Barri Keenya - Ayyaanaa Milkii

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 5 ก.ย. 2024
  • #SUBSCRIBE 𝗖𝗹𝗶𝗰𝗸 𝗧𝗵𝗶𝘀 𝗟𝗶𝗻𝗸:- 👉👉bit.ly/39pb69q
    SUBSCRIBE TO
    OUR YOU TUBE CHANNEL ARARA TV WORLD WIDE SERVICE BY PROPHET MESERET TAYE
    UNAUTHORIZED DISTRIBUTION AND RE UPLOAD OF THIS CONTENT IS STRICTLY PROHIBITED

ความคิดเห็น • 173

  • @araratvworldwide
    @araratvworldwide  4 ปีที่แล้ว +33

    Hordoftoota Keenya Maraaf!
    Toora TH-cam Kenya kanarratti yeroo yerootti ergaa sagalee Waaqayyoo haaraafi tajaajila addaddaa haaraa vidiyoodhaan qopheessinee waan isinii dabarsinuuf Liinkii armaan gadii cuqaasuun VIDEO haaraa gadhiisnu 𝐒𝐔𝐁𝐒𝐂𝐑𝐈𝐁𝐄 gochuun argachuu dandeessu
    𝗟𝗶𝗶𝗻𝗸𝗶𝗶 𝗸𝗮𝗻 𝗰𝘂𝗾𝗮𝗮𝘀𝗮👉👉bit.ly/39pb69q

    • @girmaxuqurabaay7852
      @girmaxuqurabaay7852 4 ปีที่แล้ว

      gALATOOMA

    • @wabikumaal2716
      @wabikumaal2716 3 ปีที่แล้ว

      Ameeen ameeen

    • @dessefoufa9031
      @dessefoufa9031 2 ปีที่แล้ว

      Lakofsaa kesan nuf maxansa

    • @Sara-yw5my
      @Sara-yw5my 2 ปีที่แล้ว

      Amen amen amen amen amen amen😭😭😭👏👏👏👏👏👏✋✋✋✋✋🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

    • @hawahawa873
      @hawahawa873 ปีที่แล้ว

      Akkam isn qunamuu dandenyaa please 🙏

  • @tewodroszeleke1346
    @tewodroszeleke1346 4 ปีที่แล้ว +12

    ቀጥታ በሚጸለየው ጸሎት በአንዱ ቀን የእግዚአብሔር ሰው መሠረት ለፈውስ ሲጸልይ እጄን ቴሌቭዥኑ ላይ ጭኜ በእምነት እየተጠባበኩ ነበር ጌታም ለ3 ወር ቆይቶ ከነበረ ከሁለቱም ኩላሊት በሽታና ህመም ወዲያውኑ ቅጽበታዊ በሆነ መንገድ ሙሉ በሙሉ አዲስ ኩላሊቶች በመስጠት ፈውሶኛል አሁን የአዲስ አባ ነዋሪ ነኝ ኦሮምኛን 90% እሰማለሁ 75% እናገራለሁ ሐዋርያው መሠረት እውነተኛ እግዚአብሔር ያስነሳህ ነህ እግዚአብሔር አገልግሎታችሁን ይባርክ።

    • @user-if3mn5sn9q
      @user-if3mn5sn9q 3 ปีที่แล้ว

      Hunkan des halek eyesus geta new yadinal etadegal ene miskir negn

  • @tadessedegefa-uo5oq
    @tadessedegefa-uo5oq หลายเดือนก่อน

    waaqaayyoo yaadaa jijjiiraa barruu fannoo isaa irraa tahu isaaf tahuu nuuf tahuu rakkinaa fi cubbuu keenyaa nu irraa yaa dhiquu.farfaannaa kana karaa barruu fannoo guutuu isaa fi bifa kiroolee,kiloolee gamaa fayyinaa lakkofsaa roomee fannoo bo'ichaa dhufaatii isaa wajjiin wal-qabatee taasifaameen (10,80)nuuf baleesaa keenyaa nuuf dhiisii,ergamaa dhugaa nuuf taasisii ameen.maqaa abbaa kan ilma kan ilma kan afuuraa qulqulluu.eragamaa fuulaa fannoo qulqulluu damxoriyoos fi wamichaa jirmaa fi laalii. ergaa ifaa qulquulluu qidus phaliwos gara warraa ximoostiyosit ergee keessaa isaa duraa.

  • @user-yw6ry1tx3l
    @user-yw6ry1tx3l 8 หลายเดือนก่อน +1

    Maloo arara nuuf godhi gofta kenya 😢😢😢😢

  • @abdinkoojirataadha2938
    @abdinkoojirataadha2938 2 ปีที่แล้ว +1

    😭😭😭😭🤷‍♀️🤷‍♀️🤷‍♀️🤷‍♀️Garaa nutti hin jabatiin yesus😭😭

  • @dinqeebalaachoo5344
    @dinqeebalaachoo5344 4 ปีที่แล้ว

    barii kenyaa maaliif ta'ee baraa abarsaa maloo nutii araramii yesuus

  • @miressaawagari2329
    @miressaawagari2329 2 ปีที่แล้ว

    yaa waqaa nuu yaduudhu biyyaa kenyaa lamii kenyaa dhiigaa dhangalu lubbuu badaa jirtuuf .

  • @hawimoroda5577
    @hawimoroda5577 2 ปีที่แล้ว

    Amene Amene Amene

  • @hanehabetu7132
    @hanehabetu7132 2 ปีที่แล้ว

    Waqayyoo nutii araramii adaraa Akka cubbu Kenya nuti hin ta'in adaraa nunoo si malee humaa qabnuun waqayyoo nu yadadhuu biyyaa kenyaa ilaalii Ameen Ameen Ameen Ameen🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @sababiniijirachuukooiyesus1944
    @sababiniijirachuukooiyesus1944 4 ปีที่แล้ว

    Amen Amen waqayoo nufaa ararramuu ebifamaa dachani

  • @galarysaea5289
    @galarysaea5289 4 ปีที่แล้ว

    Ameeeeèn ameeeeeen harara nuuf kenni yaa giftaa iyyasu waqaarraa uuuuuuffffeeeeee ameeeeeèen ameeeeeeeen goftaan nutti haa hararamuuu

  • @seennaaseennaa3411
    @seennaaseennaa3411 4 ปีที่แล้ว

    gooftaa koo nuuf Araramii maloo garaa nutii hin jabatiin cubuu keenyaa Laltee🙇🙇🙇🙏🙏

  • @mistukanaa9754
    @mistukanaa9754 4 ปีที่แล้ว

    Ameen ameen goftaan baraaf jirenyaa kesaan haa ebisuu harkaa kenyaa badhifanee araraa siin jechaa jiraa ijii nuun haa mil,aatuu yaa goftaa yesuus waqaraa 😭😭☝️🤲🙏🙏

  • @MrGIG2012
    @MrGIG2012 4 ปีที่แล้ว +1

    Waaqaa gaarii malee barri gaariin him jiru.

  • @jirrayesuus7738
    @jirrayesuus7738 2 ปีที่แล้ว

    Ammeen,Ammeen,waqqayyoon,baraf,jirnya,kessan,yaEebbisu

  • @khamiali1295
    @khamiali1295 4 ปีที่แล้ว

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭 barii kenyaa maaliif ta'ee baraa abarsaa maloo nutii araramii yesuus

  • @buzee167
    @buzee167 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuffffffffff waqayoo goftani
    Isinii yaa ebisuuu 🙋🙋🙋📖📖📖📖📖🎸🎸🎸🔦🔦🔦🙏🙏🙏💕💕💕💕💕

  • @danielteferi7295
    @danielteferi7295 2 ปีที่แล้ว

    Eebbifamaa!

  • @genetiyob7893
    @genetiyob7893 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuufff Uuufff Ababiyee Koo Biyyaa Keenyaa Ijaa Araran Nuuf Ilaalliii😢😢😢😢😢😢Harkaa Keenyaa Bal'ifannee Arara Siin Jecha Jiraa Uuuuuuu Eyesuse Koo😥😥😥😥😥baay'ee Sii Yakkineraa

  • @gudekiya6234
    @gudekiya6234 4 ปีที่แล้ว +2

    uuuuuuuuuuuufffffffffffaaaaaaaa malo nu mari nu bira hin darbin iyesusi maloo na ilali malo oso beku oso hin bekin cubbu hojena malo nu miladhu abba olmakoo biyya kenya ilali wanti dhagama jiru baye hulfata iyesus malo malo malo ilali imimani sabakee iyesuskoo

  • @dirribegeetuu4064
    @dirribegeetuu4064 2 ปีที่แล้ว

    Ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii

  • @atsdugudisaa8318
    @atsdugudisaa8318 4 ปีที่แล้ว +1

    Baaga Naaga dhufataani maatii waqayyoo

  • @jodajodaa4409
    @jodajodaa4409 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuu waaqayoo dhugamatii imni bufnee araa sin jennaa.araraa abbaba koo 😭😭😭😭😭😭ebifamaa wda.arara

  • @endaleabera1730
    @endaleabera1730 4 ปีที่แล้ว

    Dhageefadhee dhageefadheen qufu dadhabee waaqayoo isin haa eebisu Eebifamaa.

  • @burtukankabbe5184
    @burtukankabbe5184 4 ปีที่แล้ว

    ameeeeen ameeeeeen eebbifama waaqayyo baraaf jireenya keessan haaeebbisu

  • @ayyuayyu1936
    @ayyuayyu1936 ปีที่แล้ว

    Ebifamaa 💞🙏💞

  • @malkaaabbaayaadaa3889
    @malkaaabbaayaadaa3889 4 ปีที่แล้ว

    Ameen.Waaqayyo nutti ha araaramu akka araarasaa isa guddaa sanatti.

  • @yesuuskooadaaranaamaari1742
    @yesuuskooadaaranaamaari1742 ปีที่แล้ว

    Ameen gooftaan nu,aa yaadaguu tesosaara

  • @seenaa7402
    @seenaa7402 4 ปีที่แล้ว

    Araraa sin jeenaa yaa waqayyoo nu yaddadhuu

  • @booziboozi9645
    @booziboozi9645 2 ปีที่แล้ว

    AMEEEEEEEEN AMEEEEEEEEN AMEEEEEEEEN AMEEEEEEEEN AMEEEEEEEEN AMEEEEEEEEN

  • @bontuutaadee4316
    @bontuutaadee4316 4 ปีที่แล้ว

    AMEEN . Mee nutii araramii maloo ararii nuf haa bay'atuu 🙏🙏🙏🙏🙏

  • @jesusistheonlyway123
    @jesusistheonlyway123 3 ปีที่แล้ว

    araarri waaqayyoo guddaadha

  • @chaltufayisa3321
    @chaltufayisa3321 4 ปีที่แล้ว

    Waqayoo jirenya kee yaa ebisuu jiraa iysusi

  • @bakaludirbabaattoue1754
    @bakaludirbabaattoue1754 4 ปีที่แล้ว

    Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen waqayyoo dachaa siniyaa ebbisuu ebbifamaa

  • @getaboma8610
    @getaboma8610 ปีที่แล้ว

    Ameen Nutti Araarami yaa waaqayyoo.Dhaloonni danuutu harca'e.

  • @user-jy6fe9ce7r
    @user-jy6fe9ce7r 4 หลายเดือนก่อน

    Eebbifamaa

  • @Haaromsaa
    @Haaromsaa 7 หลายเดือนก่อน

    Gooftaa keenyaa isa beekaa fi wallaalaaf gara ilaalla garaarraa si kadhannaa nuuf dhagai yaa abbaa nun dhiisin haala nu liqimse keessaa butii nu baasi

  • @yesusgaridhaa7932
    @yesusgaridhaa7932 3 ปีที่แล้ว +1

    Ameeeeen Ameeeeen ebbiifama

  • @waqayyoogariidhawaqayyowan8624
    @waqayyoogariidhawaqayyowan8624 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuufffff waqayyoo nutii araraamii maaloo yesuusii koo

  • @nihangalata2643
    @nihangalata2643 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuufeeeeee abbiyee koo barii kenyaa kun malif ta'e lataa bara abbarsa 😭😭😭😭

  • @nanajaffal5588
    @nanajaffal5588 4 ปีที่แล้ว

    Waqaayyoo Bara fi jireenya keessaani haa ebisu obooloota koo.
    WAQAAYYOO Fedhaa Kee Yoo ta'e Nuuf araarami Maloo Yaa Waqaayyoo.

  • @situunafcaalayesuskomasrat9891
    @situunafcaalayesuskomasrat9891 4 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen barii kenyaa maliif tae baraa abbarsaa😭😭😭😭

  • @bakaluubakaluu7079
    @bakaluubakaluu7079 2 ปีที่แล้ว

    Aami aamii Malo waqa Koo nutii araramii iyasuu🤲🤲🤲🤲🤲🇪🇹🇪🇹❤️❤️🇱🇧🇱🇧🙍

  • @Haaromsaa
    @Haaromsaa 7 หลายเดือนก่อน

    adaraa yaa gooftaa yesuus fuula kee gara keenyatti deebisi. nu millachuu kee barbaanna waaqarraa gara saba ballaa kanaa ilaali. araara nutti argiisi gara ilaalla situ furmaata gahaa qaba

  • @warktudarasu9883
    @warktudarasu9883 4 ปีที่แล้ว

    Amen amen gooftaan nufii yaa araraamu

  • @jitumideksa3979
    @jitumideksa3979 4 ปีที่แล้ว

    Goftaa qalbii jijiranaa biyaa keenyaa lalalii. Hararaaa iyasusi malooooo

  • @user-sf5xb4ly3y
    @user-sf5xb4ly3y ปีที่แล้ว

    Ameeen Ameeen

  • @senayetgerma4308
    @senayetgerma4308 2 ปีที่แล้ว

    አሜን. አሜን

  • @seenaaayadataa5538
    @seenaaayadataa5538 4 ปีที่แล้ว

    Ameen ameen maloo nutti araarami yesuus nuraa kasii cubbukenya 🙏🙏😭😭😭

  • @tadesseb
    @tadesseb 2 ปีที่แล้ว

    Farfannaa kadhataa laphee nama tuqu dha. Waaqayyo ayyaana siif haadabalu.

  • @biliseegudeta4430
    @biliseegudeta4430 3 ปีที่แล้ว

    AMEEEEEEEEEEEEEEEEEN malooo nuraa kasiika dhekamsake 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🥺☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️👏👏👏🙏🙏🙏🙏

    • @sarahsarkis2914
      @sarahsarkis2914 3 ปีที่แล้ว

      yaa rabii araraakee maaloo😭😭😭😭💒

  • @BoutoukoCdi
    @BoutoukoCdi ปีที่แล้ว

    Ameen ameen ebifamee

  • @misiraajimaa6459
    @misiraajimaa6459 3 ปีที่แล้ว +1

    Ameeeeeeeeeee ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeennnnnnnn 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😭😭😭

  • @dinkydinky4077
    @dinkydinky4077 4 ปีที่แล้ว

    Ameen ameen ameen yaa waqayyo goftaa ati maqa Ilma kee goftaa yesuusitin nuti ararami

  • @yashiyashi3573
    @yashiyashi3573 3 ปีที่แล้ว

    Waaqaayyoof gaallattaahaatu'uu

  • @hailehanebore1422
    @hailehanebore1422 10 หลายเดือนก่อน

    Amen

  • @adanechakawak3868
    @adanechakawak3868 4 ปีที่แล้ว

    Ebbifaamii nama waaqayyo uufe

  • @lilyslilys6797
    @lilyslilys6797 4 ปีที่แล้ว

    Ameeen ameeen ameeen nu ilali maloo ija hararaketin🤲🤲🙏🙏🙏😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @destaasoupia368
    @destaasoupia368 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuufey uuuuuuuuuu yesus nuyaadadhu ameeeen

  • @eisabilal8579
    @eisabilal8579 4 ปีที่แล้ว

    emeeen emeeen emeeen emeeen emeeen.ebifami ebifami ebifami dachani dabalii

  • @MrGIG2012
    @MrGIG2012 4 ปีที่แล้ว

    ኤፌሶን 5 (Ephesians)
    15፤ እንግዲህ እንደ ጥበበኞች እንጂ ጥበብ እንደሌላቸው ሳይሆን እንዴት እንድትመላለሱ በጥንቃቄ ተጠበቁ፤
    16፤ ቀኖቹ ክፉዎች ናቸውና ዘመኑን ዋጁ።

  • @fatimafati5861
    @fatimafati5861 4 ปีที่แล้ว

    Ameeen Ameeen waqaayoo dacha isiin ebisuu

  • @meseret9004
    @meseret9004 หลายเดือนก่อน

    Ameeeeeeeeeen😢😢😢😢😢❤❤❤

  • @mazourgeza6292
    @mazourgeza6292 4 ปีที่แล้ว

    Halleeluyyaa yesus Gooftadha!!

  • @cololkololee462
    @cololkololee462 4 ปีที่แล้ว

    Uuuu yesuus araaraa keen mulaadhuu maloo😭😭😭😭

  • @tekakeno574
    @tekakeno574 3 ปีที่แล้ว

    Galatooma Raajii nama waaqayyoo

  • @user-bp3ru9hn3e
    @user-bp3ru9hn3e 4 หลายเดือนก่อน

    Ameeeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeeen

  • @lachisabayesa8403
    @lachisabayesa8403 4 ปีที่แล้ว +1

    Best

  • @yoowaqayyoojedhe........2477
    @yoowaqayyoojedhe........2477 4 ปีที่แล้ว

    Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ebifamaa waqayoo isin haa Ebbiissuu

  • @warkigonfa3076
    @warkigonfa3076 4 ปีที่แล้ว

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen

  • @kulaniimagarsacell2133
    @kulaniimagarsacell2133 4 ปีที่แล้ว

    Ameeeeen uuuuuuuuuu ebbifamaaa ebbifama

  • @zinashangesa9264
    @zinashangesa9264 4 ปีที่แล้ว

    Ameeeeeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeeeeeen Eebbifama🙏🙏🙏🙇🙏🙏🙇🙌🙌

  • @simbotube8876
    @simbotube8876 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuufffeeee😭😭😭😭
    Ameeeeeen Eebbifamaa
    Maaloooo😢😢💔🙏🙏🙏🙏

  • @adanuayansa8663
    @adanuayansa8663 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuufffff Ameeeeeeeeeen maloo waaqayyoo araarri nu jedhii🤲🤲😭 Ebbifamaa dachaa sabaa waaqayyoo

    • @dreamdream8261
      @dreamdream8261 ปีที่แล้ว +1

      Ameeeeen,ebiifaamaa,uuuuuuuuufffffff

    • @dreamdream8261
      @dreamdream8261 ปีที่แล้ว

      Maaloo,naa,kaadhaaؤ،,

  • @jesusislord2133
    @jesusislord2133 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuuffffff nutti ararami goofta yesus koo 😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️

  • @xtraxtra9099
    @xtraxtra9099 4 ปีที่แล้ว

    Ammmmen Dachan eebbifama

  • @kolay2606
    @kolay2606 4 ปีที่แล้ว

    Ameen🎷Ameen halelluyaa Ebbifamii🎻🎷🎸

  • @senaitmelaku9083
    @senaitmelaku9083 4 ปีที่แล้ว

    😭😭😭😭😭 barri Kenyaa kun malii laata yaa waaqakoo 🙏🙏🙏

    • @hannalalise1815
      @hannalalise1815 4 ปีที่แล้ว

      Ameeeen ameen ameeeen ameen ameeeen ameen ameeeen ameen

  • @warqotarikuhayyilu9603
    @warqotarikuhayyilu9603 4 ปีที่แล้ว

    Arariiii keeeee nan haaa milattuuuuuuu yaaa Abaa koooooooo😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢🙏🙏🙏🙏🙏🙌🙌🙌🙌

    • @vivifriot9537
      @vivifriot9537 2 ปีที่แล้ว

      Hgkoinvcxafrwtyrjhfbvsudhksmfbczfehksjhdfdvcxzdehyriidlljhdhvdatfuhhsbcsvkbcd

  • @iyasusabdinkoyarabii8719
    @iyasusabdinkoyarabii8719 4 ปีที่แล้ว +1

    😭😭😭😭😭😭😭😭😢😭😢😭😢uuuuuuuufffff iyasusiye ko ulfadhu abba ko mali jen ree ulfadhu male ebifama dachan dachan

  • @BoutoukoCdi
    @BoutoukoCdi ปีที่แล้ว

    Waqayyoo sin aebisu

  • @bashatuubashat3082
    @bashatuubashat3082 4 ปีที่แล้ว

    Uuuufffee Waqayyoo nuttii araramii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 akkaa garumaa ketii

  • @bontuudhabasaa8085
    @bontuudhabasaa8085 4 ปีที่แล้ว

    Meeeeeeeeeen meeeeeeeeeen waqaayyoo saa ebisuu dachaa dachaa 😭😭nutti ararami gofta koo 🤲🤲🤲😭

  • @yenenhsdreba6293
    @yenenhsdreba6293 4 ปีที่แล้ว +1

    Ameenn Ameenn Ameenn Ameenn 😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏

  • @mhratmhrat2201
    @mhratmhrat2201 3 ปีที่แล้ว

    Ameeeeeeeen ebifamaa dachadachaadhan

  • @obsegurmesa4910
    @obsegurmesa4910 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuufffff maaloo waaqayyoo nutti araarami abbaakoo 😢😭😭😭😭😭😭

  • @abeegirmaaabeegirmaa7306
    @abeegirmaaabeegirmaa7306 3 ปีที่แล้ว +1

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏Ameeeeeeeeeeeeeeeeen

  • @user-hs1we3ir5d
    @user-hs1we3ir5d 9 หลายเดือนก่อน

  • @bonstowariyodehko1648
    @bonstowariyodehko1648 2 ปีที่แล้ว

    Ameeeen Ameeeen 🤲 ebbifama 😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @adanechakawak3868
    @adanechakawak3868 4 ปีที่แล้ว

    Harkaa keenya ballifane haraara siin jecha jira ijikee nun ha milatu yaa goftaa yesus waaqarraa uuuu abba koo mallo nu dhisiin ebbifaamii nama waaqayyo uufe 😂😂😂😂😂

  • @iyesusabdiikoot352
    @iyesusabdiikoot352 4 ปีที่แล้ว

    Ameeeeen.ebbifaamaa

  • @birutkaanburtalemaa1279
    @birutkaanburtalemaa1279 4 ปีที่แล้ว

    Ebbifamii amen amen 😢😢😢⛪⛪

  • @abdiinkooiyyesus846
    @abdiinkooiyyesus846 4 ปีที่แล้ว +1

    Ameeen (7)🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @eunicebaya8793
    @eunicebaya8793 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuufffffiiii maloo nuti

  • @mezeretmucakakuu6065
    @mezeretmucakakuu6065 4 ปีที่แล้ว

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ebbiiffamaa ebbiiffamaa dacha

  • @silalebanon8031
    @silalebanon8031 4 ปีที่แล้ว

    Uff maalo Abba daache kenyaaf ararami

  • @abeerat2679
    @abeerat2679 ปีที่แล้ว

    Nuuf araramii abba koo

  • @ababatefesa5212
    @ababatefesa5212 4 ปีที่แล้ว

    Ameee Ameee Ameee ebbifama

  • @merysakira7416
    @merysakira7416 4 ปีที่แล้ว

    Waqaayyoo barri keenyaa kun maaf lataa waqaayyoo arara keetin nu milatu

  • @ruhiimargaa8182
    @ruhiimargaa8182 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuffee nutti ararami waqqayyo waqqayyo issin haa ebissuu