The vision of our singers is very proud of their love for their country and they have a great role in solving the problems of this country showing the maratti. This time the beloved singer and singer with kilole voice Abarraa Indalaa has contributed a song titled dawoo to his people. Have fun with DAWOO!!!!
Thanks to Vision Entertainment for revolutionizing the Oromo music landscape and setting the bar higher! 🖤❤️🤍Their exemplary videos are truly amazing. Thank you so much! Galatoomaa!❤️💚❤️
My Beautiful Brave Smart Patient And GOD Fearing Wise People Oromoo-Koo🫶🏾🫶🏾🫶🏾 May the Lord give you the desire of your heart and make all your plans succeed Amenx3🙏🏾🙏🏾🙏🏾❤️💚
Wow! What a song! Artiin Oromo akka gaaritii olka’aa jira. Qaxaleewan kenya jabaachaa jiru.
Wow Aboo Nuf jiradhuu sagalee bareeda,Yedaloo kan hundan Kulamee.jiradhuu
I am From london, but I like Afan Oromo song.... What a soft voice with adorable poetry, jettakaa
Best music 🎶 ❤❤❤❤
Bayye namatti toola jabbadhuu
Anatu duraa views like godhe 🎉❤
❤❤❤❤❤
wow giitaa hin qabu
Ganga ganag
Abeekoo Well Come buck
Album Kee gadhiisikaa gajoo koo
The vision of our singers is very proud of their love for their country and they have a great role in solving the problems of this country showing the maratti. This time the beloved singer and singer with kilole voice Abarraa Indalaa has contributed a song titled dawoo to his people. Have fun with DAWOO!!!!
Sound quality :100%
every thing :100%❤
him , BEST:100%❤🎉
Sirba baay'ee natti toleedha. Waan hundumaanuu gaariidha. Walaloo, yeedaloo, sagalee, keeroogiraafii, iddoo (location), qabiyyee (ergaa, dhaamsa), directing, editing, cinematography, etc. Jabaadhu gooleekoo!
I am also from Zanzibar i love oromoo songs thanks Abere endele keepup dear
Baga deebite bro 🔥👏
I am from Uganda i love oromo music🥰
welcome to oromia
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Langanno dhufte si beeka
💪💪💪💪💪💪💪🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Endi new enje gezahuen yemimetin zefen maleti only I will say wowowoowwoow
Oroomoo adaa kee bal'a dha burraaqii tapadhu❤
Well come back the Legend keep it up vission families maatii naaf ta'aa ❤❤❤❤
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤
I'm from Oromia this music is very hard and it's sweet ♥️💚♥️ Thank you Sona♥️💚♥️
I am from Madagascar 😅😅
Wow! I am Obori Tulama Oromo. I liked the song!
Kana dhiirri AMAZING....👍👍
Wow Hojii Ajaibaatti sanyii leencaa bagaa milkooftee!bro
Kuno akkasitii yoo dhichiisan...Oromo music unprecedently revolutionized consistently by such Young Oromo star..
Thank you!!
New motivated oromo music 👍 thanks bro
kunin addumaa, ajaa'iba❤💪
hojjii 20M galu qabuyyuu garuu Mal godhuu abbee lencaa koo amazing dhugaa 🎉🎉🎉🎉
Thanks to Vision Entertainment for revolutionizing the Oromo music landscape and setting the bar higher! 🖤❤️🤍Their exemplary videos are truly amazing. Thank you so much! Galatoomaa!❤️💚❤️
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow baay’ee baay’ee baredaa jabadhuu
B
Wow
A🎉 ❤@@WondimuGuta
Wow,akkuma itti eegne waan gaariin dhuftee,
Galatoomii
Sona keenya jabduu ilma Oromoo nuuf jiraadhu ❤💚❤️
Wooow baayyee namaatii tola jabaadhu ana dhufu!
ilmaan oromoo biyyaa keessaa fi biyya Alaa jirtaan hundii bagaa gammadaan isiniin jechaa yeroo Amma kana weellistoonnii keenyaa mula'anni isaan jalalaa biyya isanif qabaan kan edduu nama boonsuu fi rakkoo biyya kana furuu kessattii qodaa gudda kan qabaan yoo tahuu imanaa gotoonii keenyaa itti dhamanii darbaan fudhachuun Adunyaa marattii mulisaa jiruu. yeroo Amma kanaa immoo weellisaa jalatamaa fi sagalee kiloolee qabuu weellisaa Abarraa Indalaa sirbaa mataa dureen dawoo jedhuu umataa isaaf wan gumacheef dawoon keenyaa yomuu waloo keenyaa wan taheef waliin yaa jajjabeesinuu galatomaa!!!!! DAWOO wajjin bashananaa gaarii!!!!
Wow bro hojii addaati 👌👌👌👌🎶🎶🎶🎧🎧🎧
Abarraa kiyya hojii ajaa'ibaati. Biruuk Girmaa qajeellootti qajeelche. Lataa Tasfaafi waahillisaas qajeellootti barreessan. Gurraachummaan akkanaatti haa leellifamu! Gadaan akkanatti haa dhaadeffamu! Warri Vision hojii ajaa'ibaatiin deebitanii ulfaadhaa!
Jabadhaa artistonii oromoo,wayyoo eeddaa artistii qaroo qaroo qabnaa kaan ass hin banee.dhugaa bayyee naa aja'ibee sirbii kuu.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bara 2016 Sirba kanaan dorgomu hin agarre.bara dheeraaf itti fufinsaan kan dhaggefatamu jedheen yaada. Garuu view hin qabu.
I love oromo music
Wowww best job oroo kooo❤️💚❤️
Hedduu namatti tola walleen Kee hundi adda❤❤❤❤❤
Continue shining. Vision Entertainment10Q for ur contribution
Wow Amazing jabadhuu bro bayyee namat tolaa bagaa milkoofte jabaa kenyaa ❤️❤️🎉🎉
Abo sagalee kee wooooo natti tolee❤
Abera Indala you are my favorite singer and dancer❤❤🙏🙏👌
Wooo dhugaa oromo ta.uu koti nan bona atis nuf jiradhu qeroo oromoo
Wow what a lyrics and voice! Hojii bareedadha jabaadhu!!
I am from America I love best music ❤
Wow Abera Indela Sirbi kee Kun akkuma Awwaayyee bareedaadha
Best ❤❤❤❤❤
awesome music!👏👏 but this is not a chess move. where are you Mr. director??
Bakkacha Ilamaan gurraachaa Naaf jirttu? Woooww 🎉🎉🎉
Wow I proud of you, my best friend ❤❤❤
❤❤❤
Jabaadhu, Gadaan fala!!!
Abarraa Indaalaa jabaa namaa nuu buli.
Wow Ajaa'iba! ❤️❤️❤️❤️
Wow baye nama tola galtooma jabadha bira ❤❤❤❤🎉
Maal sif ta'u dhugaa sif jaaladhe bay'ee essatti si argadhu❤❤
Dhugumatti wallistoonni akkanaa fuulduratti bahuu qabu miidiyaadhaan.walaloo,yeedaloo,acting location hedduu bareedaadha
Galanii Artistotaa oromoo fi intermittentii oromoof yaa tahuu!! Milkiin keessaan umataa oromoo hundattii!!!
Wowbaga nagan dhufte wanofiiko❤❤
Gurbaa leenca kanaa.....maaloo baayyee eegaa turree baga nuuf dhufte nama aartiif uumame❤❤❤ awwayyee🎉
Wow ❤❤❤❤ bayee natii tolee❤❤❤
Sirba humnaa qabu👌
Hojii bareedaadha👏👏
Abet ijoollee Oromoo adduunya bira darbaa jirraam galatoomaa ❤
❤Hojii bareedaa dha sanyii👌👌
Great work! It's beyond words!❤❤
❤❤❤❤🎉🎉🎉 waan gariidha aboo sittii yaa toluu
Waawwu🎉❤ dhangaa bareeddduu ergaa guddaa qabdu Jabaadhu jabaa ilmaa🎉
Very good job ❤❤❤❤❤ Thank you
Wwww vision hedduu galatooma jabadhu bira gemeda
Ajaa`iba sirba adda ta`eedha baay`e natti tole dhuga artistooni keenya galata gudaa qabdu hojii bareda .
WOW baga milkoofte Abee sagalee kiilolee!
Excellent. jabaadha!!!!
Great job,appreciated 👏👏
Bruh its a great video but i think the director doesnt know the rules of Chess 😭😭😭😭
Amazing, great achievement ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
My Beautiful Brave Smart Patient And GOD Fearing Wise People Oromoo-Koo🫶🏾🫶🏾🫶🏾 May the Lord give you the desire of your heart and make all your plans succeed Amenx3🙏🏾🙏🏾🙏🏾❤️💚
Hacetti aane nama waye 4kilo ifatti dubate jabadhu dhugaaf jiraadhu itti fufi erga hacen boqate sirbban kessa Korra dhageffadhe❤
Wow amazing music ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Baay'ee bareeda. Ergaa gaariis qaba. Jabaadhaa.
Leencaa wayyii jabadhu❤
#Dawoo koo, well came my favorite.!❤❤❤
Jabaadhu Abee koo
Hojii ajaayibaati🥰🙏🙏
Uummata lafa tuufoozoon jirutti fiigu kana dadhabne malee hojiin daawwatamuu qabu kana ture❣️
Jabaadhu Artisti Abera Indale Hojii bareedaadha💪🙏
Abaraan kun nama jabaadha dhugaa❤
Abee jabaa namaa artiin oromoo akka ol guddatu gumachii taasisaa jirtu xiqqaa mitii jabaadhu sijaalanna
Wow bayyee namatti tolaa yadaloofi waloo addaa ergaa bayyee qabuudha baga sifmikahee artii Kenya ❤❤ welcome to music 🎶 art
Video quality %100
Graphics%100
Melodie%100
Transition %100
*All overall everything is amazing I love ❤️ it!*
Sirba ajaa'ibaati dhugaa.Hojii boonsaa kana jaaladheera.jabaadhu Asaanti lubbuu❤❤
Hojiin heddu tokko dansa Abe, jabaadhu!
Yoo Gadaa malee
Fala hin argattu🥰🥰🥰🥰🥰
perfect🔥🔥🔥
Best music 🎶
Baga milkoofte LENCAA Nama🥰🥰🙏🙏
Abara lencaakoo bayee gariidhaa ❤❤❤❤
Wooooowww welcome congratulations bagaa milkooftee jabaakoo ❤❤❤❤❤❤❤😂
What a music is it?? Thanks. Tokko illee yaada irratti kennamu hinqabu.
Wow great job it is so beautiful 👏
Amazing music keep it up Bro
Woooow Bayyee Namatti tola ❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Abekoo nuf jaabadhu hojii baredaa kunoo akkas qenxeen kes hedduu nati tolera galatoomi🙏🙏🙏🙏
Wowowowo berry nice ❤️❤️