Haadha sabbontu osoo hin hubatin dubbi hin laqin abbo ati nama guddaa sirra hin malu kun abdin kan jedhe hawwadha nuti hunduu quba qabna adabadhu taahi dubbin kun sinlaalatu
#Haadha #Sabboonttuu ati maal irraa goota #Abdiirraa maaliif irraa gadi in dhaabanne durallee #Gaaddisee woliin falfaluuf jala deemaa turtee gadi dhaabadhu ati waa'ee sa'idoo keessallee gadi dhaabadhuu akka dubartii jaarsa qabduu rakkatti adabaan jiraadhu
Abdii abdii jechaa hin oliin inii yero calisee ofii ketii xuyxaa uuuuuussssssss jedhii ijolee ke gudisii yeroo waa. Sitii dhufee qaqaa oltaa
Haadha sabbontu abdi irraa qabamteyi ati nama guddadha inni dhimma kee qabu hawwan jedhe callisi rabbi kamtu akkati dafee reebi nama qaba haqa caaltuti kan jettan baalageedha isin lachuu likiskis inni daa'imas deebisisuf caaltu meesha ishii debisisuf dubbataa ture hajinis ishii jedhe yoo inni dide hidhatti deebisuu ni danda'a inni waasidha waan ta'eef hubadhaa mee nadhon dhiira dhabde harmallan shaara
Atii hojii ijoolee keessa hin galini ati nama gudaadhati tahii yaa umma kenyaa
Dhugaa ketii
Abdi abdi abdi abdi zimii jedhii at namaa gudadhaa
Subna Allah jaaritii tuni fayyaa hin qabdu
😏
Maratee jartiin dhugaa
Rabbii addan bassii hinshaallah sumaa keessaa jiraakee abdiin abba dhugattii
Ishaa alha rabbii addan hin basani summaya fi saido rabbii woliti haa debbisu ishaa alha 😢😢😢😢😢waan akkana hin jedhini summaya dubbarati cimatudha obsa qabeti fakkenya dubbaratoota hundaati umu jamila Amshiri arii sii hin faggesin
Namitin tuni rakoni abdir qabu malin garuu??
Atii yomii ilamaa namaa dhifitee jiruu kee jirataa yaa rabbii malumaa ariginaa
Habibitii atii tunii fayyaa qabda garuu bultii ilmoo tetii ol layxee gadii layxee amaa ta'aa namatuu sii hafee.
Malgodhuu wani sii galchinee keysaa galtaa
Abdi abdi gafatee sii didee mo Mali wontii wani hundaa keysatii abdii abdi jetuuf ishee amma siraa jibisisee birumaa dabarsitee 🤨🤨🤨🤨🤨🤫🤫🤫😏😏😏😏😒😏😏😏🤔🤔🤔🤔🤔🤔😱😱😱😱
Abdii iraa gaadii bu.iii qaalitii nanaa Namnii inii jedhee haawaadhaa ka mal rako qabdaa hohoqatee mo Abdii iraa bu.ii waan Abdiin caaltuuf tayee tayufii hin dandesuu atii nama gudaamii maf yero hundaa dhaaraa namaratii xaxaa siii 😢😢😢
😮😮🤭🤭🤫
Ya hadha sabontu jirenya nama kessa bahii jiru te jiradhu maratu rabbi si ha qajelchu
😢😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤
Maatii naa tahaa❤kadhattanii rabbirraa hin dhabinaa❤
Somnii dhufee toyibadhaa umataa muslimaa ❤❤❤
Haadha sabboontoo maal nagaan qabdu waa gaarii miti akkana jechuun ijaartu isa idoo miskiina hajii malee jaarsaa fi mucaa fudhatteessa idoon badii malkabaa rabbisaa fi godhe
😅😅😅😅
Nadhoni nii marate baraa kanaa hati sabotu duraa wani fayaa qabadu seaa amaa fayaa qabadu mee malumatu sii gachee wayee sayidoo fii abdii kesaa enutuu maqaa sii dhayee maratuma ketifi iyitaa amaa akka fayaa qabane siraa mudhata oso sii wamini naa wamaa jedhaa jirata hadhaa sabotu atti dhabadhu namani maqaa kee wamee hini jeruu yoo dhugamaa marate malee attii jarati gudoo
Wallahii osoo calistee bareeda.haadha.sanbontuu
Aatii jiiduu ijolee Arsiitii baayiiii nadho halargee ziirii biiyaa yaamaniii huudaa fiixaaniii 🤐🤐🤐
Hasbun keeyri rabbii raamata siha godhu atti mee ifirraa us ilma nama irra gori
Qoyyi ati maal sii gaalche waan hundaa keessa maa butta akka tisisa abdii hawwa sanifi ta'u danda'a
Abdii hawaa jedhaa ati malifi Abdi dhaadataa silaa suban Allah ufi shakkiitee moo auzibilahaa 😂😂😂😂
Dhugadha inni Hawa sani Bana. Jartin Mal tatee iyyiti yaa alah
🤔🤔🤔🤔😎😎😎😎🙂
Atti Mafi Abditti Roriftta !!!! Wan Ini Sii Jalla Cadhisufi !!? Abdiin Nama Maqa dhayyee Hin Qabuu Sii Maltuu Keessan Isatti Sii Gubee Hidhii Tee Wolirra Busi Ijollee Tee Wojiin Jiradhu Atti Jartti Gudoo Ofi Kabajii Bayyee Shaa Shaa Jette Bar Mizan Kee Irra Jiradhuu
Atii amma teesse jireenya kee hin jiratuu wan nama keessa bahii atii
Atii maaltuu sigalchee waan daleyduu dhabdee dubii jaraa kana dhisii
Haadha sabbontu osoo hin hubatin dubbi hin laqin abbo ati nama guddaa sirra hin malu kun abdin kan jedhe hawwadha nuti hunduu quba qabna adabadhu taahi dubbin kun sinlaalatu
Ati moo abdii abdii hin jedhii Maal sii godhe of shakkite moo
Ufii kabajii yaa hadhaa sabotuu qoyii atii tuni maa akka ijollee godhataa mo abdii fi hajii sanu ni jalatee fakataa
Ee wlahi
Namittiin tunii Abdii irraa lakkafamte moo 😂😂😂😂 Hadhaa sabontuu Abdii irraa gadii bu'ii salphinaa yoo barbade male atu bakka sii nyanyannr hin hoqatiin of kabajii
Waa isan fatuun batee bagaa fudhee atii yoo jaraa adaan bafatee maal aragataa
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰👍👍👍👍👍👍
Yaa Rabbii jartii tuni ofumaa dubbii barbaadii, sii malee hin jiruu, mee,
Abdin sila isin qarqara jira mafi abdi abdi jecha oltu dogogora qabdu dhuga 💌👈🏽
😂😂😂😂😂
🤭🤭🤭🤭🤭🤔🤔🤔🤔🤔
Ani. Kaani jeedhuu Haadhaa saabotuu waa'ee sumaaya baadee Haarkaa keessaa qaabduu moo maaliifi jeechaa Abdii dubaatee iraatii Akkasii dubaatuu kuni Anafii Gaafii dhaa isiini hundumaa Loltaani Enyuu waajini jiraatuu mee Abdiinii waa'ee caaltuu maalii goodhee maaloo Haadhaa saabotuu Obsaa qaabaadhuu🤔🤔🤔🤔
Namitin Hin maratee Abdii iraaa😮😮😮
Worii kometii yaa subanalaa uuuuuuuuu 😮😮😮😮😮rabbii rahamataa isinii haa godhuu
Haadha sanbontu waani dubbatu keessattii Rabbiin kee sodadhu maltu dhima nama keessaa sii galchee
Namii sumii obasee jedhee jiraa dubaa mal jechaa jirtaa atii waa adaa bafadhuu ok saan bodaa dubadhuu atii namaa gudaa dha of kabajii tahii abdiin maqaa kee dhahee amaa
Wonni isheen laaqartu kun hundi isheef hin galle nama guddaa taate
@intalaworrakush5670 ee ishiin namaa nagayaa of gotii namaa badaa gotii ofiif namaa badaa adabaan ilmaan ishee yo gudiftee wayafii turee
Mujirima namitii😮😮
Yaa namiti atii maalitu sii galisha baaka hniduma xilqi jaata atii iliman kee nagaya qaabn jariti diirati mitii asitakifur allhaa
🤫🤫🤫🤫🤫🤫🐃🐃🐃🐃🐃🐃
❤❤❤🎉
Namitimaa kunii dhimaa nama keessa maa sentii mee
Naamni gudaan gafaa wa,ee namaa hasyaa olee kabajaa hin qabu wly umaan bayee si tufateera ta,ii jiruu te ofadhuu.
🙄🙄🙄😜😜😜😝🥱🥱🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Sa'idoon akka nama tatee hojatate deemtu si goodhe hardha gammachuu utaltaa
Atti ofi shakkite martaa
Yero bayee abdii abdii jechaa oltaa budaa abdii mal sii godhee namnii inii maqa dubisuu hin barbanee Hawaadhaa ka mal rakko qabdaa of xaraxartee mo miqanyaa jirenyaa kee jiradhuu jolee tenaa taa Arsii iraa gaadii bu.ii jolee tee gusifadhuu sin gaalchuu wa.een jaaraa
Hecii waan Nama keessa sentani hin waxawaxina jireenya keessan jiraadha
Usi namiti Abdii irraa gadii bu'ee abdii hin jalatee moo yeroo hundaa maqaa isaa lafaa hin keessuu namiti gudinaa ofi hin beeknee
Mali dhukubaa woli gamaduu subunallaah yaarabbii sila harkaa keessa qabda
Jartiin tuni fayya qabdii laata🤔🙇
Yaa haadha sabbontu Abdi dhiisi inni namiitti hawwa san baana hirriyya sumayya san baana janafu tasggabayii
Aboo hintloo akka dubii soqxuu hin arga atii dubii tana tana keesa maa bu.aa😅😮😮😮
Ati uf Shakkiteeree Abdii Abdii jedhaa kan ooltu Abbaa fedhe yoo ta'e maal goota ?
Moo situ harka keeysaa qaba??
Maa ufumaa dubbii soyxa? Situ bakka si hin nyaanne hooqate malee Abdii miti.
Maali tun Abaaramtuun namittii?
Kesaa jiritamo mLifi akana tatat😢😢😢
Maratuu ufii rakoo qabadaa uf shakitee
Atii sin galchuu keysaa bahii
🤣 🤣 🤣 🤣
على سبون 2 والله انت هذا كلام مره قلت امي صممت وهذا كلام ماسه هذا كلام موسعه
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Anii gafii qabaa enuu maqaa isii dhayee waa ufitii beytii akatii lolitii umaan yamani kunii yomii jirenyaa namaa dhisee jirenyaa ufii jirataa
Atti offi shaakkitee moo maali silaa
Inni gana maqaa nama sanii fi suraa banxassa ati hoo maltuu sii duddubbisa waan kanarratti tarii adda bahuu isaaniitti situ harka keessa qaba fakkaata kanaf lafa jala sodaattee😂😂😂
❤❤❤111
😮😮😮😮😮😮😮😮😢😢😢
😮😮😮😮😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Abdi siti miyaya sila namiti anatu dura si jalata afani kee qabadhu tiyi
Waani ijoollee keenya Arsi si gaafachuu usii haadha oduu
Video abdi dhaggeeffanne hubanneerra nuti adabadhu taahi ilmoo qabda hiree ilmoo keetii hin balleessin
atii amaa si jibiine fayaa hini qaduu jasii yo si biraa hini jiree wanumaa fetee hasotaa rabbini si haa qajechuu
🤣🤣🤣🤣😂
Atti midiyaa kanaraa in bareduu dulatti .wantaa dubatuu hundaa adda bafadhuu😊icci
Haati sabontu cadhii maltu sii gahee wani sii said
Y🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅
#Haadha #Sabboonttuu ati maal irraa goota #Abdiirraa maaliif irraa gadi in dhaabanne durallee #Gaaddisee woliin falfaluuf jala deemaa turtee gadi dhaabadhu ati waa'ee sa'idoo keessallee gadi dhaabadhuu akka dubartii jaarsa qabduu rakkatti adabaan jiraadhu
Hadhaa Sabaotuu ati bahii ijollee tenaa si caalaa beti Abdii mal betaa
Umataa jirenyii haraa badee usii abdii abdii jedhaa hin olinii inii waa sii jedhee maa ufii dudubataa abdii yomii wahee sumii dubatee malii iraa fetayuu atii abdii qohii hatuu hatuu jiraa. Namnii holaa alujanaa nyatee ufinii dudubataa jedhanii atii haraa kesaa qabdaa sumayaa hhhhhhh?????
Abdi isinifi jechaa Dinnaa Bitattee Attii Attii wayyee Abdii Mafii Hasayyaa Ollttaa 🤔🤔
Iraa gaadii buuhii abdiin
😂😂😂😂😂😂😂
😅😂😅😂😅😂😅😢😅
Mee maltuu sigaalchee mee amaa atii adabaan gudisii. Ijolee kee waan namaa kesaa bahii
Abo bushaa laladhu atii mal gotaa midiyaraa jaratii gudoo tatee😢😢
Silaa atii abdii irraa mali qabada qoyyii fayyaa qabada garuu ossoo hagan zimmii jette ijjoollee tee gudifate hagaa odduu dhissite
💔💔💔💔😢😢😢
A🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅
Gurban kun sidubanee maalif akanatii jarjarta
usii atii dhimaa namaa kesaa fidee xiliqii in jedhii jarit balagee tishi gataii ati dhimaa namaa kesaa situu kesaa qabaa eddaa in marateyii atii sii malituu galichee kalb situu rakoo qabaa balagee ijii haxen duraa bosii jedhan
Atii wanuma hudda kessaa hin dhabatuu qoyyii
Sidotille hin gamaddina rabbii wanii fedhe hojjatta midha calltutifii mittii inii
Dhuga.ketti.😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
🤔🤔🤔🤔🤔
Afaan odu barate hin adabatu natti hin iyyina waan isi hin geennef oytee eege gubatti jedhe mamaaksi 😅😅😅😅😅😅
Silaa abdii dhimaa Mali iraa qsbadii
Abadii ira gadii bu u hadhaa sabotuu 😮
Hadha sabontu abdiira gadii dhabadhu wahii nama dhisii jerenya kee jiradhu yaiimaa yomii dhiftaa attii😮😮😮😮