ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Uuuuuufuu bayyee nama gadisaa gorsa kee barumsa gudaa qaba 😭😭😭😭😭😭💔😭😭😭😭😭😭
bayyee uluafatahaa garuu ofoo ajessuu qabaduu
Uuufff baayy'ee nama gadisiisa Ebbifamii jabdu kooWan dhokatee hafuu hin jiru.
Uuffuu bay'e nama gadisisaa miraa arii keessa daftee lubbu ishee balesitee 😭😭Dhuga dubachuufi gorsii kee barumsaa gudda qaba hadhoo koo, gayelaa duraa malumma Ofi waali beekkun garridhaa, dhuga,
Uuuuufff baay'ee nama Gaddisissaa dhugaa dha
Gaa'elli bara keenyaa mee hedduun isaa feeti waaqayyoo keessa hin jiruum.fayidaa yeroo fi fedha foonii duwwaaf malee bara jireenya isaa lafa kana irraa qabuuf Akka isaaf Kenname namoonni baay'en dagatan.Ilma namaa jedhee nama haaluu sobaan namatti fakkeessuf Jennee lubbuu gatii guddaan waaqayyoo nutti uume sarbuun hunda dhabduu nama godha. Shamarran ko waaqayyoo garaa Isa har'dhaa qofa argee raafamu nuuf hin kenniin sammuu bal'istee yaadu nuuf haa kennu. lubbuu isheef boqonnaa waan jennu nama dhorka😭.
Gorsiitu dhaloota heddu hulfaadhuu dhugaa heddu nama gadisisa 🥲
😭😭😭😭😭
😢😢😭😭😭
ነብስ ይማር ከባድ ነው
😭😭😭😭😭😭😭
Maal yoo isa dhiiste maal rakkoo qabaree? Of ajeessuun furmaata miti. Hubanna dhabuudha malee, garuu rakkoo ishee kana ta'uu dhiisu danda'a.
😭😭😭😭
Uuuuuufuu bayyee nama gadisaa gorsa kee barumsa gudaa qaba 😭😭😭😭😭😭💔😭😭😭😭😭😭
bayyee uluafatahaa garuu ofoo ajessuu qabaduu
Uuufff baayy'ee nama gadisiisa
Ebbifamii jabdu koo
Wan dhokatee hafuu hin jiru.
Uuffuu bay'e nama gadisisaa miraa arii keessa daftee lubbu ishee balesitee 😭😭Dhuga dubachuufi gorsii kee barumsaa gudda qaba hadhoo koo, gayelaa duraa malumma Ofi waali beekkun garridhaa, dhuga,
Uuuuufff baay'ee nama Gaddisissaa dhugaa dha
Gaa'elli bara keenyaa mee hedduun isaa feeti waaqayyoo keessa hin jiruum.fayidaa yeroo fi fedha foonii duwwaaf malee bara jireenya isaa lafa kana irraa qabuuf Akka isaaf Kenname namoonni baay'en dagatan.
Ilma namaa jedhee nama haaluu sobaan namatti fakkeessuf Jennee lubbuu gatii guddaan waaqayyoo nutti uume sarbuun hunda dhabduu nama godha.
Shamarran ko waaqayyoo garaa Isa har'dhaa qofa argee raafamu nuuf hin kenniin sammuu bal'istee yaadu nuuf haa kennu. lubbuu isheef boqonnaa waan jennu nama dhorka😭.