I never lesen any interview but when this pastor 🙌 comes i can not wait to hear the truth voice through him & his guests 🙌!Thank pastor for bing voice of truth & God is using you to save this generation's from bing 😭 💔 God bless your family’s, friend's also your guests 🙏 Thank you ❤💚
Kafiyalow keenya! Jabeessi atillee guddaa keenya garuu waan ani siin jechuu barbaadu saba kee gargaari baay'ee gaariidha garuu waan gooftaan jibbu akka hin of Eeggadhu adaraa! Kan hafe baay'een si jaalladha❤😘
Yesus jireenyaa
Yesus karaa dhaa
Yesus qabeenyaa
Yesus naga dhaa
Yesus fayyinaa
Yesus michuu gaariidhaa
Yesus abba gaariidhaa
Yesus sireessaa amanaa namatii Ebbifammaa Ebbifammaa Ebbifammaa Ebbifammaa Ebbifammaa 3
Repliees
Replied
Yaa qulqulluu mudaa hin qabne 😭😭😭 jireenyi koo si malee hin tolle hallelujahs Oo hallelujahs galatoomi iyyasuus kiyya ameen ameen 😭😭 jabeessi phaawuloos ayyaana guddaatu sirra jira laphee kee gooftaa irraa hin deebisiin! Waaqyyo si haa Eegu ❤❤❤
Matii nafi ta'ii qomoo
Haacaaluu jaallachuun waan tokko. sirbi isaa faarfanna dha echuun garuu sirrii miti. Maalumas haa jaallannuu sirbichi ulfinna waaqayyoof waan hin taaneef akkasi jjechuurraa osoo of qusattee. Waaqayyo si haa eebbisu !
Eebbifama Waaqayyo sin haa eebbisu tajaajila kefyalew bay'ee si jaalana jabaadhu! ❤️❤️
Ani muslimaa Garuu si Bay'ee si jaladha Bor Kafelew🌳🌺🟢
Nuyi Tokko hadhokoo Oromoo dhigaa Tokko ILOVE you
I never lesen any interview but when this pastor 🙌 comes i can not wait to hear the truth voice through him & his guests 🙌!Thank pastor for bing voice of truth & God is using you to save this generation's from bing 😭 💔 God bless your family’s, friend's also your guests 🙏 Thank you ❤💚
Wwww kafiyyee kafi balilin ebbifama gooftaan isina ebisuu kafiye ardhaan argee afaan oromo indandessaa edaa 😯😯😯 gudidhaa🥰🥰🙏🤲
Wowowo dachaa ebbifamaa ayyanii waaqayyoo isnifi haa bayyatuu Kafee & Tafee farfanaa isasi bayyee jaladhaa❤️🙌👍
Bagumaa waaqayyoo biyya lafaa keessa si basee tafee koo ☝️😢😭💝❤️
Sboko kotu
@@tshlove1374 essa dhufaa ree sanyii koo
Wawu jabaadha waaqayo isin haa ebisu baga waaqini si gargaare tafe ebifami obbolessa keenya keefa❤❤🤝
Uuuffeee kanaf Eebbifamaa gototaakoo kefelwuu❤️🙏taafeekoo is hookaa nuf jiradhaa ammatuu sin in dandaaaiiin💕💕🙏🙏
Waqayyoo barafii jirenyaa kee haa ebbisu ebbifamii
God my birther tefarii bayee sin kabajaa Ani garuu muslim saganitake baye horidofa 💕❤️💕💚💕❤️💕💚💚💕💚💕💚Jajabadha oromoni karaa hundumani oli bahuu qaba
Nama waaqayyoo jabaadhu baay'ee hojii bareedaarra jirta
Kaffee Jabaadhu hojii gaaritti jirta.
Baga defatee uuufi tafee koo ebifama jabadhu kafee ebifama
Bagaa waqayyoo si gargaree Tafe Kafe nuf jiradhuu ebifamii si jallanaa mucaa kakuu❤️❤️❤️
Waqayyoo isin haa eebisu darbaa deema maqaa yesusin kafyee heeduu sii jalana jabaadhu dhalootaa dhufanif fkn ta'ii🥰🥰🥰
Iyesus gofitadha Ameeen Ameeen
Ebiifamaa maqaa iyasus ttiin gooftaan ayyaa isaa siiniif yaa bayyiisuu 👍👍👍❤️❤️❤️
Kafyalu Waaqayyo eebbaa isa siif haa baay'atu hojii gaarii hojjechaa jirta
Baay'ee gaariidha dhugaa itti gammaderaa uffee jabaadhuu ammas abdiin jiraa dhugaa itti gammaderaa anis uffee
Baga nagadhan dhuftani bagaa matii gofta kenya yesusitii dhiyataa jabaa kenyaa jabadhu goftati cimii anaa farun kee bayee anati tolaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👍👍👍👍👍👍
Anii tafarii nin jaladhaa yero ini muziqaa wallo sirbe 😍garu ani muslima ❤ love eyusus kiristos ergama rabbii bekkii
Eebbifamaa... sabbontoota ijoolee oromoo. Arada jechuun issinii goftaa eyesus amananii enyuumaa keessan issa foonii oromuumaa jalachuu beekuumsa gudadha. Issin jaaladha
Homma miti Tafe koo hin gaabin ykn hin gaadini wqyo abban kee sorressa uuuuuf
Bagaa gooftaan manaa isaati sii deebisee ebbifamaa isini jalaannaa
Waaqaayyoo sii haa Ebbisuu keefekoo Ajaibaa hojjiinkee
Tafari Guyyaa saanii sitti areee akka oromoti garuu dhifama siifi godhera ebifaamii 🙏🙏❤❤💚💚💚❤❤🥰🥰🥰💪💪💪
Kafee jaba nama waqayyo goftan koo sii haa ebbisuu
Kafyalo tufa heddu galatoomi dhiiro dhugaan ummata keenya
Akka gaaritti waan siif galeef haqa itti cabsii dubbadhu rabbi fayyaa siif haa kennu
Tafee kooo bayeni sijalaladha nufi jiradhu ebbifami muca kaku waqayo barafi jirenya kee ha aebisu you ♥
Jabadha waqayyo isiin haa ebbisu!
Kaffee baayyee sittin boonna dalagaa hedduu dalagaa jirtaa jabaadhu
Tafee edaa Mucaa biyya kooti wowwww ❤️🥰💔shawaa koo missi you ❤️💘Bagaa isinnin irraa dhallee
Haa ta'uu garuu ...
@@shambelkebeda1404 hhhhh mali ree shawaa ta.uu gafli sitti ta.ee moo haa ta.uu garuu mali hhhh so happy me 🤣long life shawaa❤️💝
Ameen waqayoo siinaa ebbisuu ayyanii waqayoo isiinif haa bay'atuu ijoolee waqaayoo ebbifamaa
Woow kafee keenya waaqayyoo dachaa sii haa ebbisu ebbifami hojii gudda hojjecha jirta jabaadhu waaqayyoo dangaa kee haa bal'issu
Baga nagaan gara maatii waaqayyootti dhufte eebbfamaa ijoollee waaayyoo
Waqaayyoo goftaan sagalee jireenya sii haa dhagesisuu 💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐
Kafee koo ebbifamii hojjin kee bayyee namaa bonnsaa waaqayyoo barra kee haa ebbisuu asirattii sher nuuf godhii tb isaa
Bagaa fayyiitee tafee abban fedhee waan fedhee ha jedhuu jabadhuu jabaa koo
Wowwww tafee/kefe ebbifamatoo koo ebbifamaa Dachaa Akka isinnin jaalladhuu ❤️💘💟🥰💖💯✅💝Andunyaafi ifaa amma iyyuu
Eebbifama waaqayyoo daachaa isiin ha eebbisuu
Gooftaan sin haa ebisuu keessi siniti gamaddee jiraa ebifamaa
Garuu warii imimmaaniin ofuma nama dadhabisitaan dhisaa wali gargaruu keessan itti fufaa malee jabadhaa bayeen isiin jaladhaa
Tafee jiraa jiraa waqayyosi 📖📖
Jajjaabadhaa Oromoo First koo gama maraanu jabaadha
Waw tafe and kefe god bless you
Uuuufffeee baay,ee namati toltuu dhugaa K&& ebifamaa
Tolee nagan nuf kotuu 🧡❤❤❤❤🏃♂️
Wow waqqayoo guddaa isiin haa eebisuu. yesus guddaadha..
Ati nama jabefamuu Qabduuu Kaffee Koo🟢💋🤩🤩
Eebbiffiiimaa ijoolee kaakuu nuuf jiraadhaaa
Bagaa nagan dhuftan kafee fi tafee isiin jalanaa nuu jiradhaa
Waaqayyo baara jiirenyakeessan haa ebbisu ebbifama sin laachu
Really thank you Kefe for your supporting our peoples through Outstripping their truth
th-cam.com/video/Sz3MUnRAyno/w-d-xo.html
Eebbifama waaqayyoon isaan Eebbisinna horaa bulaa deebana jallowwan tiyya
Jabadhuu namaa gudaa keenyaa
Amantaa kessaan ordofuu badhuus bayyen issin jaladhaa bayyen issin kabajaa
Kafiyalow keenya! Jabeessi atillee guddaa keenya garuu waan ani siin jechuu barbaadu saba kee gargaari baay'ee gaariidha garuu waan gooftaan jibbu akka hin of Eeggadhu adaraa! Kan hafe baay'een si jaalladha❤😘
Kafiyee nuf jiradhuu dhugaa
Kaffee eebbifami Tafarii nuuf dhiyeesuu keetiif akkas wal-jajabeesuun gaariidha waaqayyo biratti
Maalif garakoo sijaalatee lataa kof anii yeron midiyaratii argee jawar ilalun of sasataa atii akaa jawar garakoo sitii narafama yasus sihatiksuu ebifaamaa
Kefe, you are doing awesome job supporting and bringing people out of shadow.
Jabadha waqayyo hin dhufaa maranata
Artistiin ykn aada ofii beeksisuun aarda wajjin walitti hin dhufu. Akka male hubatte malee. Lubbun ke gara FAYYINA dhufuun waan guddadha. Og ta'u waaqesssi... Muse, Dawitfaa yaadadhu!
Uuufffeyee uuuuuuuffffeeyyyee AMEEEEN dachaa ijii kee haa banamuu 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊
Tolee kafye nuuf jiraadhaa hojii bonsaa hojjeerta kafye ebbifamaa ebbifamaa
Eebbifama baga nagaan dhuftan!
Waliigalle waaqayyo isin haa eebbisu eebbifamaa
Ameeeeeeen ameeeeeen aleluyyyaa iyesusii gofiittaadha ebiffaama ameeeeeeen ameeeeeeeeen ameeeeeeen ameeeeeeeeen ameeeeeeen ameeeeeeeeen
Waaqayyo isinin haa Eebbisu Eebbifama😍🙏🙏❤
Jabaadhu hojii gaarii hojaata jirta Obboleesso
Guys you are so smart I love you and like your program
Hacee koo seena riirimii hin nyaatu
Hacee koo hacee koo lubbu nufii jiradhu bakkuma jirti gumma keee Waqayyo haa basuu hacee koo 😭😭😭😭😭😭
God bless u & his brother
Ergamaa kef hojiin kee bayye namaa bonssa jabadhu 🙏🙏🙏🙏
Namoota dhufatii yesuus kiriistos hubannoo in qabnee odoo barsiistanii gariidha.
Wow tafee &kafee hedduu isiin jalannaa waqayyoo siin haa ebbisuu
Nufi jiradhuu kafee
😀😀😀 iyyitee baate haa baatu ishiin
Jabadhu kefa waqayyo nama akka Kee nufu haa bayisu
Oromoon xiqii qaban dubattii hin dheebuu ija nafixanyaa irraa hafaa leencaa fakkii namaa🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅💜 kafalawu Tufaa jabadhuu sin jaladha rabbiif sifaan haa ta'uu oromoon bayyeedhaa ........gallattoommi ani muslimaa garuu oromoo qulqulludhaa sin jaladhaa ❤💪💪💪💪💪
Ana dhufuu kafiyee abaa cabsaa lencaa ofii
Bagan dhuftan darbaa deemaa gootan Koo isin yaa Eebbissu
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen waaqayyòo siin yaa ebbisuu
Uffeeee baay'ee Eebbifamaa jajjabeewwan❤💕
Kafe & tafe jabadhaa goftaan isiin haa ebisuu
Waqayoo sa ebbisuu hamayuu Maloo Lakii Sherii Godhafii Jajabasaa
God bless you all. Tafari mekonen ኢየሱስ ኢየሱስ መልካም አባቴ ግርማ ሞገስ ሁሌም ውበቴ kan jedhu faarru kee bayee nan jaldha ebifami
Jabaadhu Kafe
Wawu Kafe Goota Keenya🙏🙏🙏
Kef bayye sii jaladhaa ani garu yero amanata koo tuqe inni sii bira suni hedu jaladha ture amma jibbe jira
Ebifaamii kafee
Ammeen ammeen ebifamaa dachaa dachaan
Waaqayyo isin haa eebbisu.
Eebbifamaa waaqayyoo isin haa eebbisu ❤
Dhuga kee jette Kefe koo namnii kenya wali gargaaru hin beeku baayee namaa gaddisiisa. Anni yerro isiin ordoofu telefoonaa lamma fii TV tokkotti fayadama comment immoo amma dandahu goodhan ♥️♥️♥️
Anii tafarii mucaa shawaa bahaa see barii
Amen amen amen amen amen ✝️✝️💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯
Uuuuuuuffffffee waqaayyoo sii haa ebbisuu ebbifamaa dachaa dachaa 👏
Gooftaan isin ha ebbisuu 🙏
Nufi jiradhaa Sanyiwaan koo 🥰 💖
Yaa qulqulluu mudaa hin qabnee ameeeeen ebifamaa tafee bagaa goftaan sii gargaare ebifaamaa🙏