ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Baay'ee nama boonsaa oromoo ta'uu kottii na gammachiisaa yeroo kamuu! Jabadhaa warrii qophii kana nuf dhiheessiitaan ammas isin egnaa seenaan oromoo galaana🦁🦁🐯👍👍✊✊💪💪💪
Oromookoo baay'een si jaladhaa! Naaf jiraadhuu! Gaaftokkoo ijjiikoo bilisoomuukee ishee dhugaa in arga! OBN jabadhaa! Dhugaa seenaa qoradha dubbaadhas! Galatooma!!!!!!
jabadhaa bayee Baredaa dhaa. usuu wayee Akanaa. kanaa nutii himatanii bayee baredaa jabadhaa mee.
Baayye namati tola. Itti nuuf fufaa seena akkanaa baasuuf.
Wowowo 👏👌😍💜 Bayyeeeee namatii tola jabadhaa oromoo koo 🙏😘😘😘
Bayee bayee nama gubaa garuu bayee nama bosaa
Uuuufffff wayii ijolee oroomoo rabii hadubatuu wahee kenyaa😭😭😭😭
Wow so beautiful 😭😭
Seenaa ririmnii hin nyatuu ayiiii oromoo koo😭😭
Ayii Seenaa Kenyaa
Galatoma jabadha.amasi yota esanuma biya oba ti ajjeefa majirani kechatu biya arabati
Wayi ilmanaani milelk harsi hin chisnee
wan hedu nama gamachisa mee jabadha
Dear GOD Oromo children is still waiting for you!! ✋It is emeizing???? About oromo people love of your enemy. I see in my eyes. What jesus said
Oromo first bay.ee itti gamana galatomaa isin wani mililik hin dubanu akkaa namatif hin jiranu rabbiin galani yaa gayuu Oromo rabbii qabdii
Send this video to Eskender Nega , and pm Dr Abeiy Who wants bring back minilk kingdom again in 21 century. To hear this story is very pain full as one Oromo
Wayyyi minlkii amale nubiraa hin hafnee safrinsaa
Hanga hara wanan kana beknef bayan ofiti gade garan koo nagubatra yaa saba koo wamalle akkanati inbokisatn eeda amas haajabanu kana boda dubati dabi'un nuf hin ta'u dhugan Kenya mesenne hin hafnne yaa oromokoo amale oromon akuma dhuriti jalaalan amanuman xuqamnanis lola hinsodatu qawe mele fardaf shimalan dinasa dafsisa waqni kesan nuwalin yaata'u
Maloo Itti Mudaa Nuf Qorqdhame
Seenaa seenaa qabudha. Yet to discover again.....
nama seenaa keenyaa bareesse argitani nu barsisuu keessanif galatoma
Galatoma bay'ee garidhaa
እናማስግናሌን
wayyo imimaan qabachuu dadhabee
Bayyee Nama Bonsa
👍
ajjaa'iibaa
galatoomaa
thankyuo Os mache
galatooma itti fufa kan biraas itti nuf hadaabalamu
wwwwwwooooo
baayee garidhaa galatomaa
😢😢
Oromo tauu kotin nani bonaaa
yeroo san oromo qoofaatuu gurguramaa?
senanamagadisisu
vidiyaa qulqulessufi yaala
galatoma l ammi ko oromo jabadhu wail jabessi dinin akka nura kuftu godha jabadha
Rabin sin habaLeshu minlik qofa saa Wan gonee oromo walin malee oromo Abba Gara 🙄 minsa wara akka minsa gandaa qeroo sabba hidhuu faa Orma qofan Kumatin a isinu binesa wlnatistu 😏😒 wal arga jira bar libabis hunda
Echaba ketti minilik.
Oromon yero saan gurguraman hortamaa hin qabani moo achumaan badaan moo biyatii debiinfaman isaa jiruree?
😂😂😂😢😢
Uuuuuuuuuuuuuuuuuffffffffffffffffffffffffffffffffffffffffffffffffffffffffffff
Wal nata wal natisa yaa yabinesota minlik qofan Kumatin a qero man hida gadi lakisa yadaldaltota 🙄 Abba kotu oromo malee harmee koo facasa masfinti hama kesan oromo awan midhu yaa sarota😒😏
😭😭😭😭😭