Samuel Abera | Galgalakoo | New Afaan Oromo Gospel Song 2021/2013

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 29 พ.ย. 2024
  • เพลง

ความคิดเห็น • 44

  • @DawitKetema-h6q
    @DawitKetema-h6q 3 หลายเดือนก่อน

    Saamiyyee jabaadhu waaqayyo galgala kee siif haa bareechu

  • @AliMoon-t7m
    @AliMoon-t7m 3 วันที่ผ่านมา

    Ebbifamii jabaa nama waqaayyoo barakee haa ebbisuu hamaalee

  • @Yesuskaraadhadhugaadhas
    @Yesuskaraadhadhugaadhas ปีที่แล้ว

    Ameeeeeeeenn ameeeeeeeenn 🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa 📘📗📚💯🥍🎧

  • @birmaduugoobanaa2453
    @birmaduugoobanaa2453 ปีที่แล้ว

    Ebbifam saamikeenya nuboonsite waldaa keenya🎉🎉🎉🎉

  • @thankstogod4710
    @thankstogod4710 2 ปีที่แล้ว

    eeyyee kaa,qalbii eebba Waaqayyootiin eebbifame,ammayyuu eebba caalutti darbi,umurii dheeraa siif haa kennu!!!!!!hafii jiraadhu!!!!!!egaa Waaqayyo qalbii keenyaaf hubannaa haa kennu!!!!!!GBU!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @FedasaBalcha
    @FedasaBalcha 10 หลายเดือนก่อน

    Eebbifamaa ittiin lubbuun Koo eebbifamteetti,caalchisaa faarsaa ammayyuu!!!

  • @temesgentegegne2980
    @temesgentegegne2980 2 ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo Barakee Haa Eebbisu Farfataa
    Samu'el Abera

  • @temesgenalemayehuofficialt244
    @temesgenalemayehuofficialt244 3 ปีที่แล้ว +1

    Woow Saamii ko heddu eebbiifamii waaqayyo galgala keenya ha bareechuka

  • @miresaebisa804
    @miresaebisa804 2 ปีที่แล้ว

    Saamii waaqayyo si haa eebbisu faarfannaakee isa 1ffaa barbaadeen dhabe faarfannaatti baayyee eebbifameera

  • @miliyoonbanti5281
    @miliyoonbanti5281 3 ปีที่แล้ว

    Saamiko
    Ameeeeeeeeeeeeen
    natti tolera waaqayyoo dachaa isa si eebbise ol si ha eebbisu

  • @YobsanAbdiinjira
    @YobsanAbdiinjira 22 วันที่ผ่านมา

    Eebbifami haadhookoo❤

  • @ToleNeme
    @ToleNeme ปีที่แล้ว

    Dhugaadha gooftaa kootuu beekaa Kan namaf hin danda'amne waaqayyoof hin danda'ama

  • @tedybacha1532
    @tedybacha1532 3 ปีที่แล้ว

    EEBBIFAMII FARFATTAA SAMII KOO 😍😍😍👏👏👏🙏🙏🙏🙏

  • @GenetYutub
    @GenetYutub 3 ปีที่แล้ว

    Ameen waqayoo si'a ebisuu baraf jirenyaa kee ayyanii waqayoo sif haa bay'atuu namaa kakuu darbii deemii

  • @waktolababuofficial4550
    @waktolababuofficial4550 2 ปีที่แล้ว

    Saamiikoo eebbifami

  • @taarraqaabi2883
    @taarraqaabi2883 3 ปีที่แล้ว

    Waaqayyo si haa eebbisu Sami ko!

  • @sarajesesisarajesesi1511
    @sarajesesisarajesesi1511 3 ปีที่แล้ว +1

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen
    😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @biqiltuutub4762
    @biqiltuutub4762 2 ปีที่แล้ว

    Amen amen ebifami nama waqaayyoo 🙏

  • @kakuutadese6428
    @kakuutadese6428 3 ปีที่แล้ว

    saamii koo waaqayyo siyaa ebbisuu

  • @yedeshimarara7803
    @yedeshimarara7803 3 ปีที่แล้ว

    erga keenya Kan Bara kanati yaa waaqayyoo maaloo nu gargaari😭🙏😢

  • @JesusL0vesYou
    @JesusL0vesYou 2 ปีที่แล้ว

    Eebbifami Samo

  • @temperedglass2356
    @temperedglass2356 3 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen 🙌🙏🙏😭😭🤲🤲❤️💚Eebbifamaa dachaa ❤️💚💟💟

  • @selgenfayisa7237
    @selgenfayisa7237 3 ปีที่แล้ว

    Wow eebbafami nama waaqayyoo

  • @wadabayana7021
    @wadabayana7021 3 ปีที่แล้ว

    Ameeeeeeeen Gooftaan isni haa ebisuu Ebifamaa 🙏🙏👏👏

  • @yaddanooharmeetube9781
    @yaddanooharmeetube9781 3 ปีที่แล้ว

    Ayyaansa dachaa argadhuu 😢😢😢

  • @getuabeyaofficialtube7687
    @getuabeyaofficialtube7687 3 ปีที่แล้ว

    I love it this song & singer

  • @waqayooabdiikootiameenebifami
    @waqayooabdiikootiameenebifami 3 ปีที่แล้ว

    Ameeeeen ebbifamaa matii waqayoo

  • @fayegaruma2992
    @fayegaruma2992 3 ปีที่แล้ว

    Fayyinni hojii gaariin hin argamu yesuustti amanuudhan malee.
    “Utuma ta'uu iyyuu namni tokko illee Yesus Kristositti amanuudhaan malee, wanta seerri isa irraa barbaadu gochuudhaan Waaqayyoon duratti qajeelaa ta'ee akka hin lakkaa'amne in beekna. Nuyi wanta seerri nama irraa barbaadu hojjechuudhaan utuu hin ta'in, Kristositti amanuudhaan qajeelota taanee akka lakkaa'amnuuf, Kristos Yesusitti amanneerra; wanta seerri nama irraa barbaadu gochuudhaan namni tokko illee qajeelaa ta'ee hin lakkaa'amu.”
    - Gal. 2:16
    Gal. 3
    ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
    ¹ Isin yaa warra wallaalota Galaatiyaa! Fannifamuun Yesus Kristos akka waan caafamee rarraafameett, ija keessan dura ture; kana deebitanii akka walaltaniit eenyutu qoricha isinitti godhe?
    ² Waan seerri isin irraa barbaadu gochuudhaan moo yobkiis wangeela dhageessanii itti amanuudhaan hafuura qulqulluu fudhattan? Kana duwwaa isin irraa baruu nan barbaada.
    ³ Attam akkas wallaalota taatu? Hafuura qulqulluudhaan jalqabdanii, amma immoo yaada fooniitiin raawwachuu barbaadduu ree?
    ⁴ Waan baay'ee akkasii miyeffachuun keessan wanta waa'ee hin baafneef turee ree? Waa'ee baasuu dhiisuu duwwaa yoo ta'eefoo!
    ⁵ Isa seerri isin irraa barbaadu waan hojjetaniif moo yookiis wangeela dhageessanii waan itti amantaniif Waaqayyo hafuura isaa isiniif keennee hojii aangoos isin keessatti hojjeta?
    ⁶ Abrahaamiin yoo ilaalle, " Inni Waaqayyoon amanate, kunis qajeelummaatti lakkaa'ameef" kan jedhu caafameera.
    ⁷ Egaa warri amanan Abrahaamiif ilmaan akka ta'an hubadhaa!
    ⁸ Waaqayyo warra saba isaa hin ta'in amantiidhaan qajeelota gochuuf akka jiru duraan dursee caaffata qulqullaa'aa keessatti dubbachiiseera; inni Abrahaamiin "Sabni hundinuu siin in eebbifamu" jedhee duraan dursee misraachoo itti himeera.
    ⁹ Egaa warri amanan Abrahaam isa amanee wajjin in eebbifamu.
    ¹⁰ Warri waan seerri isaan irraa barbaadu hojjechuu isaanii abdatan abaarsa jala jiru; caaffanni qulqullaa'aan, "Namni wanta macaafa seerichaa keessatti caafame hundumaa gochuutti qabamee hin jiraanne abaaramaa dha!" in jedha.
    ¹¹ Namni tokko illee hojii seeraa raawwachuudhaan Waaqayyo biratti qajeelaa ta'ee akka hin lakkaa'amne mul'ataa dha; "Namni amantiidhaan fuula Waaqayyoo duratti qajeelaa ta'e jireenya dhugaa in argata" in jedha.
    ¹² Seerri garuu amantii irra hin dhaabatu; haa ta'u iyyuu malee, "Namni wanta seerichi barbaadu hojjetu ittiin in jiraata" kan jedhu caafameera.
    ¹³ Kristos immoo nuuf jedhee abaaramaa ta'uudhaan, abaarsa isa seerichi nutti fidu jalaa nu fureera; akkuma caafame, "Namni mukatti rarraafame abaaramaa dha" in jedha.
    ¹⁴ Eebbi Abrahaam argate, karaa Kristos Yesus saba Waaqayyoo warra hin ta'in hundumaaf akka kennamuuf, hafuura isa Waaqayyo abdachiises amantiidhaan akka fudhannuuf Kristos nu fureera.

  • @sarajesesisarajesesi1511
    @sarajesesisarajesesi1511 3 ปีที่แล้ว

    Ebbiifamaa dachaa dachaa

    • @debelotujuba805
      @debelotujuba805 3 ปีที่แล้ว

      Gooftaankoo sihaa eebbisu akkatti afuurrisaa inni sirraa natti tole jiraadhu

  • @dirrowellega5405
    @dirrowellega5405 3 ปีที่แล้ว

    Ammen ebbiifamaa

  • @temesgentegegne2980
    @temesgentegegne2980 2 ปีที่แล้ว

    Kuumatamaan si duukaa yaa'u Maqaaf hundumtuu kiristanaa
    Galmeekeerraa yoo qooratame garuu eenyu baasa laata Miijanana ?

  • @lidiyaafufaa4098
    @lidiyaafufaa4098 3 ปีที่แล้ว

    Ameeeen ebbiifam.😭😭➕➕💕💕💕💕💕💕💕💕😥😥😥😥😥

  • @tedybacha1532
    @tedybacha1532 3 ปีที่แล้ว

    AMENNNNNNNNNN BLESSED SONGS AMENNNNNN

  • @firinkegelana8935
    @firinkegelana8935 3 ปีที่แล้ว

    Ebbifamii!!!!

  • @biyyakeenyayaddugooftaadar5161
    @biyyakeenyayaddugooftaadar5161 3 ปีที่แล้ว

    Ameeen ameenAmeen Ameen

  • @iliilliimucaakakkuu4606
    @iliilliimucaakakkuu4606 3 ปีที่แล้ว

    Uffeeeeee waqayoo nu gargarii

  • @fayetesfaye8590
    @fayetesfaye8590 3 ปีที่แล้ว

    Bareeda

    • @shopshopt6701
      @shopshopt6701 3 ปีที่แล้ว

      Ameeeni🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤💚❤💚🎷🎷🎷🎤🎶🎶🎶

  • @yollayolla2748
    @yollayolla2748 3 ปีที่แล้ว

    Ameeeeen

  • @yaddanooharmeetube9781
    @yaddanooharmeetube9781 3 ปีที่แล้ว

    😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @gelanadebela-bf6ey
    @gelanadebela-bf6ey ปีที่แล้ว

    Ameeeeen