ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Thank you so much ❤️yeru, Bayy'ee Galattoomii, Bayy'ees ebbifamii waw dhugaa dubbachuuf yeroo 3 olitti irraa deebiin dhagefadheera, Bayy'ees Natti tolera. Elamee Jaalallii dhugaan yeroo tokko tokko waan tatee jirtufi keessa jirtu himuun,yks hasawuun Namaa rakkiisa,maaliif yoo jetee yaadnii nama gargaraa waan ta'ef, Akka Inni Itti himutti isheen fudhachuu dhiisuu dandeessii yks Akka isheen Itti himtuuttii inni fudhachuu dhiisuu danda'aa,jaalateera Waan ta'eef Immoo yks jaalateettii waan ta'ef ishee yks Isaa yks ishee dhabbuu waan hin barbaneef yeroo caalisuu yks yeroo caaliftuu jira.haa ta'u maalee jaalallii dhugaan bakkarratti,haalarratti,qabeenyaarratti,bifarratti,sodarrattii,fayyaarrattii,kaneen akkaa qamaa hir'uu,qamaa miidhamaa,walumaagalattii hir'iin fayya qamaa irratti hin hundaa'uu jaalallii dhugaan.isaa biras yoo ta'e,ishee bira.namonii tokko maaliif fagenyarra teesse jaalalla jalqabdee jedhuu, Kun anaaf gaafiidha maaliif yoo jetee Mee karratti dargagessii Fi dargagettiin ittin Waal jaalataan beektaa? Jaalallii ijan hin argamu, Harkaan hin qabamuu,bakkii teessoo Isa keessa Namattii,so Kanaf akkumaa Qajeeloonnii jiran,jaaloonnii Nama dogogorsan Akka jiran beekuttii qabna, yeroo Bayy'ee shamaroonnii biyya ambaa gargaraa keessaa jiratan Akka gaafiin jalallee Naa ta'i, Siin fudha, Naa herummii fi k.k.f Isiinif dhiiyatuu beekaamadha waan waal nama gaafachiisuu miti,yeroo kanatti dandii tokkorra Nama 3tu dhabatee Akka Sii gaafatuu beekuttii qabda, Inni tokko, hattuudha, Inni lamafan sobdudha, Inni sadaffan Nama Sii fakkatuudha, kaneen keessaa Kan filatuu sii'i,dimshashumattii jaalallii dhugaan, ofiin sobu, ofiin sosobuu,ofiis hin bokokksuu,ofiis hin jajjuu,ofiis hin mii'eessu, Waan hundumattiis hin ariifatuu, Lafa salphiinas hin ijajjuu, jaalallii dhugaan shiitoodha Nii urga'aa.fakkidha dhaalootaa Ofitti harkkisaa.sanyiidha biqiletuu firii keenaa.(jaladhuu Iccittiin jaalalla Inni qoftii Akka Sii gaafatuuf hin egiin Atis gaafadhu Abba Mana Gaarii argachuuf yoo ofii kee fana dhoftee Nii argata jaalallii qixedha Inni qoftii haa barbaduu Kan jedhuu hin jiru,Kun qaaniis,shemiis safuus hin qabu maaliif yoo jetee Jireenyii ufaata Miti tokko baafte Isa tokkoo Kan jijirtuu,tokko tokkuma.lama hin jiru, jabeessaa ilaaladha.Kan hawitaan Hundumaa gooftan Isiinif haa kenuu.Dhiifamaa wajjiin yaada dheeraa Siif bareesuukoof dhiifamaa dhiifamaa.
Uuuuuff hedduu ulfaata dhugaa namaa eenyuma isaa qaaman hin beekne wajjin hariroo jaalalaa jalqabun hundafu nuf barnootadha guddaa dha eebbifamii. Ishiin immoo duraa jaallatte amma namaa qaama hiruu tahu isaa bartee yoo dhiiste boruuti illee waan ishii irraa illee gahu hin beektu hojii waaqayyoo hin beekamu har'a malee boruu keenya hin beeknu. Mucaa kun immoo waan basaa ishii jaallatuf naan dhaba jedhe itti himuu sodaatte see'aa malee jaalalaa ishii sobuu isaa nati hin fakkaanne yaada kotiKanaaf feedhq waaqayyoo tahu isaa dabaltee waaqayyoon haa kadhatu 💔😭😿
LUBUUUU tiyaa baayee jaaldhaa dhugaa raabii dubatii birhaa fuhee jirhaa kanfii waani mee 😭😭😭😭😭😭
Maatii naaf tahi mee🥰
Uffffffffiiiiiiii bayee Garaa Namaa nyataa dhugaa Namaa maluma isaa otoo hin barinii jalachunii sirii mitii kunii barumisaa Gudaa qabaa obsii hadhoo koo kanii waqayyoo sii kenee hin Abiduu dhugaa 💏
Uuufee bayee cimaa dhugaaa
Dhugaa jalala olyn Kan wanuma gonu walalera biya hundumaa kenyatuu gadalin galee jiraa jechudham🙆😭😭
Tarii qoree ilaaluf taha Laata jedha aniNama tokko enyuumasa utuu beekne Waa'ee ga'ilaa wajjiin haasa'uun midhama guddaa akka qabu irraa baradhe galatomi
Eyee dhugaa bayee barumisaa Gudaa qabaa ❤❤❤
Wan bayee si jallatuf siti himu didee
Essaatii waali baranii dursaa
Thank you so much ❤️yeru, Bayy'ee Galattoomii, Bayy'ees ebbifamii waw dhugaa dubbachuuf yeroo 3 olitti irraa deebiin dhagefadheera, Bayy'ees Natti tolera. Elamee Jaalallii dhugaan yeroo tokko tokko waan tatee jirtufi keessa jirtu himuun,yks hasawuun Namaa rakkiisa,maaliif yoo jetee yaadnii nama gargaraa waan ta'ef, Akka Inni Itti himutti isheen fudhachuu dhiisuu dandeessii yks Akka isheen Itti himtuuttii inni fudhachuu dhiisuu danda'aa,jaalateera Waan ta'eef Immoo yks jaalateettii waan ta'ef ishee yks Isaa yks ishee dhabbuu waan hin barbaneef yeroo caalisuu yks yeroo caaliftuu jira.haa ta'u maalee jaalallii dhugaan bakkarratti,haalarratti,qabeenyaarratti,bifarratti,sodarrattii,fayyaarrattii,kaneen akkaa qamaa hir'uu,qamaa miidhamaa,walumaagalattii hir'iin fayya qamaa irratti hin hundaa'uu jaalallii dhugaan.isaa biras yoo ta'e,ishee bira.namonii tokko maaliif fagenyarra teesse jaalalla jalqabdee jedhuu, Kun anaaf gaafiidha maaliif yoo jetee Mee karratti dargagessii Fi dargagettiin ittin Waal jaalataan beektaa? Jaalallii ijan hin argamu, Harkaan hin qabamuu,bakkii teessoo Isa keessa Namattii,so Kanaf akkumaa Qajeeloonnii jiran,jaaloonnii Nama dogogorsan Akka jiran beekuttii qabna, yeroo Bayy'ee shamaroonnii biyya ambaa gargaraa keessaa jiratan Akka gaafiin jalallee Naa ta'i, Siin fudha, Naa herummii fi k.k.f Isiinif dhiiyatuu beekaamadha waan waal nama gaafachiisuu miti,yeroo kanatti dandii tokkorra Nama 3tu dhabatee Akka Sii gaafatuu beekuttii qabda, Inni tokko, hattuudha, Inni lamafan sobdudha, Inni sadaffan Nama Sii fakkatuudha, kaneen keessaa Kan filatuu sii'i,dimshashumattii jaalallii dhugaan, ofiin sobu, ofiin sosobuu,ofiis hin bokokksuu,ofiis hin jajjuu,ofiis hin mii'eessu, Waan hundumattiis hin ariifatuu, Lafa salphiinas hin ijajjuu, jaalallii dhugaan shiitoodha Nii urga'aa.fakkidha dhaalootaa Ofitti harkkisaa.sanyiidha biqiletuu firii keenaa.(jaladhuu Iccittiin jaalalla Inni qoftii Akka Sii gaafatuuf hin egiin Atis gaafadhu Abba Mana Gaarii argachuuf yoo ofii kee fana dhoftee Nii argata jaalallii qixedha Inni qoftii haa barbaduu Kan jedhuu hin jiru,Kun qaaniis,shemiis safuus hin qabu maaliif yoo jetee Jireenyii ufaata Miti tokko baafte Isa tokkoo Kan jijirtuu,tokko tokkuma.lama hin jiru, jabeessaa ilaaladha.
Kan hawitaan Hundumaa gooftan Isiinif haa kenuu.
Dhiifamaa wajjiin yaada dheeraa Siif bareesuukoof dhiifamaa dhiifamaa.
Uuuuuff hedduu ulfaata dhugaa namaa eenyuma isaa qaaman hin beekne wajjin hariroo jaalalaa jalqabun hundafu nuf barnootadha guddaa dha eebbifamii.
Ishiin immoo duraa jaallatte amma namaa qaama hiruu tahu isaa bartee yoo dhiiste boruuti illee waan ishii irraa illee gahu hin beektu hojii waaqayyoo hin beekamu har'a malee boruu keenya hin beeknu.
Mucaa kun immoo waan basaa ishii jaallatuf naan dhaba jedhe itti himuu sodaatte see'aa malee jaalalaa ishii sobuu isaa nati hin fakkaanne yaada koti
Kanaaf feedhq waaqayyoo tahu isaa dabaltee waaqayyoon haa kadhatu 💔😭😿
LUBUUUU tiyaa baayee jaaldhaa dhugaa raabii dubatii birhaa fuhee jirhaa kanfii waani mee 😭😭😭😭😭😭
Maatii naaf tahi mee🥰
Uffffffffiiiiiiii bayee Garaa Namaa nyataa dhugaa Namaa maluma isaa otoo hin barinii jalachunii sirii mitii kunii barumisaa Gudaa qabaa obsii hadhoo koo kanii waqayyoo sii kenee hin Abiduu dhugaa 💏
Uuufee bayee cimaa dhugaaa
Dhugaa jalala olyn Kan wanuma gonu walalera biya hundumaa kenyatuu gadalin galee jiraa jechudham🙆😭😭
Tarii qoree ilaaluf taha
Laata jedha ani
Nama tokko enyuumasa utuu beekne
Waa'ee ga'ilaa wajjiin haasa'uun midhama guddaa akka qabu irraa baradhe galatomi
Eyee dhugaa bayee barumisaa Gudaa qabaa ❤❤❤
Wan bayee si jallatuf siti himu didee
Essaatii waali baranii dursaa