FiB: Yaadannoo Waggaa 1ffaafi Eebba Albama 3ffaa Artist Hacaaluu Hundeessaa........

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 24 มิ.ย. 2021
  • FiB: Yaadannoo Waggaa 1ffaafi Eebba Albama 3ffaa Artist Hacaaluu Hundeessaa ilaalchisee Ibsa Maatiin miidiyaaf kennan.
  • บันเทิง

ความคิดเห็น • 579

  • @abeyelebe5949
    @abeyelebe5949 3 ปีที่แล้ว +40

    ኡፍ የኔ እናት አይዞሽ አላህ ጽናቱን ይስጥሽ አጫሉን የበላው ጅብ አንድ ቀን ጮሆ ይወጣል ኢንሻአላህ😭

  • @yeshitsegaye4984
    @yeshitsegaye4984 3 ปีที่แล้ว +13

    ሀጫሉ ዉሌም እናስበዋለን ስለሱ ሰሰማ ሳላለቅስ አላልፋም አንቺም ለልጆቻቹ ኑሪ እረጅም እድሜ ይስጥሽ የኔ ማር

  • @haadhabiyyaoromtiittilove7678
    @haadhabiyyaoromtiittilove7678 3 ปีที่แล้ว +26

    💔💔ayii ammalee inumaa nu qortii sirnii nama nyaata kun yeeroodhumaa waa'ee Oroomoo ka'uuyyuu koroonan yaadatama yaa waaq ati essa keessa laataa amma yoomitti gubannaa 😭😭😭

    • @Caaltuujamaal7
      @Caaltuujamaal7 3 ปีที่แล้ว

      Dhugaa keeti
      Kun oromoo hundaaf gafi tahuu qaba!!

  • @emamaethiopia5992
    @emamaethiopia5992 3 ปีที่แล้ว +8

    የምትይው ነገር ባይገባኝም ታሳዝኛለሽ እግዚያብሄር ያበርታሽ ልጆችሽንምያሳድግልሽ ባለቤትሸነም ነብሱን ይማረው 😭🙏

  • @warkineshtufa7339
    @warkineshtufa7339 3 ปีที่แล้ว +14

    Jabadhu jabduto anan hadhoto uuuuufffff
    Imimman Kenya oso hin qorin wagga gutuf hacen kiyya essa jirta malo kodeko 😢😢😥😥

  • @diboorraamucaakakuuwallagg9891
    @diboorraamucaakakuuwallagg9891 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuffffff jabadhuu giftii koo waqaayoo jabinaa siif haa ta,uu Hacee koo guyyaa hin teessuu osoo sii wamnuu . Sii argachuu hin danda,innii waggaa geenyee😭😭😭😭😭

  • @seenaataddasaa6390
    @seenaataddasaa6390 3 ปีที่แล้ว +20

    Jabadhuu giftii too ❤❤😥😥😥😥

    • @firriijawarmohamed1991
      @firriijawarmohamed1991 3 ปีที่แล้ว +1

      😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 💔💔💔💔💔💔💔💔😭💔💔💔💔💔

  • @temesgenfuli3831
    @temesgenfuli3831 3 ปีที่แล้ว

    Hacee koo biyyoon sitti haa salphattu nama dhukkuba jabadhu ati rabbi si waliin yaa tahuu....

  • @fufuilu1212
    @fufuilu1212 3 ปีที่แล้ว

    Ayzosh fantish haadha goota ta'i atis jajabadhu rabbi siwaliin hajiraatu ijoolleekes rabbi ilmaan abba caaltu sif hataasisu

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 3 ปีที่แล้ว +2

    Jabaadhu cimtuu Keenya gootitti sanyii Hacee,ati dubartoota hundaaf fkn itti fuufi,jabaadhu wqy hundumaa keessan haa jajjabeessuu,isaammoo lubbu isaa maaru🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 ปีที่แล้ว

      Mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍😍

  • @hirutyadeta4254
    @hirutyadeta4254 3 ปีที่แล้ว +19

    አይዞሸ የኔቆንጆ አንቺ ለልጆችሸ በርቺ ነብሱን ይማረዉ መቼም አይረሳም ሀጩኮ😭😭😭😭😭😭

    • @hey1232
      @hey1232 3 ปีที่แล้ว

      HATUU

    • @hfjfufucjcjcjfjf3851
      @hfjfufucjcjcjfjf3851 3 ปีที่แล้ว

      Jabadhuu rabbii siiyaa jabesuu😭😭😭😭😭😭

  • @orotube9188
    @orotube9188 3 ปีที่แล้ว +9

    Haaceekoo biyyeen sitti haa salphattu💔😭
    Fanttukkoo Hundaa dandeessutoo akka inninu sin jedhe dandahika rabbiin si haa jajjabeessu
    Ani Haacee obsuu hin dandeene garuu😭

  • @sebelsolo6381
    @sebelsolo6381 3 ปีที่แล้ว +4

    ሀጫሉ ሁልጊዜ በኢትዮጵያውያን ልብ ❤️አለ ይኖራልም ሥራዋቾን ከምድር ላይ ትቶ (ሀጫሉ )በገነት ይኖራል! በጠቅላላ ቤተስቦቹን አሁንም የበለጠ ያበርታችሁ እግዚአብሔር ልጆችን ያሳድጋቸው !🥲🙏🏾✌🏾🕊🇪🇹

  • @dasitadiribadsta5524
    @dasitadiribadsta5524 3 ปีที่แล้ว

    Jabadhu jajabetoo waqayo si haa ebisu maal gona kan haceee gubane ❤❤❤❤❤❤😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @tokkummaatokkummaa5321
    @tokkummaatokkummaa5321 3 ปีที่แล้ว

    Jabadhuuuuu jabdukoooo. Rabii jajabinna sif matii Hacce maraaf hakennu😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @senasena1886
    @senasena1886 3 ปีที่แล้ว +1

    Jabadhu fantu kiya waqayon sihajabesu

  • @oromiyaahaacaaluu4537
    @oromiyaahaacaaluu4537 3 ปีที่แล้ว +9

    Uuuuuffff waaqayyoo jajjabbina sinif haa kennuu hacee koo biyyen siti haa salphatuu dhiraa gafaa Xiqii 😭💔😭😭😭😭

    • @hey1232
      @hey1232 3 ปีที่แล้ว

      💔💔💔💔😭😭😭😭❤️💚❤️✊🏾

    • @AbuuAmmaar-iq6jh
      @AbuuAmmaar-iq6jh 3 ปีที่แล้ว

      Koronaan yeruma oromoon waa hojjatu qofa jira yeroo kaan Koronaan Essa dhaqee

    • @oromiyaahaacaaluu4537
      @oromiyaahaacaaluu4537 3 ปีที่แล้ว +1

      @@AbuuAmmaar-iq6jh dhugaa kee jetee yeroo oroomo ta'u koroona jiraa jedhuu uuuff rakkane warraa garaaf jiraatu nu gube

  • @mekdesmekdes4522
    @mekdesmekdes4522 3 ปีที่แล้ว +3

    ሀጫ ኮ እግዚአብሔር አምላክ ነብስህን በአፀደገነት ያሳርፍህ ለመላው ቤተሰቦችህ መፅንናናቱን ይስጣቸው

  • @saadiioromiya9413
    @saadiioromiya9413 2 ปีที่แล้ว

    Jabaadhu hadha wabii obsaan eganna gumaa goota keetiif kenya💘🦁 jirra jirra

  • @KebekiOfficial541
    @KebekiOfficial541 3 ปีที่แล้ว +16

    Maal goonu haacee koo kee yoo dhiisan naman dhiisuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @keyrattube9249
      @keyrattube9249 3 ปีที่แล้ว

      😭😭😭😭 dhuga keeti keessii kenyaa hubamee

  • @sumyyaatube4817
    @sumyyaatube4817 3 ปีที่แล้ว

    Jabdhuu jajabee too jajbee akkaa dhiraa 😭😭😭😭hadhaa manaa ykn hadhaa woraa Arsitii hacaluu hundesaa 😭😭kabjamtuu jaltamuu like godhaa jajabesaa yaa Oromoo tiyyaa 😭😭😭😭😭😭

  • @HayderLeraTube
    @HayderLeraTube 3 ปีที่แล้ว +9

    መልከም ስረ ሁሌም በትውልድ ይውሰል አጨሉ ነፉን ይመርው

  • @chaltufeyisa4202
    @chaltufeyisa4202 3 ปีที่แล้ว

    Bayee kechii koo naa Gubatee waaqayyoo Abbaan kenyaa Digaa isaa Haa basuu Hadhoo koo gooftaan sii haa jabechuu 😭😭

  • @weniyttelila3162
    @weniyttelila3162 3 ปีที่แล้ว

    Rabini siyaa jabasu uuuuuuuffffff mali gunaa gubanee wayee acaluu rabumani yafaradu firidii namaa dhabine kanumaa rabii eganaa amaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @user-fc4hk6nd8v
    @user-fc4hk6nd8v 3 ปีที่แล้ว +8

    እኔ ከሞተው በላይ ያሣዘነችኝ ሚስቱ ነች ፅናቱን ይስጥሽ

  • @gadaa9586
    @gadaa9586 3 ปีที่แล้ว +13

    Oromoonkoo hundii Allabamaa originally bituun dirqama lamuuma kenyaa ha banuun Jedha

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee556 3 ปีที่แล้ว +16

    Abshir jabduu koo
    Hacee koo qaalli koo ❤😭

    • @saboontutube881
      @saboontutube881 3 ปีที่แล้ว

      Sanyii kottu maati naaf tahii

    • @tawetube3279
      @tawetube3279 3 ปีที่แล้ว

      Matii.nata ii.lubuko ❤❤❤💚❤❤❤

    • @jmo5441
      @jmo5441 3 ปีที่แล้ว

      ❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹😍😍

  • @FireRing
    @FireRing 3 ปีที่แล้ว +35

    At least the album should be sold more than 10 million

    • @tawetube3279
      @tawetube3279 3 ปีที่แล้ว

      Matii.nata ii.lubuko oromoko ❤❤❤💚❤❤❤

    • @asherekadegega1922
      @asherekadegega1922 3 ปีที่แล้ว +1

      Abshir adheko rabbin biyye etti hasalphissu

    • @asherekadegega1922
      @asherekadegega1922 3 ปีที่แล้ว

      Accee bayye jallanna mal gonna ga

    • @zeytunarobi9309
      @zeytunarobi9309 3 ปีที่แล้ว

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @sameehrawashdeh5833
    @sameehrawashdeh5833 3 ปีที่แล้ว

    Jabaadhu fantuukoo obsii egaa maal gonnaa gadhetu nyaate hacceee

  • @badhaatu2052
    @badhaatu2052 3 ปีที่แล้ว

    Yoomiyyu kessa kenna jirta hacee💞
    Warra sii nyaate rabbi isaanis haa nyastu
    Wagga tokko imiman nurra qoore 😭😭
    Gubanne wlh😭😭

  • @muluunagaash5051
    @muluunagaash5051 3 ปีที่แล้ว

    Jabaduu koo Fantiye jabadhuu 😭😭😭😭😭 wayooo hacee

  • @birqeegammachu1582
    @birqeegammachu1582 3 ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo jabina siif haa keenuu

  • @gadisedanbi5707
    @gadisedanbi5707 3 ปีที่แล้ว

    😭😭😭😭😭😭😭Haacaluu waqaayoo lubbu kee haa fayisuu biyyee galaaba siif haa ta'uu atii in du'een

  • @user-ng5fq4gw4c
    @user-ng5fq4gw4c 3 ปีที่แล้ว +1

    እኔ አንድ አመት ሆነኝ ማልቀስ ሳላቆም ፎቶዎችን ሳይ ንግግሩን ስሰማ ዘፈኖችን ሳዳምጥ የኔ ናት ፍንቱ ፈጣሪ ሶብሩን ይስጥሽ እህት ነፍሱም በሰላም ትረፍ ማማ እኛንም ፈጣሪ ሶብሩን ይስጠን አጨ ማለት የሁላችንም ነው በእምነት ብንለያይም ደማችን አንድ ነው 😭💔😭😥😥😭😭😥😥😥💝🙏

  • @aklilesayse8879
    @aklilesayse8879 3 ปีที่แล้ว +1

    በርቺ የኔ እናት የኔ ምስኪን አጬ አይረሳም ለማንም

  • @kiyakiya8880
    @kiyakiya8880 3 ปีที่แล้ว +7

    😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔 hadhoo ko jajabinaa si yakennu waqayoo😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔 kesaaa kotuu na cabbee

  • @abdoapdo1465
    @abdoapdo1465 3 ปีที่แล้ว

    Jabadhuu enyumtuu Inuma du'aa🔥✍️✍️🙏💪💪dhigni isaa lafati hinhafuu‼️‼️

  • @derejetamene6324
    @derejetamene6324 3 ปีที่แล้ว

    Waaqayyo si haa jajjabeessu Giiftii keenya. Wal bira haa dhaabbannu CD Orijinaala bituun. Haacaaluun yoomuu keessa keenya jira, Aasxaa gootummaa!!!

  • @oromiyaajitu1502
    @oromiyaajitu1502 3 ปีที่แล้ว

    Kofidiin gafa dullaa naa filadhaa godhani hin jiree gafaa yadannoo hacaaluu essaa dhufee haayyii oromo barana gemimaa tate

  • @user-xz6vk8xj6y
    @user-xz6vk8xj6y 3 ปีที่แล้ว

    Yaa hacee dutii kee dhugaa nu fakkachu didee maati isa rabbi jajabina isin haa kenu

  • @oromiawallaggaa3468
    @oromiawallaggaa3468 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuffffff Abshir haadhoo koo haadha manaa gootaa jabduu koo Rabbiin sabirii siif haa kennu giitfii koo 😭😭😭😭😭❤💚❤💚💪💪💪💪

  • @susuyasmin8370
    @susuyasmin8370 3 ปีที่แล้ว

    Haceeeee ko wanin ittin si ibsu hin qabu keessa kottin gubadha hamman si yaadadhun imimmaan ko qabachuu hin dandeenye😭😭😭

  • @yuejddjid1453
    @yuejddjid1453 3 ปีที่แล้ว

    Uuuufffii haccee koo Ana haa nyaatuu 😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔❤❤❤❤

  • @waltejitola3337
    @waltejitola3337 3 ปีที่แล้ว +7

    Haceeeeekoooo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭nuf mlii mallii ato ofikeef afura bafattem nutu gubacha jirchajiraa mlee yaaaa hacuuuuu.......😭😭😭😭😭😢😭😢😭😢😭😢😭😢😭😢

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 ปีที่แล้ว +1

      Walteji mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞🙏

    • @karimafamily1746
      @karimafamily1746 3 ปีที่แล้ว +1

      Walteji maatii naaf ta'i sanyii koo

    • @waltejitola3337
      @waltejitola3337 3 ปีที่แล้ว

      @@monetijalala6104 toleee dhigaakoo

    • @waltejitola3337
      @waltejitola3337 3 ปีที่แล้ว

      @@karimafamily1746 tolee qomookoo

  • @mkeehmoh9840
    @mkeehmoh9840 3 ปีที่แล้ว

    Jabadhuu jajbe to sanyni gota gotumaa

  • @haawiitujannataftnsrtubii7332
    @haawiitujannataftnsrtubii7332 3 ปีที่แล้ว

    Obsii rabbii sabiri siif ha kenuu

  • @Tube-wz4di
    @Tube-wz4di 3 ปีที่แล้ว

    ስንቱን ጀግና ኢትዮጵያ አጣች ሀጫሉ ሳስብህ እራሱ እንባየ ይፈስል እግዚአብሔር ለቤተሰቦችህና ለባለቤትህ መፅናናቱን ይስጥልን

  • @musaamano1113
    @musaamano1113 3 ปีที่แล้ว

    Rabbi dhiigaa acaaluu hin gaattinii.wantaa irraa sodaattinii rabbii fi ummaatnii oroomoo isiini wojjiin jiraa.

  • @astermakkonin5331
    @astermakkonin5331 3 ปีที่แล้ว

    Waqayyoo jajabinaa hundumaa keenya f haa kennu dhiiga haceen kiristoos hin dhisu yoo namni dhisee jabadhu goota jalala hundaa dandeesu gifti keenya atis qaali keenya jabadhu ijooleesa waqayyoo hubanaf Bekumsaan haa guddisuf

    • @yetnayetmegaresa9048
      @yetnayetmegaresa9048 3 ปีที่แล้ว

      Gubadhe dhugaa waqayoo malii ta, u 💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @tigestkwt4246
    @tigestkwt4246 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuufffff waqayyoon jabeenya siif haa keenuu jabadhuu Lubbu kee nuuf haa maruu goota koo Hacee

  • @tamiratdesta1670
    @tamiratdesta1670 3 ปีที่แล้ว

    Wanaa garii hojechaa jirtuu jabaadha

  • @alemadisu1309
    @alemadisu1309 3 ปีที่แล้ว

    Anaa hanyatuu haaccee koo gummaa kee waqayyon haadebisuu yommiyyuu sii hin hiraafanuu

  • @hailukidist878
    @hailukidist878 3 ปีที่แล้ว +3

    በጣም ነው የሚያሳዝነው ነፍሱን ይማረው🙏

  • @jameeljameel6115
    @jameeljameel6115 3 ปีที่แล้ว

    Rabii si walin ha ta.uu oboletii tiyaa

  • @aishagerbo6309
    @aishagerbo6309 3 ปีที่แล้ว

    Gubanee yaa Rabbii mee dhuga issaa basi

  • @tarkwaabebd9274
    @tarkwaabebd9274 3 ปีที่แล้ว +3

    አጩኮ ነብሥህን ይማረው

  • @eliehelou3772
    @eliehelou3772 3 ปีที่แล้ว

    Jabadhu giftikoo garan nu gubate uuuuuuuuuuuffffffff

  • @ethioextra710
    @ethioextra710 3 ปีที่แล้ว

    Aadde faantuu too atiifii maatii hacaaluu Mara isin jaalanna bakka guddaa isniif qabna kanaafuu yeroo kamittuu isin cinaa dhaabbachuudhaaf qophiidha..galatoomaa!

  • @user-ew7xd1ug5h
    @user-ew7xd1ug5h 3 ปีที่แล้ว

    Jabadhuu giftii too 😭😭😭😭😭💘❤❤❤❤❤❤💚💚❤❤❤

    • @ncell1101
      @ncell1101 3 ปีที่แล้ว

      Uuuuuffff hacce Koo

  • @milkii4817
    @milkii4817 3 ปีที่แล้ว

    Dhugaan yoomuu iddoo ishee hin hankaaktu...Gumaa Kee Waaqnis tahu Lammiin Hin Dagatu

  • @deboratube9945
    @deboratube9945 3 ปีที่แล้ว

    gooftaan si haa jajjabeessu giiftii koo.
    Haceen hunduma keenya onnee cabse😭💔

  • @nardosnardi9740
    @nardosnardi9740 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuffffff hadhoo koo rabbi siyaa jabbesu

  • @theyou9327
    @theyou9327 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuuuffffuuuu haceeko naa nyaatuunu namaa hin nyaatu Mali onaa garaan nuu gubaatee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤️❤️❤️❤️❤️😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @sham55bontuu31
    @sham55bontuu31 3 ปีที่แล้ว

    Jajjabbee too jabaadu gifti jallalaa hundaa dandeetu nama beektu too jababinaa rabbii isin haa kenuu obsitu too 😭🥺💔

  • @zemzemfayiso2274
    @zemzemfayiso2274 3 ปีที่แล้ว

    Jabaadhuu obbolettii hundaaffuu rabbii issin walliin ha’aa jiraattuu

  • @tigeetube1181
    @tigeetube1181 3 ปีที่แล้ว

    waqayonii jabinaa Sifii haa kenu fanuu koo❤❤😭😭😭😭 dhigaa isaa waqayonii lafa gatinii hacee Aaaa😭😭😭😭😭

  • @amanikello2206
    @amanikello2206 3 ปีที่แล้ว

    Acee koo maloo imimaan siif qabnuu qooru didee malooooooooooooo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @saradesta3038
    @saradesta3038 3 ปีที่แล้ว +1

    እኔን የኔእህት እግዚያብሔር መፅናናቱን ይስጥሽ

  • @girllady9079
    @girllady9079 3 ปีที่แล้ว

    Waqayoo jabinaa siin haa kenuù matii hacee

  • @HayatHayat-pp3fv
    @HayatHayat-pp3fv 3 ปีที่แล้ว

    Anii osoo booyuu ijii koo akka ashaboo bulbulaame dhufaa jiraa wollahi gubaan hacceee koo yoomuyyuu nakessa baduu ani sirbaa hindhagefaadhu garuu sirba haccee koo gootaa koo tasuma bira darbu inuma fhagefaadha sagalee isaa dhagayee suuraa isaa arge oso boyiin olee beeku silaa maal gonaree waan rabbin jedhe taheee garuu ammayuu amanu du'u isaa uuufffffff 😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @nibrenegnyetewhidolij9245
    @nibrenegnyetewhidolij9245 3 ปีที่แล้ว

    Isiin wajjin jiraa jaabadha
    Waqayyoo sii haa jabbeesuu jabduu koo F .

  • @monamolunash8205
    @monamolunash8205 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuffffffff haaceekoo abbabiyaa isaabiyaasaaf jedhe waregamee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @dghfdgdgjvdvk4263
    @dghfdgdgjvdvk4263 3 ปีที่แล้ว

    Haceeeee koo 🌟💔😭😭😭😭😭 jabadhu giftii koo

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 3 ปีที่แล้ว +1

    Maloooooo nama gubbaa hacee koo 😭😭😭😭😭kanii illee uummata keenyaa In argamee dagassain wayyyyoooo waaqayyoo mali fi In farduu mali 😭😭😭😢😭😭😭😭😭😭☝️

  • @genetkebede5681
    @genetkebede5681 3 ปีที่แล้ว

    Malo nannoo Arsii Fi Bale Hoo essaa argachuu dandenyaa Dhalonii Boruu Nuu gafataa,
    Dhalotaaf Gumachinaa

  • @mohammedsiraj2496
    @mohammedsiraj2496 3 ปีที่แล้ว +5

    ሀጫሉ የኢትዮጵያ ሀብት ነው አማራ ኦሮሞ ትግሬ ጉራጌ ሳንል ብሔር ሀይማኖት ሳንለይ ሁላችንም ኦርጂናል ሲዲዉን ገዝተን ቤተሰቦቹን እናግዝ

    • @berutasfea161
      @berutasfea161 3 ปีที่แล้ว

      betikokle yet new mishetew

  • @burtukanbaharu5288
    @burtukanbaharu5288 3 ปีที่แล้ว

    Jabadhuu giftikoo jabiina sif hakenuu waqayyoon 😭😭😭😭😭😭😭😭 uuuuufffff

  • @siimaleetube2457
    @siimaleetube2457 3 ปีที่แล้ว +6

    Safuu amalee ojiin isaa aka saba issa biraa hin genye nama dhibaa 4 qofaa eyamama koronan gafa sidiin isaa ebifamuu bayate gafa filanof wali gadi figan coronan duhee ama guya ebichati ol jedhee

    • @haadhabiyyaoromtiittilove7678
      @haadhabiyyaoromtiittilove7678 3 ปีที่แล้ว +2

      💔afaan koo kessaa dubattee silaa maal goona

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 ปีที่แล้ว

      @@haadhabiyyaoromtiittilove7678 . Mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍😍

  • @damitoabdulllah5732
    @damitoabdulllah5732 3 ปีที่แล้ว

    rabbin obsa siif haa kenuu

  • @dimitoyamm460
    @dimitoyamm460 3 ปีที่แล้ว

    Jabadhuu gifiti too haceen yomiyuu lapee kenyaa hin baduu😭😭🌹🌹🌹😭😭😭❤️❤️❤️😭😭😭

  • @fanoset0utube643
    @fanoset0utube643 3 ปีที่แล้ว +9

    Waaqayyo lubbuu isaa nuuf haa fayyisu
    Obsii haadha koo kessa kee hin midhin

    • @karimafamily1746
      @karimafamily1746 3 ปีที่แล้ว

      Fanose maatii naaf ta'i sanyii koo

    • @makooabdii2094
      @makooabdii2094 3 ปีที่แล้ว

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔

  • @lizamohammed1911
    @lizamohammed1911 3 ปีที่แล้ว +1

    Jabadhu Qali to Eyen hacen nuf Qalidhaa Edo guda nu bira qaba yomu yero yeron kesa kinya jiraa🥺💔🥺

  • @oromiyaaethio2432
    @oromiyaaethio2432 3 ปีที่แล้ว

    Hacuuulleeeeee koooo atti hin dunee mee onnee sabaa kee milihoonnota kessa jirtaa jechooni keettuu warra jirra jedhaan huundaashii calaa !! Atti manaa haccee imoo nuuf jajjabadhuu ijjolleeketti obsii gadda hacee sabni oromoo huundi siifaana qoddataa jiraa ishii

  • @jiraabuuleebaariiargufu2220
    @jiraabuuleebaariiargufu2220 3 ปีที่แล้ว

    obsii huuddaa daaddsuu koo waaqayoo luubbuu saa yaa maaruu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @halima1294
    @halima1294 3 ปีที่แล้ว

    Jabadhu hunda dandeesuu koo

  • @CPUComputerSchool
    @CPUComputerSchool 3 ปีที่แล้ว +8

    ummaannii oromo milion shantaama. Albuum Haaceetii MIlion 50 qophaa,uu qaba. kanaachii sobanii media irraa afaan oddeessuu qoftii bu,aa hin qabu. yoo xiqqate qen sira hojjeene bitaachuu qabna. namoonnii beekaamtii daldaala garaagaraaf haacee fayyaadamtanii beekamu barbaadaan of quusadha.

    • @bedasakabetaebba2047
      @bedasakabetaebba2047 3 ปีที่แล้ว

      atis ga'eekee ba'uun fakkeenya akka taatun si yaadachii

  • @heeranboruuofficial3323
    @heeranboruuofficial3323 3 ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo Jajjabina Guddaa Isinif Haa Kennu Giftii Koo Jabaadha Gubachaa Hafne Yoomiyyu Haceen Nu Keessa Jiraata 💔💔😭😭

  • @freejawarmohammedmohammed6011
    @freejawarmohammedmohammed6011 3 ปีที่แล้ว

    Nuuf jiradhuu gifitii koo 😭😭😭😭

  • @faniandsif3401
    @faniandsif3401 3 ปีที่แล้ว

    HACEE koo osoo imimmaan kenyaa hin qorrin garaanuu ammanuu didde Wantaa debihuu nattii fakkata garuu mal godhuree hayii yaa biyyee inummaa nyatte kaa uuuuuuuuu jabadhu jabduu koo sihii mittii umannii oromoo marttuu garaan madadhaa 😢😢😢😢😢😢

  • @megersaadere7902
    @megersaadere7902 3 ปีที่แล้ว

    wayyoo wayyoo haacee koo maal godhu luubuu koo

  • @amiqmi4085
    @amiqmi4085 3 ปีที่แล้ว

    jabadhuu Qishtii too

  • @daransan8076
    @daransan8076 3 ปีที่แล้ว

    abshiru rabbiin isiin haa jabesuu

  • @yetnayetmegaresa9048
    @yetnayetmegaresa9048 3 ปีที่แล้ว

    Ufff hacce koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔😭😭😭😭

  • @zaranezif1932
    @zaranezif1932 3 ปีที่แล้ว

    Aceko ati dhibadusi senake nukesa hinbahu ini yomi nuhifi qalidha jabadhu hadhoko siwolini jira

  • @iftuunugusuu7355
    @iftuunugusuu7355 3 ปีที่แล้ว

    Jabbadhu.jabbeetoo😭❤❤

  • @moulykabady2389
    @moulykabady2389 3 ปีที่แล้ว

    Jabdu koo jabadhu waqayo jabina sifi ha kenu😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @abozaid413
    @abozaid413 3 ปีที่แล้ว +1

    Jabadhuu hadhoo

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 3 ปีที่แล้ว

      Abo mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍

  • @qaareeambo6452
    @qaareeambo6452 3 ปีที่แล้ว

    Hundaaa dandessu koo obsii

  • @ranirak3042
    @ranirak3042 3 ปีที่แล้ว +1

    Ai.haa.haacee.koo.esa.si.fuudhaa.guubadhee.jiraa.waaqayoo.si.haa.maruu

  • @ledyahayelmekaye5807
    @ledyahayelmekaye5807 3 ปีที่แล้ว

    Jabadhu giftito