Dr Triver Truman great person who finished whole his life for Oromo cause as Pro Mohamed Hassen detailed. I was working with Oromo Support Group OSG while my work with ORA 1991 to 1996 till Woyane closed it. Jailed us ORA FF its regional director of East Oromia Hararghie Dire Dawa etc
Dhiimi kun abjuu dhalootaatii.umrii.dheeradhaa.jabadhaa..dhalonii danta isa beeku qaba...,
Ha‘riitamoun Oromoo Dhabbachuu tu erraa jiirra!
Yooyyaa Yooyyaa ilmaan aayyaa
Long life for our Hayu elite Pro Mohamed Hassen the one and only Ijole Afran Qalo Badano Ramis Maagno kebele etc.
Obbo Professor yaadni wolgahi godhanii dhimma (dantaa ) Ummata keenya marihachu kan jettan kuni yaada baayyee bareedaadhaa garuu Ummanni keenya kan dhugaa inni biyya jiru sunnis irratti qooda fudhachuu qaba maalifii dhugaa harra biyya keessa jirtu haala inni harra keessa jiru isatu namuu chaalaa practically beeka waan harra isa barbaachisu rakko isaa kan harratis isatu namuu chaLaa beekaa , isin worri biyya alaa jirtan fedhii ummata keenyaa rakko ummata keenyaa kan hrraa quba qabdan hinfakkattanu , kanaaf jechaa Chanceen kuni yoo jiraate Ummanni keenya ofumaaf dhiyaatee rakko isaa ofumaaf himatee fedhii isaatis himatee jiruu isaa kan kanaboodaa akkuma keessaniitti jiruu isaa nagayaan jiraatee ilmaan isaa nagayaan kan guddifachuu dandahu otuu taheefii Ummata keenyaaf ni hawwinaa .
Galatomma Lamman keyyssani👍🏾
Well come
Dr Triver Truman great person who finished whole his life for Oromo cause as Pro Mohamed Hassen detailed. I was working with Oromo Support Group OSG while my work with ORA 1991 to 1996 till Woyane closed it. Jailed us ORA FF its regional director of East Oromia Hararghie Dire Dawa etc
Maloo gaafi fi deebin wal hafakaatu.
Short & precise.
Beeka uummata oromoo umurii nuf dheeradhaa
Nooraa Nooraa OMN sagalee ummataa hunda Fi Hayyoota keenya 🌹💐🌹💐🌹💐🌹💐🌹
Translate to English
Dr Truman now got Oromo citizenship. He is an Oromo his blessed name Dr Galato aka Dr Terver Truman.
Bu'aan isin biyyaa fi saba kanaaf buuftan takkaa hin agarre bo'icha keessaa bahaa
Well come our legend professor
E.ostionale nama.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤dhugaa
Wantoota Oromoon irratti waliif galuu qabu kun hangi tokko yaroo dabre tuttuqameeti ture. Namootaa fi gareen dhimma kana marihachiisuuf deemtan kun Qaamota Hawaasaa keessattu warra Bulchiisa Orom-Durii qaban hirmaachisuun gaariidha. Hawaasuma keessatti warra dhageettii gurguddoo qabana kanneen Sirnoota biyyoota Baha-Jiddu galaa leellisan keessatti akka hin hirmaachifne
Motummaan bitaa bituu itoophiyaa guyyaa hundeyfamtee kasee seena isii keeysatti guyyaan odoo Oromoo hiin ajjeesiin oltee bultee hiin jiru. Yoo nijiira jattaan bara akkanaa, ja'aati naa hiima please?
Dantaa OROMOO moo dantaa dhaabaa siyaasaa ti?
Adaa Bilisummaan Oromoo Yoo.naamaa Qoondaallaa Issaa Ajeesu Maaliffii Guumaa basu daadhaa Bee ?
Furmata
Empirafe furmate oromo wale ada akmen Walte, madaqesestu, name kun qale oromo abo.oladha.ate empira kufufe jatu Kara ete olchane gafcha jerta mo male.
Gaafii gaafatama jiruu irratti deebisa porofeysar Mahammad Hasan deebisaa jiran haalan natti tolee.
Abdi
Waga 50 gutu naqa oromotiin daldalta yartu
Shanee fannoo mukaa hudduu kayyuu
🦌🦌🦌🐃🐃🐄🐄🐄Abiy