Jawee koo jiradhuu Umrii dheradhuu Ani wan Biraa siin hin jedhuu Rabbiin Bilisummaa sabaa kana si haa garsisuu Kabajamuu Sabaa Kanaa si haa Garsisuu jechaa ittin si ibsuu hin qabuu namni jawar Bekuu wallahi nama dhugaa Bekuu Dhugaan osoo Bifa qabatee Jawee Fakkataa ❤️💚❤️
We Oromo community have genius politician like JAWAR MOHAMED number one person.I hope, he will be the president of the Oromian Federation in the near future.
Kadiro jiraadhu Attis waan dandeessu Hunda Qabsoo Oromoo Kan keessatti ga'e qabda.Jawaar Faana Podcast Gariin utuu jiraate waan inni Yaadu Fi akkamitti Akka Yaadu Beekuun Barbaada . Jawar media irratti Gaafa dhiyaatu Akka Yakkamatti Rakifti Jari media garuu Kan barbaachisu Akka Gadiiru kanatti Nama faana marii'atu barbaachisa . Really Jawar is Gift of God For Ethiopia Sepeclly Fro Oromo .Jawe Really I respect you more from day to day your book is Amazing but I want to hear, ready tried in you
When I see you within this eye galas ,God gives Uganda Viktoria lake,Gad gives Eritrea Dalage,Asabe,and Mitsawa,Gad gives Mobsa for keniya,God gives you Jawar and Kadiro for Oromo and oromia Long live for both of you 💕
Jiraadhu Addaan baasteerta Hin gaabbuufi hin mararfadhu Jechuu kan addaan hin beennetu si qeequu fedhe Kan afaan ofii gita sirriidhaan hin beennetu Waa siin jedhu fedhe Mammaakkatu jira Wallaalaa dubbiitu ittiin taphata Beekaan dubbiin taphata Kan jedhamu beeka akka keetii kana Wallaalaa yoo jenne kan hiika afaan ofii gita sirriidhaan ibsuu dhabaaf si dabsuu fi siif dabsuu dhara ofii fedhu
A meeting of two great minds. This is an incredibly insightful interview. I'm impressed by Kadiro's insightful questions and Jawhar's thoughtful answers. It's hands down the best interview Jawar has ever given in the Oromo language.
Jawaar dhugaa dubbachuu dhaaf gara jabeenya isaan siin jedhan sana nuti sirratti hin garre Yoota'e iyyuu gara jabeenya isaan irraa baranne gara laafina sirraa baranne siyaasni mataa nama nyaata ati ammoo dandeessee hanga kana deemte rakkinake namni siif hubate hin jiru hundaafuu galatoomi!
Jawwee ati wa hedduu oromof goote Rabbiin umrii sihaa dheeresu guyyaa tokko biyya Ethiopia san dandeetti te tanan bulchitee akka nu garsiistu barbaanna
Great job Kadiro 👏this is a day I foresaw and have been waiting for!! I know how much you were so concerned about his illegal detention ! I hope he went back & watched your videos!!
Welcome back kadiro and Jawar🥰
Jawaar Mahaammad oromoof jedhee waa heddu keessa dabreera. Carraan isaa fi saba isaa bilisummaa haa ta'u.
Jawar Mahamad gotta umataa oromootii ❤❤❤
Itti Aansee Lammaa Magarsaa nuuf dhiyeessi Kadiro❤
Jawaar is an honest guy and a hero incomparable to no one...
Jawee koo jiradhuu Umrii dheradhuu Ani wan Biraa siin hin jedhuu Rabbiin Bilisummaa sabaa kana si haa garsisuu Kabajamuu Sabaa Kanaa si haa Garsisuu jechaa ittin si ibsuu hin qabuu namni jawar Bekuu wallahi nama dhugaa Bekuu Dhugaan osoo Bifa qabatee Jawee Fakkataa ❤️💚❤️
Lamman nuf yaa dhiyatu warri jettaan❤❤❤❤❤
Mee namni jawar jaalattan onnerra akka kiyyati 💔💔💔💔💔🙏🙏🙏
Maaloo Lammaa Magarsaa Soqii bakkuma innii jiru nuu dhiyeessii!
Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah Rabbiin ifajee kee janataa siifi haa debisuu jawee ko 😢😢
We Oromo community have genius politician like JAWAR MOHAMED number one person.I hope, he will be the president of the Oromian Federation in the near future.
Cuqursa hawasaa walloora gaha jiru malif hin gafatin nuu cuqursa umani walloo amarafi afari giduti kana dabalato motuman iti jiruu mali nu gafatin🙏
Gurbaan kunii dhugaama rabbii Sammuun isaa nama taphaatii.akkatti inni ummata isaatiif yaadu
Jawaar mataa dhiiraati. Dhiira hundaallee miti mataa dhiira dhugaa ti.
Osoo Abiyyi ta'e silaa afaanuma Amaratin baradha jedha
😂😂😂 maal jechudha
diqaala zinaa sobdu😅
Kadiro jiraadhu Attis waan dandeessu Hunda Qabsoo Oromoo Kan keessatti ga'e qabda.Jawaar Faana Podcast Gariin utuu jiraate waan inni Yaadu Fi akkamitti Akka Yaadu Beekuun Barbaada . Jawar media irratti Gaafa dhiyaatu Akka Yakkamatti Rakifti Jari media garuu Kan barbaachisu Akka Gadiiru kanatti Nama faana marii'atu barbaachisa . Really Jawar is Gift of God For Ethiopia Sepeclly Fro Oromo .Jawe Really I respect you more from day to day your book is Amazing but I want to hear, ready tried in you
I m somali i don undestend oromo launge but i supporte jawar maxamad long live jawar
When I see you within this eye galas ,God gives Uganda Viktoria lake,Gad gives Eritrea Dalage,Asabe,and Mitsawa,Gad gives Mobsa for keniya,God gives you Jawar and Kadiro for Oromo and oromia Long live for both of you 💕
Gotaa kenyaa nuuf ykn oromodhaf jetee waan hin tane qabduu jawe kenyaa dhugaa waqqayoo umurii kee nuuf yaa dheressuu waqqayoo sii yaa tikisuu enyunu hin amanini❤❤❤❤
Thanks kadiro for interviewing jawwee. BTW I liked the way he's talking (borona dialect)
Jiraadhu
Addaan baasteerta
Hin gaabbuufi hin mararfadhu
Jechuu kan addaan hin beennetu si qeequu fedhe
Kan afaan ofii gita sirriidhaan hin beennetu
Waa siin jedhu fedhe
Mammaakkatu jira
Wallaalaa dubbiitu ittiin taphata
Beekaan dubbiin taphata
Kan jedhamu beeka akka keetii kana
Wallaalaa yoo jenne kan hiika afaan ofii gita sirriidhaan ibsuu dhabaaf si dabsuu fi siif dabsuu dhara ofii fedhu
A meeting of two great minds. This is an incredibly insightful interview. I'm impressed by Kadiro's insightful questions and Jawhar's thoughtful answers. It's hands down the best interview Jawar has ever given in the Oromo language.
ማሸአለህ ታረካ አለህ አለህ ይጣብቃቹ🎉🎉🎉🎉🎉😻😻😻😻😻😻😻
Anaa ana rabbeen umrii dheertuu siniif haa kennichawwe alhamdullilah
Rabbi umrii nuuf haa dheeressu jawwee koo
Abbo kadiiroo abban dhumaatii lamaadaatiif nu afeeruuf demuu lammaadh dandeesuu isaa nuf dhiiheesiii mee
Isin lamaan wal biratti arguu caalaa wanni na gammachiisuu hin jiru wallaahi dhugaa dubbachuuf garuu barana qophii entrance exam irra waanin jiruuf hedduu akkaan barbaadetti isin wajjiin turtii gudhuun natti ulfaataa jiraa hundaafuu jabaadhaa itti fufaa hedduu nuuf galatoomaa we extremely love both of you❤ ulfaadhaa ❤❤
Rabbiin nama Hayyuu akka keetii oromoof kenne haa galatoomu(Alhamdulilla!).
Baayyee galatoomi kadiroo fi jawaaris hedduu isin jaladha lammaa magarsa akka nuf dhiheessitu abdii sirra qabna maloo nuf dhiheessi
yaadota heddu mimmiidhagoo fi gaafiif deebii Jawaar hanga ammaa taasiseen bifa adda ta'een ijaa dhiheessiteef galatoomi Kadiiroo keenya.
Ay jawar atti bari adda / tilayaleh ❤❤
Ammas Rabbiin si haa gargaaruu jabaadhu Jawwee duraaf duubattis Rabbiin si haa eeguu ❤
Believe it or not, Jawar is extremely brilliant.
Hin gaabbini jabadhuu Rabbiin sigargaara hin shaking du'a hawootaf Abbota siduuba jiraa inshallah 🙏✅
Jawaar dhugaa dubbachuu dhaaf gara jabeenya isaan siin jedhan sana nuti sirratti hin garre
Yoota'e iyyuu gara jabeenya isaan irraa baranne gara laafina sirraa baranne siyaasni mataa nama nyaata ati ammoo dandeessee hanga kana deemte rakkinake namni siif hubate hin jiru hundaafuu galatoomi!
Jawwee ati wa hedduu oromof goote Rabbiin umrii sihaa dheeresu guyyaa tokko biyya Ethiopia san dandeetti te tanan bulchitee akka nu garsiistu barbaanna
Kadiir ati nama ciimadhaa dhugaa dubbachuuf Ummata keetiif hedduu yaada.
Jawwee umrii dheeraa
Baga nuuf jirate Jawwe Baga dhalatte wly Kadiro please Raabbi jedhi Lamma Magarsaa nuuf dhihessi
Wow gaafii kootirratti xiyyeeffachuu keessaniif galatoomaa! Rakkoon biyya kanaa kan dursa argachuu qabu Afaani🥰🥰
Rabbii umrii ke ha dheresuu jabadhuu jabbaa oromoo jawwee
Baga nagan dhufte kadiroo fi Jawee
ana kan gaafii natti ta`e ani yeeroo haasawa jawwar dhageeffadhu miiraa taa`i ka`i naan jedhu wahiitu natti dhagamaa maali dhiiroo
Inshaa Allah rabbi kaayyoo ati xiqqeenyarraa qabdee hanga ammaa itti dhama'aa turte tana bakkan gahee siis gammachiisee nus haa gammachiisu rabbi yaa jawar keenyaa sagalee hawaasa keenyaati ati, sagalee miidhamaati
❤❤❤❤❤❤ kadiroo keenya bay ee nugalateefadha jawe nuuf dhibeesuu keetif
Welcome back kadiro and jawar thanks thanks
Great job Kadiro 👏this is a day I foresaw and have been waiting for!! I know how much you were so concerned about his illegal detention ! I hope he went back & watched your videos!!
Me to I don’t regret it when you come Memphis I walk out from my job to attend ur welcome .
You did soft Talk! More educative and entertaining. So I like it. Galatoomaa
❤❤💚💚❤️❤️
Hingaabbu jechuun maali
Hayyuun ani Ejjannoon "Political ideology" isaa irratti qabu yoomuu hin jijjiirre Jawar Mohammed 🥰💥🌟
Kadiro Abdiin Qaba Akkaa laamaa nuf dhihesituu ❤❤
Wow awesome love it
Kadiroo Elemo, jabaa, jajjaba namaa! Akka gaaritti qopheessite! Qophoofte! Akka jab jaaladhe.
Lammaa dhiyeesaa ❤dr milkeesa miidhagsaa fidi
RABBII SII HAA TIYSU JAWWE
Welcame Jawar Mohammed & Kadir ❤❤❤
Kadiro duraan dursee akkam jirta nagaadhaa erga salaamtaatii Gaaffii tokkoon Qaba
1_ waay'ee manneen caraqaa irraa maal Akka odeeffannoo qabuu fi Yaada isaa kan Lammiilee manneen irraa diiganii lafas alaa fi Manas dhoorgatanii dirree irratti gatan akkamitti Akka ilaalu
Yaada kana kanan siif barreesse Magaala Adaamaa Aanaa dhakaa adii irraa hi mana narra diiganii lafas narraa fudhatan waaniin biyya arabaa deemee ifaajii meeqaan miliyoona itti kaffalee bitadhe
Rabbumti isaan haagaafatu isinis yaada keessan naaf gumaachaa
Abshiir nu hunduu ssnuma rabbiin fayaa nufii haa kenuu malii gonaa sabrudhaa😢😢😢😢😢
wanti hamtuun akka tuffatamuu hin jirtu. Perfect said.
resistance of accomplishment very attractive.
Soo ama boda yoo juwar itarvi yoo gotee nu gafadhu philis wan hawasa walloo🙏
Jawwee kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Galatoomi Jawaar keenya afaan keen boonuuf addunyaatti beeksiisuu keef
ጋሼ ካድሮ እና ጃዌ ትክክሊ ነቻው የኛ ልጆች የምወዳዱበት ካሌላ አገር የታለያ ታማኝነት አለቾው ነገር ግን በጉሉበት ሣረ በጠም የዳክሙት ልጆቻችን ነቻው🎉🎉
Yeroo bira lammaafi jawar akka qabate nuf dhiyyattu ❤
Maashaa allaah waan karaa fuula duraa nuuf gaafadhu ifaa ifatti
Ajab Wly dhugaa Rabbi seenaan jawwee ta barumsa afaan oromoo tun baayyee nama ajaa'ibsiisa 😢
Welcome back kadiro and jawwee 🥰🥰👌🐅💪💪🥰🥰❤️
Maaloo lammaa magaarsaatiin Wal nuu garsiisaa
Baayyee marii gaarii.
Jawee qoricha bodaa itti gaafatamaan abiyyi ati abshir ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤ welcome back you both at a time
Maashaa allaah ijji hamtun sin argin
Welcome back jawar and kadiro ❤❤❤❤
Jabaadhu dhiira
Nuujabaadha inshallah nibilisomna
Jabaadha kadiro 🙏
Thanks Jawar for coming to an Oromo media.
Interesting Interview
Jawar is hero
Atii waa hundaa beekta aboo
Galatoomi Qaalii jawee kingi
Kadar❤❤❤❤
Excellent Jawee! You did marvelous job in bringing up affaan oromoo to the international level 👏
Jawwee kiyya lubbuu umrii dheeradhu hamtuu sirraa haaqabu Rabbiin!
Maatii naaf ta'aa Oromo koo ❤
Lammaa margasaa nufi fidii maloo 🙏
Jawaar umrii isa haa dhereessu 🥰🥰🥰🥰
Jaawar muhammad ilma Sabaa🥰
Abbaa biyyaati Ati.jabaadhu.
Wa, e mediya gaafii
Welcoma back kadi and jewar❤
Very interesting presentation 👍
Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaa tuhuu kadiiroo Akkami Nagayaa Fayyaa Galatoomi hayyuu keecha nuu hasoysiisuuf galatoomi fakeenyaaf waa ee byya sa uudiirraa haa sowttan waa ee namakeenyaa silaa Akka yaada walii gumaachuutiin silaa wal Arkkannee hedu Natti tola
J
Dhaan isheedhuma Xoophiyaa suphina jettu sana dhiisi jedhiin 🥰
Do you have part 2? If so let us know pls.
Anaa dhufu❤
Anaa dufu Kadirof Jawwee Kabajamo
🙏❤💚❤💥💚❤
Galatoomi kadiro atis waan gaariidha
MMaashaa Allah Maashaa Allah ❤❤❤❤
Jabaadhu leenca koo 🎉🎉🎉🎉
Maalo lamma magarsaa nuuf fidaaa
Midiyaa nama ofii faanaa yoo interview godhan akkanatti wojjiin taphataa waan hedduu kaasan
Garuu ka ormaa namatti mudda
Galatoomi jawwe❤
Galatoomi kadiiroo ❤