Walahi garaa jabatii uuufff sijamar tuni namayuu .miti walahi jarsaa ofiraa qamaa yo dhiqaan mal rako qabaa gadisee ani lukaa namaa dhiquu hin fedhu jetaa saa sanuu hin qanfatuu 🤔🤔😒😒😏mal jechu🫣😱😱😳😳walin bulus hin fedhu jedhi kaa mal nama luka isaa dhiqu jibite mal isaa jalate re 💔💔😥😥🤔🤔🤔😒😒😒
maal rakkoo qaba milaa dhisii qamaa kee gutuu osoo sii dhiqxee iyyuu yarabbii ati nuraa qabii dubartu akkan ati iyyuu guyya naa dhukkubee siin jettee san hin dhiqxee osoo omma irra hin qabati yeroo saan uuu intalii badudha yaa abdii dhiraa jabaa barbachisa kan akka kee mana tokkoo kessa ta,ee ija kessaa ilaluu osoo hin tannee kan dhukkee irraa kassuu mana cisichaa galchee yeroo san hin tasgaboftii ati calla jedhi biraa cissii akka qotiyyoo dadhabaa eccii😂😂😂
Anii yoon dogogore rabbin naf haa dhisu male oso dhukubni cimatokko qabe nandese ka’uu dadhabde mana qulati sii gate demti kana fudhu mana fudha male hafu waya
Ergaan jarsaa ko hin gamachisnee wan ini naraa fedhuu ergaan hin gonee mal isaf godhaa mee yaa kodee koo jarsaa ko mitti osoo namni ani hin benee dhufee na dhukubaa lukkaa koo naf dhiqi yoo jedhee yoon dhiqeef rabin sihaa ta,uu galatomi jedhee demaa malee wan naraa hirdhattuu hin jiruu tun intali kabajaa hin qabduu osoo kabajaa qabatee mati ishi irraa batee mal gochaa manaa dhiraa galtii duranumaa gudisaa badee tun janjodhaa @@MameSaid-b4q
Dhugaa Dubachuuf hintali Kun Kabaja Tokkoyu Sif Hin Qabdu Abdii Ofira Dhisi Dhugaa
Abdii itali kabbaja hin qabduu dhisii ofiraa kana biraa laladhu ta kabbaja qabduu subaanallaah
Abaa manaa keettii maal raakkoo qaaba yoo milaa mitii Qaama dhiiqtteefi
Abaa maana ofiittii Milaa dhiiquun Saafuu mittii😢😢😢
yaa Abdii gaaddiisseen Maarzzidhaa herraa Faagadhuu
Mali yaa Gaddisee Mali Yoo dhiqxeef hin balesiitee dhugaa rabbii
Hiree keetti hin taphatin hintala kanatti dabalamtee
Dhalaan gaggaarii meeqa of dabarsitee salphachuuf deemta abaarsa qabda jechudha yoo hintala kanatti dabalamte kana mara obsitee kaate rabbiin kadhuu yaa abdi
Dhugaa ketti wly
Wly jarsa ko rabuman biran na genyaan cisatin dhifii 😢😢😢😢🫂🫂💋💋
Dhugaa abaa mana ufitii lukaa dhiquu dhisitii wan fete godhii yoo siin jedhee dirqama godhuu qabda fuduratu wan akan dhisii rabbii sii haa qajelchuu
Walllhii Tuniii ksbajaa hiniiqabduu dhisii Abdii
Tanaa ofira dhisii abba mana koo hin dhukubsatee tanan wan hin fedhe tahaf😢😢😢😢❤❤❤
dhukubsatu miti dadhaben jirahu yo jedhe dhiqufi qabdaa qashti ❤❤❤❤
dhukubsatu miti dadhabeen jiraahuu yo nan jedhe ani nan dhiqaa walahi nan dhiqaafi 💔😥😢
Anaaa oso tatee os na gafatan dhiqaaf wollaah
yaa Abdii ❤❤ Gaaddiisseen maarzidhaa❤❤❤ Herraa faagaadhuu Abdiii❤❤
Dhugaa keetii 💜 ♥️ ❤️
Aba mana ofii dhiqani dhungatani rafisuu😂😂😂
Balageee Namiitii saree
Atii amaa dhaala dhumaa futtuu dhaabdee tumaa mucaa kaana fudbuuf demttaa subhaan Alhaa
Uuuuuu abdi tun tasuma bultidhaf siif hin tatu, abba mana ofiti yo dhiqaan mal rako qaba?? Oso sii ta'e matati batta, wahii carra kee abdii😢😢😢
maalii yoo dhiiyyiixeefii rakkoo hin qabuu bee❤❤
Jarsaa of Yoo dhiqaan😢😢
Dhugaa rabbi gaddiiseen bultiif hin taatuu hin fudhiin kanuma
Ana naan dhiqaaf dhugaa
Wayii Abdii hinumaa kisartee dhaalaa manatii gurtee ofii xiqesiitee Dhugaa Rabbii takkii kabajaa jedhaanuu siif hin qabduu Gadise yeroo biraa ulee nilee sii rukutuu hin oltuu maalii atii horiidhaa oso dawatoonif hordaftoon kee siitii himaani tana waliin dhamataa ishii abdii sare
Abdii sifii tatuu ok G👎👎👎👎👎🫣👺👺👺👺👺👺👺👺👊👊👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎
Tuni sirra fagachu qabdii
G.. Marzidha
Tunii. Butii. Sitatu
Wolhii Gadisseen jalaatudha.
Jarsaafi jartii wontii addaa isan basuu DU'AA BICHAADHA.
Jarsaafi jartiin anaan bishan keessati
Bagaa dide gowaa sittii himanee sidadhabanee waani namanii sini jedhuu hin dhagetuu😂😂😂😂😂
Fayaa iqaduu mucanaa tunuu dhugaa Rabii
Walayyii abdii mucattiin tunii kabajaa hin qabaduu balageedhaa hin fudhiin
Minyootini lali mee😂😂😂😂
Walahi garaa jabatii uuufff sijamar tuni namayuu .miti walahi jarsaa ofiraa qamaa yo dhiqaan mal rako qabaa gadisee ani lukaa namaa dhiquu hin fedhu jetaa saa sanuu hin qanfatuu 🤔🤔😒😒😏mal jechu🫣😱😱😳😳walin bulus hin fedhu jedhi kaa mal nama luka isaa dhiqu jibite mal isaa jalate re 💔💔😥😥🤔🤔🤔😒😒😒
Otuu wal hin fuunee miilasa dhiquun hin ta'uu
Wara komata ima wasaka g ❤❤ g ❤❤
A❤❤❤❤dhugaa keetii sanyii 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Rabbin isi haqajelchuuuuu waan hundanuu.
Suban Allah 😢
Amau shriya teessa dhadhaban gafa wali futan akkamuma tatan
Walahii miyyon tana sif hiin tattuu if hin cinqin attii
Tun kirisatana eda Abadi dhugadha amatiit minnyotin.filadhu
Abdii tuunii siif hin tatuu kanii biraa fudhii dhugaa rabbi kajabaa siif hin qabduu
Uuuu gaadise garaa jaabati maalkun gaaru
Obbolesso gaaddise fuute yoo azaaba dooniyaa hin agarre ati arguuf teessa tun aada safuu maal beekti abbaa manaa inuma dhiquu naanno keenyatti inde guyyaa abaaramtu guyyaa gaaddiseen mana kee seente sani nama biraa fuudhu hin dandessi siirin si dhamaafte ayii ishiin haadha manaa ta'u hin beektu habibi shiftaa warri gate faana rakkadhu kaa hireedha
Dhugaa keti Dhugaa waqaa osoo anaa ta,ee nan dhiqaf
Annii jarsaa kiyyaaa millaa mitti shaworiiyuu nan gashaa wly
❤❤❤Anis
Saaa.habibi👍👍🥰🥰🥰
Anii illee❤.
Abdii sitii diqesite😂😂😂😂
Yoon jarsaa kiyaa in dhiqnee enyuufn dhiqaakaa
Ani isani mitti Shangutii kolfituu sanatu naa kolfisise 😂😂😂😂😂😂 gara naa dhukkube
Ans waraa kolfaan kanatuu na kolfisisee 😂😂😂
Abboo namitii tanaa ufiraa dhisii
Yaa abdii sit haa hafuu dhuga
Tun balageen biltiif hin tatuu Atii yo si galee Abdii😢😢😂😂😂😂😂😂
Abdi gaddise fuudha jete jireenya keetiti hin taphatin
asitagifurullaa rabbi nu haa baasu atii amantiin kee malii hin salaatu yoo muslimaa tatee yaa rabbi nu qajeelichii atii karaa kee irraatti
Dhuugaa ketii 🫢🫢🫢
Jarsaa ofii Mila mitii qamaahu iraa dhiqu qabdaawly
Gaaddisee abbaa manaakee waan inni godhi siin jedhe dirqama godhuu qabda rabbi sihaaqajeelchu hundaafu bultiin akkanaa hin taatu sijjammar dhiira arsiif shamaruma arsiitu taha maaliif jennaan kabajaan isaani hedduu nama boonsa ati jechuunuu qaaniidha abba manaatiin isin jedhama afoo teettee takaraakkartaa
Abdii amma minyootin dhiqii jedhini isiin ni dhiqiixi wollahi
Maali Kuni janjoftun saratanyatu Mila dhirsa koo anatu dhiqaa male
tunis jartii jechuu Waalhii Anii Habii koo Abaa maan koo lukaa mitii qamaa nii dhiqaaf
Raakoo qaabuu gaadi see🙆♀️💁♀️
Subanallah maal intaali kabajaa hin qabnee kunii😂😂😂😂
Kaana futaa yaa Rabbii Kiyyaa
Gadiseen nama sii ta'ttuu dhisii ufirraa
Daadisen qoormataa kuuftee jiirtii
Dhugaa tun siif hin tattuu
Anaa garuu dhiqi dhiqi naa godha otumaa jarsikoo hin jedhin😅😅milasaa
Wali fudhuufi situ kiristaa ta.aa mmoo isheen musilm mitti😢
Wyl siif hin atuu Tunii sareen 😂😂😂😂
Abdii intaalii kun sifii hin tatuu
Marzidhaa kun niti hintatuu hauzubillah
Gadisee wallahi baleen siteta 😉🥴🥴
Bagaa didee
Abdii dhugaa ketii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Hooo 😢😢 mal rako qaba sobdemare sii dhiqaa yo jete
maal rakkoo qaba milaa dhisii qamaa kee gutuu osoo sii dhiqxee iyyuu yarabbii ati nuraa qabii dubartu akkan ati iyyuu guyya naa dhukkubee siin jettee san hin dhiqxee osoo omma irra hin qabati yeroo saan uuu intalii badudha yaa abdii dhiraa jabaa barbachisa kan akka kee mana tokkoo kessa ta,ee ija kessaa ilaluu osoo hin tannee kan dhukkee irraa kassuu mana cisichaa galchee yeroo san hin tasgaboftii ati calla jedhi biraa cissii akka qotiyyoo dadhabaa eccii😂😂😂
Wollahi kan baayye dalgifti
Siif hin tatuu
Baga.irrati.abdi.adda.bafachun.gariadhaa😮😮
😅😅😅😅😅😢😢😢😢Abdii Sittii baaggaa Baalaggee Waalin Deemma jirtaa durayuu Maal Rakoo qaaba Jartinii jarssaa irraa dhiiquu kaabajadhaa😢😢😢G balagee
Dhissi Abdii hin fudhin Walaahi
A dhugaa ketii A❤❤❤G🤫🤫🤫
Bagaa dhiqiin😅😅😅
Hojii kesanii nyadha 😅😅😅😅😅😅
Anii yoon dogogore rabbin naf haa dhisu male oso dhukubni cimatokko qabe nandese ka’uu dadhabde mana qulati sii gate demti kana fudhu mana fudha male hafu waya
Dhalamaa dhabadee atii duraa😂😂😂
Namittin tuni dhugaa Gara jabaatti tana walin bulti hin ijarin 😂😂😂😂
Jarsaa kooti mitì namaa dhukubuuf na kadhatee nan dhiqaf
Kabajami
@@MameSaid-b4q naf jiradhuu
@@Xhjcgj ta akateti Qaalidha kabajamtu nama
Ergaan jarsaa ko hin gamachisnee wan ini naraa fedhuu ergaan hin gonee mal isaf godhaa mee yaa kodee koo jarsaa ko mitti osoo namni ani hin benee dhufee na dhukubaa lukkaa koo naf dhiqi yoo jedhee yoon dhiqeef rabin sihaa ta,uu galatomi jedhee demaa malee wan naraa hirdhattuu hin jiruu tun intali kabajaa hin qabduu osoo kabajaa qabatee mati ishi irraa batee mal gochaa manaa dhiraa galtii duranumaa gudisaa badee tun janjodhaa @@MameSaid-b4q
@@Xhjcgj dhuga dubate Galatomi kabajami jarti aka tetiti namaf Rifatu namaf yadu Rabbi nuhakennu Qaali tiyya kabajamtuto
Intalii ballageen kun kan dhukkubaketii wan fetee si waliin hin tanne hudduuu qofaf sii barbadii ecciii harkaan abidaa quba ka,uu intala azabaa
Abdii ❤dhugaa keett 😢😢😢😢😢😢😢
Tunii Jartii Tahudhisii Hojatuhu Namaf Hin Tatu
Dhugaa, Diramaa, kessaan, akkan, namaa, boharsaa😂😂😂😂
Minyoot jedhin na dhukkubara naaf hiqii jedhiin duraa minyootiin woyyaa
1 Uuuuu
2 Balaan Butee
3 Salphinaa gudhaa
4 Ee Balaan Bute
5 uuufff
Jechoota kana yomumaa Fayadaamu dhiftaa Abdi😮😮😮😮
Gadiseen hitatuu
Jartii ofii lukaa mitii qama namara dhiqxii tun kabajaa sif hin qabduu
Lakki abboo kana ofirraa dhiisi anumatu duraan deeggaraa turee amma narraa gale ishee kanaa amma jaartin boru abdattu😅
Yaa abdii intali tun bultifi sif hin tatu firaa
Intalaa maratuu😂😂😂😂😂
Dhukubeetii mitii oso inni fayaa qabutu dhiquu qabdaa jarsaa ke yero dadhabee dhufee hojiraa amas ini milaa naf dhiqii sin jedhe jenan dubi takaa malee dhiqufi qabdaa kabajaa jarsaa ketitif jecha walahi ok g💔😢amas milaa jarsaa jalani janati argamaa jartin milaa namaf hin dhiqnee mali jartuman ishidhaa 🤔🤔😒😏
ini garu si dhige guyaa toko saredha gadise
Tun Ammaa bultiif naa tatii jetee yadee Abdii Gowaa hintalaa saaree tanaa😜😜😜
Humaan kolfee dhugaa kkkk
Bultii hin ta, uu tii hin fudhiin holyii
Dhiquu qadii hin dhisin abdii