Amir show Yeroo EDITING GOOTU COLOR DIBUU HIN IRRAANFATIN PHOTO POSTER VIDEO TIIS AKKA WARRA HABASHOOTAA SANITTI ITTI YAADII KAASI SCREEN SHOOT GODHUU DHIISI
Joelle Dire ifin jattan mii Film keessan akka namni laaluf gad dhiisu oso taane namni isin jala oso isin agarsiisu feene yo agaraniw qanyidha An silahin isin tahe nin qaanfadha Gadi bahu manarra
Yooyyaa Rooras,
Diraaman kun hedduu bareeda fi gorsa hedduu of keesa qaba. Taatonnis(actors) hedduu dandeeti qabu. Garuu diraama kanaafi kan kana duraa hedduu keesatis Afaan Oromoo fi afaan Amhaara wali wajjiin makamee hojjatame, akka yaada kooti osoo waraabi hin eegalin dura osoo maal akka dubbatamu qabu sirriti irrati hojjatamee guddina afaan Oromoof hedduu bareeda jedhe yaada.
Hedduu galatoomi.
Ibsaa.
Obsinaan mati naf ta'i me sanyii
Maal goota gaa yaa #Obsinaan (#Ibsaa) kiyya silaa garaan haadhaa saara buqqeetii. Irra caalaa namoota keenyaa #Afaan #Oromoo guutuu afaan biraatuu jecha irraa ergifatee ofiin jiraachisu kana akka waan Afaan Oromoo hanqina jechaa qabuutti afaan warra soddaa san itti laaqanii dhawwaaqan. Saniitu akka aammayyummaa itti fakkaata.
th-cam.com/video/6yipt8Y_-qI/w-d-xo.html
Dddd
Wow jolle tenya qaqqali nuf jirradha, Amir atti wanta hojattu hunduma gochan argisifta bayye si jalladha jabbadhu
way dabaa anna naa bayuu diee walahii akkamumatii dabaa kana basaa dhiroo😭😭😭 jabadhaa heddu takka namattii toltan ijolee direeee💔💔💔💔💔💔
Foziye maatii Naaf ta’i
Amiir Ahmadin akkasuma warreen isaa waliin taatani hojjattan hundi keessanu jabaadha
Alaban Kenyaa❤️💚❤️👌kana
Lumxiii Dirama Kessaa Fiduu Tana Nuraa Dhisii Roras Gafaa Tenyaa Gaadi Dhabanee Alaba Tenyaa Muliftaa
Oromo tiyya maatii Naaf ta'aa waan Ajaa'ibaatiinin dhufaa jiraa❤
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
wawaw mashaa Allah bayee baredadha hedu namti tolaa jabadhuu oobalees koo qalinam
dhugumatti hojiin keessan baayye ajaa'iba, wanti hundi isaa piroofeeshinaalii dha. jabaadhaa
From Mogadishu happy to watch orormo darama my people cushitic
Wow Hedduu Dasi Ja'a Jabadhuu😘
Garruu Alabaa Ethiopa Dirama Kessaa Nu Mulisuu Kana Nuraa Dhisii Roras Tube
Faami abdi Jabaa ilma baga karaa RORAS TUBE dhufte cimaa koo Jabaadhu Amiir Keenya Warshaa aartistoota Keenya Jabaadhu
Wallaahii Qamani dhallaa satarii mallee hiin bareduu!! Deraman kesan bayee bareda dha barumasa gudaa qabaa
Lakiin ijole jara shamaran kamiira qama jaratii hiin qabiina fullii gahadhaa Raiin wallit isiin busaa
Roza maatii Naaf ta’i mee giiftii koo
🥰
❤❤❤
Oromoo nagaha sii fan jira jajabadhuu
Ijolee kenyaa Oromoo matii nafi tahaa maloo 😍😍
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
😂😂😂😂garuu qalabaa wayyii qabumoo kan hakkas furddisuu😱😱😱😱🙆🙆🙈🙈🙈🙈🙈🙈😺😺
Gorsaa baredaa💚💛❤✊
Sanyii ofii maatii naaf ta'i ❣️
th-cam.com/video/ecC7TdcZr_E/w-d-xo.html
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
Osoo jattani amma fiddan waan hariifa. Waah daabba.
I like to understand the Oroma culture
Masha Alhaa Masha Alhaa jabadhuu roars tube
As wr wb drama keesan hedu baredaa jabaadhaa jabaadhaa good job
jabaadhaa waan ofii abbaatu guddifata
Hedduu ittin booharee RORAS (AMIR) Dabalatee wareen irratii hirmattan hundii kessanuu galatomaa .......
Mashaa Allah❤💚❤❤❤💔💔💔💔😍😍😍
Wow namatii tola jabaadha!!♥️
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
Waw qacelotti namatti tala kessafu [dabban sun faan]
Beautiful Dirama and I want to say hi to Fahmii from Los Angeles California
Sanyii tiyyaa matii naffa ta.ii
th-cam.com/video/6yipt8Y_-qI/w-d-xo.html
Uuujjii
Oboleyaan kiyyaa qaqaalii mee maatii naaf taha mee
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
Maashaaalaah obooleesa koo
kaahi sirra hacisuu rabbii
Jabaadhu abbii
Masha masha Alllah masha Alllah masha Alllah masha Alllah masha Alllah masha Alllah masha Alllah masha Alllah masha
Sanyii ofii maatii naaf ta'i ❣️
th-cam.com/video/ecC7TdcZr_E/w-d-xo.html
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
Faximaye maatii Naaf ta’i mee Giiftii koo
@@sbrnmedia4525 ok atis naf godhi mee
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah
Mashala Allha mashala Allha mashala Allha
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
Sanyii ofii maatii naaf ta'i ❣️
th-cam.com/video/ecC7TdcZr_E/w-d-xo.html
@@israelgm2185 atis naf godhi
Wow das ja’a jabadha habiban
Wwwwwwoooo jabadhaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💔💔♥️♥️💔👍👍👍👍👍👍👍
wow Amazing heddu namatii tola,haala qabatamaa amma hawaasa kennaa keessaa jiru siritii akkeeka,gorsaa fi barnoota bareeda glt jabaadha.
Oromoo kootttaa maatii naaf tahaa plc
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
kottu sif godhee atis godhi
Baayyee bareedaa
Roras diramaa keessan hedduu namatii tola wadafit....... gara ful-duratii
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
Wow rates halumaa kananii
❤❤❤
Kolllfaanii Nafixanii 😁😄😄😃😃😃
Wan jiruu
Mashalaha mashalaha mashalaha mashalaha mashalaha Mashalaha
aboo jebaadha waan gaarri dheleydhen jollee diree
As wr wb Oromo matii nuf thaa Galatomaa
Welcoming Roras
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
Wow Jolle biyya Akkana lal
Jabaadhuu🥰
Sanyii ofii maatii naaf ta'i ❣️
th-cam.com/video/ecC7TdcZr_E/w-d-xo.html
Sanyii ofii maatii naaf ta'i ❣️
th-cam.com/video/ecC7TdcZr_E/w-d-xo.html
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
Wow.Jabaadha🥰🥰🥰👍👍👍
mashalla bayye barededane
❤️💚❤️ Beautiful
mee matii nafi ta.ii sanyii koo
Oromoo we have to fight our freedom.
😁😃😅🥇🥇🥇🌹🌹geelee tiyyaa nama jaladhu malee hin amaniin dhugum dubachu wayeyyaa…😆🤩🤩🤦🏿♂️
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂
Maatii naaf ta'a. 🙄🙄❤
Sanyii ofii maatii naaf ta'i ❣️
th-cam.com/video/ecC7TdcZr_E/w-d-xo.html
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
Maati naaf ta.i qaali koo
Maashaala
Bareeda itti fufaa
Yaa oromo tiya nufe jiradha
___ganda keenyatti mallaadha😀😀
Intaleen teenya kofoo irraa hin bareeddu 😄🤣😂😆😄🤣😂
Wadaya 7or 8 san siresuu Qabdaan
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
😂 walsobuu kanatuu Nama keenya miidhe.
Beautiful ❤❤
oromoo koo maati naaf tahaa😭 #SUBSCRIBE🙏
Video nama maxansun dhorgaa guyo👈👈👈
Ok inshaallaah
@@mohammadmussa8698 3tee
Amir show Yeroo EDITING GOOTU COLOR DIBUU HIN IRRAANFATIN PHOTO POSTER VIDEO TIIS AKKA WARRA HABASHOOTAA SANITTI ITTI YAADII KAASI SCREEN SHOOT GODHUU DHIISI
Afka somaliga iyo afka oromada waaba isku eegyihiin
Bah kushi
Ajaa.iba kana mee itti buhaara
mashallah ❤️❤️❤️
th-cam.com/video/6yipt8Y_-qI/w-d-xo.html
Siif maatii Naaf ta’i
Wow hoji hedu baredadha jebaadha
Jabdhaaa
Intal oromo ni jaalalaa
Kkkkk
My piece to love man
Kkkk
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
Sanyii ofii maatii naaf ta'i ❣️
th-cam.com/video/ecC7TdcZr_E/w-d-xo.html
😍😍😍😍
Wow shukak
Kkkkk dhalaa fixaani
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
Good luck 🍀 ❤️
Beautiful Beautiful
Wan barumasa nama tu ergi bro yonin balese dhifam
Famiin dandeeyti adaa qaba caraa kanaaf yeroo baayee
I like to watch but I don't understand oromo language so can you translate Somalia language or English please it is very good film
Wow best comedy Roras
Ma piece to love man
Balagee balaa qaraa hhhhhhhhh
aniifii maatiin kiyya galgala galgala oduu osoo hin taanee diraamaa keessan ilaalla, salaalee, Fiichee irraa
Joelle Dire ifin jattan mii
Film keessan akka namni laaluf gad dhiisu oso taane namni isin jala oso isin agarsiisu feene yo agaraniw qanyidha
An silahin isin tahe nin qaanfadha
Gadi bahu manarra
baayeen si jaaladha rooras
Maati naaf ta.i sanyi koo
Filimkan waxan u haystay somali lkn markii an dawaday waxa u igu noqday oramia somali halkan jogta ma jirta
Waan joognaa somali iyo oromo makala maqnaadaan 😂😂
your drama and comedies are good but some what exadurated on some points.
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
Best
Walhii heduu namaa tolaa itt fufaa
Masha Allah
Diramaa ajibaa
Ruqi maatii Naaf ta’i mee Lubbuu
Ya waday atin khun khabasati 😁
waw jirta
kottu mati naf tahi subscribe godhi sanyi koo ok
gaariidha
Hy
Kkkkkkkkkk dawakhesani
Nice for all men advice
Karimaye maatii Naaf ta’i mee subs nf godhi
💚❤💚🙏jabaadhu namattii tolaa