#Yesuus

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 26 ก.ย. 2024
  • #GulalleMekaneYesuschurch A Choir- kankee na dhiba
    #TalileFikiru- Anaaf gadi buute
    #MegersaBekele-Maalan deebisaaf maal jedhee
    #AbebaTemesgen-Jaalallee koo

ความคิดเห็น • 539

  • @menaf77
    @menaf77 ปีที่แล้ว +74

    I’m Eritrean,Though I don’t understand a word l just cant stop listening. መንፈስ የተሞላ አምልኮ, ምነው እንደ አማርኛው ኦሮምኛም ባወቅኩ ብየ ተመኘሁ❤❤❤ እንዲሁ ቀጥሉ በቤቱ ለምልሙ የጠላታችሁን ደጅ ውረሱ ቅባቱ በእጥፍ ይጨምርላቹ

    • @lidotube14
      @lidotube14 10 หลายเดือนก่อน +2

      AMEEEEEEEN deebifama❤❤❤

    • @newgenerationtube77
      @newgenerationtube77 9 หลายเดือนก่อน +1

      Tebaraku enantem bebetu yanurachu

    • @TolawakTafa
      @TolawakTafa 3 หลายเดือนก่อน

      waqqayyoon isiin haa ebbisuu ebbifamaa

  • @urgesakena
    @urgesakena 14 วันที่ผ่านมา

    Isiin haa eebbisuu isiin jaaladha (God bless you I love you🌻🌻🌻

  • @bontubedhamhdamafarfannaaf5593
    @bontubedhamhdamafarfannaaf5593 2 ปีที่แล้ว +6

    Waqayyoo hafuraa warri isaaf sagadani hafuraanii uuuuuuufff goftaan ayyana isinif ha dabaluu 💟💟💟💟

  • @vincentmureithi1747
    @vincentmureithi1747 2 ปีที่แล้ว +84

    Great team let God be hailed from all nations he is worthy adored. Love from Kenya🇰🇪

    • @guyow766
      @guyow766 ปีที่แล้ว +2

      Tuko wengi kumbe..Ngoma zao 🔥

    • @hanahailu120
      @hanahailu120 ปีที่แล้ว

      ​@@guyow766 😅😊😢🏒🏏🏏🏏🏑🏑🏑🏑🏑🏑🏑🎋🎗⚽️⚽️🎟🎟🎟🎟🎟⚾️⚾️⚾️⚾️⚾️⚾️⚾️⚾️🎫🎫🎫🎫🎫🎫🎫🎟🎟🎟🎟🎟🎟🎟🎟🎟🎟🎗🎗🎗🎗🎗🎗🎗🎁🥈🥈🥇🥈🥈🥈🎁🥇🥇🥈🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🥈🥈🥈🥈🥈🥈🥉🥉🎟🎾🏉🎾🥏🏏⛳⛸🏒🏒🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥌🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅⚾️⚾️⚾️⚾️⚾️

  • @legesseadinew1121
    @legesseadinew1121 ปีที่แล้ว +7

    ቋንቋ ባልችልም በጣም ድንቅ አምልኮ ነው my god bless you All ♥️♥️♥️

  • @immabeettube5009
    @immabeettube5009 2 ปีที่แล้ว +6

    Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuffffff ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen ebbifaaaaaaaaaaaaaama ebbifaaaaaaaaaaaaaaaama dachaa ayyaanni gooftaa kanumaa caala dachaan isiinif haa ta'uu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @KTG200A
    @KTG200A 2 หลายเดือนก่อน +1

    Baayyee gaaridha waaqeffannaan waldaa kanaafii waldaa araaaraa baayyee hafuura namaa haaressa eebbifamaa❤❤garuu shamarran haala uffannaa fi rifeensa keessanii kana utuu sirreeffattanii gaaridha natti fakkaata

  • @jesusislord8313
    @jesusislord8313 5 หลายเดือนก่อน +4

    Dhuga yeroo sabti tamari turee bayyee fanaana farsaa kaana ebbifamaa maqaa yesuusin

  • @tsihonem4752
    @tsihonem4752 2 ปีที่แล้ว +2

    Uuuuuuuuffffffeeeee Yesus koo ulfaadhuu
    Waaqayyoo baraf jirenyaa keessaan Haa Eebbissuu Eebifammaa Eebbaa Waaqaf Lafaatini Eebifammaa dhugummaan farfannaa Lubbu namatti Mi,eessuudhaa

  • @gemechutasisa3987
    @gemechutasisa3987 2 ปีที่แล้ว +5

    waaqayyoo gaaridhaam isiniinffaa nuuf kennee❤
    eebbifamaa....❤

  • @itisforyou3121
    @itisforyou3121 2 ปีที่แล้ว +4

    Waaqayyo Galatoomi. Reefun bakka sirrii dhufe!!

  • @tarkanfi1213
    @tarkanfi1213 2 ปีที่แล้ว +4

    Rabbii issiin yaa ebbisuu issin tokkoon tokkoon keesaan Nama addaatii Nama cimmota issin
    Yesuus angoo issinif keennera
    Waanta lafa kana irraa jiru hunduma harkaa keesaan jala galcheera .
    Karaan keesaan ammaallee sinif yaa qajeelu maqaa yeesusin ....

  • @rusasiraemmanuel4771
    @rusasiraemmanuel4771 2 ปีที่แล้ว +33

    I love your songs and youslef this is love from Rwanda

    • @Sawa-l6k
      @Sawa-l6k ปีที่แล้ว +2

      It is not song worship of God

    • @RUSASIRAEMMANUEL
      @RUSASIRAEMMANUEL 7 หลายเดือนก่อน

      Ok it's not songs is worship of GOD am understeng very well

    • @RUSASIRAEMMANUEL
      @RUSASIRAEMMANUEL 7 หลายเดือนก่อน +1

      Am happy for that

    • @israelkanani8153
      @israelkanani8153 4 หลายเดือนก่อน

      Thank you

    • @MihretFeyisa-jc8gr
      @MihretFeyisa-jc8gr 3 หลายเดือนก่อน

      We love you from beautiful oromia❤

  • @amanuelbekuma1256
    @amanuelbekuma1256 ปีที่แล้ว +5

    Waaqayyo isin haa eebbisu. Isin meetii fi warkeedha, gatiin keessanis guddaadha. Hanga dhufa ilma Waaqayyootti haalota jiran hundumaa keesstti Waaqayyoof bitamtanii, of eeggattanii akka jiraattan ayyaanni gooftichaa isin haa golboobu.

    • @RebikaEyob
      @RebikaEyob 4 หลายเดือนก่อน

      ebbifami docter

  • @amen943
    @amen943 ปีที่แล้ว +4

    Oromigna alichilm gin tabarikelehu tebareku

  • @siifanbeenyaa9867
    @siifanbeenyaa9867 2 ปีที่แล้ว +5

    Maal qaba hundu osoo dhagahe akka kooti itti ebifame jedhani haw'e ebifama hundumti keessani uuuuf Ameen Ameen Ameen ashuu yesuuse natti tolta 🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏

  • @kebenualemu1385
    @kebenualemu1385 ปีที่แล้ว +4

    waaqayyoo baraaf jireenya keessan ha eebbisu baay'een isin jaalladha dhugaa eebbifamaa jabaadhaa hojii gooftaa dhugaaf hafuuraan bara keessan hundumaa hojjedhaafi gatiin isin argattan immoo lafaa irraa utuu hin taane waaqa irraa argattu.❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹❤‍🩹💔💔💔💔💔💔💔❣❣❣❣❣❣❣❣❣🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @daniteckcstube
    @daniteckcstube 2 ปีที่แล้ว +2

    Uffe yaa Iyyesuuskoo natti tolta
    Gudda ebbifama ijoollee Waaqayyoo

  • @kenod6301
    @kenod6301 2 ปีที่แล้ว +2

    Waaqayyo isin haa eebbisu baayyeen ittiin eebbifame ebbifamaa!!!!

  • @gelatagetacho5709
    @gelatagetacho5709 ปีที่แล้ว +5

    Wan hundummaa caala isaa dhumma jireenyaa galgalaa keessan haa bareechuu waaqayyoo Amen!!

  • @urgessakebede4370
    @urgessakebede4370 ปีที่แล้ว +2

    waaqayyoo bara kessaan haa eebbisuu eebbifama!!!

  • @johnolika8254
    @johnolika8254 2 ปีที่แล้ว +3

    Gooftaan iYesus Ayyaana isaa kana caalatti isiniif haa baay'isuu, Obboloota koo baay'een isin jaalladhaa.

  • @abdiamsalu-jt7fu
    @abdiamsalu-jt7fu 5 หลายเดือนก่อน +2

    Waqaayyo isin haa ebeesuu.👍

  • @oliraalemayehu376
    @oliraalemayehu376 2 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyoo haa ulfaatuu ....Ayyaanni waaqayyoo siinif haa baay'atu.

  • @shanandaawwiitube104
    @shanandaawwiitube104 2 ปีที่แล้ว +2

    Ammayyuu ayyaanni isinif haa dabalamu

  • @Dani-mk1qy
    @Dani-mk1qy 3 หลายเดือนก่อน +1

    Ebbiifamiiiii hundii keessaa dhugaa bayyee siin jalladha kan calaa ayyan siif haa bayyatuu❤❤❤❤❤❤ dhifaama wajjijn dubartoon osoo rifeensa keesan dhokfataan gariidha uuuuuuuufee ebbbiifaa

  • @yobsankebede9120
    @yobsankebede9120 2 หลายเดือนก่อน

    Faarfannaa baay'ee bareedadha waaqayyo isin haa eebbisu

  • @bulibeyene8761
    @bulibeyene8761 2 ปีที่แล้ว +4

    Ani kana waanan jedhu hin bekuu ruhiin na kessati hin hafnee farfanaa kessaniin samii kessa ooleetan deebi'ee
    Waaqayyo isin haa eebisu

  • @tsiongetachew2703
    @tsiongetachew2703 2 ปีที่แล้ว +31

    ዘመናችሁ ሁሉ በቤቱ ይለቅ መስማትን ማቆም አልቻልኩም❤ ፀጋው ይብዛላችሁ

    • @senaytchelaa6262
      @senaytchelaa6262 2 ปีที่แล้ว +4

      Ameeeen Ameeeen Ameeeen halheluyaa halheluyaa Eebbifamaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏

  • @letibrhanu67
    @letibrhanu67 ปีที่แล้ว +2

    Nu jiraadha baayyee isinirratti moohera Ayyaanni waqyyoo,Ammas waan haaraan kotta isin keessa booddetti kan hafuu hin jiraatin!!!

  • @merontaye8723
    @merontaye8723 ปีที่แล้ว +3

    Amazige WOWO GBU More&More ቛንቐውን ባላቃው ውስጤ እርስርስ የእየሱሴ ስም በእውነትና በመንፈስ የሚዘመርበት መንፈስ ቅድስ ይመሰክራል ሀሌሉያ

  • @obseatube1719
    @obseatube1719 2 ปีที่แล้ว +1

    Uuufff dhaggeeffatamee hin quufamu! Barrikeessan haa eebbifamu abboo

  • @ademedao3820
    @ademedao3820 2 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyo abbaan fureen keenya Kristoos Yesuus isin haa eebbisu.

  • @ayuadisu5528
    @ayuadisu5528 2 ปีที่แล้ว +4

    Obbolota kiristos nuuf kenne❤️

  • @ribkachanyalew2692
    @ribkachanyalew2692 2 ปีที่แล้ว +1

    Eebbifamaa Ammayyuu Obbolootakoo

  • @DinbilaleShuguxi
    @DinbilaleShuguxi 4 หลายเดือนก่อน +1

    Ebbifamaa ijolee waqayyoo

  • @magwhpilaanii
    @magwhpilaanii หลายเดือนก่อน

    Waaqayyo isin haa eebbisuu. Hafaa Jiraadha mana isaa keessaa.

  • @hawigebeyehu6554
    @hawigebeyehu6554 ปีที่แล้ว +1

    Ati callaan ulfaadhu barakoorratti Eebbifama GBU

  • @erfaseee3265
    @erfaseee3265 8 หลายเดือนก่อน +1

    Uuuuuuuufeeeee yaa iyesusu ko Naatii toltaaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa Ayyanii isaa isiinif haa dabalamuu kana callaaa❤❤

  • @Confirm-6430
    @Confirm-6430 11 หลายเดือนก่อน +3

    Woqayo ijjolle isarratti ebba dhangalase ❤🎉🎉

  • @GaaddiseeDhibbaa
    @GaaddiseeDhibbaa 9 หลายเดือนก่อน +1

    Uuuffee
    eebbifamaa maatii kiristoos!

  • @pastormisganafikadu3947
    @pastormisganafikadu3947 2 ปีที่แล้ว +8

    Awesome
    Kana Caalaa Hojeedha Asuumarati Hin Dhabiinaa !
    Christ Center Worship
    Christ In You The Hope Of Glory
    Love You Guys💝💐

  • @warqiicaalaa9411
    @warqiicaalaa9411 2 ปีที่แล้ว +3

    Uuuufff yesuus koo ulfaadhu ati! Waaqayyoo gooftaan maccaa ayyaana isaa sinirratti haa roobsu ammalee eebbifama!👏👏👏👏👏👋

  • @aklilubesha7697
    @aklilubesha7697 2 ปีที่แล้ว +3

    Waaqayyo inni jiraataan badhaadhummaa harka abbummaa isaa irraa jireenya keessan afuuraa fi foonii haa eebbisu eebbifamaa❤❤❤🙏🏾🙏🏾

  • @misirtade2053
    @misirtade2053 2 ปีที่แล้ว +1

    Barri keessan ha ebbifamu😭😭😭😭❤❤

  • @fatmaala2183
    @fatmaala2183 2 ปีที่แล้ว +3

    Aaaaaamen ebiifamaa hundii keessan

  • @wondebirhanu5508
    @wondebirhanu5508 ปีที่แล้ว +1

    Barikeesan kan ebifamee hata'u dachaan ebifamaa.............በእውነት በልባችሁ ዙፋን ላይ ክርስቶስ ብቻ ይንገስባችሁ ተባረኩ።

  • @sifansifan1910
    @sifansifan1910 2 ปีที่แล้ว +1

    Elelelelelelel gurphii dinqiidha ayyana gooftaa isin ha golgu

  • @deme12
    @deme12 2 ปีที่แล้ว +5

    Ulfinni Waaqayyootif haa tahu.

  • @Lidiya134
    @Lidiya134 2 หลายเดือนก่อน

    Uuuuufffff eyesus ati boqqona koodha ebbiffama❤❤❤❤

  • @tsehaymelaku9908
    @tsehaymelaku9908 2 ปีที่แล้ว +1

    Waqayyoo dacha dachaa isin haa ebbisu

  • @lolaahambisa7396
    @lolaahambisa7396 2 ปีที่แล้ว +1

    Guddadhaa! Bal’adhaa lafa dhaalaa!

  • @Derartu-wg4do
    @Derartu-wg4do 4 หลายเดือนก่อน

    Wawawa bayee ebifamaa ijolee waqayoo 👏👏👏👏👏👏👏👏❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhaa mana waqa keesaa jiradha hamaa dhumatii isini jalanaa❤❤❤❤

  • @NemomsaGeletaErrena
    @NemomsaGeletaErrena ปีที่แล้ว

    Haleeluyyaa maqaan Waaqayyo Guddaa Ha uulfattu

  • @derejemuskrat2978
    @derejemuskrat2978 2 ปีที่แล้ว +4

    እናንተ ወጣቶች ተባረኩ ብዙ ይፈልጋችኇል ማንም አያግኛችሁ ግን ለእግዚአብሔር ተገኙለት ሁሌ ከቤቱ አትጣጡ

    • @mikygntf1802
      @mikygntf1802 2 ปีที่แล้ว

      Much grace our beloved brother

  • @YaadaniiTulluu
    @YaadaniiTulluu 4 หลายเดือนก่อน

    Gooftaan yesus
    Ayyaana isaa kana caalaattii isiniif haa baay'isuu obboloota koo bayyee isiin jaaladhaa❤❤❤❤

  • @dugasabayeta6219
    @dugasabayeta6219 ปีที่แล้ว

    waaqayyo isin haa eebbisu ijoolle!

  • @dameabaye5422
    @dameabaye5422 4 หลายเดือนก่อน

    Bless you all. Gooftaan isiin haeebbisu. Shunkurtii fi buqqee biyya gibxii faarfaataa hawwarra kaaksuu rraa ilma waqayyo iyysuuiin farfataa hafuura keessoo ofii keessaa kaasuutu gaarii dha kunoo akkas waqeefachuun. Iyyesuusiin faarsuun faarsaa dhugaadha.

  • @BIRATUIBSA
    @BIRATUIBSA 4 หลายเดือนก่อน

    What a blessing of worship. It touched my heart!

  • @AdugnaLomiiadugna
    @AdugnaLomiiadugna 6 หลายเดือนก่อน

    Uuuuuffff yaa Yesuus koo nati toltaa ❤❤❤❤❤❤❤ ameeeen ameeeen ameeeen ebifamaa maatii Waaqayyoo ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @KeneaMotiGudura
    @KeneaMotiGudura 9 หลายเดือนก่อน

    Waaqayyo isin haa eebbisu haafura isaatiin.

  • @tesfahuntsegaye7774
    @tesfahuntsegaye7774 11 หลายเดือนก่อน +1

    Ebifaama baayee baayee namatti tola anu itti e afamera 🙏🙏🙏🙏❤️❤️💯

  • @ayuwgga455
    @ayuwgga455 ปีที่แล้ว

    Uffeee ya yesusko natti toltaaaaa Hallelujah 👏👏👏👏👏 damma nadhirraa chaala natti mi'ofta

  • @gosatemesgen1657
    @gosatemesgen1657 ปีที่แล้ว +5

    ጌታ እየሱስ አብዝቶ ይባርካችሁ ። በጌታ ደም ተሸፈኑ 🙌 የጌታ ፀጋ ይብዛላችሁ 🥰🙌

  • @azitieyesuse1145
    @azitieyesuse1145 2 ปีที่แล้ว +1

    Ebbifam huunedumetekesanu🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @bonsikiaa7528
    @bonsikiaa7528 4 หลายเดือนก่อน

    I can’t stop listening to this song 🙌🙌🙌 enigmas

  • @urjiiitalaabadiyya1947
    @urjiiitalaabadiyya1947 ปีที่แล้ว

    Uuuufffeee ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebifamaa ebifamaa ijolee waqayyo hayyanii isinifi habayyatuu ebifamaa ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @AMANUELTAMESGEN-gu4fk
    @AMANUELTAMESGEN-gu4fk 4 หลายเดือนก่อน

    Goftaan hundumaa isiin haa ebbissuu waqaayoo waa'ee faru kanaf haa galatoomuu

  • @kenoamenu881
    @kenoamenu881 ปีที่แล้ว

    Ayyaannii isaa ammayyuu isiniif haa ta'u kana caalaa guddaa eebbifama

  • @abigiyalege9720
    @abigiyalege9720 2 ปีที่แล้ว +1

    Amen Amen Amen Amen hallelujah goftan esin ha ebbissuu

  • @MulathMulath
    @MulathMulath 10 หลายเดือนก่อน

    Waw ebifamaa goftannii baraa kesannii yaa ebisuu❤❤❤🙏🙏🙏

  • @bethelalemayehu9034
    @bethelalemayehu9034 2 ปีที่แล้ว

    Eebbifamaa obbolootanana isin adduma dhugaa,baayyee nama eebbistu.

  • @iyo-J
    @iyo-J 2 ปีที่แล้ว +1

    Ayyaanni isiniif haa baay'atu.

  • @sagnikeno9542
    @sagnikeno9542 2 ปีที่แล้ว +1

    Eebbifamaa FAYYEE YOU THOUGHT YOUR GOAL I VERY GLAD TO SEE

  • @qannoohundeessaa
    @qannoohundeessaa 10 หลายเดือนก่อน +1

    Waaqayyo isin haa eebbisu.🥰

  • @jituuamdisaa5984
    @jituuamdisaa5984 2 ปีที่แล้ว +1

    Ameeerrrn ebbifamaa dachaa

  • @MIHRETABERA-m7b
    @MIHRETABERA-m7b ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuuuuuuuuufff Ebifamaa dachaan😊😊😊😊😊😊

  • @negeroabdisa
    @negeroabdisa ปีที่แล้ว

    Eebbifamtoota jaalatamtoota keenyaa nuuf jiraadhaa waaqayyo ayyaana isaa isiniif haa baay'isu mo'ichaan jiraadhaa!!!!!

  • @bontubedhamhdamafarfannaaf5593
    @bontubedhamhdamafarfannaaf5593 2 ปีที่แล้ว +2

    Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen waqayyoo abban siin haa ebbisuu 💞💞💞💞💞💞📖🎤🎵🎺🎼❣❣❣❣

  • @WerkneshBeda
    @WerkneshBeda 3 หลายเดือนก่อน

    Ebifamaa dachaadhaan namatii tolituu🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @kennaazawude4534
    @kennaazawude4534 ปีที่แล้ว

    Iseey iseey ilililii ilililii ulfaadhuu waaqayyoo gooftaan dachaa ayyaanaa isaa sinirraat haa dhangalaasuu

  • @NAGAROJABESSA
    @NAGAROJABESSA 10 หลายเดือนก่อน

    Waaqayyoo Bara keessan haa eebbisuu

  • @gonfagosa2399
    @gonfagosa2399 2 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyoo dachaa dachaa isin haa eebisu ❤

  • @DawitAbulu
    @DawitAbulu 6 หลายเดือนก่อน

    Tokkumma lubbu qabu kaatani waaqayyoo isin haa eebbisu

  • @sabboonad2063
    @sabboonad2063 ปีที่แล้ว

    Barri kessan Yalame eebbifamu. Ebbifama

  • @habtamueticha59
    @habtamueticha59 ปีที่แล้ว

    Gooftaa YESUS baay'isee isin haa eebbisu. Faarfannaan keessan baay'ee ajaa'iba. Ayyaanni Gooftaa YESUS isiniif haa dabalamu!

  • @SamuelTolossa-wz9rd
    @SamuelTolossa-wz9rd 4 หลายเดือนก่อน

    I'm really love this song, thanks lord for giving 🙏 ❤️ this day

  • @asfawendiro9735
    @asfawendiro9735 ปีที่แล้ว +2

    Galaatooma Rabi Guda ya ebbisu!!! Amen Amen!

  • @NanatiJiru
    @NanatiJiru 11 หลายเดือนก่อน +2

    Waqayo isin haebisu❤

  • @denbelikeno3628
    @denbelikeno3628 ปีที่แล้ว +1

    Barabaraan mana isaa keessatti hafaa jiraadhaa !!! Akkasumas akka kanatti wangeelatti namusaan kan isin guddisan waldaa kiristiyyanaa fi maatii keessan waaqayyo isaan haa eebbisu barabaraan!!!

  • @MihretFeyisa-jc8gr
    @MihretFeyisa-jc8gr 3 หลายเดือนก่อน

    Amazing Worship Jesus I Don’t Have Words :: Ebbiffamaa❤❤❤

  • @hababaayealamaayyoo
    @hababaayealamaayyoo 9 หลายเดือนก่อน +2

    wowo ebbifama ebbifama❤❤❤❤🎉🎉

  • @johnlayikun6328
    @johnlayikun6328 2 ปีที่แล้ว +1

    Eebbifamaa, jabaadhaa!

  • @dbv4216
    @dbv4216 2 ปีที่แล้ว +1

    Gudaa galattoma uuuuuuuffffffffamen amen 🙏🙌👏❤thanks God bless them

    • @dbv4216
      @dbv4216 2 ปีที่แล้ว +1

      Lubbun inboqote ittan ebbifaame my God wo wo wo

  • @TokumaBayeta-mq6yd
    @TokumaBayeta-mq6yd ปีที่แล้ว

    Waaqeffannaa aja'ibaa waaqayyo isiin haa eebisu!

  • @jobiraprint2693
    @jobiraprint2693 2 ปีที่แล้ว +1

    waaqayyo isin haa eebbisu

  • @martajobir2106
    @martajobir2106 ปีที่แล้ว +1

    Amayuu ayyanisa simbon isaa isinirra hin fudhatami darbaa addema dachaa dacha ebbifamaa ❤️❤️

  • @zelalemalemu4704
    @zelalemalemu4704 ปีที่แล้ว

    Uffekaa,waaqayyoo isin haaeebbisu obbolotakoo
    kesumammo obbola ani beeku arggen kessiko gammade

  • @zinashgadisa60
    @zinashgadisa60 9 หลายเดือนก่อน

    ተባረኩ በኢየሱስ ስም ጌታመንፈስ ቅዱስ ከዚህ በላይ ይገለጥባቹ በኢየሱስ ስም

  • @ranirak3042
    @ranirak3042 ปีที่แล้ว

    Amenee.iyasusuu.galanii.sigauu🤲🤲🥰🥰🙏☝