ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Gallatommii senanii kee bayy'ee nama gadisiisaa.hirriyyaa kee isaa ammattii dhugaa jirruu ittii himmii.❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Caradhumaa dubartitii obsaa godhuu hojadhuu nama jalalaf sii gafatee mucaan qaba jedhiin kan rabbii suf kenee hin dhokksiin da'immnii keenna waqayyoottii kanaf mucaa kettin bonnii maalee hin gaddin
Obboleeitti ko eyee mucaa qaba jedhiin itti himii Atii immoo birii itti hin nergiin jabadhuu hojjii ke hojjadhu Lubuu koo obsii
Baga nagaa dhufte galoo keenya. Obboleetti koo gaa'ila duraa itti himuu qabda yoo sii jal'ate mucaa kee faana.yoo sii jalannesi ta'ee immoo erga jireenya keessaa seentee rakkachuun irra. "Ifaan sorratiina dukkanaa dakkatuu jedhu mitiiree"
Giftii koo ati jabadhuu ittii himuu dhugaa jiruu tolee hundaa kenyaa dubatiidhaa wani nuraa gahuu benuu nutii ittii himii
Atii ammaa mucaa jalaate jirtuu waan dabaarsitee hundaa akkaa mucaa qabduu fi akkaa herumtee turtee ittii himuu qabdaa yoo kanaa ta'uu baate booda jiruu kee digaamu dandaa'aa duraa maalif natti himnee sin jedhaaAnii herumeraa akkasumas mucaa tokko daheera kanaaf yoo natattaa jette jalaala kenyaa itti fufnaa jedhiin
Jabaadhu. Nuuf cimina. Link TH-cam koo osoo share naaf gootee natti tola. Galatoomaa!!!
Wel com galoo kenyaa baaga nagaan dhufte itti himu qabdaa otoo itii hin himni gaailaa wajin yoo dhabbatee gaailaa keessan irrati dhibba qabaa amanmumaa dhabu dandesaa Wan yadde jalaa waqayoo siihaa basuu obboleti koo🇱🇧🇱🇧🇱🇧
dhugaa jirtuu ittii maree
Dhugaa iti himi kaa saanyii koo uuuuùuuffffffffff baa,yee namaa gadisisaa anis akuma keeti sena akasi qaba uuuuu 😭😭😭😭😭😭
😢😢😢
😳😳😳😳akkumaa jaallaliis jiruu jibaanis jirraa dhirraa sobaa birraa gahiin dhirri hamma sijalattuu callaa sijibaa dhugaa yoo itti dubattee sirraa fagattuyuu sin dagattu sin jibuu haradha nama tokko arkka kee galfachu jettee gowomin dhugaa dubadhuu yoo sijalattee wojin jirradhuu yoo sin fedhuu jedhes erraa fagadhu daimaa jiaa 9 garattii battee nama borr yokin hin taa ykn hin tauu attii murttee maali keessaa ilmo kee galchitta boo binessii ilmoo isaa arssaa taa atti namaa birraa gessee hin bekne ilmoo duaaf jireenya keessaa galttee argatten wolitti fiddaa daimaa dhoskitta boo wan borr bahee sif kabajaa sif keenuu ofitti amanamuma attii hadha qabduu boriis dhalla argachu demtaa gattii taeef borr arfama jirachuu keessaa gabii keessa galuu yoon fene dhugaa dubadhu duii
❤❤❤❤❤❤❤❤
Sutaa jedhii ittii himii amasisii bodaa bultuu tee irraa rakkoo gayaa wanii tahee fi sii jalatuu isii jalatuu ittii himii atii obleetii tiyaa 💚♥️💞♥️💞♥️💞
Abshiri hin yaadi 🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈
Welcome Galoo keenyaa and 😍😍😍😍
Itti himi habibati dhugaan badi tokkole hin qabuu inshalla siif tolaa
Walagudifnuu lammiikoo asumaanii subscribe naafii godhaa mee ❣️💞
wow Ajaa'ibuma
Hiriyaa kee isa ammaatti waan dabarsite itti himi yoo si jaalatee mudaa kee faana si jaalataa
Kan dhugan si jaalaate yo maliyutae sira debiu wan ati qabdu wojin sijaalata kanafu hin dhibatin iti himi furmanike iti himudha
Ittii himii kodee haqaa jiruu abshirii hin dhipatinii jirenyii lafaa kaa akkumaa bekkamuu bu, aa ba, ii heduu qabaa kodee abshirii rabii juraa
Welcome gallo kenyee
Wel come galoo
Aster itti himii yoo jalalaa kee qabatee sanumaa fanaa sii jalataa
Itti imi intaloo yoo si jaalatee si si fudhaa yoo hin fenee si dhisaa kanumaa kanaf hin cinqamin
Dhugaa jirituu itii himi osoo karaa biraa hin dhagahini
😭😭😭
Like ❤❤💪
hobolettiiko dhugaa jiruu hittii himii haqaan walin jirachuuf ittii fufu hedoo hiren ke jiruu rabiituu bekaa yookkin dhugaa sijalahate tat'uu danda'aa yomumaa dhuggarrattii hundayii hadhoko
Ittuma himu ke wayya
Dhugaa dhubadhuu kanumaa amaa jalatee kanatii
😭😭😭😭😭😭😭😭
Akkaa ilmoo qabduu amumaa itii himii yo kanii si jalatuu ta'ee akasumaa ilmoo tetisii jalataa
A's a miiiiiiiiiiAm
Itti imii yoo jalalaa kee qabatee sanumaa fanaa sii jalataa
Jalaata furri wajjiin jedha oromoon kanafu itti himi
Jaabadha!
Uuuuufff
isa jalate saniti dhuga jiratu hima yoo si jalate si haa jalatu dhuga jiratu ita himia
Isaa duraa iyyuu in balleesatee hadhoo koo silaa amma kanaa midhaatuu turee osoo gafaa duraa himaatee jiratee
yoo sii jalaatee hin amanaa ittii himii
Yaa obboltii koo durasii kani mana kee digee sobaa dhaa jalla kessatii sobuni garii mitii kani duraa utu dhugaa jiru iti himitetaa tayee hamayuu si barabadaa hamasi kani jallatee sobbaa jiritaa kuni imoo jirenyaa kerati midhas gudaa fidaa dhugaa jiru iti himi hin sobinii sobinii garii mitii jalala kessatii
Itti himu qabda haadhoo
Dirqama iti.himamu qaba malif soban bultin hinijaramuu
Dhugaa jiru hin dhoksin
Uuuuuuufffii 😢😢😭😭😭😭😭
Itti himii hadhoo koo isaa ammati moo
😢😢😢😢😢🙏
duran akkaa herumtee mucaa qabduu iti himmuu qabdaaturee
itii imii Micayoo Ke Sifi Kenadha Kani Dhugadhani Yoo Si jalla
😥😥😥😥😥
Itimi akka mucaa qabadu yo akasii tauu batee jirenyi ke buruu ni digamma sanyi to
Uffii uffii siuma amansisi itti himufi yalii madaa koo nati fakkate
Hin dhoosin itii himii
Dhugaa jiruu iti himi yoo dhugani si jalate yerof iti ulafachu danda.a waqayoo yoo sif jedhe ergu hin aquu
Uuuuuuffffff😭😭😭😭😭
Jireenya dhugaa jiraachuuf yoo si jaalatee ittimu qabda garuu obsa qabachuun si barabachisa waaqayyo hundaa ittin si gaha hadhoo koo biyyii lafa qormaata hin dhabuu
Koodee itti himuu qabada boruuf shaaga siif hin ta,uu
As.wr.wb. andhufuu.hdhkooGltomii❤💗💓💓❤💗💗💓❤❤❤
IshiiGlkoo.ynkxurudhaa.hudumfuu.gltomuu 💗💗💓💓❤💔💔💔💔💗💗
Ittii Himii Daminikee Sif Kennaa Kennaraa Caltuu Boruu Wan Waqaa Bektuu Ishiin Sif Addaa Hin Dhoksin Dhugaan Hin Dhokatuu
Dhoksuudhiisiihimi
antu dursa lale Likis xuqee
Yoyyaa ashaama 🙌
Likee sii tuqee subscribe naa ergii mee ❣️
Rakko tawu Dana, a jirenya kef Kan walin jiratu yote dhuga jiruu Walif himma Wal hamasisa obboleti koooo homma mitti
Glookoo.gltomii❤❤🧡🧡🧡💗💓💓💓💗💞💕
Gallatommii senanii kee bayy'ee nama gadisiisaa.hirriyyaa kee isaa ammattii dhugaa jirruu ittii himmii.❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Caradhumaa dubartitii obsaa godhuu hojadhuu nama jalalaf sii gafatee mucaan qaba jedhiin kan rabbii suf kenee hin dhokksiin da'immnii keenna waqayyoottii kanaf mucaa kettin bonnii maalee hin gaddin
Obboleeitti ko eyee mucaa qaba jedhiin itti himii Atii immoo birii itti hin nergiin jabadhuu hojjii ke hojjadhu Lubuu koo obsii
Baga nagaa dhufte galoo keenya. Obboleetti koo gaa'ila duraa itti himuu qabda yoo sii jal'ate mucaa kee faana.yoo sii jalannesi ta'ee immoo erga jireenya keessaa seentee rakkachuun irra. "Ifaan sorratiina dukkanaa dakkatuu jedhu mitiiree"
Giftii koo ati jabadhuu ittii himuu dhugaa jiruu tolee hundaa kenyaa dubatiidhaa wani nuraa gahuu benuu nutii ittii himii
Atii ammaa mucaa jalaate jirtuu waan dabaarsitee hundaa akkaa mucaa qabduu fi akkaa herumtee turtee ittii himuu qabdaa yoo kanaa ta'uu baate booda jiruu kee digaamu dandaa'aa duraa maalif natti himnee sin jedhaa
Anii herumeraa akkasumas mucaa tokko daheera kanaaf yoo natattaa jette jalaala kenyaa itti fufnaa jedhiin
Jabaadhu. Nuuf cimina. Link TH-cam koo osoo share naaf gootee natti tola. Galatoomaa!!!
Wel com galoo kenyaa baaga nagaan dhufte itti himu qabdaa otoo itii hin himni gaailaa wajin yoo dhabbatee gaailaa keessan irrati dhibba qabaa amanmumaa dhabu dandesaa Wan yadde jalaa waqayoo siihaa basuu obboleti koo🇱🇧🇱🇧🇱🇧
dhugaa jirtuu ittii maree
Dhugaa iti himi kaa saanyii koo uuuuùuuffffffffff baa,yee namaa gadisisaa anis akuma keeti sena akasi qaba uuuuu 😭😭😭😭😭😭
😢😢😢
😳😳😳😳akkumaa jaallaliis jiruu jibaanis jirraa dhirraa sobaa birraa gahiin dhirri hamma sijalattuu callaa sijibaa dhugaa yoo itti dubattee sirraa fagattuyuu sin dagattu sin jibuu haradha nama tokko arkka kee galfachu jettee gowomin dhugaa dubadhuu yoo sijalattee wojin jirradhuu yoo sin fedhuu jedhes erraa fagadhu daimaa jiaa 9 garattii battee nama borr yokin hin taa ykn hin tauu attii murttee maali keessaa ilmo kee galchitta boo binessii ilmoo isaa arssaa taa atti namaa birraa gessee hin bekne ilmoo duaaf jireenya keessaa galttee argatten wolitti fiddaa daimaa dhoskitta boo wan borr bahee sif kabajaa sif keenuu ofitti amanamuma attii hadha qabduu boriis dhalla argachu demtaa gattii taeef borr arfama jirachuu keessaa gabii keessa galuu yoon fene dhugaa dubadhu duii
❤❤❤❤❤❤❤❤
Sutaa jedhii ittii himii amasisii bodaa bultuu tee irraa rakkoo gayaa wanii tahee fi sii jalatuu isii jalatuu ittii himii atii obleetii tiyaa 💚♥️💞♥️💞♥️💞
Abshiri hin yaadi 🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈
Welcome Galoo keenyaa and 😍😍😍😍
Itti himi habibati dhugaan badi tokkole hin qabuu inshalla siif tolaa
Walagudifnuu lammiikoo asumaanii subscribe naafii godhaa mee ❣️💞
wow Ajaa'ibuma
Hiriyaa kee isa ammaatti waan dabarsite itti himi yoo si jaalatee mudaa kee faana si jaalataa
Kan dhugan si jaalaate yo maliyutae sira debiu wan ati qabdu wojin sijaalata kanafu hin dhibatin iti himi furmanike iti himudha
Ittii himii kodee haqaa jiruu abshirii hin dhipatinii jirenyii lafaa kaa akkumaa bekkamuu bu, aa ba, ii heduu qabaa kodee abshirii rabii juraa
Welcome gallo kenyee
Wel come galoo
Aster
itti himii yoo jalalaa kee qabatee sanumaa fanaa sii jalataa
Itti imi intaloo yoo si jaalatee si si fudhaa yoo hin fenee si dhisaa kanumaa kanaf hin cinqamin
Dhugaa jirituu itii himi osoo karaa biraa hin dhagahini
😭😭😭
Like ❤❤💪
hobolettiiko dhugaa jiruu hittii himii haqaan walin jirachuuf ittii fufu hedoo hiren ke jiruu rabiituu bekaa yookkin dhugaa sijalahate tat'uu danda'aa yomumaa dhuggarrattii hundayii hadhoko
Ittuma himu ke wayya
Dhugaa dhubadhuu kanumaa amaa jalatee kanatii
😭😭😭😭😭😭😭😭
Akkaa ilmoo qabduu amumaa itii himii yo kanii si jalatuu ta'ee akasumaa ilmoo tetisii jalataa
A's a miiiiiiiiiiAm
Itti imii yoo jalalaa kee qabatee sanumaa fanaa sii jalataa
Jalaata furri wajjiin jedha oromoon kanafu itti himi
Jaabadha!
Uuuuufff
isa jalate saniti dhuga jiratu hima yoo si jalate si haa jalatu dhuga jiratu ita himia
Isaa duraa iyyuu in balleesatee hadhoo koo silaa amma kanaa midhaatuu turee osoo gafaa duraa himaatee jiratee
yoo sii jalaatee hin amanaa ittii himii
Yaa obboltii koo durasii kani mana kee digee sobaa dhaa jalla kessatii sobuni garii mitii kani duraa utu dhugaa jiru iti himitetaa tayee hamayuu si barabadaa hamasi kani jallatee sobbaa jiritaa kuni imoo jirenyaa kerati midhas gudaa fidaa dhugaa jiru iti himi hin sobinii sobinii garii mitii jalala kessatii
Itti himu qabda haadhoo
Dirqama iti.himamu qaba malif soban bultin hinijaramuu
Dhugaa jiru hin dhoksin
Uuuuuuufffii 😢😢😭😭😭😭😭
Itti himii hadhoo koo isaa ammati moo
😢😢😢😢😢🙏
duran akkaa herumtee mucaa qabduu iti himmuu qabdaaturee
itii imii Micayoo Ke Sifi Kenadha Kani Dhugadhani Yoo Si jalla
😥😥😥😥😥
Itimi akka mucaa qabadu yo akasii tauu batee jirenyi ke buruu ni digamma sanyi to
Uffii uffii siuma amansisi itti himufi yalii madaa koo nati fakkate
Hin dhoosin itii himii
Dhugaa jiruu iti himi yoo dhugani si jalate yerof iti ulafachu danda.a waqayoo yoo sif jedhe ergu hin aquu
Uuuuuuffffff😭😭😭😭😭
Jireenya dhugaa jiraachuuf yoo si jaalatee ittimu qabda garuu obsa qabachuun si barabachisa waaqayyo hundaa ittin si gaha hadhoo koo biyyii lafa qormaata hin dhabuu
Koodee itti himuu qabada boruuf shaaga siif hin ta,uu
As.wr.wb. andhufuu.hdhkoo
Gltomii❤💗💓💓❤💗💗💓❤❤❤
Ishii
Glkoo.ynkxurudhaa.hudumfuu.gltomuu 💗💗💓💓❤💔💔💔💔💗💗