ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
wawoo Jabaadhu Gammee🥰
Jabaadha isin lamaanuu, Eebbifamaa!
Eliyaas Gabulaa nama cimaa bara kana Waldaan Kiristaanaa qabnudha. Eebbifami Eeloo
Eliyaas nama guddaa jalatamaa ❤
Faarfataa Eeliyaas naman baay’ee jaaladhuu fi kabajudha. Faarfannoota isaa kamiyyuu dhaggeeffadhee hin quufu. Akkasuma barumsi isaas barumsa sirriidha. Buddussee medias subscribe godheera. Jabaadhaa Waaqayyo isin haa gargaaru. ❤
Elookoo jabaadhu ammayyuu cimsii itti fufi. Dhugaaniifi dubbii sirriin daboo hin barbaadu. Ati waan Biblical ta'e itti fufi. Waaqayyoo si haa eebbisu. Nuti waca utuu hin taane, dhugaafi barsiisa dubbii waaqayyoo barbaanna. Sobduun barsiisaafi tasgabbii hin feetu.
Eebbifamaa Waaqayyo Isin Haa Eebbisu, Gamme baay'ee galoomi yeroo ati namoota akkasii affeertu nu immoo waan baay'ee irra baranna ,Ani akka dhuunfaa kootti baay'ee irraa Baradheera! Akkasumatti Itti nuuf fufi
Sagaleen manicha keessa waan naanna'uufi sirriitti hin dhagayamu.
Hojichi Dadhabsiisaadha, Jabaadhu Booddee itti Gammadda Gamme!
Elo Jaalala fi Kabajaa guddaan sif qaba❤😮Warri buddussee Tube ( Game) isin illee hojii bonsa hojecha jirtu jaabadha.❤
FAR Eliyaas namooti dhugaa jaalataan si jaalatu go ahead Waaqayyoo si wajjin jirannan ni ga'a
Waaqayyoo c haa eebbisuu eeliyaas Gammulaa.
Ebbiifamii
Barsiisa yeroo isaa eeggateedha jabaadhu tati❤❤
Ebbifamii gamme nama kana nuu hafferu ketti❤❤❤
Eebbiffamii Eliyaas
Eliyaas jechuun nama Waaqayyoo bara kana dhaloota ittin ifate deebifachuuf kase jedheen yaada. Ammas ejjennoo kee kana irraa duubatti hin deebi'iin, Waaqayyo gooftaan sii waliin hin ta'a.....luqqisii Iya 1:9 siif dhaama. itti dabalee immoo akkuma ati jette adaba waldaa irratti dabaluu waanuma tokkofuu bu'aa hin buusan. Erm 28:15-16 sii deggara jabadhu ammas jabaadhu.
Wowowowo farafataa elo jabaa keenyaa ❤❤❤❤
Eebbifama ❤❤❤❤❤
Wow Eebbifamaa Gammeeko❤❤🎉🎉
Ebbiifama.siin jaladhaa❤❤❤❤
Nama yaada hubataa qabuu fi nama gorsa bareedaa kennuudha! Eebbifami
only sound quality inni kaan saggaadha wly wly jabaadhu. Raajoota Buraayyuu gaafa gaafii fidii dafqisiisii mee Namuusaa cabsaa jiru.
❤❤❤❤❤❤❤
Sagalee media kee gadii bu'aadha Gammachiisaa
Baayyeen jaalladha Gaaz.Gammachiis Uummataa! Eebbifami! Keep it up❤
Maaloo ani sin jaladha
Farfaataa Eeliyaas gabulaa baayyee namatti tola nuuf jiraadhu qaaliiko
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😬😬😬😬😬😬
Eli'asiin mee faarfannaa Karrayyuu durii sana mee Waldaatti faarfadhu naa jedhiin
Eeliyaasiif dubbiin galteetti.
Maal Gaazeteessa fuulakeerraa aariitu muul'ata waa'ee Raajota Sobduu kana simiidheeramoo? Waan isaaniif gaddite fakkaattahoo? BTW Eeliyaasiinuu kanumaaf waan waamte fakkaata. Raajoti sobduu baduuf jirti.
Hin birmaduma
Birmaduma hin barbana baay'ee jallanaa
Gammee koo Sagantaan kee baay’ee natti tola. Nan hordofas otuu hin dabarsiin. Sagaleen sirrii miti Sirreessa.
Gamekoo sagantan kee breedadha jallatamadhas Wan xiqqoo yeroo saganta dhedhera akkasii hojjettuu muziqa cehumsa fayyadamii Dhifama
Marsa dhufuttii Nama ati afertuu ani qabaa
Faarfattoonni A/Oromoo paasterii ta’an jiru. Fknf p/r Baacaa Bayyanaa, paaster Abarraa Guddataa, Paaster Eebbisaa fi kkf. Eliyaasis yoo itti dabalame Gammachuu guddaadha . Waaqayyo isin haa eebbisu
Naman baay,ee jaaladhu.essa fidde??aboo waaqayyo SI haa ebbisu.
Dubbiin keessan soba kan balaalleffatu ture garuu dhumarratti faarfannaa isin affeerre jettan malee hin affeerre. Sobduu !
Farfataa baay'ee jalatamaa
Sangantaan Birmadduuma itti fufuu qaba Dhalootaaf
Baacaa bayyanaaMangistuu baqqalaaAqinaw Dhimmaa Dastaa InsarmuuBefiqaaduu BaqqalaaAbbitoo Kabbadee fi kkfnPaster fi faarfataadha. Akkamittin Isa duraadha jettaan ati?
sirittii dhaggefateeta, yaadni kees sirridha galatoomi
The interviewer is highly condemning teachings against heretics and false prophets. Why bro? Waan barumsi sun baay'ee si aarse fakkaatta! Baayyuma simiidhemoo?
❤❤❤❤
wawoo Jabaadhu Gammee🥰
Jabaadha isin lamaanuu, Eebbifamaa!
Eliyaas Gabulaa nama cimaa bara kana Waldaan Kiristaanaa qabnudha. Eebbifami Eeloo
Eliyaas nama guddaa jalatamaa ❤
Faarfataa Eeliyaas naman baay’ee jaaladhuu fi kabajudha. Faarfannoota isaa kamiyyuu dhaggeeffadhee hin quufu. Akkasuma barumsi isaas barumsa sirriidha. Buddussee medias subscribe godheera. Jabaadhaa Waaqayyo isin haa gargaaru. ❤
Elookoo jabaadhu ammayyuu cimsii itti fufi. Dhugaaniifi dubbii sirriin daboo hin barbaadu. Ati waan Biblical ta'e itti fufi. Waaqayyoo si haa eebbisu. Nuti waca utuu hin taane, dhugaafi barsiisa dubbii waaqayyoo barbaanna. Sobduun barsiisaafi tasgabbii hin feetu.
Eebbifamaa Waaqayyo Isin Haa Eebbisu, Gamme baay'ee galoomi yeroo ati namoota akkasii affeertu nu immoo waan baay'ee irra baranna ,Ani akka dhuunfaa kootti baay'ee irraa Baradheera! Akkasumatti Itti nuuf fufi
Sagaleen manicha keessa waan naanna'uufi sirriitti hin dhagayamu.
Hojichi Dadhabsiisaadha, Jabaadhu Booddee itti Gammadda Gamme!
Elo Jaalala fi Kabajaa guddaan sif qaba❤😮
Warri buddussee Tube ( Game) isin illee hojii bonsa hojecha jirtu jaabadha.❤
FAR Eliyaas namooti dhugaa jaalataan si jaalatu go ahead Waaqayyoo si wajjin jirannan ni ga'a
Waaqayyoo c haa eebbisuu eeliyaas Gammulaa.
Ebbiifamii
Barsiisa yeroo isaa eeggateedha jabaadhu tati❤❤
Ebbifamii gamme nama kana nuu hafferu ketti❤❤❤
Eebbiffamii Eliyaas
Eliyaas jechuun nama Waaqayyoo bara kana dhaloota ittin ifate deebifachuuf kase jedheen yaada. Ammas ejjennoo kee kana irraa duubatti hin deebi'iin, Waaqayyo gooftaan sii waliin hin ta'a.....luqqisii Iya 1:9 siif dhaama. itti dabalee immoo akkuma ati jette adaba waldaa irratti dabaluu waanuma tokkofuu bu'aa hin buusan. Erm 28:15-16 sii deggara jabadhu ammas jabaadhu.
Wowowowo farafataa elo jabaa keenyaa ❤❤❤❤
Eebbifama ❤❤❤❤❤
Wow Eebbifamaa Gammeeko❤❤🎉🎉
Ebbiifama.siin jaladhaa❤❤❤❤
Nama yaada hubataa qabuu fi nama gorsa bareedaa kennuudha! Eebbifami
only sound quality inni kaan saggaadha wly wly jabaadhu. Raajoota Buraayyuu gaafa gaafii fidii dafqisiisii mee Namuusaa cabsaa jiru.
❤❤❤❤❤❤❤
Sagalee media kee gadii bu'aadha Gammachiisaa
Baayyeen jaalladha Gaaz.Gammachiis Uummataa! Eebbifami! Keep it up❤
Maaloo ani sin jaladha
Farfaataa Eeliyaas gabulaa baayyee namatti tola nuuf jiraadhu qaaliiko
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😬😬😬😬😬😬
Eli'asiin mee faarfannaa Karrayyuu durii sana mee Waldaatti faarfadhu naa jedhiin
Eeliyaasiif dubbiin galteetti.
Maal Gaazeteessa fuulakeerraa aariitu muul'ata waa'ee Raajota Sobduu kana simiidheeramoo? Waan isaaniif gaddite fakkaattahoo? BTW Eeliyaasiinuu kanumaaf waan waamte fakkaata. Raajoti sobduu baduuf jirti.
Hin birmaduma
Birmaduma hin barbana baay'ee jallanaa
Gammee koo Sagantaan kee baay’ee natti tola. Nan hordofas otuu hin dabarsiin. Sagaleen sirrii miti Sirreessa.
Gamekoo sagantan kee breedadha jallatamadhas
Wan xiqqoo yeroo saganta dhedhera akkasii hojjettuu muziqa cehumsa fayyadamii
Dhifama
Marsa dhufuttii Nama ati afertuu ani qabaa
Faarfattoonni A/Oromoo paasterii ta’an jiru. Fknf p/r Baacaa Bayyanaa, paaster Abarraa Guddataa, Paaster Eebbisaa fi kkf. Eliyaasis yoo itti dabalame Gammachuu guddaadha . Waaqayyo isin haa eebbisu
Naman baay,ee jaaladhu.essa fidde??aboo waaqayyo SI haa ebbisu.
Dubbiin keessan soba kan balaalleffatu ture garuu dhumarratti faarfannaa isin affeerre jettan malee hin affeerre. Sobduu !
Farfataa baay'ee jalatamaa
Sangantaan Birmadduuma itti fufuu qaba Dhalootaaf
Baacaa bayyanaa
Mangistuu baqqalaa
Aqinaw Dhimmaa
Dastaa Insarmuu
Befiqaaduu Baqqalaa
Abbitoo Kabbadee fi kkfn
Paster fi faarfataadha. Akkamittin Isa duraadha jettaan ati?