Akkan yaaduti har'a yaada H/W kana akkuma warra inni wa'ee isaani barsisuu sana fiixeti waan ba'aa jiru fakkata. Watch and talk bro, most of what you said half true and you should know that is far from truth. Another thing is that the show holder last time a kind of defensive, though there was no case to defend. However, today he looks like agree with the talker and that is also interesting. warri dhaggefannu waan dhaggefannu kana xinxaluf wangela beeku duwwa dha.
Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa
Wowo yaada gaarii dha
gudaa gooftaan isin habisu baarnoota yerootii
Wow umuri dheraa jiradha
Ebifama ♥ ❤!!
Dubbii suga qabu dha, Guddaa Galatoomaa👏👏👏
Barumsa baredadha kani dhalota
damksudha EBIFAMIA nama waqayo 🙏
Wow gatti mallee fudhattana ,gatti malee ladhaa
Barsisaa dhugaa akkaa kanaa dhage in bekuu kana dursaa baradhefii kunii wal naa jalaa rukutee ebifamaa
Matii naf ta'ii qalliiko ❤
Otumaa yeroo hundumaa afertani dhagefanee hin qufnumi