ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
😂 keessaa isaas Galaatatuu jiiraa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉wawawawaw Aja'ibaa Hojjetaan itti fufaa jajaabee waan keenyaa ❤❤❤❤❤
this one is the best of all season, isa ijoolleen durbaa sun xeebdurra, isa Waaqoon kophaa hojjetutu namatti tola! Keep shining bro
Really
Hirkoo wa,ee muka ergaa argatee Gosaa mukamoo Dr Abiyi gafaadhu isaa kan muka dhabuu jalaatu irra calaamoo waraa Bosona🎉
Jireenya kiyyaa kessaa diraamaa afaan oromoo naaf tahee jabadhaa ijjoolee keenya Rabbii isiin haa Eeguu
Nufii dheraadhaa dhugaa barumisaa gudaa qabaa dhumitii isaa wani too itii senani keessaa bayuu namaa dhibaa dhugaa ketii hirkoo koo ❤❤❤❤❤❤❤
Kkkkk Hirkoo Kitabaa kee Meetaa koofi erguu galataamii nuusi jalaadhaa waqoo😊❤❤❤
nu fixxan dhugaa rabbiii; wayi ijoollee keenyaa
Uuffeee Eebbifamii Nu Jiraadha Isiin!!!❤❤❤❤
Ijjollee kun Qaroo ummaata keenya Akkatta Halaa Hawasummaa kan barsisaan nuf jiraadha❤❤❤❤
Kotu matii naf ta'ii me lubbuu
Maaloo hirkoo koo! Akka biyyaatuu gidduu isaa dhabnee❤❤❤❤
Kkkkkk silaas qolii qoluma qopheessa😂😂❤ dhugaa baay'ee namatti toltu jabaadha 😅
Amma torbeen ga'ee isin daawwadhutti baayyeen muddama ❤❤❤❤❤❤
Nuuf jiraadha baga nagaanDhuftan 🎉🎉🎉❤❤❤❤Hir_koo😂😂😂😂😂😂😂
Dhugaa baya,ee siin jaladhaa nuuf jiradhaa oromoo koo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Ajaibaa jabbadhamee Yaa hirkoo Qoola qopheessitee!Wati jereleshiin 😂
Matii naf ta'ii me qalliiko
Maal kuni guguratiwaan❤😂😂😂Qaboon erga bareeda dabarsa jira Tokkummaa oromoo hidhata oromummaa ibsa jira❤❤👌
Wowowo jabadhaa Obama in midhinaa❤❤❤❤❤❤❤ jajabee waan keenyaa
Amazing .jabadhuu Irkoo ni barreesita.
Nuuf jiraadhaa namatii tollaa ❤❤❤❤❤❤❤❤ ijollee qaxxalee
Nuuf jabaadhaa ergaa guddaa qaba qaboo 😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤
Qaxale keenya nuuf jiraadhuu❤❤❤❤❤❤
Hedduu jaaladhee!❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Namaf hin hubatamne malee Dubbin cimtudha dhugaa😢🤣🤣🤣🤣❤💚❤Jabadha jajabowwani kooo💪💪💪❤💚❤
Wwwww nuf jiraadhu saba koo qalii❤
Hirkoo nama jabaa,nuuf jiraadhaa hundinuu , namatti toltu
Sammuu qolatu Qola qofa barreessa👉🙆😂😂😂😂
😂😂😂
Bayyee namatti tola Garu ilu Ababora iranifatee natti dhagammee
Wowowww bayyee namatii Tolaa jabadhuu ❤❤❤❤❤
Wawo waako koo baayy'ee sii jaalana Abbaa jaalala koo❤❤❤❤
Irkoo f maati hirkoo nuf jiraadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waqoo malif obamatti dhekamtaa akkanattii ❤❤❤❤
Obamaan ni jarjara kanaaf 😂😂
Wow nufi jiraadhaa ❤❤❤❤
Wowowo dhugaa biyya kesaa jirudha jabadhaa❤❤❤❤
Please hirkoo itti fufaa ❤❤🎉❤❤❤❤❤❤
waaqo ati dhugaa barreessa sirridha oromoodhaf,kanaaf yoomu si qabaachuuti ni boona.
😂😂24:12😅😅😅😅😂😂 dhugaa dubachuf dubii jabdu 🎉❤
Baga nagaan dhuftaan❤ maatii hirkoo❤
Kitaabichi gogaa duwwaa gaafanni tahuun Aare Aanuu bilbiileeefin oole.
Bayyeemmoo namatti toltu dhugaa rabbii
😂😂😂😂😂😂Wayyoo garaa koo jabadhaa Ijjoolee oromo❤❤❤❤❤❤❤
Hhhhhh nuf jiraadhaa heduu namatii toltuu ❤❤❤❤❤
Baga nagaan dhuftaan❤❤❤❤
Hhhhhh bagaa nagani dhuftanii 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 ❤❤❤❤❤❤
Wow baay'eedhuma namatti tola maaloo❤❤😍😍💚💞💞💝🍋🍊🍏🍠🍎🍒🍓🌱🌹🌹🌹🌷🌷
Nuuf jiraadha namati tolaa hir-koo😍❤️
Sirbas hin dandeessaayi an faarsaa qofan se'aam
Hirkooooooooo! Amazing &funy
Yaa rabii umirii dheraa keniif
Good job My Oro Koo ilove you ol ❤❤❤❤❤💚💚💚❤❤❤❤❤
Hojii keessaan nyaadha kkkkk barumsaa guddaa ofkeessa qaba dhugaa
Namatii totaan jabadhaaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
Jireenya kiyyaa kessaa diraamaa afaan oromoo naaf tahee
Good luck My family 💖❤❤
Hirkoo baayee namatti tolta Dhugaa nuf jiraadhu
Itti argisiisuun gaariidha jabaadha ijoo
😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤Baaga nagan dhuftaanii 😅😅
Hojii dansaa hojachaa jirtani kana caala hojachuudhaf. of qopheessa.Wan haala yeroo wajjiin deemu hojadha ummataafi saba keessan bira jaalala goddaa hortuu....akka yaada wankoo ti
waqoo rifesi essa dhuqu figa 😅jabadha namati toltu❤❤
Well come Hirkoo🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Hhh nuuf jabadha bay.e namati tola
😂😂😂😅😅😅kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk wayyoo garaa kooo.
Ajaa'iba baayyee galatoomaa!😀😀😀😀😀
Hhhh jaabadha nuuf jiraadha 😂😂❤❤❤
Jalqabaa Amma dhumaatti kolfaa ilaalaa xummure. Bashansiisaa barsiisa
Matii naf ta'ii me lubbuu
Nama hubateef waan addaatti ❤😂😂
Qola sammuu part🥰🥰🥰🥰🥰🥰
😂😂😂😂😂😂😂good job 👏 guys keep it up
😂😂❤barumsaa qaba!Hirkoo
wow baay'ee dansaa itti fufaa malee akka addaan hin citnee qofa.
Kotu matii naf ta'ii me Taree
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤nuf jiradha jabadha
Waaqoon wan giddu gidduutti sirba sirbeef ji'a jahaa (6)ol waldaa irraa nuf adabamee studio sirbaatti arii'amuu qaba😀
Jabadhaa ijollee oromoo koo❤❤❤❤❤❤❤
Kotu matii naf ta'ii me qalliiko
Wow hedduu namati tola jabaadha
Faarftaa garmamaa irraa gara weellisaa hirkoo ti 😂
Kkkkkkk kan Ana dhibbu tatonii hirkoo dukka hojjeetan akamin qolffaa qabbataniii vidio ilaluuuu😂😂😂😂😂😂😂😂
Dhugadhami😁Ani oson ijan isa argee kolfafu isa dubbisu😁😁😁sababi qosasafii🤩🤩🤩💞💞💞❤💚❤
Nama dhiba😂😂😂
Ajaa'iba jabaadhaa!!!
Ijjoollee keenya❤️❤️😁😁😁
Oromo like godha 😡😡👌💪💪❤️🥰
❤❤❤❤❤❤❤ qaxxalee kenyaa jabadhuu❤❤
Baayyee isin jaaladha ❤
Takaa hagana naafi hintaane bayee das najedhe dhugaa kkkkkkkk qola qofa
😂😂😂😂❤
Nufi jiraadhaa❤❤
Wow Wow jabadhaa nufi jiradhaa ❤❤❤🎉🎉❤❤🫶🤣🤣
ijjoollen warri hatuun akka ta'utti taphaacha hin jiran kanaaf moodii isaa seeraan itti yaadaa kan jechuun baayyee sababaan isin jallaadhuuf bakkaa kan tolchaa hojjedhaa galatoomaa
𝐖𝐞𝐥𝐥 𝐂𝐨𝐦𝐞 ❤❤❤
Kitaaba seenaa gootota oromoo barichi itti yuuse Nuu harka fudhate lafee dugda oromoo ta'an (hirkoo biyya) akka barreessituu hawwi Sif qabna.
😅😅😅😅😅 qolii qolumaa baareessaa😮😅😅
Qollii kitabba biz sii tasisee kaa hirkoo
😂😂😂😂😂❤❤❤❤wel come umata qashixi
Woyooo hirkee hojii keeti moo kitaaba kee ni barbada anis nuu ergii malo😂Ofii ajeesi jedhin
Sa'aatti meeqaattii deerba?
sagantaan keessan baay'ee namatti tola.
Wow hir-koo naaf jiraadhu
Matii naf ta'ii me qalii
Ani nama egee qeransa tahee kkkkkkkkkk
hhhhh kolfaan nuu fixatan jabadhaa
Waan jabduudha❤
Lubbuu kotu matii naf ta'ii me
Kkkkkk hir koo buzz taatee😂😂😂😂😂🎉🎉🎉
kkkkkkkkkk..........muka hir-koo only cover page
Qoli qolumaa qopheessa jedhe 😂😂😂
Waaqoo dhugaa dandeettii addaati❤😂😂😂Jabaadhu 😂😂
😂 keessaa isaas Galaatatuu jiiraa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉wawawawaw Aja'ibaa Hojjetaan itti fufaa jajaabee waan keenyaa ❤❤❤❤❤
this one is the best of all season, isa ijoolleen durbaa sun xeebdurra, isa Waaqoon kophaa hojjetutu namatti tola! Keep shining bro
Really
Hirkoo wa,ee muka ergaa argatee
Gosaa mukamoo Dr Abiyi gafaadhu isaa kan muka dhabuu jalaatu irra calaamoo waraa Bosona🎉
Jireenya kiyyaa kessaa diraamaa afaan oromoo naaf tahee jabadhaa ijjoolee keenya Rabbii isiin haa Eeguu
Nufii dheraadhaa dhugaa barumisaa gudaa qabaa dhumitii isaa wani too itii senani keessaa bayuu namaa dhibaa dhugaa ketii hirkoo koo ❤❤❤❤❤❤❤
Kkkkk Hirkoo Kitabaa kee Meetaa koofi erguu galataamii nuusi jalaadhaa waqoo😊❤❤❤
nu fixxan dhugaa rabbiii; wayi ijoollee keenyaa
Uuffeee Eebbifamii Nu Jiraadha Isiin!!!❤❤❤❤
Ijjollee kun Qaroo ummaata keenya Akkatta Halaa Hawasummaa kan barsisaan nuf jiraadha❤❤❤❤
Kotu matii naf ta'ii me lubbuu
Maaloo hirkoo koo! Akka biyyaatuu gidduu isaa dhabnee❤❤❤❤
Kkkkkk silaas qolii qoluma qopheessa😂😂❤ dhugaa baay'ee namatti toltu jabaadha 😅
Amma torbeen ga'ee isin daawwadhutti baayyeen muddama ❤❤❤❤❤❤
Nuuf jiraadha baga nagaan
Dhuftan 🎉🎉🎉❤❤❤❤
Hir_koo😂😂😂😂😂😂😂
Dhugaa baya,ee siin jaladhaa nuuf jiradhaa oromoo koo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Ajaibaa jabbadhamee
Yaa hirkoo Qoola qopheessitee!
Wati jereleshiin 😂
Matii naf ta'ii me qalliiko
Maal kuni guguratiwaan❤😂😂😂
Qaboon erga bareeda dabarsa jira Tokkummaa oromoo hidhata oromummaa ibsa jira❤❤👌
Wowowo jabadhaa Obama in midhinaa❤❤❤❤❤❤❤ jajabee waan keenyaa
Amazing .jabadhuu Irkoo ni barreesita.
Nuuf jiraadhaa namatii tollaa ❤❤❤❤❤❤❤❤ ijollee qaxxalee
Nuuf jabaadhaa ergaa guddaa qaba qaboo 😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤
Qaxale keenya nuuf jiraadhuu❤❤❤❤❤❤
Hedduu jaaladhee!❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Namaf hin hubatamne malee Dubbin cimtudha dhugaa😢🤣🤣🤣🤣❤💚❤Jabadha jajabowwani kooo💪💪💪❤💚❤
Wwwww nuf jiraadhu saba koo qalii❤
Hirkoo nama jabaa,nuuf jiraadhaa hundinuu , namatti toltu
Sammuu qolatu Qola qofa barreessa👉🙆😂😂😂😂
😂😂😂
Bayyee namatti tola Garu ilu Ababora iranifatee natti dhagammee
Wowowww bayyee namatii Tolaa jabadhuu ❤❤❤❤❤
Wawo waako koo baayy'ee sii jaalana Abbaa jaalala koo❤❤❤❤
Irkoo f maati hirkoo nuf jiraadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waqoo malif obamatti dhekamtaa akkanattii ❤❤❤❤
Obamaan ni jarjara kanaaf 😂😂
Wow nufi jiraadhaa ❤❤❤❤
Wowowo dhugaa biyya kesaa jirudha jabadhaa❤❤❤❤
Please hirkoo itti fufaa ❤❤🎉❤❤❤❤❤❤
waaqo ati dhugaa barreessa sirridha oromoodhaf,kanaaf yoomu si qabaachuuti ni boona.
😂😂24:12😅😅😅😅😂😂 dhugaa dubachuf dubii jabdu 🎉❤
Baga nagaan dhuftaan❤ maatii hirkoo❤
Kitaabichi gogaa duwwaa gaafanni tahuun Aare Aanuu bilbiileeefin oole.
Bayyeemmoo namatti toltu dhugaa rabbii
😂😂😂😂😂😂Wayyoo garaa koo jabadhaa Ijjoolee oromo❤❤❤❤❤❤❤
Hhhhhh nuf jiraadhaa heduu namatii toltuu ❤❤❤❤❤
Baga nagaan dhuftaan❤❤❤❤
Hhhhhh bagaa nagani dhuftanii 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 ❤❤❤❤❤❤
Wow baay'eedhuma namatti tola maaloo❤❤😍😍💚💞💞💝🍋🍊🍏🍠🍎🍒🍓🌱🌹🌹🌹🌷🌷
Nuuf jiraadha namati tolaa hir-koo😍❤️
Sirbas hin dandeessaayi an faarsaa qofan se'aam
Hirkooooooooo! Amazing &funy
Yaa rabii umirii dheraa keniif
Good job My Oro Koo ilove you ol ❤❤❤❤❤💚💚💚❤❤❤❤❤
Hojii keessaan nyaadha kkkkk barumsaa guddaa ofkeessa qaba dhugaa
Namatii totaan jabadhaaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
Jireenya kiyyaa kessaa diraamaa afaan oromoo naaf tahee
Good luck My family 💖❤❤
Hirkoo baayee namatti tolta Dhugaa nuf jiraadhu
Itti argisiisuun gaariidha jabaadha ijoo
😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤
Baaga nagan dhuftaanii 😅😅
Hojii dansaa hojachaa jirtani kana caala hojachuudhaf. of qopheessa.
Wan haala yeroo wajjiin deemu hojadha ummataafi saba keessan bira jaalala goddaa hortuu....akka yaada wankoo ti
waqoo rifesi essa dhuqu figa 😅jabadha namati toltu❤❤
Well come Hirkoo🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Hhh nuuf jabadha bay.e namati tola
😂😂😂😅😅😅kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk wayyoo garaa kooo.
Ajaa'iba baayyee galatoomaa!😀😀😀😀😀
Hhhh jaabadha nuuf jiraadha 😂😂❤❤❤
Jalqabaa Amma dhumaatti kolfaa ilaalaa xummure. Bashansiisaa barsiisa
Matii naf ta'ii me lubbuu
Nama hubateef waan addaatti ❤😂😂
Qola sammuu part🥰🥰🥰🥰🥰🥰
😂😂😂😂😂😂😂good job 👏 guys keep it up
😂😂❤barumsaa qaba!Hirkoo
wow baay'ee dansaa itti fufaa malee akka addaan hin citnee qofa.
Kotu matii naf ta'ii me Taree
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤nuf jiradha jabadha
Waaqoon wan giddu gidduutti sirba sirbeef ji'a jahaa (6)ol waldaa irraa nuf adabamee studio sirbaatti arii'amuu qaba😀
Jabadhaa ijollee oromoo koo❤❤❤❤❤❤❤
Kotu matii naf ta'ii me qalliiko
Wow hedduu namati tola jabaadha
Faarftaa garmamaa irraa gara weellisaa hirkoo ti 😂
Kkkkkkk kan Ana dhibbu tatonii hirkoo dukka hojjeetan akamin qolffaa qabbataniii vidio ilaluuuu😂😂😂😂😂😂😂😂
Dhugadhami😁Ani oson ijan isa argee kolfafu isa dubbisu😁😁😁sababi qosasafii🤩🤩🤩💞💞💞❤💚❤
Nama dhiba😂😂😂
Ajaa'iba jabaadhaa!!!
Ijjoollee keenya❤️❤️😁😁😁
Oromo like godha 😡😡👌💪💪❤️🥰
❤❤❤❤❤❤❤ qaxxalee kenyaa jabadhuu❤❤
Baayyee isin jaaladha ❤
Takaa hagana naafi hintaane bayee das najedhe dhugaa kkkkkkkk qola qofa
😂😂😂😂❤
Nufi jiraadhaa❤❤
Wow Wow jabadhaa nufi jiradhaa ❤❤❤🎉🎉❤❤🫶🤣🤣
ijjoollen warri hatuun akka ta'utti taphaacha hin jiran kanaaf moodii isaa seeraan itti yaadaa kan jechuun baayyee sababaan isin jallaadhuuf bakkaa kan tolchaa hojjedhaa galatoomaa
𝐖𝐞𝐥𝐥 𝐂𝐨𝐦𝐞 ❤❤❤
Kitaaba seenaa gootota oromoo barichi itti yuuse Nuu harka fudhate lafee dugda oromoo ta'an (hirkoo biyya) akka barreessituu hawwi Sif qabna.
😅😅😅😅😅 qolii qolumaa baareessaa😮😅😅
Qollii kitabba biz sii tasisee kaa hirkoo
😂😂😂😂😂❤❤❤❤wel come umata qashixi
Woyooo hirkee hojii keeti moo kitaaba kee ni barbada anis nuu ergii malo😂
Ofii ajeesi jedhin
Sa'aatti meeqaattii deerba?
sagantaan keessan baay'ee namatti tola.
Wow hir-koo naaf jiraadhu
Matii naf ta'ii me qalii
Ani nama egee qeransa tahee kkkkkkkkkk
hhhhh kolfaan nuu fixatan jabadhaa
Waan jabduudha❤
Lubbuu kotu matii naf ta'ii me
Kkkkkk hir koo buzz taatee😂😂😂😂😂🎉🎉🎉
kkkkkkkkkk..........muka hir-koo only cover page
Qoli qolumaa qopheessa jedhe 😂😂😂
Waaqoo dhugaa dandeettii addaati❤😂😂😂
Jabaadhu 😂😂