oh Lord, thank you for the peace that passes all understanding, so we can be calm in the midst our storms. thank you for daily protection. thank you for bringing purpose and new meaning into our lives. what an amazing worship. May God bless you with his abundant blessings. farfachaa haafaa
Waqayoo bara kessan haa ebbisuu
Galatoomaa ! Faarsaa keessaniin baay'een eebbifamaa jira .
Waqayyo abban isin haa ebbisuu ayyana isaa isif haa dabaluu hammayyu tokkuma kessan irratti humnisaa haa mulatu hammayyu ani Bayeen isin jallaadhan
Yeroo hunduma farfanna kessan ebbiffama ganama ganama sin jallaadhan
Farfatoota garre Heavens voice team waaqayooni kan caala isan baldhisse adunyatti isan haa muldhisu......baay'ee isan jaaladha faarun isan farsitan baay'ee naa Eebissa jirra.
Waaqayyo isin haa eebbisu garuu “Waayeen Jaalallee ofii” miti kan jedhu,
“ waayeen Abbaa oolmaa ofii “ jedha
Waaqi koo sin haa eebbisu. Faarfannaa kanaan guddoo ittiin eebbifameera. Galatoomaa. Waaqikoo Ayyaana isaa siniif haa baay'isu
Obboloota baay'ee namatti toltanuu fi ayyaannii waaqayyo isiniif baay'atedhaa jabaadhaa tokkummaan keessan baay'ee nama gammachiisaa. bara keessan guutuu itti fufaa. waaqayyo isin haa eebbisuu
Uuuuuuuuuuuuuuuffffff jaallaatamoo ijoollee waqayyoo ebbifaama ebbifaama dachaa baraa keessaan guutu farfachaa haafa maqaa iyaasusin ayyannii gooftaa kanuuma caala dachaan isiinif haa baay'atu👏👏👏👏👏👏👏👏👏🎷🎷🎷🎷🎷🎷🎷🎷🎷🎷🎷🥁🥁🥁🥁🥁🥁🥁🥁🥁🥁🥁🥁
😢😢😢😢Waaqayyoo bara hamma bara baraatti haa galatomuu !!!
Waanan isinin jedhu hin qabu Waaqayyoo gooftaan maccaa inni hunduma gararraa jiruun isinin eebbisaa eebbifama ayyaana argaadha ayyaanni Waaqayyoo isiniif haa baay'atu kanuma caala dhugaa❤❤❤❤❤❤❤
eebbifamaa haluma kanaan itti fufaa Farfannaa irranfatame kan hin warabamin kan abonnii qoqaa issanii qofan waqefachisa turan irratii jabadhaa hojedhaan jedha.!!!!!!!!
❤waaqayyoo baraa Fi jireenyaa keessan haa eebbisuu
Ijoollee waaqayyoo isin karaa Yesuus kan ayyaanomtaniidha #Ayyaanni isiniif haa baay'atu
Dhugaakoo si'a meeqan dhaggeeffachaa jira.
Yoo daataan bade jedhee buufadheen, yeroo inni jirummoo asirraa dhaggeeffadha akka waanan gatii keessan baasuu.
Eebbifamaa isinaan jaallaadha ijoo
6:59
Uuuuuuuuuuuuufffeeeeeeee farfana nama baoqachisuu hafura nama kani boqachisuuu Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen ebbifama maqa yesus darba demaa
Dhugaa bayyen isin jaalladha yeroon gaddu farfanna kessaninan jajjabaadha
warra ayyanni inni kan kristoos bayyateef
akkan itti isin jaleedhu uuuuuu waqaayyo umri kessan hundda galaata haa xumuru
Dhuga baay,ee namati tola farfanan kanati baay,e ikamera garuu istayili balesitan yeroo Kan rakko in qabu yero farfatan surre chapistiki wigi otoo dhiftani bareda Kun hundiyyu in abbomu wangeli dhifama jecha
gudda eebbifamaa bayeen isiin jalaadhaa gurmuu jabaa waaqayyoo issi aeebbisuu 🧡🧡🧡
Uuuuuuuuufffeee akkamitii namati tolee mee dhagefadhee hin qufumuu❤❤❤❤❤
Dhugaa bayyeen isin jaalladhaa waqqayyoo abbanii isiin yaa ebisuu
Yeromaa hundumaa samuu koo ol tahe natti argamma ebbifama
Ammayyuu Warra Jaalala waaqayyoo isa gadi fagoo sammuu namaa gararraa ta’e hubatanii hubachiisan ta’aa. Jijjiiramni dhugaan jaalala Waaqayyoo hubachuu irraa jalqaba waanta’eef.
Eebbifamtaniittu
I haven`t word to bless God ! thank you Jesus! Eebbiffama
Ebbifama ayyannif tokkumaan kun sinirratti haa hafu.jabadhaa
Waaqayyo goftaan isin ha ebbisu
Ammeenn Ebbifamaa kanuma Calaa Darbaa Farfaadhaa ❤❤❤❤
Ebbifama dhugaa baayeen isin jaallaadha.worship nama boqochisuu hojettu.jaabaadha ayyannisa isinf ha baayatuu.
Ebbifamaa woww God bless all of you Get tabarek wonder full worship ittii fufaa lafaa fi samiittii faraasaa
Bari jireenya keessaani kan ebaa fi kan faarfannaa isinif yaa tayuu ❤
ameen eebbifama i bless from far in bad condition ,conflict,drought in lowland desert of west Guji Zone
Waqayyoo Isin haa eebbisuu
Gurmuu Bay'ee Namaatti Tolluu dha DHUGAA.... GOD BLESSED YOU...
Nu Eebbifam 💕💕💕👏👏👏🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🎹🎹🎻🎻🎻🎻🎻🎻🥁🥁🎸🎸🎸👑👑👑
Amen Amen Amen gofiitan isin habbisuu dabaleeledabalee
baayyee kan nama ebsuu farffanaan keessan Waaqqayyoo isin ha ebisuu jabadhaa
Wow eebbifamaa maqaa yesusini
Heavens voice team,even in Kenya,we are being blessed by your worship.
Waiting for the next.
Shalom Shalom.
A hymn of true repentance and forgiveness. Song of feel of true healing. May God bless the team.
Uuuuffffeeeee🙌🏻🙌🏻🙌🏻🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Ameeeen Ameeeen Ameeen
EBIFAMIA ijole kaku ❤🙌🙏
ammeen ammeen ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa
Eebbifamaa ammallee!!!!
What a wonderful worship may God bless all of you
Afurii waqayyo giddu keessan jira galatasa ha fudhatu
Ammmeeen.ammmeen.ammmeen.ebbiffama.❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Oh my God ulfaadhu AABBOO YEESSOO!
Ebifamaa waqayyoo sabisuu
Baay’ee gaariidha Eebbifamaa. Garuu waan baay’ee isin irraa bareedu akka isa duraattidha. Style keessan akka isa duraatti eeggadhaa
Amazing worship team. May God's blessing be abundant upon you all!
oh Lord, thank you for the peace that passes all understanding, so we can be calm in the midst our storms. thank you for daily protection. thank you for bringing purpose and new meaning into our lives.
what an amazing worship. May God bless you with his abundant blessings. farfachaa haafaa
Ebbifamaa 🙏🙏🙏🙏👍kennaa
Uuuff eebbifamaa
Eebifamaa Eebifamaa Eebifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameen ebbifamaa 🤲🤲🤲❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Eebbifamaa ayyaana isaa isiniif haa baayyisu🙏🙏🙏💚💚💚
Stay blessed. Nan eebbifame dhugaa, lapheen koos fayyiteerti
I didn't understand the language but this song is touch my heart my God bless you all 🙏🙏
Ebbifamaa!
Wow! So touching worship
God bless you guys. ebiffama
mal Ebbi akkasi waaqayyoo dachaa dachadhaan isiin haa Ebbisu
Wayne min abate lihunilachu
Ebbifamaa Ebbifamaa
አሜን አኒ ጃለተሜራ god bless you
# You all Amazing Chior May God bless you and protect you ❤❤❤
Oh Holy spirit songs 🎵 😍 🎶 🙌 ❤
Gooftaan isiin haa Eebbisu....
Ameen eebbiifamaa!
Ameen ameen ameen getaa iyesus ye barekachuu
God bless you and with you!!!
ohoo Amazing team holly sprit song 🙏🙏
Ameen ebifamaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🤲🤲🤲🤲
Eebbifamaa . 6:21
5:57
Ameen Ameen
Eebbifamaa!
Amen Amen Amen Eebbifama ❤
I like you guys
GOD bless you
baayyee natti toltan dhugaa
Eebbifamaa! Baay'ee namatti toltu.
Can't wait to be blessed again with another WORSHIP🙏🙏🙏
God bless you
Ayyani isin baayatera obboollotaa ❤️❤️❤️
Ijolleen kun ijoo...Amazing quires you are blessed...
Blessed worship team! Waaqayyo daddabalee sin haa eebisu.
Amazing worship god bless you 🙏🙏🙏🙏🙏
Amen amen bayyee sin jaalladha. Eebbifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow galatomaa ,ebbifamaa
Ameeeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Eebbifam 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
God bless you all
Jabaadhaa ijoollee Waaqayyoo
Obboloota koo Jaallatamoo❤️
God bless you. I hope we will worship together in heaven.
My God bless you!!
Eebbifamaa ! Gaaffii tokkon qaba 👉 na mijeera jechuun maal jechuudhaa? Adaraa naaf deebisaa🙏 Galatoomaa!
Eebifamaa
Eebbifamaa 👏 👏 👏
Wow Amazing good bless you 🙏
Eebbifamaa
Amen
God Bless you all
Amazing team with worship
Feeling blessed with your praises 👏