UUMAAN KOO: Daa'imman W/A/G/7ffaa Adaamaa Boolee

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 1 ม.ค. 2025
  • Uumaan koo na uumee bifasa fakkessee
    Miidhagsee na boce ofiisat na baasee
    Kennaa addaa godhee maatiikoof na laate
    Maqaasaa akkan faarsuuf kansas na godhatee
    Galata uuma koof 2× galataa
    Faarfannaa uumaa koof ×2 faarfannaa
    Weedduudhaan yeroo hundaa jajadhaa ×2
    Afaan koos galataan saaqqadhaa ×2
    An ijoollummaa koot waaqa koon faarfadhaa
    Dargaggummaa koottis an isan yaadadhaa
    Har'a inni na baatee boriso na eegaa
    Bara dullummaa koos nan nuffu nan beekaa
    Ani beeka gooftaa ulfinaaf na uume
    Utuu ana hin tolchin hojii saaf na waame
    Kanaaf ani har'a umrii koo hundaa
    Hojii isaaf gugguufaa jiraachuun barbaada
    This is new SDA Afaan Oromoo Song we already brings for you.
    🎬Watch our most recent songs:
    • Dhumni Waan Hundaa Dhi...
    Follow us on facebook: / haftuuproduction
    Join us on our telegram channel: t.me/haftuuproduction
    Follow us on instagram: www.instagram....
    #ethiopian #faarfannaaafaanoromoo #sdaoromosong #protestantmezmur #haftuuproduction
    #egeree_media #faarfannaa #sda #kidsvideo #kidssong
    Thanks for watching!
    May the almighty God bless you!

ความคิดเห็น •