Abiyyi Jawaar Mohaammad hin injifatu jechuun maal jechuu? Wal dhaba nama lama gidduu ykn booksii riingii keessatti Abiyyii fi Jawaar gidduutti geggeeffamu miti. Nama dhuunfaa faarsuu fi qabsoo dantaa saba bal'aa fi egeree isaa irratti maal goona jechuu irratti maaf hin xiyyeeffattu? Amma Oromoon maal hagodhu? PP kuffisuuf Oromoon Amaara of bira hiriirsisuu qaba moo qofuma irratti qabsaa'uu qaba? Akkan yaadutti PP kuffisuuf daboo Amaara kadhachuun sirrii miti. Of biraa hambisuun immoo hin danda'amaa? Yoo danda'amuu baate akkamitti waliin deemama? Amaarri jibba Oromootu macheessee maraacha malee dhiibbaa mirgaa PPn Amaararraan ga'e tokkollee hin jiru. So maal hagodhamu?
Mashaallah mashaallah mashaallah tabaarakaallah rabbiin sheeykii kabutta mashaallah siirraa jedhee wollaah atii afaan / araaba irraa waa qabdaa mashaallah siirraa jedhee fkn wantoonni atii jettee hundii waan ijaan argaa jiruu itti muddii dhugaa irratti hundaa.ii dhugaa ilmoo rabbiitti akkasuumas rabbiin siisii haa eeguu dhugaa dubaadhu bakkaa fettee jiraadhu
Rabbiinii Abiyii jedhaanii nuraa haa kasuu inshaallaa mujirimaa sheyixanaa kanaa
Yaa rabbii namicha diigaa sabaa oromoo Xuuxxaa jiru kana nurraa kaasi yaa rabbii
Garamaa nafaa wolii galaa duayii godhaa mee rabbii jedhaa Abiyii jedhaanii rabbii nuraa haa kasuu nuraa haa buqisuu mujirimaa kanaa
Yaa Rabbii Abiyyin nurraa kasii😭😭
Yaa Rabbii Abiyyiin nurraa kasii😭😭
Yaa Rabbii Abiyyiin nurraa kasii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dhugaa keeti qaalii keenya nuuf jiraadhu umrii dheeraa❤❤❤❤❤❤❤
Yaa ka'ab buttaa dhugaan jiru kanuma hedduu nuf galatooomi ❤❤❤❤
Jawwaar Muhaammad umurii dhertuu nuu jiradhuu ❤❤❤
United Oromia Median ilaaf gura Ummattaa sagale haaqa oromoof oromiyaatii jabaadhu Xiinxallaa dhugaa Sheikha kabutta Hedhuu Galatomi walamanuuttii nubaasa
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏✍️💪
Hindegaruu duras jawarii nut fidee Hammas Jawarii nura kassa Rabbin walin haa jiratuu
Raabiinnii dhuugaa haa baassuu
Biinneessaa nuurraa haa kaassuu ishaallaa
بارك الله فيك جزاك الله خيرا الله يحفظك طوال الله عمرك
Mashalh dhugaa ketii dhugaa itti himii mashalh 👍👍👍👍💪💪💪💪💪💪💪❤️💚❤️💯💯💯💯💯
ጁሄኮ በአለህበት አላህ ይጠብቅህ
Well came back my brother qulquluu Namaa💖💪
Sheikha kabuta dhugaa jirtu ibsittee Ulfaadhu kanaaf Sabni oromoo Jawar Mohamed bararuu dirqama hayyoottaa haaqaattii Itoophiaf keeniyaan hayyuuf qarroo oromoo bebee kamoo nyaattee dhabamsiiftee hindhagatina
Namni akkanaa sagalee kahaap sirrti jaallattu akkasuma itti bashannantu laaik godhimee
Dhugaketii hayuu dhugaa rabii umurii kee haa dheresuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Yaa.raabii..Abiyii. mujirimaa kan..nura buqisii
Ob .Kaabu dubbi haqaa dubbate.Dhugaa argadhu.
Yooyya baga nagaya.dhufte sheek abuta keenya atti hayyudha bar
WELL COME
MY PRO WE WILL STAND WITH YOU ALWAYS WE LOVE YOU SO MUCH ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jawweee ♥️♥️♥️♥️💯💋
Khaabuttaan xinxalaa cimaa❤
👍 mashaalahaa oboleessa KO hamtuun siyii hin argiin
Yaada gaarii 👌
Qaxalee kheenya umrii nuuf dheeradhu jabaadhu siin jenna
Alhaamdulilla baaga Raabbin booyye jaala baafachiisee❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤. Mashallaa. Mashallaa. Mashallaa
❤❤❤❤ Jawwushuu Qaalii
Maashaa Allah Baga ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nujaradhuu kabutta jabadhuu umrii dheeraa jiiradhui
As wr wb dhuga Akaasii
Maaloo Ana simatu naati tola ❤❤😂😂😂
Atii br dhugaa dubataa❤❤❤❤
Dhugaa jette jajjabe KO dhugaa hin qallatti melee hin cittu jedhama miti re❤😂
Naam shekh Kaab buta, dhugaa yeroon Abiy dhumatee dhugaa.
Dhugaa ketti
Wow second jawar
Yaa qaanii pp fi Abiy Duhaa isaan wayyaa💔💔💔
Jawee koo akkaa achii siquu ittii nuu himii oboolesaa koo anii yeroo bayee sii hoordifaa mee akkaa namaa naraa waa bekuu tokotii sitii dhamadhaa achii akkaa siquu nuu godhaa ergaa hacee dhabneyuu wayee oromoo kunii abdii namaa murachisaa hadaraa akkaa achii siquu ittii nuu himaa kabajii fii jalalanii sitii dhamadhee biroo kiyaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤itti cabsi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa jete
Wlh qajeelloti na taate ajaa'ib
Wow Khabala oowaa gura shimalis.ajaaiba rabii.
😂😂dhukkee sirraa dhadhawatee sirretti oli sibaafata dhugaakeeti you are right ❤😅
Boodii hoolla bitamtuu
Yaada baredadha jabadhu
Dhuga jette abiyif dhumatefira
Okee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yooyyaa
Mashallaa Mashallaa Mashallaa 🎉❤❤❤❤
Dhugaa jette 🎉💯
Jawar Abdii saba oromotti❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jaabadhuu jabban siihaajaabeesuu
Abiy fara oromumaa
App dhaan gadnuuf dhiisa hin gaabbu
Well come U O
Faya daayi Iti mudi
Yese bro❤❤❤❤❤
Kkkkkkkk kaab but oso sihu mooti godhanii❤❤❤❤❤❤❤❤
Ws wr wb
Ulfaadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
🎉🎉🎉🎉
jarrii jette tun ni jibbitiin dhuga
🐅🐅🐅🐅🐅🐅💘💘💘💘💘❣️
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
distiin abiyyii bishaan fixattee gubataa jirti
Kaabuttaa♥💯
dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Abdni oromo jawware fi jale marrodha
Amma dhugumaan jawween keeniyaa baheemii sh khaabuttaa ?
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉
Yooyyaa jeenne
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Jiraadhu
Kkkkkkkk😂😂😂😂😂😂😂😂 dhugaa keeti wolaahi Aderoo keenya
Abiyyi dinnicha hin bilchaanne
❤
Abiyyi Jawaar Mohaammad hin injifatu jechuun maal jechuu? Wal dhaba nama lama gidduu ykn booksii riingii keessatti Abiyyii fi Jawaar gidduutti geggeeffamu miti. Nama dhuunfaa faarsuu fi qabsoo dantaa saba bal'aa fi egeree isaa irratti maal goona jechuu irratti maaf hin xiyyeeffattu? Amma Oromoon maal hagodhu? PP kuffisuuf Oromoon Amaara of bira hiriirsisuu qaba moo qofuma irratti qabsaa'uu qaba? Akkan yaadutti PP kuffisuuf daboo Amaara kadhachuun sirrii miti. Of biraa hambisuun immoo hin danda'amaa? Yoo danda'amuu baate akkamitti waliin deemama? Amaarri jibba Oromootu macheessee maraacha malee dhiibbaa mirgaa PPn Amaararraan ga'e tokkollee hin jiru. So maal hagodhamu?
Leenca keena welcem
Dhuga keetti
Yes
Namatti toltan
Okkotee eega jala teetteyyuu dhayii cabsi
Duranuu wa nii jawee fi lamaa hin tahin
Hudii bitamtee
osoo hagaa jawariin sodatuu rabiin sodatee silaa baredaa turee kitabaa jawarii sodatee abiyii😅
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Kkkkkk hay kabuutaa
Wlyi kaab butaa kunii dubiin isaa galtee 😅😅😅😅
Sheka kana nama kofalchiisa 😅😅😅
Abiye Dina.
Kkkkkkkk abuta😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Shuumon Abiya bishan fixate Oromo kkkkkkkkkkkkkkkk 😂Rabiin Abiy salipise kkkkkkkkkk😂😂
jarrii jette tun ni jibbitiin dh 13:12 uga
Matan siin dalagu
Namichi gaazexessite kuni wallahii gowwaadha ati horii seeraan loqoxa keetiin hin odeessituu? Kan akkanumaan akka wallaggaa teem teem jechaa ooltu?😂😂😂