Dubbiin dhugaa siif galee jira. Faarssaan kee hunduu Yasuusiin kan bu'uura godhateedha. Faarssaan kun kophaa isaa Wangeela. I'm so blessed may the God of our Lord Jesus use you for his glory, may you shine as you sing for his glory........simple advice, remain humble!
god bless you and your all...........................................................................raelly i love you.............. kiristoos kennaa koo ilma abbaan naaf kenne iyyesuus iyyesus....
DAVE Eebbifami farsaankee kan inni xiyyaaffatu waa'ee fayyuu keenya isa ijoodha.waa,ee fayyisaa keenyaa Yesus Kristoosidha.#An Fayyeera, # Fayyisaa koo
dave dubbii lafee namaa nyaatu waaqayyo burqaa addaa si godhatee si keessaa buqisiifachaa jira dhugaaa eebbifami!
Ati garuu qooda koo dhiphatte
Dirra kee naaf eebootti laatte
Naaf dhaabatte
Ameen Ameen Eebbifami!
Dubbiin dhugaa siif galee jira. Faarssaan kee hunduu Yasuusiin kan bu'uura godhateedha. Faarssaan kun kophaa isaa Wangeela. I'm so blessed may the God of our Lord Jesus use you for his glory, may you shine as you sing for his glory........simple advice, remain humble!
Wowowowowowooooow waaqayoo saaa ebisuu Ebifaamii
Ćaća
በጣም ሚገርም መዝሙር ወገኖች ሰምቼ የማይሰለች መዝሙር አቤት ዓመቱ ምርጥ መዝሙር ይባላል ቋንቋ ማይችልም ያዳመጠ ቤት መዝሙር ተባረ dawit beita❤💕💕🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤)
GOD bless you
mashalah dawit !! alahu akber (God is Great)
Far. Daawit Girmaa waaqayyoo dibata isaa ammaallee siif haa dabalu.
Farfaannaan kee baay'ee keessa koo boji'e.
Ayyaanni isaa sirraa jira jabaadhu.
Ilmaa dhalootaaf dhalate.
Akkaattan siif ibsu hin beeku
Waaqayyoo si jira.
uuuuuufffffeeee Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ebbifamii goftaan ko barakee udaa sii ebbisuu
Uuuuuuuuuuufffffffiiiiii ABBA gariikoo maqaa kee haa kabajamu waqayyoo barafii jirenyaa kee haa ebbisu
Uuuuuufffeee Yesuse Koo atii garuu qooda Koo ofikee fudhatee dira Kee nafi jete eebbotti latee ! 🥰🥰🥰🥰🥰
Qaraniyoo❤😂😮❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Woooooow ufeeeeeeeeeeeee
Aleluyaa ebifaama namati toltuu dhugaa ufffffffffffffffff
Baguum tane kaan iyesuus
Waan sirraatti argu keessaa yeroo hundumaa afuuraan farfaatta.
Jabaadhu ammaayyuu ganaa kan caaluutti si baasa gooftaan ati sagaduuf.
Uuuuuuuuuuuffff waqayyo koo kanuma calatti dibata adda siif haa bayyisu dawwi.
Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen
Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen narraa calaaftee cuubu koo yesuus koo .jireenyaan argaadhe abbakoo kaara kee iyeesuuuuuus iyeesuus.! Ililliiiiililililiiii ebbifaami itti fufaa
god bless you and your all...........................................................................raelly i love you.............. kiristoos kennaa koo ilma abbaan naaf kenne iyyesuus iyyesus....
Ebifaami dachaa mucaa kakuu💯💯👏👏👏waqayyoo sii haa ebisuu❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Wwoowwww farffanaa kanaa yeroo diigdama oli dhageffadhee dhugaa eeebifamii baraakee muluuuuuu farffata dawit dacha dachaaa
ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen Yesuus Fayyisaa kenyaa!
Ebbifam deve!
Uuuuuuuuuuffffff akkam namati tolaa farfanaa kan dhaga,ee fadhee qufuu dhadhabee goftani baraa kee jirenyaa keessani haa ebbisuuuuuuu sabaa goftas
Ulfaadhu share gochuun hiriyyoota ke biraan gahi
Kiristoos keennaako Lima abban naf keenne ameen ameen ameen ebbifamii waaqayyoo barakee ha ebbisuu
Eebbifami farfannaa baayyee namatti tolu dha. Biyya koos vidiyoo dhaan yoon argu hedduun gammade.
wow farffanna ajaayibaati feetuu qulqullina video sagaleefi walalootiin
eebbifami
DAVE Eebbifami farsaankee
kan inni xiyyaaffatu waa'ee fayyuu keenya isa ijoodha.waa,ee fayyisaa keenyaa Yesus Kristoosidha.#An Fayyeera, # Fayyisaa koo
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen 🙏🙏🤲 haleeluyyaa Waaqayyoo gooftaan si haa ebbisuu ebbifamii dachaa dachaa
Wow, ebbifami barri kee haa eebbifamu, faaruu baaye namatti tolu
Fayisaa Koo fayisaa Koo yesus ameeeen
ebifami goftan ayana isa sifi yaa dabalu amalee baye nati tole jiraa
Ameen ameen waaqayyo dacha in ha.eebbisu
Ameeeeeeen ebbiifamii
naraa calafteeraa cubbuu koo
iyyeesuus iyyeesuu sii kaan gattii koo naraa basee fayyiisaa fayyiisaa koo fayyiisaa koo siif galanii koo
Eebbifamii waaqayyoo ayyaana isa sirratti haa Robsuu Be bless you
Eebbifamii ammaas farfannaa haraa gooftaan siif haa dabaluu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏📖📖📖👈☝☝☝
MY Favorite part;Narraa calaasteetta cubbuu koo sirraan dhaladhe;Dhiiga kee dhugee foon kee nyaadhe jireenya argadhe.HAALEELUJJAH
God bless you Dawit! Great song.
Ameeeeeeeeen ameeeeeeeeeen uuuuuuuffffeeeee waaqayyoo dibata sirratti haa dabalu amallee ebbifami darbii deemi mucaa kakuu ameeeeeeeeeen
Farsaan kun boqonnaa sammu namaf Kenna waaqayyoo gooftan akkuma kan sitti haa boqottu ebbifamii Dawit jireenya Kee hunduma darbii farfadhu
Faarfannaan kee baay'ee na eebbise, dachaan eebbifami.
Amen ebifamii farfana kee kana gafaa dhageefadhuu imimaan fanaa
Fayisa koooo ameeeeeeni ebifami dawiti dach dach tini hadookooo
waaqayyo ammas dabale daddabalee eebba isaa sirratti yaadhangalaasu-God bless you man of god
Dave farfaan nama ebbisau bayye qabdaa ebifamii❤❤❤❤❤
Fayyisaa Koo iyesuus Ammeeeeenn Amazing song thank you
Thanks my brother may God add you more gifts
Eebbifama hayyanissa dacha issif yaadabaamu🙏
Goftaaf galanii haa bay'atuu, bay'ee ebifamii amalee dachaa
Dhageefadhe hin quufu farfanna ke dhugaa darbii deemi akkanumati ayyana isaa siif haa baayisuu
Waaqayyo saa eebbisu, kennaa sirrii qabdaa ati dhugaa. ammaayyuu ayyaansaa siif haa dabalu
Eebbifamii ! Gooftaan Eebbaa isaa dachaa dachaa sif yaa baay"isuu !!!!!!!!!!! Iyasus Iyasus fayisaa koo Fayisaa sif galanii Koo !!!!!
Ameeeeeeeen waayyoo barafii jirenya kee haa ebbisu
Naa waamate ofiti naa hahamate naati atee
Ufee Waqqaayyoo baraf jienya kesan ha ebisuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤
Ameeeen eye inn fayyisa keenyadha juju huff free we eee😍😍
Uuuuuuuufffffffffff farfaanna kan hinuman dhagefadhaa garuu qufuu dadhabee gooftaan galataa haa argatuu dawwit darbii farsiii maqa yesusn haallii sin dagesiin😭
Uuuuuffffee Ebifaami dachaa Dachaa darbii adeemi Maqaa Iyeesusin
Fayyisakoo siif galannikoo thank so much gooftaan sii haa eebbisu Dave!!
Amen ebbifami dachaa dachaa ebbifami ebbifami jechaa qabu yesuus firaa dhugaa
ebifami hadhoko bara ke gutu amasi wamichisa sifi ha bayatu🎧🎤🎤🎶
Waaqayyo ammallee kana caalaatti ayyaana isaa siif haa baayyisu. Eeyyee, Ayyaanichaan ayyaanicha faarsuu kee itti fufi.
Baayyee jaalladheera; ittillee eebbifameen jira. Waaqayyo bara kee haa eebbisu!
Df 🥰😍😍🥰🥰😍🥰😍🥰🥰🥰😍😍😍😍😍🥰🥰😍🥰
Ammeeeeeeeeeeeen Ammeeeeeeeeeeeen Ammeeeeeeeeeeeen Ammeeeeeeeeeeeen ebbiifamaa dachaa dachan 🤲👏👏👏🎺🎸🎻🎸🎺🎸🎸🎸🎸🎺🎺🎺✝️🛐
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen ebifami dachaa dachanii
Kana caalaa Ayyanni waqayyo siif haa baayyatu.
Mucaa qaalloo Nana daadhi maali siiti dhagalaase sii ebbisuu
Faarfannaa kana yoomuu faarfadhees, dhaggeeffadhees hin quufu. Daawwe DIBATA WAAQAA QABDA!. AMMAYYUU AYYAANNI KUN SIIF HAA BAAY;ATU!
Kirsstos kena koo Ameeen ameen ameen ebbifami
nuuf ebbafami jaalatama mucaa gooftaa .ammas ammas dabalee dabalee ergaan dhalootaa siif haa laatamu(dubbi fayyinaa dhalootaaf dubbisi ammayyu)
gooftaan koo si haa eebisuu dhaggeeffadhe quufun dadhabe
Ameen eebbifaami ayyaani siif haa dabaalamu
Ebifaamii waaqayoo baaraa kee yaa ebisuu
eebbifamii dhugaa akkaa dammaattii natti mi'oofte weedduunke nuu jiraadhu eebbifami eeeeeeebbbbbifammmmiiii
Wooww iyyesus iyesus ebbifamaaaaa fayyisakoo fayisaakoooooooi
ijoolee waqqayooo keenyaa dabaale*4 ayyaanni isa sif haa baay'eetu
Ebifamii waaqayoo hamalee dachan dachani sibisuu fafankee unduu bayee mulataa qabaa ebifamii dch dch
atuu hin fetuufi male esila ano lubbu sif gurguraa--Fayyisaa koo sif galaanikoo!!!!!!
Ameeeeen Eebbifamii Ammalee Ayyaani Saa Sif Haa Baay'atuu
Sagaslnkee iyyesusi sifi ebbisee abdii boruu ebbifamii dachan siyaa iyyesusi koo
Uuuufffffee Ameeeeeeeeeeeeeeen ebbifamaaaaaaaa sabaa goftaaaaaa
Uuuff faarsaa baayyeee garaa nama raasuudha eebbifami
Uuuuuuuuuufffff❤❤❤❤❤ ammmeeeeen wowow ebbifammmmnnnna🎉🎉
Ebbifamii waaqayyoo sii yaa ebbusuu
wow amazing songs god bless you!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Ameeeen ameeeeen ebifammi dhugadha wamamun namotta isani
Ameen ameen ebifami nama wqyoo ufeeeeeee🤲🤲🙌🙌🙏🙏❤❤
wwwwawwoo Bayyee namatii tolaa jaabadhuu
Kkkkkkkk
Ameeen Ameeen Ameeen hebifamaa ijolee kakkuu
ameeen ameeen iyyeesus iyyeesus iyyeesus iyyeesus fayyisa koo fayyisaa koo sif galannikoo sif galannikoooooooo ilillllillliiliiillllleeelleeeeeelllllleeeè
Waaqayyo dachaa dachaan su haa eebbisu ebbifamneera
Ebbifaamii ebbifaamii ebbifaamii ebbifaamii ebbifaamii ebbifaamii Gooftaan baraaf jirenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii dachaa dhaan
Dhugaa gudaa ebbifamii darbiii demii Dev uuuuufffff❤❤❤❤❤❤❤
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebbifamaa 📖📖📖🙏🙏🎻🥁🎺🎷🎷
Amen Ebbifamii 🙏 🙏 🙏
Uuuuuuuuiffffffffffffff ulfadhu abba koo ebbifamii dachani dhagefadhe hin qufuu farfanna kan uuuuuuffffffff osoon gafaa tokko qofaa akkati dhabadhe farifadhe du'ee humma nati hin dhagamuu fayyyisa koo siifi galnii koo iyyesusi lelelelelelelele leelelelelele
Eleeeeeeleeeeeeeeeeeee uuuuuuuufffff fayisaaa koooo ameeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeeeeen ebiiiiifamiiiiii ebiifamaa
Wow ameen ameen ebbifama ebbifama ❤❤🎤🎤🎤📖📖📚📚
Ameen amene ameen dachaa dach Eebbifame
Dawwee jabaduu dalootafiragatata
Fayyisakooo sif galannikoo elllllllllllllle hallelujah
Ebbifaami ebbifaami ayyannii siif haa dabalamu muca kakuu
Ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen🎸🎶🎶🎸🎶🎶💓🎸🎸🎸🎸🎸👏👏❤️
Gooftaan sii haebbisuu itti ebbifamera masii Yadanoo berut irra
Waaqayyoo si eebbisu dabalee siif haa kennu.
Karaa kessani sin dubbisu barabe lakobsa Abba tube kan peji jalaa nuuf ka'aa
May God Blessed Dawwit
Ameeeeeen Ameeeeeen Fayisaa Koo Ebbafi Ta'ii
Bayee namatii tolaa jabadhuu
Ebbifami dachaa dachaa nama kaakuu
Eebbifamii Dawii Mucaakakuu