OMN: Dirbaba Dubbii - “Faannoo Izzii Wallaggaa”

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 28 ม.ค. 2025
  • OMN: Dirbaba Dubbii - “Faannoo Izzii Wallaggaa”

ความคิดเห็น • 179

  • @nuraldenabdi
    @nuraldenabdi 29 วันที่ผ่านมา +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @nuraldenabdi
    @nuraldenabdi 29 วันที่ผ่านมา +1

    ❤❤❤👍👍

  • @hawaiioromo989
    @hawaiioromo989 หลายเดือนก่อน +2

    Jaaabadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @GamachuBeyena
    @GamachuBeyena หลายเดือนก่อน +6

    I can't believe this, Mr. Ayana denied former military Derg regime remnants. Army's major, qoute, " Wollaga and Shewa historical Amhara lands." Dawite Wolde-Giorgis falsehood claims?
    Major Dawite Wolde-Giorgis was droughts and reliefs food aids supplies government Minstery officials in mid 1984-1986. Tigray and Wollo droughts hitting region. He helped settlement programs in Wollaga, Metekel Gojam. Agarefaa Bale provinces.
    Major Dawite Wolde- Giorgis has dozens of criminal records inside Ethiopia. Dawite involved killing the sixty imperial Minster officials, including the emperor Haile-Selassie I. Dawite has stollen millions of dollars from national treasures government fled to USA in 1986.
    Dawite father Wolde-Giorgis was banda during World War II. His father was involved hacking beheaded bleeding the bear foots pateriots freedom fighter's insurgency armed gurrillas resistance during the Second World War in Ethiopia.
    Last Mr. Dawite Wolde-Giorgis family back grounds. GUDELA do not speak for whole Amhara peoples in diaspora or in Ethiopia.

  • @BurqaBati
    @BurqaBati หลายเดือนก่อน +2

    Ayyaanaa malee warri jirtan hunduu keessan daldaltoota maqaa qabsootiin daldaltuudha isinummaanuu faannoo guddaadha ummanni oromoo isiniifii faannoo isin hafarsitan irraa fagoo jira eenyumtu ummata oromoo Amma booda duubatti harkisuu gara.ajandaa ofii fedheetti butee intrin.daldaluu hindandahu abdii muradhaa isiniifii faannoon keessan gurra isin calawu warri ayyaanaa malee jirtan xiinxalli keessan Kan daldalaati malee xiinxala namaaf liqimsamu miti

  • @beyeneetamagn6252
    @beyeneetamagn6252 หลายเดือนก่อน +6

    Thank you 🙏 #Ayana for speaking real cause of this problem

  • @MalkamuBenti
    @MalkamuBenti หลายเดือนก่อน +2

    Kunoo akkas
    Wari OMN akkasiiti golla dinaa cabsaa galaa jabaadhaa❤❤❤❤

  • @ShawakiyaShawakiya
    @ShawakiyaShawakiya 5 วันที่ผ่านมา

    Guddaa Guddaa Galatoommaa OMN sagalee Sabaa hunida 💖⚖️💖⚖️💖⚖️💖⚖️💖⚖️💖⚖️💖⚖️💖

  • @kamalomar7386
    @kamalomar7386 28 วันที่ผ่านมา

    Kadiirii Fayyaa tahi waan jiruu ifaa goote dubbattaa ati.Antummaan ummata keeti hedduu sii dhukkubsaa.
    Garuu Ayyaana moo ennuu Motummaaf Looga jira Ummata dhiise

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 หลายเดือนก่อน +3

    yooyyaa yooyyaa Baga Nagaan dhuftan hundi keessan 💖💖💖💖🙏🙏🙏🙏

  • @BekeleGabisaSirna
    @BekeleGabisaSirna หลายเดือนก่อน +8

    Namitii afufuftuu ayanaa kanaa qoqifaatee kabarii gotuu kanaa hojii fanoon Alaa mitii

  • @Textpencil
    @Textpencil หลายเดือนก่อน +1

    እኛ ተጋብተን አለን ቢህንም ሁላችንም ገዳይ አካል ቢዛሞብሎ በሀብታሙ ተዘጋጅተዋል መአረጉን አልጠራም

  • @warramucee1827
    @warramucee1827 หลายเดือนก่อน +1

    Dubbiin Ayyaanaan dubbate dhugaa dha. Xiyyeeffannaa too argatte gaarii dha. Do not ignore it please!

  • @mohammedhassen3378
    @mohammedhassen3378 หลายเดือนก่อน +1

    “ዝም ብለህ ስራህን ስራ የሚልህ አትስማ” (ጀ/ል ሙሉጌታ ቡሊ)

  • @AbdiTamirat-v6i
    @AbdiTamirat-v6i หลายเดือนก่อน +1

    Ayana 🙏🙏🙏

  • @alwanoumer5023
    @alwanoumer5023 หลายเดือนก่อน +1

    Dhugaa Abiyfii Damaqaa Makonen Nafxangaa jeenoomsee anjoomsee kunii dhugaa.

  • @BrihanuLemmaaBrihanuLemma
    @BrihanuLemmaaBrihanuLemma หลายเดือนก่อน +1

    rakkoolee amma ummata kana raasaa .jiruuf itti gaafatamaan mootummaa f mootummaa qofa mootummaan yeroo ammaa kanatti nageenya ummataa baadiyaa booressuu ka magaalaa diinagdeen daanfessee hirree ofiisaa ijaaruu malee biyyaaf quuqama hin qabu kanaafuu ogeeyyin siyaasaa gahee.guddaatu sinirraa eeggam

  • @tesfayekebede8442
    @tesfayekebede8442 หลายเดือนก่อน +2

    100% Ayana is right, peace for all Oromo people.

  • @markshawn6967
    @markshawn6967 หลายเดือนก่อน +1

    As long as Daniel kebret around abiy,the country will never be safe.

  • @true_is_truefalse_is_false6692
    @true_is_truefalse_is_false6692 หลายเดือนก่อน +2

    Oromo themselves are who opened the gate for Fanno! If OLF or Oromos are determined to fight Fanno, they will never come dare to form the Wellega area!

  • @jiruulfata53
    @jiruulfata53 22 วันที่ผ่านมา

    Tamasgen,it's a great analysis, fano has been supporting by Abiy Ahamed and Shimels Abdisa.

  • @HxZnsk-j4r
    @HxZnsk-j4r หลายเดือนก่อน +5

    Shane.achii.jirus.yama.gafadha.mee.kaa❤❤❤❤

  • @melakuOncho
    @melakuOncho หลายเดือนก่อน +6

    Namichi Ayyaanaa jedhamu kun baandaa hamaa diina oromooti

  • @Eoro12309
    @Eoro12309 หลายเดือนก่อน +1

    Jabaadha, xiyyefannoon jara Wallaga afaan isaani cimisudha! Fala isaa tokkumma Or.

  • @mariyqmmariyqmmari2498
    @mariyqmmariyqmmari2498 หลายเดือนก่อน +2

    👍👍👍👍👌👌🙏🙏🙏🙏❤️❤️🎉🎉🎉

  • @Zenvgj
    @Zenvgj หลายเดือนก่อน +1

    haafa walitti qadee xibaaruuf jirta suuqa teessanii akka arraageessaa xibaaruun gurra nunduuchiinaa OMN dur hafe wallagga bakka ro'oo raasan buna ciruu fi kadhachuu dhaqan hundi kan saanii ta'a jechuudha

  • @chaltudame8347
    @chaltudame8347 หลายเดือนก่อน +1

    Baga nagan dhufte OMN

  • @AdugnaXiiqii
    @AdugnaXiiqii หลายเดือนก่อน +3

    Ayyaan Si tajjabsiisu haasofte! Waan sirritti ofiifu hin berkne nama birootti himuu yaaluun qaaniidha

  • @hailuyadata7495
    @hailuyadata7495 หลายเดือนก่อน +2

    Rakkon inni guddaan wal ta'uu dhabuu Oromoodha,waa'ee motummaa,Faannoo,ABO dhiifamoo Tokkoomuu Oromoo qofa dha

  • @markshawn6967
    @markshawn6967 หลายเดือนก่อน +2

    More than half of cheffe oromia is fano

  • @izrafish3695
    @izrafish3695 หลายเดือนก่อน +1

    Ayyaanan yaad rimee Siyaasa xiqqoomashee dubbisiisa Ofumaa oduu laakusaara😅😅

  • @videoworld7235
    @videoworld7235 หลายเดือนก่อน +3

    አማርኛ subtitle ቢኖረው ጥሩ ነው።
    ከዛ በመቀጠል; ማንም ሰው የመኖር የመስራት የመንቀሳቀስ መብቱ ከተነፈገ አይደለም ወለጋ ሞያሌም ድረስ መምጣቱ አይቀርም። ይሄ የሚሆነው አማራ ጀግና ስለሆነ አይደለም። እግዚአብሔር ፍትህና ፍርድ ስለሚፈፅም እንጂ።
    በአንድ አገር ውስጥ እየተኖረ እኔ አማራ እኔ ኦሮሞ ከነክልሉ ጭምር የዘር ስርአት ካልቀረ ጦርነቱ እየባሰ ችግር እየጨመረ መሄዱ አይቀርም። ገና ለገና ትልቅ ክልል አለን ስልጣን ይዘናል በሚል ትዕቢት ይሄ ከቀጠለ የሚከፋው ለኦሮሞ ነው።

  • @TadeleMerga
    @TadeleMerga หลายเดือนก่อน +5

    WBO harka kennatee galtee uummanni isin qabsotaniif Fannoon immoo nutti meshaa keenyaa lafa hin keenyu jechaa jiru,izii wallaaggaa keessaatti hundessaa jiru.kanaafa dargaggaani naannoo of qophessaa malee wabiin keessaan waaqaa fi ofirraa kolachuuf wbotti makamuudha qofa.

  • @sarrgodanaguyo3892
    @sarrgodanaguyo3892 หลายเดือนก่อน +1

    Abraham Gazeexxeessaa OMN anaa dufu hayyoottaa qaqallii Oromoo nuuf
    Afeerruu keettiif Ulfaadhu galatomi
    Ittii fufi Kabajamo🙏💪👍❤💚❤💚❤💥

  • @kamalomar7386
    @kamalomar7386 28 วันที่ผ่านมา

    Ayyaanaan biyyaa galee dhufee Xinnoo Farshoo Qicaaniif jiraa irraa hin laalinaa

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 หลายเดือนก่อน +1

    አየና OMN በትገብዙት ጡሩነው ኦሮሞ ሕዝብ ጣለት ንግግሮች ሁሉ የነፈኞች ንግግ ነው አብይ ማለት አየና ማላት

  • @ZelalmBulti
    @ZelalmBulti หลายเดือนก่อน +3

    Ayaanaa Jedhamtu Kun Bilxigee Dha

  • @NebiyuAbdulaziz
    @NebiyuAbdulaziz หลายเดือนก่อน +1

    Abaraham Ayyanaanaa mala hasaa. Jiiraa.fanoo Mutumaatuu hiidhachiisee jechaa jiiraa inii malaa hasaa.gafii gafanuu Ka hiidhachiisee maliifii hiiniikesiisuu.

  • @KamilTemam-xb7zt
    @KamilTemam-xb7zt หลายเดือนก่อน +2

    Ulfaadhu abrahaam❤❤❤❤❤ qaalii

  • @waliikenya5169
    @waliikenya5169 หลายเดือนก่อน +1

    Ayyanan waaliqimse jira dhugaan Afaan isaa kessa hinbatu oso beekudide WBOn deema harka kennechu qaba jecha jira.

  • @ZelalmBulti
    @ZelalmBulti หลายเดือนก่อน +1

    Abraaham Namichaatti Ayanaa Jedhamtu Dhyeessun Keessan Media Omn Xiqqessu Keessanii

  • @AhmedAman-m7i
    @AhmedAman-m7i หลายเดือนก่อน +1

    Ayyaanaan waliin mariachuun keessanu na ajaaibaa haasawa isaa seeraan dhaggeeffadhaa mee warraa ibsa ijjannoo kennaa jirufii warraa haadha sagaagalttuu oromiyaa keessattii qamas Tau gurguradhee jiruu kiyyaa hoggaana jedhee dhufee irraa uumamee waliin waltajii uumun sirrimitii....

  • @TadaseChibsa
    @TadaseChibsa หลายเดือนก่อน +1

    Namaa. Ayaana. Jedhaamu midiiyaraat. Hindhiiyesinaa

  • @true_is_truefalse_is_false6692
    @true_is_truefalse_is_false6692 หลายเดือนก่อน +1

    All of the guests are on the same boat and their opinion are clear for those who understand. The main problem as specially mentioned by Kadiro is what everyone know.

  • @tolamariamdaba3125
    @tolamariamdaba3125 หลายเดือนก่อน +1

    Ayii Ayana! Yoo odeeffannoo dhugaa barbaadde gaafa biyya galtu Godina Horroo Guduruu fi wallagga bahaa dhaqii Uummata Gaafadhu. Tigirayiin waan nulolaa jiruuf Eritrea dhowwuu hindandeenye dubbii jedhamaa turtetu ta.aajira

  • @natnaeldjalleta5197
    @natnaeldjalleta5197 หลายเดือนก่อน +3

    Ayana is delusional or trying hard to defend Abiy’s failed policies.

    • @alwanoumer5023
      @alwanoumer5023 หลายเดือนก่อน

      Yaada Ayaanaa irankaayatin Oromumaa jabeesii, tokumaan Oromo jabeesii.

  • @samsam-z3s4r
    @samsam-z3s4r หลายเดือนก่อน +1

    Essaa WBO ni essaa jaal maron essaa fano ni wallgaa yoo ijarramani

  • @gadisaeco6024
    @gadisaeco6024 หลายเดือนก่อน +1

    FANNOO IS 100 PERCENT AMHARA SPECIAL FORCE.

  • @aseffasileshi7138
    @aseffasileshi7138 หลายเดือนก่อน +1

    Ayyaanaa gowaa biyya kanaa miti maatisaa hubachu hindandenyee walin hinmari'atin yoo feedha qabaatan leekchara keenif malee!

  • @SisaayiiSisaayii
    @SisaayiiSisaayii หลายเดือนก่อน +3

    Ayaana Bitamtuudha asii hin fiiddinna😮😮😮

  • @FatiyaAbdela
    @FatiyaAbdela หลายเดือนก่อน +1

    She one you guys ani dhiigaakoo na gubataa gafaa fanoo wallaggaa jeedhaanii 😢

  • @Bigman-e8n
    @Bigman-e8n หลายเดือนก่อน +1

    Biltsiginnaan oromiyaa addaan kukuttee Naaftanyaatti gurgurachaa jira.

  • @birratedhowai6799
    @birratedhowai6799 หลายเดือนก่อน +2

    Duris ammas Faannoo bajata ramadee, lenjisee, hidhachise, Horroti guraa bahee ummataa qalchisaa ture Bilxiginna dha. Kadroon Abiy jaalate miti
    offiti qabe jedhe, maal tanaan? Jechoota Abiy jedhe dhiftaani namoota dhunfaa dhiheesita. Abiy
    Miniliki irraa maltuu adda godhe yeroo yoo ta,in.? Inni amma Oromoo jequ fixaa jiru, guba, buqisa saama jiru 100% Bilxignaa dha.
    Aboo jiraadhu dhugaa, seena jirtu shira xaxaa jiru motumma ta,uu akka gaariti ibsite.

  • @gtrs2291
    @gtrs2291 หลายเดือนก่อน +1

    we need In Amharic program@

  • @Biratuchali
    @Biratuchali หลายเดือนก่อน +1

    Ayyaana fanoo balalefachuun yero amma motummaatu kana barbaada maalif toftaa motumma tuisaa warra galeefiidha motummaan immo tigire Amaran Amara oromon cabsuu orommo dura hidhee ajese cabse jira ati kanaaf dabballe motummati Abasadera motuma biyya alaati

  • @AhmadAbdii-c3w
    @AhmadAbdii-c3w หลายเดือนก่อน +1

    Ayyaana pozitive thinkers garuu raajiifi Kan itti aanu dogongora,tokkoffaa jaal marroon mana Issa qulqulleessuu qaba 2,,ffaa umanni wallaggaa biyya ufii qulqulleefatuun isarra Jira Oromoo biraa itti fic isiisuu waan ta amu natti In fakkaatu seenaa lolaa baayee In aanu seenaa shiraa malee ykn ummata Oromoo duubaan rukutuu turan Yoo attitude keessan In jijjirin booya baayettu booda jira

  • @AhmadAbdii-c3w
    @AhmadAbdii-c3w หลายเดือนก่อน +1

    Marroon marro asii jetti nama qayee ufiituu qulqulleessuu Hinda deennitu Oromoo burjaajessa qayee teessan qumcerraa qulqulleesa ergas dubadhaa

  • @debelawondimu3267
    @debelawondimu3267 หลายเดือนก่อน +1

    እድሜ ለጅዋር ደም አፍሳሽ አስደፍሮን ጭራሽ በክልላችን መጡ አንተ የታሪክ አተላ መማርና ወርዶ ከቀበሌ እስከ ሚኒስቴር ድረስ ገብቶ መስራት እንደማውራት ቅሞ እንደ መፃፍ አይቀልም ኦሮሞ በታሪክ ያገኘው አዋራጅ አንተ ነክ በልጆች ዋጋ ትከፍላለህ ቃል በምድር በሰማይ፡፡

  • @nimonabenti6545
    @nimonabenti6545 หลายเดือนก่อน +2

    Proxy Mootummaati

  • @XasanibrahanJigjij
    @XasanibrahanJigjij 6 วันที่ผ่านมา

    👍👍👍👍👍👍👍👍💪💪💪💪💪

  • @ebsamohamed5845
    @ebsamohamed5845 หลายเดือนก่อน +1

    Abiy Ahmed the Amhara Nabiy organized trained and armed them. Abiy knew what he is doing.

  • @GodanaKalicha
    @GodanaKalicha หลายเดือนก่อน +3

    Ayyaana mucaa jedhamuu kana wallaayii dhugaa sabaa awwaalaa turee awwaalaa jirasi. dhugumattuu mucaa kana Oromoon dhiisuu hin qabuu.

    • @FatiyaAbdela
      @FatiyaAbdela หลายเดือนก่อน

      Ssyuu Mattiin wallaggaa ofii😢

    • @RoobaaMilkii1234
      @RoobaaMilkii1234 หลายเดือนก่อน

      Udaan haadharawoo kan akka kee kanaas Oromoo jedhamtti diqalaa wayyi

  • @abrahamgirma8820
    @abrahamgirma8820 หลายเดือนก่อน +1

    Mee marii akkasii kana itti fufaa. Baayyee gaaridha!

  • @tesfatolla2236
    @tesfatolla2236 หลายเดือนก่อน +3

    It's an insulting to bring Ayyana to this media. He comes here to defend PP'S dirty job.

    • @kassahunmirkena2860
      @kassahunmirkena2860 หลายเดือนก่อน

      He doesn't care about people, he is here to defend the government

  • @abrahimmicha6760
    @abrahimmicha6760 หลายเดือนก่อน +3

    Aayyaanaa is trying to recruit PP supporters using this platform. Aayyaanaa will never believe all the problems thatOromo are facing is as a result of Abiy’s personal agenda to destroy OLA.

    • @SehaniTerefe
      @SehaniTerefe หลายเดือนก่อน

      He is banda,! But never win olas.

  • @bentidaba5103
    @bentidaba5103 หลายเดือนก่อน +1

    Gurbaan ayyaana jettan Kun maqaa ishii malee mataan ishii qoratamuu qaba

  • @yabarasanaa5951
    @yabarasanaa5951 หลายเดือนก่อน +2

    Namichi Ayyaanaa jedhamu Kun % 100 afaan bilxiginnaa ti kanaaf dhugaa cinatti dhiisee fakkeessaan kijiba odeessa.
    Kan FAANNOO ijaaree reenjisee hidhachiisee Oromootti bobbaase Abiy Ahmad Alii ti.dhugaan kanuma.

  • @AkhziaknzkAmahii
    @AkhziaknzkAmahii หลายเดือนก่อน +2

    Ayyaana kana balleesaa lammata fidee hin dhufin

  • @SehaniTerefe
    @SehaniTerefe หลายเดือนก่อน +4

    Kaan fanoo ijaaree motummaa waan taheef motummaan mormammuu kaan qabuu.Dhugaan jiruu kanummaa.attii waan ppi deegartuuf malee Obboo Ayanaa , kanaas walaltee mittii.

    • @BerisoGudeta
      @BerisoGudeta หลายเดือนก่อน

      Ayana is working to make OROMOO more strong & united. He should be supported.

  • @jiruulfata53
    @jiruulfata53 22 วันที่ผ่านมา

    Hi guys, fano has been foughtting for life to take over Horroo Gudurru, , but our civilians paid a great prices, let us do some things.

  • @AhmedAman-m7i
    @AhmedAman-m7i หลายเดือนก่อน +2

    The real enemy of oromo was will and is AYANA no one rather him !!!!

  • @adugnachala533
    @adugnachala533 หลายเดือนก่อน +1

    Welcome abrish odeessalee irratti kootta.

  • @efaabera7602
    @efaabera7602 หลายเดือนก่อน +1

    uummani kun hammataadha jedhamee diina ofii ammatini jirachaa kan hamataniin qe'ee offiti du'uun erga eegalee tureera. furmaani dubbii kanaa oromoon tokkoomee gurmaa'ee naanoo isaa eegachuu danda'uu qofaadha.

  • @danibultum4444
    @danibultum4444 หลายเดือนก่อน +3

    Ayaanan Wa’ee hamaa “Boltsiginaa” yeroo kaasaan Maaliif Albaatin itti dhufaa😅

  • @SehaniTerefe
    @SehaniTerefe หลายเดือนก่อน +4

    Ayyanaan Dinnaa oromoo issaa gudhadha.Rakkon oromof oromiya keessattii deemaa jiruu nathining for As yana. Shem on you , oromiya shall be free from Abiy Ahimed.

  • @KanzuuSheabdu-iu3fy
    @KanzuuSheabdu-iu3fy หลายเดือนก่อน +1

    Ayyana Kana Asirra Hin Fidina Ibrahim Adra Kessan Namni Kun Motumma Degara

  • @DhugaaOromo
    @DhugaaOromo หลายเดือนก่อน +2

    Hedduu galatoomaa: Temesgen, Raajii, Kadiro.
    Abraham: Atis galatoomi, garuu namittii saree Abiy kana maalif nutti fidde? WBOn hiikkateera hinjennee? Maaliif Faannoo baasuu dadhabani ree?

  • @dandilejisa9822
    @dandilejisa9822 หลายเดือนก่อน +2

    Ayyaanaan Kun baruma TikTok kana qabsootti makame. Amna qabsootiif kichuufi junior dha. Isarrattuummoo dabballummaatu mataa qabe. Suutuma bilchaataa deema...ykn dafeetu gubata

  • @hundeebaddaabaale
    @hundeebaddaabaale หลายเดือนก่อน +1

    omn baga nagaan dhuftan!

  • @Kalilishtemagn
    @Kalilishtemagn หลายเดือนก่อน +1

    ፋኖን እየታገለ ያለሁ ብልጽግና ነዉ ሰለዚህ ሞኝ ኦሮሞ አትሁን ወንድሜ ።

  • @kelecheberri2897
    @kelecheberri2897 หลายเดือนก่อน +1

    namiti affan hidha ayana jedhamtu kan yarmtu gurguramtu ta'u ishi jalamurati itihiam rakatu blgnna

  • @HilifMathewos
    @HilifMathewos หลายเดือนก่อน +1

    WBO fi faannoo walitti cafaqee lafarraa xaraguu nii dandaha. Humnasaas qaba, mootummaan kun humna baha afrikaa sodaachisu qaba erga jedhamee akkamitti shiftaa mandara keessaatu walitti dhufeenya uumee na waraanaa jira jedhee himata. Yoo dhuguma ummata kanaaf dhaabbattan tahe jarreen kana gama lamaaniinuu ummata ajjeesan kana nurraa dhaabuu qaba.

  • @Almifiqir-c3q
    @Almifiqir-c3q หลายเดือนก่อน +1

    Fanoo izii kanii ijaree olaa ta.uu isaa ammaa hubanee jiraa yomiyuu tananii hin milka.uu ayyaan ilmaa sabaaf quqamuu nuuf galatomii

  • @markshawn6967
    @markshawn6967 หลายเดือนก่อน +1

    Oromo is sleeping and abiy is the culprit to arm fano

  • @mahdimohammed7337
    @mahdimohammed7337 หลายเดือนก่อน +1

    🤣🤣🤣🤣🤣 jarri isinitti gallaan, lafaa kaatan. There’s nothing called port of entry. Deal with the truth. It is a love relationship between the Gojjaamee and Dirriba’s family. This has always been the history of Wallaggaa and Goojaam. Many Gojjaamees lead the OLF and still do. The love seems inseparable ❤️

  • @AhmedAman-m7i
    @AhmedAman-m7i หลายเดือนก่อน +2

    Dhumarrattii ayyaanaan gobanaa yeroo ammaatii Oromoon dammaqii....furmaannii Ayyaanaan oromoof dhufu Kam eegdan ....???OMN yoo nama kana midiyaa kanarattii dhiheessitan ufiin ufajjeessa jirtan .kanaaf OMN nama kana carraa akka kanaaf kennuun yakkaa!!!

  • @sarrgodanaguyo3892
    @sarrgodanaguyo3892 หลายเดือนก่อน +1

    Galatomi Kadiro Elemo.
    Jecha dhugaa dhubate
    Tamatii jettee dhubiin

  • @markshawn6967
    @markshawn6967 หลายเดือนก่อน +1

    Abiy and demeke,armed welega fano. This is not new.Daniel kebret convinced Abiy for this mess

  • @DhugaaOromo
    @DhugaaOromo หลายเดือนก่อน +2

    Dhiifama naa godha. Anaan ijaan argaadhuma saroota Abiy kana na jibbisiise. Dur WBOtu nudhoowwe malee Fanoon daangaa nutti hinceetu jedhu. Hammawoo enyuti quba qabuu fedhu laata? Ciniinsuun Shimalis Abdiisaa maal dhale?

  • @mulatutule8243
    @mulatutule8243 หลายเดือนก่อน +1

    Ayyana waqayyoo si ha eeguu!
    Kun barumsa namaaf kenna.
    -enyuu qabsoo oromoo kara irraa jalisa jiraa?
    -motummaa irraati ha xiyyeefanu.
    -kayyoo ganama
    -oromiyyaan ni bilisoomti.
    -oromiyyaa keessaa jiru. Oromiyaadhaaf qabsoofna
    - otuu lola oromiyaa. Keessa otu hin dhaabin waa’e. Motummaa Dr.Abyyi hasa’un fanno digarudha.😅😅😅😅😅

  • @SehaniTerefe
    @SehaniTerefe หลายเดือนก่อน +3

    Warrii Abiyn mormaan Dhugaa qabaan, Shimmalis Miliyona meeqaa kan fannoof keeneee !! So what is wrong with pp supporters 😮

  • @getachewgirma7262
    @getachewgirma7262 หลายเดือนก่อน +2

    Jarri Tokyo bar Shaneen fi Jawwisaan obbolaa angafaa fi eegoodha Oromoo dhiisi. Jarring lachuu dining isaanii uummata Oromoo fi mootummaadha.

  • @adishugurmu3877
    @adishugurmu3877 หลายเดือนก่อน +2

    Mootummaan maliif shororkeessa jechuu dadhabe
    Hanga ati nama walitti qabdee petition dhiheessitu akkuma jirutti ta’e

  • @tigistayano3767
    @tigistayano3767 หลายเดือนก่อน

    WBO Walleggaa hojiin isaa maalii yoo Faannoo mataa isaa yoo WBO ta’e malee?

  • @derartuusmail5708
    @derartuusmail5708 หลายเดือนก่อน +2

    Namichi malaxaan kuni hin taane oromoof dubachuu hin qabu kijibadha ananaan ppdha

  • @HusenAdam-y8s
    @HusenAdam-y8s หลายเดือนก่อน +1

    Bilxiginnaa habaa ta.ekaa ayyaanan😅😅😅

  • @markshawn6967
    @markshawn6967 หลายเดือนก่อน +1

    Ayana, which election you talking about?

  • @soressabakala6888
    @soressabakala6888 หลายเดือนก่อน +2

    Ayyaanaan hattuu biltsiginnaa jala deemtudha.bitamtuu dha condominium fudhatteetti

  • @fayyineeseedaa798
    @fayyineeseedaa798 หลายเดือนก่อน +1

    Namitii haadha saltu Ayana je’an kana nurra dhaaba yoo waaqa sodaatan

    • @fayyineeseedaa798
      @fayyineeseedaa798 หลายเดือนก่อน

      Ilma haati ijaajjite lafa buuste

  • @gumaawaaqoo327
    @gumaawaaqoo327 หลายเดือนก่อน +1

    Nagaan siif haa baayyatu Abraaham. Qophii kanaafis galatoomi. Mata duree kana irratti Oromoota arfan kana hafeertee mar'iachiisuun kee gaariidha. Wallaggaa keessatti waan ta'aa jiru hamma tokko hubachuuf nama gargaara. gara caalaa immoo Oromoo inni wal nyaachaa jiru xiqqoo akka dhaabbatee of ilaalu gargaaruu danda'a. Garuu hamman eege miti. Ayyaanaa irraa kan hafe warri kaan karaadhuma hamma har'aatti qabannee jirrutti fufuu barbaadu. Har'a ijoolleen Oromoo meeshaa fudhatanii Mootummaa lolaa turan baayyeen gara nagaa dhufaa jiru. "Faannoo Iizii wallaggaa' bal'eesuuf Oromoon nagaa walii qabaachuun baayyee barbaachisaadha. Yoo Oromoon tokko ta'e eenyu iyyuu maqaa isaa akka hin taanetti kaasuu hin danda'u. Maal gochuu qabna gaafii jedhuuf tokkummaan Oromoo qorcha.