Doktor nafyad mee gafii kana naf ladhuu hadaraa mee dhiraratii wanii bauu toko niijiraa tauumsaraa Kan namatii dhufuu guro Wan jan san dawaa isaa nuf ladhuu mee galatomii 💞💞💞💯
Duktor galatoomi mee gaafin sigaafadhaa ani ega herume waggalama garuu ilmoo barbaada jarssikoos nabiruma jira dalagaaf bati sadi afur akkasitti walgarra dawaalle hin fayyadamu mee akkam miin naaf himaa
Thank you very much Doctar!I am a new for ours Chanel.dhiironni tokko tokko yeroo walquunnamtii saalaa gaggeessan koondomii lamaan fayyadamanii,inni tokko mucucaatee qaama saalaa shamarranii keessstti hafa,.isa kana akkamitti lafa keessu?
Nuuf Jiiradhuu Dr Wan Bayye Barradhe Siiraa Dhuga ❤❤❤❤❤💚💚💚❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Dr jabadhuu Ef ykn misenjaran gafi si gafadheen turem 😍
Dr Galatoomi waan gaarii barsiisu jirta jabaadhu jecha
Gaaffii namootaan wol mormaa turree tokko
Dubartii tokko erga dahumsa dhaabde booda jechu woggaa shantamaa ol fedhii saal qunnamti ni qabdi jechun Akkuma yeroo umriin isii xiqqaa sanatti dhiiraa ni hawwitii
Mo fedhiin isiis umrii woliin dhaabbata jechun akkuma dahumasa dhaabdeen fedhiin isiis ni dhaabbataa jechuu barbaadeti
Ulfaadhu galatoomi jabaadhu
Dhugaa Mati naa tayyii Qali
Galatomii Dr. Barumsaa baye garii dhaa. jabadhuu akumatii itii. Fufii siwajiin jiiraa nutiisii
Gudda galatoomii Doktar waantii kun yeroo baay,ee gafii natii umaa turee naa deebisuu keef thank you🤝
Doc thenk you good idea continue like100%❤❤❤❤👍👋
Thanks Dr 👏👏
Galatoomi Dr Dr keenya abba Cabsa wa hedduu sirraa baraa jirra ifaaje tokko malee 🌺
Itti fayyadamuu qabdu
Matii na ta'ii qalii sifan ta'a❤
Matii na ta'i haadhoonkoo subiscirbe sif godha
Usumaa achi hin gayin naa sodachisee rabbi jedha
Thank you for cabsa 😁😁😁😁😁😁😁😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄👍👍👍👍👍👍👍💘💘💘💋💋💋💋💋💯💯💯💯💯🤜🤜🤛🤛👂👂👂👂✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Malo mati naf ta.ime
Matii naf tayii Qali
Afdactusv que bueno me alegro por ti mi niña hermosa y como te sientes hoy con uygrf❤🎉
Hi naganif ararii goofta siif yaa bayatu bayye namati, tola itti, fufii❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dr heedduu galatoomi barnoota ati kennitu,baay,ee gaariidha❤❤❤
Jabadh Dr rabbi achiin nuhaaga'u
galatoomi Dr waa baay'e sirraa barataa jirraa
Jiradhuu sanyii ko Dr kenyyaa 🥰🥰🥰👍👍❤❤❤
Dr 😂😂😂😂 hojii kee moo keep kun heduu barumsas gudadhaa dhugaa dha 💯💫👏👏 thank 🥰🥰
Welcome Dr. Thanks🙋💝
th-cam.com/video/uZvBuuoMMSs/w-d-xo.html
Melanie mati naf tayi Qali
@@jamsiiorotube32 Matii naf TAYI
Thanks docter❤❤
Abbaa cabsaa koo bagaa nagayaaa dhuftaan❤ anii akksumaan fulaa kee argee kolfaa du'aa😉❤😍
😂
kkkkkkk
Wayoooo😱😱🤣🤣
qashtii mati koo tayyii
@@hakimamanya4993 eshi qashi koo🏃♀️😘
Gaffi gaffi Tnks Abba cabsa me yero ulfa bayye micciyo takka oldebisa yeroo Abba mana ishe fana walqunamti sala gotu heddu itti cala malii me wantichi
Thank you dr kenyaa ❤❤❤❤
Mati waliif tana
D/ gafii kiyyaa Marafee Kororaa fii jenee yoo fudhanee dhuluu hin dandetuu jedhanii ykn dhalchuu hin danduu jedhanii dhugaa moo akkamii nafii ifaa naa godhuu
Dr gaafii tokkoo qaba yoo marsaan xurii laguu yoo baay.atee miidha qaba?dubara hin heerumnii irraatti
Naa heymte jechudha.sochin mucaa midhuu Dr
Thanks dr🙏🙏
Dr bayee galatoomii ijarraa hafii nuuf jiraadhu
Dr bayee galatomii kolfaa dhumnee ..jabadhűu. . Dr .gurmessa . Dr nahom... nuuf fidii chayinal kee irratii fataa. Jedhaa heduu .namtii toltuu👍👍👍👍
Jajabadha wawu 👍
Doktor nafyad mee gafii kana naf ladhuu hadaraa mee dhiraratii wanii bauu toko niijiraa tauumsaraa Kan namatii dhufuu guro Wan jan san dawaa isaa nuf ladhuu mee galatomii 💞💞💞💯
Malo mati naf ta.ime
Ok doktor dhifama anillee waa sigafachu baarbada haadha koo naajellaa dhukuba gaaru cogaaradha maalli daawan isaa sorritti naajallaa dhubaa doktor haadara naaf deebisaa
Annis akkasuma 😢😢😢😢😢😢
Abbaa cabsaa bagaa nagaani dhufte 🥰🥰🥰
Wwwww Jabadhuu Qalii Namaa 🙏💐👍
Welcome dr kenyyaa jiradhuu barumsaa gaariidha
Matti nafi tayi Qali
Dhugaa hedduu gallatomaa Dr, kenyaa namoni I kenyaa kolfuu malee barnotaa fudhachu hin bekkani osoo dur, gorsaa Kan qabatanii mattin kenyaa irraa midhan garagara hin gahu turee hedduu gallatomaa umurii nuf dheerradha🙏❤️💚❤️
Sare koo mati naf ta.ime
Gaalatoom Dr Naaf yaadi
❤❤❤💚💚💚❤❤❤
Hi
Galatoomii Dr kenyaa barumsaa gaarii
Guddaa galatoomi Dr❤️🙏
Sifu koo mati naf ta.ime
Wawu dhugaa gafii kun hundumaa biraa turee ebbiffamii dr nafdii
Jabadhuu DR❤️👏🏽
Nagaa waaqayyoo sinifi yabayatuu Akami. Oltanii jirituu
Matii waliif tana
Barumsaa gaariidhaa Galatoomaa Dr Keenyaaa itti fufaa
Galatoomii Dr Kenyaa
Dr guddaa galatoomi fayya nuf ta,ii💚💖💔💔💔❤💝💯😀💯💯👌👌👈
Yeroo achii ga'eefi na fayadaa jedheen baradhe dr thank you 😆😆😆🤣🤣🤣🤣😍
Nufi jiiradhuu dr kenyaa kessatu afaani oromoo nu barisefita nufi jiiradhuu ❤❤
Bagaa dhuftee ❤
Firo ♻️💞 ani maatii siif ta'eera atis naaf ta'ikaa💞👈💕
Mattii Naf tayyii Sanyii To
@@DrHanii 414 ffaa siif ta'eera. Atis naaf ta'ikaa💞
MAATII NAAF TA'I SAANYII 👉👉th-cam.com/video/0eLdxy37c0k/w-d-xo.html
@@sanyii8781
Sanyii Ko Abshii
Welcm Dr jabadhu
Galatoomaa kaa silaas nuti bira hin geenyee...❤❤❤💯
Malo mati naf ta.ime
Ulfaadhaa Abbaa capsaa,Dr Nafyad
😂😂😂😂😂😂
Wayii yadokotor walhii anii kolfii najesee malaumaa nawayaa yeroo fulaa kee arguu kolfuman gagabaa barumsaa garidhaa thank you so much doctor
❤
Miidhaa kana hundaa irra bilisa ta, uuf yeroo ulfaa wal, qunamtii dhiisun barbachidha Dr
Abbaa cabsa😀
Galaatoma Dr dhugaadha waan heeddun sinirraa baraacha jira ulfaadha
Deesee beektamoo
Nuf jiraadhu Dr keenyaa
Duktor galatoomi mee gaafin sigaafadhaa ani ega herume waggalama garuu ilmoo barbaada jarssikoos nabiruma jira dalagaaf bati sadi afur akkasitti walgarra dawaalle hin fayyadamu mee akkam miin naaf himaa
Dr Fayyaa ta'i Atilee
Thank you very much Doctar!I am a new for ours Chanel.dhiironni tokko tokko yeroo walquunnamtii saalaa gaggeessan koondomii lamaan fayyadamanii,inni tokko mucucaatee qaama saalaa shamarranii keessstti hafa,.isa kana akkamitti lafa keessu?
jabadhuu Doctor sanyii koo , asumaan namnii as jala jirtan hundu maatii koo ta'a anis maati isiiniif ta'a wal malee maal qabna wal haa jajjabbeesinu wal ya guddisnu ya qoomowwaa koo?
Dr Naafyaad Gafii qaba isa maali yoo jettaani dhukkubba boiled veoish jechuu maali jechuudha mee nati himaa mee
th-cam.com/video/uZvBuuoMMSs/w-d-xo.html
Docter bayyee galaatooma garuu waan bayyee nachiqee tokkoon siigaafachuu barbaadaa dhukkubaa qoorraa akkamtii irraa fayyaan
Dokter hedduu galatomi🙏🙏barumsa gariidha
Dr. baga nagaan dhuftan
Dr baayee si jaalana baaga kenna tatte
Ani yeroo baayee yoo maadamini tiyya na arsitee post kankee jaala senee comment dubbisa 🤣🤣
Anillee akkuma keetii😂😂😂😂😂😅😅😅😅😅😅😅😅
Nuuruu obooleesaa keenyaa❤❤❤ Baagaa Deemtaan Haaramee biiraa❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Anii ulfaadhaa gaalata waqqaa nagaan hikaamii naan jedhaa ijjollee oromo koo
Waqayyoo nagaan si ha hikkuu
nagaan hiikami
Nagaan sihaa hiku sii haa laafisu
Www bayyee galatoma Dr kenyaa
❤❤😍
Mimi kottu maati naaf tahii lubbu
Kkkkkkkkkkkk
Maatii naaf ta'a
Wooow gorsaa gaari nuuf gumachite gudda gaalagomi Dr atii ilee fayya nuf ta'iii
Gaaffiin qaba wol quunnamtiin saalaa kun 😊 yoomuma dhaabbata?
Maaf dhaabbata waaqni miira irraa dabarre nuuf kenneem jaal
@@boonttuu3505 malo kotu mati naf ta.ime
Malo mati nsf ta.ime
Ebbifami Dr dhugaa
Gaafii qaba dr yeroo marsaa laguudhaan alatti wal-qunnamtiin saalaa yoo raawwatame ulfi ni uumamaa?
Malo mati naf ta.ime
@@ELSAGADOTUBE kotu si ta'aa atti annfi taha
Jabadh Dr rabbi achiin nuhaagauu
Jaba 😊😊😊
🙏🙏🙏❤️❤️❤️🌹🌹💐🪴
😍😍😍
Haqaquun.icabaa.jedhani.dhugumaa.doktor
Thanks 👍
Kkkkkkkkkkkkkkkk dhugaa waqaayooo duraan madani tiyyaa wajjiiin walole baay'een aaree gaaruu video kee laaleen baay'ee kolfe
Galatama Dr.
Mama koo malo mati naf ta.imr
@@sumayayoutube1706 mati naf ta.ime malo
Qunam
@@ELSAGADOTUBE qunamtisaalaa
Uuuuuuuuuuuuffffff harmen kee bayyee namatii toluu matii ebbifamoo oromokoo humurii dheraa sif haa jirtaan dhugaa
🥰😍
Falamatu koo mati naf ta.ime
Falmatu Mati naa tayyii
Hay falmattu
Matii naaf ta'ii sanyii ❤♥😍
Galatoomi Dr keenya
OKey Thank you D nafyaada
Baga naagan dhuftan Dr keenya 🙏
MAATII NAAF TA'I SAANYII 👉👉th-cam.com/video/0eLdxy37c0k/w-d-xo.html
Maatii naaf ta'imee sanyi koo maaloo
Guddaa Galatomii Dr kenyaa
Wel come dr
Galatomii Dr Barumsaa gaha sirra argacha jirraa
Galatomii Dr 👍👍❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏
Wel come dr nafyadi
@Kulanii Bultuma yesus garidha📖🙏 eshi siin ta,a bareedukoo raakoo hin qabuu
Galatomii dr 🙏🙏
Bagaa nagaan dhuftaan Dr.Nafyad
Jiraadha❤❤❤
MAATII NAAF TA'I SAANYII 👉👉th-cam.com/video/0eLdxy37c0k/w-d-xo.html
Baruumsa baay'ee barbaachiisadha. Galatoomi Dr
Dr keenyaa nuf jiraadhaa❤❤❤❤❤
Masha Allah galatoma❤❤❤
Nufii jiradhaa Dr bayee galatomaa
Galatoomi doctor barumsa gaarii dha jabaadhu dhiiga ofii
Maloo oro koo like suscrbed Described godhaa jajjabeesa Dr keenya bayee jalatamaa nuuf jiradhuu Dr keenyaa
🙏👍👍👍🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🥰🥰🥰👍
Nuufi galatoomii Dr keenya
Simbo koo mati naf ta.ime
Yaa Dr keenyaa umrii nuuf dheeradhu baay'ee baay'ee namaa tolaa gorsaa keessaaniif barumsaaf nuuf qoodartaan amas ittumaa nuuf fuufa galatoma!!
Maatii naaf ta'imee sanyi koo
Bagaa Nagaan dhuftaan Dr kenyaa
MAATII NAAF TA'I SAANYII 👉👉th-cam.com/video/0eLdxy37c0k/w-d-xo.html
Galatoomaa Dr naafyad..
Galaatomii Dr. Dhugaa wantaa yeroo bay'ee namati tahu nuf debiftaani. Nuf jiraadha jabaadha itti fufaa
Bayy'ee Dr ulfadha 🙏
Baakteeriyaan qaama saalaa dhiiraa gosa kamiin dhufee yaannii mul'atuu eegumsaaf beekumsi rabbiin bira
Dr kenya well come ❤❤❤❤❤❤❤
ሰላም ለዜህ ቤት አንደማመር በቅነነት መልሴፈጣነው
Hana Mati naa tayyii
Woooo nufi jiradhuu oromo ko💜💚💛🧡💙💚💛🧡❤❤❤❤🌹🌲❤🌳🌲
introduction ,fi presentation very hihg