Obsee bareduu ko heduu kolfeee walhyi yo ati si na garagara yo ati jetuu Ibsu ka akka jarsa kiyati yeroo tokko tokko sirrati fudhaa jedha qalididhaf❤❤❤❤❤❤jabadhaa
Ya obse ko hin bekamu kiyyaf ke kun katis akanuma masanu farsa hin bekamu sinbiri baar jette baar hin hanqattu jedhani anin bekuu ya ibsu yoti obse irati futte like sin godhu bekii obseko💋💋💋💋💋❤️
Lakkii ani huural eyni jannataa sanitu hin hinaafa... Garuu rabbiin hinaafa jannata kessati nu kessa baleessa alhamdu lilah.. ونزعنا مافي صدورهم من غل..... ..
Mashallhu rabbiin ilmoo isiin haa kennuu masanuu isiin irraa haa qabbuu
Obsee bareduu ko heduu kolfeee walhyi yo ati si na garagara yo ati jetuu Ibsu ka akka jarsa kiyati yeroo tokko tokko sirrati fudhaa jedha qalididhaf❤❤❤❤❤❤jabadhaa
Mashala rabbin ilmoo isni haa kanu masanu isnira haa qabu hayaaa
Dhuga rabbi obase Akkuman sii arken nama gara qabu natii fakkate Masha Allah 🥰🥰💞❤️💚
Sanyii ko mati naaf ta'i mee
Obseeni nati batee Anisii hin fedhu masanu mast go😆🤣🤣🤣🤣
As wr wb mashalla mashalla obse nufii jirdhuu dhugaa rabbii anii hinii fedhuu masanuu aragaa masanuu
isa dhugaa mititi abjuudhaanu hin fuudhin obsee bareedduu kana irrati❤❤❤❤❤❤
Mati naf tai lubbu
@@farshawayejesus8112 tole
@@laliiwaaqayyogaariidha2927 mati nafi ta'i Sanyi ko
ON
Masha alllah tabarkallaah congratulations beautiful so beautiful family keep going
Matii naf tahi sanyiii
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🕌🕌🕌🕌😘😘😘😘😘😘💋💋💋💋💋💋💋💋
Obse iti hin dhiisin dhugaa waaqa maaf sirati fudha waaqayyoo sin jallatu Ibsu obse yoommuu akka iti hin dhifne💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
😂😂😂😂😘love you obsee namimasanu fed hinjiru
Insha allah ❤❤❤rabbi siif haa kannu obsee fi lbsu isin ha gamachisu garu tan akka obse hin arkattu irrati hin fuudhini
Obsee wly bly dhugaa keetii namni fedhuu hin jiruu obsiyee ❤❤❤❤❤❤
Ibsu And obse hedu takni isin jaladha masha Allha ijara nuf hafah
Masha Allah masha Allah bayye namati toltuu rabbi wolin isin ha tursisuu
😂😂😂 𝐚𝐲 𝐦𝐚𝐬𝐚𝐧𝐨𝐨 𝐚𝐤𝐚𝐧𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐣𝐢𝐛𝐚𝐦𝐭𝐢𝐢
Mashaa Allaah mashaa Allaah mashaa Allaah ba'yee namaati tolaa itti fufaa ♥️♥️💋
Kkkkkkk bay'ee namati tola nuuf jiradha 💚💛❤argaa masanuu🙈🙈🙈🙈🙈
Masha Allah tabarkallah baga dide obse baredu tiya Ani hin fudhuu masanuu
Anii akumaa obsseeee in fedhuuuu🙅♀️🙅♀️🙅♀️🙅♀️🙅♀️🙅♀️
Waa hundaa ko yoo nagutee laman kenya wolqixaa ilaludha wan sheriyan jedhee gutu dandenyan hafudhuu
Anan naa dabaladhuu anii siin midhuu akkaa obboolletitiin sii ilalaa ergaa masanuu barbade😂😂😂😂😂😂
Ya obse ko hin bekamu kiyyaf ke kun katis akanuma masanu farsa hin bekamu sinbiri baar jette baar hin hanqattu jedhani anin bekuu ya ibsu yoti obse irati futte like sin godhu bekii obseko💋💋💋💋💋❤️
Hhhhhhhh
maatii naaf ta'aa🤗🤗🤗
Obse yee Mashaa allhaa 😊😊😊❤❤❤❤
Dhugaa ketii Obsee nasabee qojoo bareduu si yadee onee🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Obsen yeroo prank ibsu gotuu ijaa jalalatin ibsu ilaltii garu ibsun obse sirit jalataa rabbiin wali isin haa dhisuu masha allah
Atuu prank tatè ibbsssu sii riffachistee bar
@marta marta sanyii ko mati wolif haa tanu
Obsee waa taak siif dhamaa obsaa yeroo heduu dhaufu iitt hin gaamin oke aabba mana kee kaabjii oke aanii iissn laamn baayee iissn jaaldhaa dhugaa raabii haamtuu isnira haa qabuu💋💋💋💓💓💓💓
Mashaallah mashaallh mashaallah mashaallh obsee tiyya heedun natti tolte wlh rabbin dabalee dabalee imana siif haa kennu mashaallah 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Matii naf tahi sanyiii
Obse ibsuu masha Allah bayyee naf tatani masha Allah rabbiin walif isin ha dhisuu jabadhaa💋💋💋💋💋💋❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👌
Wel came ibsuu & obsee 🤝💗 obsee w/h dhugaa keeti prank jedhee ibsuun si qoraa jiraa fulaa itti hin keeninii 🙄🤨 dhugaa rabbii maqumaa masaanuu yeroo dubaatan 🐱🐱
Sanyii mati naaf ta'i mee
Lubuu kotu mati naf ta.ime
😄😄😄😄
Kkkkkk si NA.gargarti jete obsen😁😁😁😁😂😂😂😂😂😂😁😁😁
Wow akkasi kunoo baayyeen itti bashananee wlay jabaadha ❤❤
Kkkkkkk yaa obsee arte bee inuma hojetefii ibsuu kkkkkk👍👍👍👍👍👍👍❤
Isinira,gamane,jira,galata,
Dhebuu ilmaa isiin ha basuu rabiin❤❤❤❤❤
Yero hunda isiin hordofa comment jalaqaba kotii 💕💕 uuuuuu arga masanu obse too abshir
Rako hiin. Qabuu. Anii. Niin. Fusiisa. J. Koo. Mashaa allh. Jabadhaa❤❤❤❤❤❤
Obsee dhugaa kee tii sii naa garigaritii kkkkkkkkkkk. Befixumii argaa Masanuuu. Jabadhaa bayee natii toltuu obse and ibsuu 👍🙏
@marta marta ok
Obse dhugaa heduu naa kofachitee sii naa gargartii jetee 🤣🤣🤣🤣
Ani wallahi masanuman jibbaa adunya tanara uuuuuuufffff yaa Raabbii masanu natii hin fidin mee du,ai naf godha akka masanun nati hin dhufne☺
Anii Hin Fedhuu Masaanuu Yomuu Raabbiin Kichaanii Ilmoo Naaf Haa Kenuu Malee 💔💖💖💖💔💔💖💗💗💔💖💗
Mashaa alhaa maslhaa alhaa namatii tolaa rabbiin waliin isiin haa tursisii❤❤❤❤❤❤❤
wow wl wr wb akam nagumaa fayyumaa jirtaa jirtuu baga nagan nuuf dhuftanii arihebuu
Masha allah hintala ajaibatiii wallahi sirriti qabadhu ibsa
Ani hin eyamu ana male obse ko qali nama baka dide maashaa aallaah rabin umuri kesan isin hadheresu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💞💞💞💞💞💞💕💕💕💕💗💗💗💗💗💗👌👌👌
Edduun siijalaadha sin kabajaa jaabaadhaa baayee namattii tolaa pirankii keesaa wantii hundiinuu💝💝💝💝💝💝❤❤❤❤❤❤
Wollahii anii hin fedhaa Allhamdulilahii Huundiii keennayuuu Risqiii Raabbii Nyataa Anuu jarsii kiyaaa naratii fudheee😍😍❤️❤️
Biiyumaaa Arabaa Kanna jiraa Biyaa Amerikaa Jiraa Allhmaduliillaahi jiruu bareduu jerachaa jiraa Gallataa Raabbii ijollee 3 3 qabaan gamachuun jiraaa😍😍❤️
Alhamduulilh amale rabii woll esinn haa barsisuu
Maasha Allah rabbi umrii isin Haa dheereysu
Obse ibsu wallahi nama miskiina rabbii umrii dheertu isnifi haa keenu
Dhuugaa anii masano hii . Jibuu garu kan imanaa qabduu kan wanl dhabiin jiduu keenaa hiin jiree jasrsii le kan wal qiixaa kunusuu jarsa imaana qabaa yoo tahee rako qabuu abaa mana kiiyaa nii jaladhaa wagaa 6 walii. Jiraa hiriyaa bayee jaladhuu fudhii jeedhee nadiiidee anii yoon nama jaladhuu namaa jaladhuusan wali manaa tokoo yoon jiradhee damadaa garuu hiriyaa akan kiiyaa argachuu hin dadenyee garaa nama zabana amaa hin beknee😭😭hiriyaa gadaaf gamachuu waliif qodan rabiin nuu haa kenuuu
Uuuuuuuuffffff maalo obseen kun maaluuma ibsu wayyuu isin giddu hin galiin ogumma adda isiinif ha dabaluu
Rabbi walif issn haa dhisuu ibsuu fi obsee
You look like somali family really masha allah beautiful family ❤from somali i❤u
@marta marta speak english sister please I can,t understand you language because I am somali
😀😃😂😜
Kkkk ibsa namnii imaanaa qabdaan jette nama imaanaa qabutuu masanuu fedha nuuhii miti dubartootaa sahabaa rasulaa rabbii sallallahuu Aleeyhii wasalam hin fedhaan nuuhii garu immannii tenna hirdhudha nurattii fudhuu miti nuu biraa ta'aanii hasahuunuu nuti tolu
Kkikikikikiki obsee ibsuu sii gargartii wayyoo wayyoo gara koo obse Bareduu koo bayee namatii toltaa
Ibsu yo ishiin siif eeyyyamte keessaan nadubbisi😂😂
Siif haa tahuu kan yaaddan mara isiinif haa kennuu prank isinin jechuunsa hin hafuu yeriichaa
As wr wb akkam naggaa keessani ibsu obse jabadhaa bayye nutti toole
Mashaa Allaah jalala akka keessani kana rabbin namaf ha kanu wly
Wayoo ibsuu and obsee bay,een siin jaladhaa gaaruu yeeroo hundaa comment hin bareesuu dhifaama naan iranfadhaa
Hala sheriya kessatii 4ffan hin ta.aa anii nan barbadaa 😂😂
Sanyii mati naaf ta'i mee
Waleykum asalam woraamatulahii wobaraakaatuu wel come ibsu ❤️😍
Matii naf tahi sanyiii
Wly ninfadha masanu gin ta2,3,4, tahu hin fadhu tadura tahun hawwa sanabooda 2,3,4,fa ninfusisa insha allah rabbin achin naha gahu itti dhufnu Garraa gin isinillen hedutakka gallatoma wly oboleyyan kiyya qaqali masha allah walif isin hadhisu umri dheradha horabula ilman dini duniya qabu rabbi isinif hakenuu hayye as.wr.wb dhamsikiyya asirratti rawwata❤❤❤
Mashallha welcome byee baredadha ❤💚❤👌
Wallaahi rabbiin ilmoo isiniif haa kennu
Obsee dhugaa ketii masanuni dhukubaa asanuu jedhanii 😃😃😃😘🥰🥰🥰🥰
Mati nafi ta'i Sanyi ko
Dhugaa ketii obsiyee namni masanuu jalatuu hin jiruu
Mansha Allah beautiful family from somalia😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
💟💝💖💔❣
Akasuman jalali Kesan itafufu
❤❤❤😍😍😍😍😍😍😍😍😍
❤❤❤❤❤❤
Masha alla walif isin hadhisu❤❤❤❤❤hashish
Ishoo baga didee obse xuruugotee dhugaa garii miti
Misikinaa obseee bayyee naa marartee walahiii
Uuuuu yoo Canada deemte siif eyyama jette waggaa 2 dura😂😂😂
Anii hin fedhuu dhugaa dubachuf obsee naan degaraa argaa masaanuu
ati cimtuudhaa masaanuu hin fedhuu ani garuu obsee hin eyyaamin masanuu
Anii hin fedhuu massanuu😅😅😂😂
Kkkkkk walh bayee. Namatii tolatanii♥️♥️🌿🌿🌿
dhugaa keeti obsaa yoo jaarsaa sii gagarete male woti biro hin jiruu kkkkkkk
Welcome bagaa nagayan dhuftaani jabadhaa 💞💞💞💋💋💋💋💋💜💜💜💜garuu aniii argaaa masanuu fedhuuu🙈🙈🙅😂😀😀😀
Mmm💋💋💋💋💋💋💋💋💞💓💞💓
Wowowoow hedu taka Nanatii tola jabadha
Masanuni matta haa qabbatuu wolaahi obsiyee dhuga qadaa wolaahi
Dhugaa jeteee bakaa waa jirutiii ayateee shariyaaa Dhugaa 😭😭😭😭😭😭
Aragaa masanuu wolhayii j kiyaa anfii qalidhaa💔😘
Anii ha dhufu ibsu obse pirankina kesana heddu nu bosera sin jallana heddu sin horadafa bby
Warrotana oromoo tatan hunddu like xuqaffa
Nama akka obsee hin argattu maaloo obsumatee jabeeffadhu
Anilee hin fedhuu obbsee jabadhu
Isiin yadee Ibsu & obse koo😢😢😢😢😢❤️❤️❤️❤️
Wallahi anii duu,a filadha masanura😠😭😅😅😅😅
Dahbaalee bitiif kkkkkk obsaa aanilee maasanuu walhii hin feedhuu
Uuuuuuuffffff osoo anaa Tahe qataan baxii koree anii hin fedhuu👌👌👌
Kkkkk qalalii hin hinfatuu obseen anilee garuu ofii durafii masanuu hin fedhuu❤❤🥰🥰😁😁😁
well came ibsu And obse😗😗
wl wr wb ani masanu nii feedhaa sadii naa duraa fuudhani anii amoo arafa tahaa narani masanun akka hin dhufanefi
Haha tee tana dubbiin😂
Kkkkkkkkk obse baga aaru qabda eeee dhugaa keeti
Wlhii jolee tenyaa tan rabiin jalala isanii tanaa taa fixaa rabin haa godhuf wara wajin arii filatuu isin haa godhuu
Mashalaa obse heduu sii jaldhaa dhugaa jetee 💘💘💘💘✅
Imanii masanu hin jiru ibsa anilee hin fedhu arga masanu obse 😍😍😍😍❤❤❤💕💕💞💞💞
Lakkii ani huural eyni jannataa sanitu hin hinaafa...
Garuu rabbiin hinaafa jannata kessati nu kessa baleessa alhamdu lilah..
ونزعنا مافي صدورهم من غل..... ..
Tokkoo Abbaa mana ❤Tokkoo Hadhaan mana ❤❤❤
Walalahii anu hin fedhuu
Gaaruu bayee ilalaa yoree hudaa kometii isini hin baresiini hadhaa qofaa wani masanuu hin jalanefii kkkkkkkkkkk😂
Dhugaa ani hin dhooriguu jaarisaa kiyaa
🤣🤣🤣sii naa gargartii abboo obsee
Mashaa allaah obsee dasi namaa jetaa ❤️😍
Matii naf tahi sanyiii
Bagaa nagayani dhuftani dafaa kaa hin turina💗💗💗💗💗💗💗💗💗👌