An amazing music video with powerful lyrics. The countryside nature scenery, a bunch of men expertly riding horses, as well as the large backup band in beautiful traditional costumes, added the perfect touch to the video. Is it the Oromo song of the year? Very likely.
Oromoo koo Welloo Koo 🖤❤️🤍❤️💚❤️ …..God Uniquely Created You One-of-a-kind! No one in the world is just like you! You are wonderfully and uniquely made! Special! Yes, You Are Created on Purpose for a Purpose ….👈🏽 My People “I Love You and I’m Proud of You” 💪🏾💪🏾💪🏾 May GOD Bless You & Protect You From All Evil Eyes AmennnnnnnnnnnAmennnnnnnnnnnnnnn Amennnnnnnnnnnnnnnnnnnnn🙏🏾🙏🏾🙏🏾
Sirbi kuni,sirba xiiqiifi iccitii guddoo qabduudha.Oromummaa Raayyaa fi Walloo Ormi haguuguuf xaaru aartiidhaan fashaleessudha. Jajjabeessaa Oromookoo.🥰💪
Good revenge ❤❤
akkas dhiira koo
Oromookoo🥰💪🎉
❤❤❤
fayya ta'ii
1fffa dha brother ibro❤
woww yeroo 10 irraa deebi'e dhageefadhee dhugaa rabbii .Aja'ibumaa Gaalatomi Ibro & birraa G❤......itti fufaa..ammas
Waan akkan namati tolu dhugaa senna oromumaa kaan algaan dhufatama jiru iffati kaan basuu dha dhugaa
Atiile Galatomii ❤
Gurba ijoollee durbaa walitti qabe wojjiin rakkatu sani Mii Ati Abdii!!
Great! Yeroo Isaatti ta'uun hundarra Natti tole ..yeroo itti Uummata kanaaf sagalee ta'uun barbaachisudha.❤❤❤❤❤❤❤
Hojii bayyee bareeduu guddaa galatoomi ibroo jabaa keenya
Wow Vision Entertainment, always on time , always super cool.
Wallo Sanyii Lencaa Rayyaa Rayuma💪❤💚❤️ Like godha jabeessa oro ko🎉
❤💪
የተኮረጀ ሙዚቃ ቅቅቅቅቅ😂😂😂😂😂😂
2:52 @@nimomesi6592
❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💪🏾💪🏾💪🏾
@@SadeAli-dn4ooFrom whom 🙄🙄🙄😳😳😳😂😂😂😂😂😂
Walloo Koo❤💚❤ Oromoo Koo❤💚❤ Sanyii Koo❤💚❤ Ni Injifanna Abshir💪💪💪💪💪
Yes & Amennnnnnnn X 3 🙏🏾🙏🏾🙏🏾❤️💚❤️🫶🏾🫶🏾🫶🏾💪🏾💪🏾💪🏾
Duraa anatuu lalee like itii robsa🎉❤
Anilee sii fanaa lalee❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ 2:19
❤
Sirbaa xiqii wara Walooti ijababasuf qorichaa ta .aa .wowoowo .Best music Waloo 🎉🎉🎉❤🎉🎉❤🎉❤🎉❤🎉🎉❤
Saba osoo ibiddaa gamaaf gamanaa qaqqamtu jiraate wallookoo❤❤💪
Gallatomii ibro ibsa ilma sabaa takka wallo hiin irafane atii qalii ❤❤🎉🎉
Ibro Ibsa maata dhiiraa hojjii aja,aibaati jabadhuu
Wow ibro dammaa byyee bareda dagaye quufu dadhabee gerarsi xiqo otoo dherate garidha
imbiii jedhiniii ammasii jiraa nutiii ijollenii oromoo martii kessanuu share walii godhaa harraa kanaa million 50 haa galchinufiii anaa biraa ijolee bayyetuu jirraa yaa gamachisnuu hahichaa kenyaa🎉🎉🎉
Walloo my king sanyii leccaa wly nuu jiradhaa!❤😍🐅🐅
Einfach wow wow thanks Artist Ibroo end Vision Entertainment 🙏🙏
#Good work keep up, 100%good quality
Wow Good job 🎉jabaa dhuu
saboonaa Bayee Namati tola😍
Hojii ajaa'ibaati dhugaa✅
Oromiyaan ni bilisoomti!❤💚❤️
Good job Ibro Ibsaa galatoomi Ummata kanaf Sagalee tahuu kettif
Rayaaan rayumaaaa. Nidebifanaaa. Adaaa kengaaa walllon ta oromoo tiii 👍👍👍❤❤❤
Amazing thank you Vision entertainment &ibroo ibsaa
Ibroo Mataa dhiira ❤❤❤ Gumaayye🎉
I am from Singapore 🇸🇬 i like oromo music🎉
Thank you thank you❤
Thank you bro
What do you mean you are from Singapore? Are you really Singaporeans, or you went there to study ?
No bro😂
Like as we like you ❤
We are Oromo from Ethiopia we like Singapore
Wawu hojjii bareedaa dhugaa rabbii baayyeen jaaladhee
Jabadhuu sanyii gootaa ❤💚❤🐅🇧🇫🇧🇫🐅🇧🇫🐅🇧🇫🐅🇧🇫🐅❤🐅❤💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚❤💚❤️
Wwwww🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤🎉
Ibroo king wel come ❤🐅
Baay’ee namatti tola👏. It’s really very beautiful and powerful raayyaa Oromo song 💪🏽❤️🇪🇹😍😍🦁🦁🦁🦁🦁
Wowo ittii mudii leecaa oromiyaa ❤
Wow gudda nu boonsitee Ibroo big respect for you
Walloo koo my king bro ❤🎉🎉❤
Waaw We are proud of you Raya Oromo
sirba dhamsa baredaa ofkesatii hamatedha king 🎉🎉❤
Oromoon Abba biyyati jiraa jaba keenya jabadhu
Shakiso jira
Warra Raayyaa Gumaayee
Warra Qobboo
Warra ilmi
Warra Baabboo
Warra Yajjuu
Warra Waayyuu
Warra Qaalluu
Warra Heebanuu
Warra Beeranu
Walloo Raayyaa Oromooo ❤👑✋🏽
Baayyee nama gammachiisa 😮 🎉🎉🎉🎉
Oromummaan miidhagummaadha. Jirti ijoollen warqituu ammallee barbadeessituun diinaa🎉🎉❤❤
I love you all Kush family in North Ethiopia such as Oromo Raya,Agew and Kimant.
million 50 galchaa malee raftanii hinii bulinaa waraa biyyaa keessa jirtanifii waraa biyyaa alaa jirtanii subscribers ittii mudaafii record haa cabsuuu hayichii kenyaa🎉🎉🎉🎉
An amazing music video with powerful lyrics. The countryside nature scenery, a bunch of men expertly riding horses, as well as the large backup band in beautiful traditional costumes, added the perfect touch to the video. Is it the Oromo song of the year? Very likely.
Wwwwww bayyee naamtii tolaa jabadhaa ilmaani wariqituu
Gumaayyee good luck, bro🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Horii buli kormee dhiiraa Hojii Ajaa'ibaati ❤❤❤
Ibroo my Respect Amazing Music video ♥️🙏
Wwwooowww 🙏❤️
🙏🙏🙏🙏🙏 woromo betam des yilal💪😄❤️🌹
Wow ammazing 🎉🎉🎉🎉
Sirba bareedaadha
Sirba bareedaadha jabaadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤
Laki itii robsaa Ormoo tiyyaa ❤❤❤❤❤❤🎉❤❤❤❤❤🎉🎉
😍💔
Wolloo koo neftegna rifaasiisa❤ welcome KING❤
Sirba kana hedduun jaalladhe ❤❤🎉
Rayyaa walloo oromoo❤️💚❤️🌳❤️🌳❤️💪
Sirba yeroo isaa eegatee sirba Ajaa-ibaa saudi Arabia irraa sii Dawwaataa jiraa galatoomi jabaadhuu❤🎉 congratulations 🎉❤❤
Waw baayyee namatti tola❤️❤️❤️❤️❤️
l am from oromia finfine❤💚❤💚❤
Good job Hojii Bareeda
Aadaa fi Dudhaa Oromoo Dhugaa Ibsuudha
Ibroo 😍😍😍
Walloo sanyii warqituu ❤❤❤❤ baayyee si jaalana nuuf kabajamii ibroo ibsaa❤❤❤❤
Best tank you tokoffaa 🔥
Thank You Ibro Ibsaa (Jaal Risaa!!) We all stands by the side of Wollo!! Yes Raayyaa is brave indeed!!
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉 Ajaa'iba dhugaa Rabbii baayyee namatti tola Galatoomi
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
Jabaadhuu qaalii koo Ibroo Ibsaa akkasumaas Birraa Gammadii Abbaa vision Entertainment
Walloo Rayyaa Oromo new🥰🥰
Woooow jajjaaboo koo😍😍👍👌
Hojii addaati buli leencakoo
❤❤❤
wow sanyii koooooooooooooooooooooo jabaadhu baay'ee namatti tola✅
Baaga nagayan dhuftee 🎉
Oromoo koo Welloo Koo 🖤❤️🤍❤️💚❤️
…..God Uniquely Created You One-of-a-kind! No one in the world is just like you! You are wonderfully and uniquely made! Special! Yes, You Are Created on Purpose for a Purpose ….👈🏽 My People “I Love You and I’m Proud of You” 💪🏾💪🏾💪🏾 May GOD Bless You & Protect You From All Evil Eyes AmennnnnnnnnnnAmennnnnnnnnnnnnnn Amennnnnnnnnnnnnnnnnnnnn🙏🏾🙏🏾🙏🏾
❤❤❤ Mataa dhiiraa fayyaa tahi!
Wawu akaa sirbaa kanatii sirbii natii tolee hin jiruu yoo jedhee sobaa fakataa dhugaa rabii bayee sii jalanaa jabadhuu❤❤❤❤❤
Congratulations ibro
Wowoo wly onee nama fuudha ❤ Artis ibroo ibsaa nuuf jiraadhu Ammas immoo Vision Entertainment yookan birra Gammadii oroomoo mata ol qabaachiisa jirtaa umrii nuuf dheeradhu ❤
Woow! Amazing!👏👏
Jiraadhu gootakoo Jalala walloof qabddan like godhaa ibsaa mee❤❤
Hojii bareedaa bro jabaadhu 👌👌👌👌
Oromoon eenyuunuu ilaalee oromummaa isaa hin hirdhisu ❤❤❤
Raayya raayyuma worra worqituu jirtuu❤❤❤🎉
በአላህ ባህላችን አታበላሹ እኛራያወችን መሆንመቸም አችሉ ምድረ ጥብ በባህላችሁ ታፍራላችሁደ በገዛባህላችሁ ሥሩ ቦቲያም ራያ💚💛❤️💪💪💪💪💪👈
RAAYYAA - Raayyummaa
Hidda latiinsa Raayyaa Walloo
MARRAWWA
RAAYYAA
AANNAA BEERRE IGGU
1. Eebanticha 1. Ashangee 1. Amboolicha
2. Hambool 2. Doobbicha 2. Baabbo
3. Karrayyu 3. Dheekicha 3. Eebicha
4. Machaaricha 4. Kiiloole 4. Gurricha
5. Waajjaa 5. Waacaale 5. Kiibicha
ካንተ በላይ ጥንባታም ዘረኛ የለም
Gota kena 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
My Oromoo ❤💚❤🐆🥰
Wow Amazing bayyee namat tolaa jabadhuu jabaa kenyaa 💪💪❤❤
WOW OROMO KOO❤❤
WOW what a great music video I didn’t what to say really amazing ❤❤❤❤❤❤❤❤
joolle warqituu 🎉🎉🎉 like me sanyii goota
Wow lammikoo baayye namaatti tola❤❤❤
Ibroo akka maqaakee ati Qeerremsaa dhugaa, dhiira abbaakee!
ibroo my Respect Amazng music video 🎉❤💚❤✅
🎉🎉
Ibroo sagalee ajaaibaa Bravo 🎉🎉🎉🎉🎉
Wow 🎉 jabadha❤
Yes, you did it!!!
Walloo ummata jaalalaa, jaalala keessan ibsaaf oromoon hundi❤❤❤❤❤❤
Dhuugaa rabbii baayyee bareedadha ibroo ibsaa
Sirba ajjaa'ibaa Ergaa cimaa of kessatti qabate❤❤❤
Keep up the good work our Artist ibro
oromo koo jabbeessaa artii keenyaa sirba kuni sirba xiqiiti gaaraa nama balleesaa walaloo koo gotaa bar namni akkaa koo jalaati Like xuqaa mee
Itti muddii ibro 🎉❤
Kan addaati, daawwatame hin quufamu ❤❤❤
❤❤❤❤❤
Bayee bareedaa jabaadhu oromoo walloo
Welcome warra keenya🤝💙
Wow bayee namati tola jabadhu iti.fufi.goota kenya❤❤❤ 👍👍👍💪💪💪
Akkaa sonsaa kaan idituu jirtii hardhaasi ijjoleeni warqituu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪💪💪qorichaa naafxanyaa nuuf jiradhaa ilmaani walloo 🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶
Wow wow dhugaa nufi jiraa dha qaqli ijoollee Oromoo namatti toltu jabadha ❤❤❤🎉🎉
Anatu jelqaba ilaale koottaa like naaf tolchaa TH-cam kiyyas subscribe naaf tolchaa 😢
Atis maatii naaf ta'i
Nuuf jiraadhu Ibroo keenna Baga itti Cabsite❤