ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Welcome Namnii Na Duraa Dhufee hin jiruu Laike naf godhaa Oro Ko❤
Like maal siif godha ree 😂
@@amanikadira5969 Atii maliif na gafatee
Nageenyi keessan haa baay'atuu, haamtuun isiin hin argiin, waan barbaadan waaqni isiiniif haa guutuu👍👍👍👍👍
Amiin
Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiinnnnnnnnnnnnnnn
Ammen nagaan Waaqayyoo siifis haa bayyatu
Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen ❤
Na eda'a mee qomokoo oromokoo🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
kottu
非常依赖剧真爱,❤️❤️❤️❤️
Wel come hirkoo torben tokko torbe lama naatii fakkate ❤❤❤❤
Jiraadhaa walbiraa hindhabaminaa❤❤❤ yeroo gabaabadhaa itti nuuf dhadhaba nuuf dabalaa
Qulqullina sagaleef waan naannoo keessan jiru to'adhaa iddoo tokko tokkotti sagaleen jalaan dhagayamu Jira! Jabaadhaa❤❤
Hirkoo diramaa anii qopiin eegudhaa wly ❤
Akkas
Baga naghaan dhuftan qaaliwwan koo hawiidhan eega amma koo kolfa jalqabne ka❤❤❤❤❤
Kkkk miindaan Instractor qar.1500 jechuudha?
❤❤❤❤ tiya tiya jedha ya qalima tiya
Wow welcome 😁😁
Huqubichaa oton galee garuu....😂😂
Wanitii akanaa wanumaa jiruu 😊 jabadhaa ❤❤❤
My favorite sitcom ❤❤❤
Namnii Akka ko Yeroo Hirkoo Ilaltane Buhartan Liki Naf Godhaa 😂❤❤❤🎉
Welcome Anatu duraa godhe❤❤
❤❤❤❤❤😊
I couldn't stop laughing. Thank YOU, HIR-KOO drama ❤❤❤
From London hirko loved❤
I whant London 😢😢😢
Jabaadhu
Kolfa mar'ummaan nu kukkuttani baay'ee namatti tola❤❤❤❤❤❤❤❤
Haati Hirkoonfaa,Beekaanfaa hin du'anii
❤orooko sinin jaaladha naaf ida'amee❤❤❤❤❤
❤❤❤🎉
5:20Wlh tokofa naatu lale like fedha
@wow best dirama❤❤❤❤❤
god me bless you dear hirko , gamta and instructor i love a lote
Hedduu isin jaaladha umrii dheeradhaa❤❤❤
Hirkoon, Tiyyaan inni nama dhugaa dubbatu waan ta'eef jaalala obsa qabuun Isa jaalladha jette kanumaaree , kan uqubii sobee walta qabatu! Hoola Tiyyaan kasaarte, durumaayyuu addee Isa jaallattu osoo ana jaallattee hinjiraattuu.
Bagga nagan dhuftain ❤
Nuuf jiraadhaa qaxalewwaan keenyaa❤❤❤❤❤
Tankkyu❤❤❤❤
diraamaa.kana.kan.diraamaa.fakkeesse.hirkoo.qofaadha.galatoomaa
Baga nagayan dhuftan😊😊❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
kottu maatii ta'i.
Baga ngy dhufte ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baga nagaan dhuftan qaaliiwwan saba keenya baay'ee isin jalladha❤❤❤❤
I love all of you, my men . Tiya, Tiya,....... !
Hiroo Habibi jabadhu sii bira jirra
Of course there’s something like corruption behind every Ethiopian rich.
Jabaadha ❤❤❤❤❤
Really it's very interesting 🎉
Dhifamaa guddaa wajjiin waan hirkoo Fi tiyyaa keessaa hin jiree namaati hin toluu
Wel comee bagaa nagayaan dhufaan hirko
Kana calaa guddadha isin bonaa qaliwan keenya❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow ijumtii hamtuun isiin hin argiinBaay'ee isiin jaala ❤❤❤❤
Mee warri isaaniin yaaddan👍godhaa
Anattuu duraa dhufee hirkoo koo❤❤❤❤❤❤❤like share godhaa subscriber godhaa ❤❤❤❤❤😂😂😂
Hirkoo koo nuuf jiraadhuu❤❤❤❤
sagantaa gaarii turee ,torbee walgeenya galaa🤣🤣🤣🤣🤣,hirkoo the king😍😍
Amazing thanks Hirko
Wow ergaa guddaa qaba nama seeraan hubaatteef jabaadhaa ijooleee qaxalee keenyaa
dhugaa dubaachuuf artii oromoo irratti baay'ee hojjeeta jirtuu jabaadha.
Nuuf jiradhaa qaxaleewan Kenyaa 🥰🥰
Hirkoo isumati nama biyya Koo taatetu na gammachiisaa!
Kolfa har'dha kolfee uffuu imimaan booye 😢😢Hirkoo
Jalqabe hirkoon......Gamtaa wajjin oola hoo silaa
Dhiifama seexanatu na dogaggorsiise😅😅😅😅 hirkoo❤❤
Instuu koo jabaa koo beekaa koo jabaadhu fantastic person
Hirkoo 😢abee hojii bareeda hojeeta garuu Sirbaa kana akkam afurii sirbaa Eebbifami jabaadhaa
Namatti dhugaa hirkoo hardha kolfaanan du'e nama barate gowomsuun Akka hin danda'amne nama barsiisa
Ijaa hamtuu isinirraa haa qabu nuuf jiraadha 🙏🥰🥰🥰🙏🙏
best oromoo koo jabadhaa🍫🍫🍫🍫🍫🍫
Kan siyaanaa kun sinif hin tanee... yoo dandessaan dhalottaa wan garii barsiisaa.... kolfaa barbachaa kolfaf hin tahina.
WAKO❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤BAye si jaaladhaweeeeee❤❤❤
Hojii hirkoo 😂😂😂😂😂😂😂😂 hundumtuu kanumaa hirkotii❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂
Yadaan qaba malifi guyyaa dila kana tursistan guyya guyyan gad lakisaa❤❤❤malo
Ana duura lalee dhugaa hirko abba kolfaa 😂❤🙏
Ayi Hirkoo madda kolfa kootii🥰🥰🥰
Hamtuuu keessan ijji Haa jaamuuu nuuf jiraadhaaQaaliiiwwan keenya❤❤❤❤❤❤
Hoji koo naa yadachistee hirko hoji hoji dhuga namaa jijiraa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Bagaa Nagaan dhuftaa dhugaa bayee nati Toltuu 😂😂😂❤❤❤❤ hirkoo Hojii kee ❤😂😂😂😂😂
Plc hin qufamtanu dorbaniti yaroo lamma nuf gadhisaa🎉❤
Inistu Koo ❤❤
Way hirko 😅😅😅😅😅 nuu goote uqubbii jatte maqaa kee qofa goote what a generation ❤
❤❤
Dhiisa lakki gadiin wal deemu .galatoma dhamsa gudda qabdan ❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bayyee jaaladhaa hirkoo jabadhaa
Nuf jiradhaa qaxaleewan kenyaa❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤jabaadhaa ijoollee teenya
Bagaa nagaahan dhufaatan ilmaan oromoo qaliiwan keenna
Hirkoo hojii kee nyaadhu saamichaaf baatee baqqaa jabaadhu
Wayi Hirkoo!!! akka nama tafkii qabuutti qabeen bishaan keessaa sii baase jedhe Inistuudhaan
Ayii Gaazexeessaa ,Hiikaan abjuchaa nama dhiba !!!
Yooyaa gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💖💖❤️❤️💞💞💕💕👍💯☝️
Hirko ..hirkoo..hirkoo 😅😅😅😅Ani Jalqabuman baree Kan baaldii guutee jiruu maqa hirko qofa akka ta'ee Oso hin qabamnee ta'ee inni dhufu moTiyyaa ..tiyyaa ...tiyyaa ta'a turee 😮😅Garuu qabamtee Baay'eeeen isin jaalladha Na marartuu 😍
Hirkoon Xabbashee Karaa Qaaxxamuraan #kiraa_Sassaabdummaa filàte Fakkaata !
Hedduu isiin jallaanna nuuf jiraadha❤❤❤❤❤❤
Harmee ayu Obama baay'ee yanee Jira gifti roban fan essaa jiruu ❤❤?
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤hirkoo
NAN DU'EKA 🥰🥰🥰❣👍
News afaan oromoo diramaa
#Hirkoo
Gamata I love u so much😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤ silkun tebabarugn
Barnoota heddu sirraa baradhee 10q
❤❤❤baayyee namattii toltuu jabaadha 👌
Gamtaa irraa kaffalate hirkoon 💞💞💞💞💞💯💯💯💯💯💯
Kun hojii gamtatii hojii kee nyaadhu gamtaa Nama irraa baratanni namara baratanni jetti mitti ree Oro koo galatooma
MAQAAN ABBIYYUU HIN DHAHAMUU GURBAA MATAAN SII MOLATA
Amayuu molaterahook
Wow welcome😅😅😅😅😅❤❤❤❤❤❤
😂🎉😂😂 diramaa hirkoo me Namni Akkaa koo jalatan Lakki godhaa 🤣
Hirkoo fi Tiyaan baayee baayee naatti tolaan dhugaa raabbii
Otumaa miliyoonaa isin Kennan maal ta'a jabadha umurii dheeraa dha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
Mee warri Akka koo hirkoon isinitti tolu qofti chaanaalii koo subscribe godhaa 🎉
Eshi qallito❤
@@taadeluuCamada galatoomi jabaako 🥰
@@nagaamedia tole
@@taadeluuCamada Tole galatoomi.
Welcome Namnii Na Duraa Dhufee hin jiruu Laike naf godhaa Oro Ko❤
Like maal siif godha ree 😂
@@amanikadira5969 Atii maliif na gafatee
Nageenyi keessan haa baay'atuu, haamtuun isiin hin argiin, waan barbaadan waaqni isiiniif haa guutuu👍👍👍👍👍
Amiin
Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiinnnnnnnnnnnnnnn
Ammen nagaan Waaqayyoo siifis haa bayyatu
Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen ❤
Na eda'a mee qomokoo oromokoo🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
kottu
非常依赖剧真爱,❤️❤️❤️❤️
Wel come hirkoo torben tokko torbe lama naatii fakkate ❤❤❤❤
Jiraadhaa walbiraa hindhabaminaa❤❤❤ yeroo gabaabadhaa itti nuuf dhadhaba nuuf dabalaa
Qulqullina sagaleef waan naannoo keessan jiru to'adhaa iddoo tokko tokkotti sagaleen jalaan dhagayamu Jira! Jabaadhaa❤❤
Hirkoo diramaa anii qopiin eegudhaa wly ❤
Akkas
Baga naghaan dhuftan qaaliwwan koo hawiidhan eega amma koo kolfa jalqabne ka❤❤❤❤❤
Kkkk miindaan Instractor qar.1500 jechuudha?
❤❤❤❤ tiya tiya jedha ya qalima tiya
Wow welcome 😁😁
Huqubichaa oton galee garuu....😂😂
Wanitii akanaa wanumaa jiruu 😊 jabadhaa ❤❤❤
My favorite sitcom ❤❤❤
Namnii Akka ko Yeroo Hirkoo Ilaltane Buhartan Liki Naf Godhaa 😂❤❤❤🎉
Welcome
Anatu duraa godhe❤❤
❤❤❤❤❤😊
I couldn't stop laughing. Thank YOU, HIR-KOO drama ❤❤❤
From London hirko loved❤
I whant London 😢😢😢
Jabaadhu
Kolfa mar'ummaan nu kukkuttani baay'ee namatti tola❤❤❤❤❤❤❤❤
Haati Hirkoonfaa,Beekaanfaa hin du'anii
❤orooko sinin jaaladha naaf ida'amee❤❤❤❤❤
❤❤❤🎉
5:20Wlh tokofa naatu lale like fedha
@wow best dirama❤❤❤❤❤
god me bless you dear hirko , gamta and instructor i love a lote
Hedduu isin jaaladha umrii dheeradhaa❤❤❤
Hirkoon, Tiyyaan inni nama dhugaa dubbatu waan ta'eef jaalala obsa qabuun Isa jaalladha jette kanumaaree , kan uqubii sobee walta qabatu! Hoola Tiyyaan kasaarte, durumaayyuu addee Isa jaallattu osoo ana jaallattee hinjiraattuu.
Bagga nagan dhuftain ❤
Nuuf jiraadhaa qaxalewwaan keenyaa❤❤❤❤❤
Tankkyu❤❤❤❤
diraamaa.kana.kan.diraamaa.fakkeesse.hirkoo.qofaadha.galatoomaa
Baga nagayan dhuftan😊😊❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
kottu maatii ta'i.
Baga ngy dhufte ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baga nagaan dhuftan qaaliiwwan saba keenya baay'ee isin jalladha❤❤❤❤
I love all of you, my men . Tiya, Tiya,....... !
Hiroo Habibi jabadhu sii bira jirra
Of course there’s something like corruption behind every Ethiopian rich.
Jabaadha ❤❤❤❤❤
Really it's very interesting 🎉
Dhifamaa guddaa wajjiin waan hirkoo Fi tiyyaa keessaa hin jiree namaati hin toluu
Wel comee bagaa nagayaan dhufaan hirko
Kana calaa guddadha isin bonaa qaliwan keenya❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow ijumtii hamtuun isiin hin argiin
Baay'ee isiin jaala ❤❤❤❤
kottu maatii ta'i.
Mee warri isaaniin yaaddan👍godhaa
Anattuu duraa dhufee hirkoo koo❤❤❤❤❤❤❤like share godhaa subscriber godhaa ❤❤❤❤❤😂😂😂
kottu maatii ta'i.
Hirkoo koo nuuf jiraadhuu❤❤❤❤
sagantaa gaarii turee ,torbee walgeenya galaa🤣🤣🤣🤣🤣,hirkoo the king😍😍
Amazing thanks Hirko
Wow ergaa guddaa qaba nama seeraan hubaatteef jabaadhaa ijooleee qaxalee keenyaa
dhugaa dubaachuuf artii oromoo irratti baay'ee hojjeeta jirtuu jabaadha.
Nuuf jiradhaa qaxaleewan Kenyaa 🥰🥰
Hirkoo isumati nama biyya Koo taatetu na gammachiisaa!
Kolfa har'dha kolfee uffuu imimaan booye 😢😢
Hirkoo
Jalqabe hirkoon......
Gamtaa wajjin oola hoo silaa
Dhiifama seexanatu na dogaggorsiise😅😅😅😅 hirkoo❤❤
Instuu koo jabaa koo beekaa koo jabaadhu fantastic person
Hirkoo 😢abee hojii bareeda hojeeta garuu
Sirbaa kana akkam afurii sirbaa Eebbifami jabaadhaa
Namatti dhugaa hirkoo hardha kolfaanan du'e nama barate gowomsuun Akka hin danda'amne nama barsiisa
Ijaa hamtuu isinirraa haa qabu nuuf jiraadha 🙏🥰🥰🥰🙏🙏
best oromoo koo jabadhaa🍫🍫🍫🍫🍫🍫
Kan siyaanaa kun sinif hin tanee... yoo dandessaan dhalottaa wan garii barsiisaa.... kolfaa barbachaa kolfaf hin tahina.
WAKO❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤BAye si jaaladhaweeeeee❤❤❤
Hojii hirkoo 😂😂😂😂😂😂😂😂 hundumtuu kanumaa hirkotii❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂
Yadaan qaba malifi guyyaa dila kana tursistan guyya guyyan gad lakisaa❤❤❤malo
Ana duura lalee dhugaa hirko abba kolfaa 😂❤🙏
Ayi Hirkoo madda kolfa kootii🥰🥰🥰
Hamtuuu keessan ijji Haa jaamuuu nuuf jiraadhaa
Qaaliiiwwan keenya❤❤❤❤❤❤
Hoji koo naa yadachistee hirko hoji hoji dhuga namaa jijiraa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Bagaa Nagaan dhuftaa dhugaa bayee nati Toltuu 😂😂😂❤❤❤❤ hirkoo Hojii kee ❤😂😂😂😂😂
Plc hin qufamtanu dorbaniti yaroo lamma nuf gadhisaa🎉❤
Inistu Koo ❤❤
Way hirko 😅😅😅😅😅 nuu goote uqubbii jatte maqaa kee qofa goote what a generation ❤
❤❤
Dhiisa lakki gadiin wal deemu .galatoma dhamsa gudda qabdan ❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bayyee jaaladhaa hirkoo jabadhaa
Nuf jiradhaa qaxaleewan kenyaa❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤jabaadhaa ijoollee teenya
Bagaa nagaahan dhufaatan ilmaan oromoo qaliiwan keenna
Hirkoo hojii kee nyaadhu saamichaaf baatee baqqaa jabaadhu
Wayi Hirkoo!!! akka nama tafkii qabuutti qabeen bishaan keessaa sii baase jedhe Inistuudhaan
Ayii Gaazexeessaa ,Hiikaan abjuchaa nama dhiba !!!
Yooyaa gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💖💖❤️❤️💞💞💕💕👍💯☝️
Hirko ..hirkoo..hirkoo 😅😅😅😅
Ani Jalqabuman baree
Kan baaldii guutee jiruu maqa hirko qofa akka ta'ee
Oso hin qabamnee ta'ee inni dhufu mo
Tiyyaa ..tiyyaa ...tiyyaa ta'a turee 😮😅
Garuu qabamtee
Baay'eeeen isin jaalladha
Na marartuu 😍