromoo kun walxaxaadha.
Baga nagaan dhuftan
Nuuf jabeessaa❤
Jabaadha! Hojii Boonsaa Hojjachaa Jirtu Gara Fuulduraattis Waan Hedduu Akka Isin Irraa Barannu Abdiin Qaba.❤❤❤
Amazing speech 22:45
Wel-come Michille media!
Umurii dheeraa nuuf juraadhaa, Abbaa keenya❤❤❤❤❤❤❤❤
Wle come jabaa Namaa Baga Nagaan dhufte❤❤💚💚❤❤🎉🎉🎉🎉
Translate to English
Welcome Again Michillee 🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Seena aja'ibati kan dhokote videon babaldhisi nuf dhihesi 🎉 galatooma
Seena hasoftu kana baradhen ture garu ifa miti akasuma saba biratin tahu male oromoo tahu isanitin hin barane tanafu itti fufi jabadhu
seenaa uummata oromoo baayyee bira akka ga'uuf hojjachuun ni barbaachisa
yaada baay'ee jajjabeeffamuu fi irratti hojjatamuu qabuudha jabaadhu hayyuu keenya!
Good job, Michelle Media. Our history professor had warned us that we would need to rewrite our history. He is an Adaree or Harari by Ethnicity
Namoonni biraa waan gaarii yookaa waan hamtuu namaaf yaaduu dandayaa garuu waan ufiii abbatu barreefata/deeffata. Seenaa keenna haa barannuu!!
❤❤❤❤❤❤ ❤❤❤
Ulfaadhu ❤️
28:09 eeyyen namni seena hin beekne biyya hin qabu
Seenaa dabe(sanuu kan diinnikee ❝ 𝑎𝑡𝑖 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠𝑖 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑛𝑎 ❞ jedhee sittiifii alagaatti himu) sirreessuun, dirqama ilmaan sabichaa(Oromoo) kan warra barateeti.
𝙶𝚘𝚛𝚜𝚊 𝚍𝚑𝚞𝚞𝚗𝚏𝚊𝚊 𝚔𝚘𝚘𝚝𝚒𝚒 𝚒𝚜𝚒𝚗 𝚠𝚊𝚛𝚛𝚊 ' 𝚟𝚒𝚍𝚎𝚘' 𝚔𝚊𝚗𝚊 𝚑𝚘𝚓𝚓𝚎𝚌𝚑𝚊𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚝𝚊𝚗𝚒𝚒𝚏;- 𝐷𝑎𝑏𝑎 𝑠𝑖𝑟𝑟𝑒𝑒𝑠𝑠𝑢𝑢𝑛 𝑜𝑏𝑠𝑎𝑎𝑓𝑖𝑖 𝑚𝑎𝑙𝑎 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑑𝑎. 𝐺𝑎𝑎𝑓𝑎 𝑎𝑡𝑖 𝑑ℎ𝑢𝑔𝑎𝑎𝑘𝑒𝑒 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑑𝑎𝑡𝑡𝑢, 𝑘𝑎𝑛 𝑠𝑖 𝑠𝑎𝑎𝑚𝑒𝑒 𝑦𝑛𝑘 𝑠𝑖 ℎ𝑎𝑡𝑒, 𝑖𝑦𝑦𝑢𝑢𝑛𝑠𝑎𝑎 𝑤𝑎𝑎𝑛 ℎ𝑎𝑓𝑢 𝑚𝑖𝑡𝑖. 𝐾𝑎𝑛𝑎𝑎𝑓 𝑦𝑎𝑎𝑑𝑎 𝑤𝑎𝑟𝑟𝑎 𝑓𝑎𝑎𝑙𝑙𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑛𝑖𝑖 ℎ𝑖𝑛 𝑖𝑙𝑎𝑎𝑙𝑖𝑛𝑎𝑎! 𝐷ℎ𝑢𝑔𝑎𝑎𝑑ℎ𝑢𝑚𝑎𝑡𝑢 𝑓𝑎𝑎𝑙𝑙𝑎𝑎 𝑠𝑜𝑏𝑎𝑎𝑡𝑖 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑡𝑎'𝑒𝑒𝑓𝑖.
Hojiin keessan baay'ee baay'ee bareedaadha. Jabaadhaa; ittifufaa!
Oromoon eessatti jabina akka qabuu fii eessatti laafina/dadhabbii akka qabuus (durirraa hanga ammaatti) walbira qabaati nuuf himaa! Baree kan hubate, barsiisee haa hubachiisu! Isin jaallanna. ❤
Galatoomi 🙏🙏
Well come back 🎉🎉🎉
❤ ammas galatoomaa baay'ee namatti tola❤
Midia kee kana guddisi jabaadhu hayyyuu
Baga deebitan Michille Median!
Galatoomaa dhugaa kanaaf!
Well come michillee ❤
Baga nagaan nuuf dhuftan....
Baga Nagayan dhuftan ❤
Jabadha Hedduu namattii toltani
Wow…. You dealt with nucleus of Ethiopian political history. Thanks
Hedduu Galatoomaa! Jabaadhaa!
Namni seena hin qabne biyyas hin qabu mirgas hin qabu 27:09
Hedduu Galatoomaa! Seenaan isin mul'isaa jirtan waan dhugaati.
Kophaa taatan nama Lama Lama taatanii osoo dhiyeessitanii kana daran bareeda. Tarkaanfii gaariidha! Itti fufaa....
Oromo mara bira dhaqabu qaba seena hayyun kun hasawu🎉
Rakkoo Oromoo beeknan, furmaata barbaaduun nama hin dhibu! Jabaadhaa!
Boo ati nama Jabaadha Jabaadhu Abbaa Ilmaakooo
Nu jalaa gabaabsitanii gara 1:30 ol nu guddisaa hadaraa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Guddaa galatoomi Ani mana baruumsa caalan seena dabalataa sirraa baradhee
Wow jechaan dhabeem🎉
Seena ifi beekun dirqama
Haalle kan jedhu aanaa jalduutti maqaa lafaati.
Fayaa dahii Boo Rokkoon umataa oromoo sagantaa Halagatii!
Of ta’uun heera uumati
Brilliant 👍
Galatoomi.
Gallatooma bayyee nu barsistaan nu jiraadha ❤❤❤❤
Dhugaan niiturti malee niigalti fayyaata'aa
Nuuf jiraadha hayyuu keenya
Galanni keessan isa Oromoo godhee nu uumeef haa tahu!!!
Baga isin qabaanne ‼️‼️
Barnoota nuuf kennitaniif fayyaa ta'aa jechaa, namni seenaa ofii hin beekne nama ofwallaaledha. Namni of hin beekne ammoo omaa hin beeku. Dhaloota keenya ofdhabee waldhabe ammoo deebisnee ijaaruf dirqama keenya bahuu qabna. Uummatni gurraachi kun eessa akka ture, eenyu akka ture, eessaa akka kufe barsiisuu cinaattis akkamitti uummata keenya ijaarree bakka sanatti akka deebi'u goona? Akkamitti sagantaa alagaa jalaa gara sagantaa mataa isaatti deebisuu dandeenya?, akkamitti uummata waam isaa wallaale kana waan isaatti akka deebi'u gochuu dandeenya? Ammoo sagantaan qindaa'an kan nu ijaaruu danda'u lafa jira. Hojiittillee kan jiruudha. Otoo haala kana ilaalcha keessa galchuun gara sagantaa gurraachotaatti deebinee bareedaa yaada jedhun qaba. Galatoomaa warri michille media
Galatoomi 🙏🙏🙏
Umriin keessan haa dheeratu
Abboo kiyya.kabaja guddoo siif qaba.Bulii, raagii, dhuugaa baddee galchuufii tandabdee qajeelchuutti waan jirtuuf uumrii sihaa dhereesu.
Seenaan kenya namoota haqa jalliisaniin guraacha'ee ragaafii seenaa dhuugaa walqabsiiftee nubarsiisaa waanjiirtuuf akka dammaa nutti mi'aawaa sidhageefataa jirra.Ammallee kan hinbanee qootii baasii.Jiraadhu,ilkaan sarfajjiin nyaadhu.