Dhugaa dubbachuuf nu oromoo taanef malee diraamaan kun hedduu cimaadha sila kan miliyeenaan lallamuu qabuudha. Garuu oromoon wal guddisuu hin beeknu Amiiroo jabaadhu gaashuu gara kee fiduun kee immo akka ati nama rakkatef garaa laaftu natti muldhise galatoomi
Share fi like ammallee fb gubbaas yoo tahe link maxansaa malee video gad buustanii hin maxansinaa hadaraa ilmaan oromoo wal jajjabeeysuu aadaa ga godhannuu
Diraamaa Kana Like 10,0000 Godhaa Please Diraamaan Afaan Oromoo Like Heedduu Hinqabu Waliin Taanee Aartii Afaan Oromoo Dirgomaa Haa Goonu
Abshiir ni goonaa ka mataa zanyaa kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
Kkkkkkkkkk
Hayeee
Abshir
Dhugaa dubbachuuf nu oromoo taanef malee diraamaan kun hedduu cimaadha sila kan miliyeenaan lallamuu qabuudha.
Garuu oromoon wal guddisuu hin beeknu
Amiiroo jabaadhu gaashuu gara kee fiduun kee immo akka ati nama rakkatef garaa laaftu natti muldhise galatoomi
Kkkkkk abbaa qabenyaa ammiroo namnii jaalataa like godhaa roobaa dhiisii jaartii namaa
Anaaf YNA ORO onnee kooti
Amir Hojetteeta dhugumaan Hedduu namatti tola animmoo carraa dursee ilaalui argachuu kiyyatti hedduun gammada 😊😊😊
Good jiradhaa
WOOW heddu bareda garu dhugarahi heddu gara na nyate walhi arga miskinuma fi rakina 😭😭
Mashaa Allah halan namattii tolaa jabadhaa
Masha alla ijahara hafii to the subject
Masha allah masha allah masha allah jabadhu Leenca kenya nutiis sabaskirahab godha jira
Kkkkkk kkkkkk kkkkkk kkkkkk kkkkkk kkkkkk kkkkkk kkkkkk kkkkkk kkkkkk kkkkkk kkkkkk kkkkkk kkkkkk kkkkkk kkkkkk kkkkkk uuuuuuuuuuuuy ya Amir koflan nufixe jabadhu heduu bareda 😍😍😍😍😍😍
Sanyii ofi maatii naa ta,ith-cam.com/video/qqXXJxcF-ZE/w-d-xo.html
Bay'ee namatti tola erga cima qaba hanga dhumaa dhaggefadhe jira
Jabadha jallewwan kenya umrii dheradha ijarra hafaa
Kkkkkk jabaadha amex keenya namatti tola akkasumas nama barsisa garuu hasabii tahuun nama arsa malee
Mashaa Allaah mashaa Allaah mashaa Allaah tabbarkaallah
jabbadhu lenca kiyya lammii qaalii oromo joollee Afran Qalloo sin jalaa ❤❤❤❤💋💋💋💋
Asumaan amiiro kiyya ati naaf taata bar jabaadhu yeroo adaama dhuftuu fa
Baay'ee namatti tolaa jalqabaa hanga xummuraatti nuuf jabaadhaa
Maloo garaa koo uufff kofanii nu fixanii 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💚💚🌳🌳💚💚🇾🇪🇾🇪💯💯💯💯✅✅✅✅✅✅🥰🥰🥰🥰🥰👈👈
Ijoollee Oromoo dream asumaa irratti lallaa malee Asii irraa gadii bustanii Facebook irratti post hin godhinaa Asumaan Channel kiyyaa Mehadii Qeerroo kana Subscribe naaf godhaa !!
Mati sii ta.e jabadhuka
Diraamaa heddu hariifa nama tola hoji bareda jirta jabadhu 👍👍
Roras Abbaa Bashananafi kolfaatii baar attii
Woow baayyee namatti tola dhugaa , jaabadhu Amiir
Wallaahi aamiiro keenya artistoota oromoo numaan dinqisifadhaa kan akka keetti na dinqisiisuu hin argine jabaadha sanyii ofii
Amarii diramaa kee heduu namaa tolaa jabadhuuu💋💋💔💓💜💛💚💚💙💖💕👂💪💪💪
Wow, akkana laal. Ta akkana tana heddomeessa.
Kkkkkk wwww
baga.nagan.dhuftan.Roras.keenya.❤❤💞💞
Jabadha dire wood dirama kheysan heedu herdofa Jabadha Jabadha
Amma Eingilshi jennamo Afaan Oromoo jenna roras Aasa kee Amm😁😁😁😁
Hhhhhhhhhhh hhhhhhhhhhh hhhhhhhhhhh hhhhhhhhhhh hhhhhhhhhhh wly Robaa takaa hamaa Araa kolfee bekuu bayee galatomaa
Waw dhugaa namati tola diramaan Amir
Share fi like ammallee fb gubbaas yoo tahe link maxansaa malee video gad buustanii hin maxansinaa hadaraa ilmaan oromoo wal jajjabeeysuu aadaa ga godhannuu
Mashaa allaha bayee bareedaha jabadhuu artst kadir haramaayaa
Rooras tube wallaahi waan garaa namanyaatu rabbiin nama hundaahuu rakkina keeysaa nuhaa baabaasu
admonishing
Wow roras kenyaa heduu namtii tolaa wowo itii nuu fufii ufii dubaa hin jedhinii
Aboo geelee tee afaan hin beeytuu hay abbaa qabeenya waan ajaa'ibaati
Rabbiin bakka yaadde siin haa gahu yaa Aamiroo💚
Kkkkkkk wowowowow hedutola jabadha amir& roras%%👍👍👍👍👍👍👍👍💔💔💔💔💕💕💕💕💕👀👀👀
Wayoo bareeduwana koo orommoo nu jiradhaa kkkkkkk walahii
Wow Heduu namatii Toolaa Wly jabadhu Amirisho
Kollifaan muciqii jennee yaa akki kkkkkkkkkkkkkkkkkk
Waa hedduun iraa baradhee diramaa kanaa👌💛💛💛
Yaa Allh
Uuuuufffffuuu umaa galatoomii
Mashallaa bayee baredaa jabadhuu. Wly abotin qabenyaa kun miskinaa fii garaa hin lafanii uuuuufffffuuu
Waw drama akkasi oso amma daleyde gaarii ture kana xiqqo ni tursiiste Amiro thanks bro
Hundafu galatomi 🙏
Kkkkkk bayee namatii totuu aboo jabadhaa
Hedu namti tola dhuga iti jabadha
Jajjabaadhu Amiroo Heddu Nama Bashanansiisa.
😁😁😁😁 ya Amir hojii tee gara na dhukubsitee dhuga
itti xinatabe like 10000 sitti haa tolu abo
Hojii keessan nyaadha🤣🤣🤣👍
Jabaadhaa baayyee bareedaa dha
Wllh koflaan dhumne barana 😂😂😂😂
Kkkkkkkkkkkkkkkkk dhugaadha bareedina dhiqanii hin dhugan
Wallah maa jettaaaa
Sanyii ofi maatii naa ta,ith-cam.com/video/qqXXJxcF-ZE/w-d-xo.html
Kkkkkkkmalii Diraman koflaan Nufixeee
Bayyee baredaa jabadhaa
Wooooooow ❤️ mashallah Ilmaan gandaa
mash allah henu namati tolitani akanumati itt fufa
hhhhhhhhhhhh 😂😂😂😂😂
Mashllaa Tabarkaalaah jabadhaa 😍😍😍😍😍😍
Kolfan dhumnee yaa Roras keenyaa.
Dhugaa hedduu nuu bachaanansiiftee AMIR kiyya Abbaa qabeenya baga daleeydeef takka nyaatee lammadaa maal godhuuf dhufee bollaa takkati lama ciniinamanii kana irraa hubaadhee galatoomi
Waaaw ajaiba namatti tola jaladhera
Jabbaadhu itti fufii
Wooo hedduu nama tola
Aamiiro jabaadhu
Qaalii namaa
Roras Tube heeduu takka sii irraa gamanee garuu Afaan oromo qulqulleessaa bakka takka takkatii
Fkn bakka Umaan sanitii ##macaras jaatee Amaas miciyoon ##chaawu jaatee gaaruu dalagaa keessa dogongorii Nii dhufaa
Hangaa dandeesanitii sireesaa jachuu fedhee galatoomii❤
Kkkkkkkkkkkk baga ngy nuf dhuftee roras kenya
Amir kiyaa Wanumaa
Fadhee Haa Tahuu
Bikaa Atti Keysa Jirtuu Nattii
Tolaa Dhugaa
Oro koo subscribe naa godhii maatii naa ta,ith-cam.com/video/qqXXJxcF-ZE/w-d-xo.html
Amiir kiyya anii bayye sii jalla jabadhuu sabonticha jenyaaa sin bonaa
Jabaadha amiroo kiya
Kkkkkkkkkkkkk. Yaa Rabbii. Aj,abaa abooo
kkkkkkk jabadhuu walahi das na jetaa RoRaas kiyaa
Bright FUTURE for RORAS TUBE
wow jabadhuu Amir heduu namaa tolaa
jabbadha nama qaalii ❤❤❤
Wooow woooow amire nu jiradhu t okkicha akka khuma
Bayee tala jabadhaa
Kkkkkkkk baye.ee namaati tolaa jabadha itti fufaa
baayee namati tolaa jabaadha
Kkkkkkk jabadhu Amirisha qali
Pls wly hin jedhiinaa dirama keessattii maqaan raabbii kabbaja qaba 😒😒
Wwww heddu naatti tolee ammalee itti fufa haaluma kanaan
Rakkoo kessaa oromo hundaa ha baasu
Kkkk jabaadhu amirro kolffan nuu fixani male itti fuffa amale nuttis sii fanna jirra kuno💞😘
Jabadhu sanyii
Amiiro magist jabadhuu adeeroo
Miskiina ifii agabe hanga qabuun rakkoo nama furu irraahis dalagaa mee waan hedduu isinirraa barachaa jirra ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Bakka guddoo gehi Rooraas Tube
❤️❤️❤️
Jabaadhu Amiir ko
Roras kiyya jabaadhú
Baayee baredhaa 😆😆😆😆😃
Kkkkķ jabadhuu kaa
Kkkkkkkkkkk bagaa geese roras
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk roras jabadhuu
Kkkkkkkk kolfan nu fixanii jabadhaa
Wow hedu taka namati tola 🙏💕
Jabdhaa barumasa qaba 👍👍
Kkkkkkkkkkk siraa dalagaan😂😂😂
Wllhi koflaan garan nadhukube
diraamaa ergaa guddaa of keeysaa qabu hojjattan dhugaa
Heduu das jataan waly😭
Hedduu namati toltuu itti fufaa kkkkkkk
Bayyee baredaa ittii fufii