ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Yaadannoon sirraa qaba!Raadiyoonii koo baadiyyaa siinan yaadadhaam - ijoollummaa koo fiddee na dura dhaabda! SOOLANEE!❤️❤️❤️
yadannoo guddaa qabda miti adugna keenya
Time to bring back these 1990's tunes!
Yeroon yeroodhaam ajaa'iba hundu darbe asgeenyem yaadano ijooluma ❤
Galatomii bayyee namii tolaa sirbii kee😍😍
Bakakkaa intarteemant kan oromooti❤❤❤❤😍😍😘😘😘😘sirba jaalallee kiyya nayaadachiisudha
Dawwitee!! Waggaa Kuma Kumaatama nuuf jiraadhu!
😭😭😭😭😭Wayii sirba kana anuma batem💔🙏
Dhugaa bayyee tokko si dinqisiifadha❤
Long live Dawite, Amizing Oro kooI go back to 20 years
Please Please make a clip for this music I love this music.
Dawite is one of the best
Sirba akka malee bareedaadha garuu silaa Viidiyoon hojjattee uummata oromoo hunda bira siif gaha jedhen amana bro
please make a clip for this song i love him.
your songs are all sweet
Dawitee mokoonon
....wayi soolanee baay'een jaalladha! yaadannoo dhaloota hedduu...
Hi dawit we love u tendaho dam project & elementary school at finchaa
You are always star !
Ittii cabsii gurba namti tola jabadhu dhiirraa koo ananii
Maasha allaah nama ufii jabaadhu
Dawitee koo dhagefadheen qufuuu
Daawitee sirba kana abbaa barreesseef abbaa yeedaloo isaa dhoksuun kee baay'ee nama gaddisiisa. durillee kan keen se'an ture eegan kan kee akka inni hin taane baree asitti sababii ati golgaa jala kaa'uu yaalteef baay'een sitti aare; gulantaan siif kennullee baay'een xiqqeesse. Gammachuu Barii namicha sirba kana siif kenne abbaa seenaa sirba kanaa quba qabdaa ati. Solaneen hintalanni jaallatee turedha jechuun maqaa masooshee; kana atuu beekta.
Anillee wanti akkasii gurra nabu'eera garuu dhugoomsuu hin dandeenye
Seenaan sirba kana kanumaa daawiteedha malee kan nama bira miti bar
@@bonsaabera6027 Gammachuu Barii jedhama Abbaan sirba kanaa. Nama mandiiti. sirbi namicha kanaa kan biraan kan Hirphaa Gaanfueen sirbu '"Ani sanyii leencaatii jirti onneen koo isheen durii kan abbaa koo" kan jedhuufillee barreessaaf yeedaloon kansaati. utuu haasofnuu namichi kun lubbuun jira, Buraayyuu jiraata. nama karaarratti kufedha. Solaneen maqaanshee inni Sirriin Lattuudha. Abbaabaa Abbashuuti Gammachuun kun hintala kana hin argate miti Solanuma wayiiti jennaan achumaan maqaashee inniif hiriyoonni isaa Solanii jedhanii waamuutti ka'an. Bara mootummaa Dargii adda waraanaa utuu jiruu Solaneen herumuushee dhageenyaan Dahannoo keessa taa'ee sirba kana barreesse. Odeeffannoo quubsaaf OBS'rraa ilaali,
@@bonsaabera6027 th-cam.com/video/cefFkmnha98/w-d-xo.html ILAALIMEE, th-cam.com/video/PUULbZKgTN8/w-d-xo.html KANNALLEE ILAALI
maltu sidakalee
Wayyoo sirbaa kanaa senaa dhugaa
Waw qaalii namaa
Seena sirba kanaa dhaga'een nan gaddes daawweemmoo baayyeen jaalladha
Waaw baayee namati tola
እቴ የሰርግሽ ቀን....
Dave you are my favorite
Dawitee Qaalii namaa!💕💞
yaadanno gudda irra qaba sirba kana ❤❤
Wayi sirbaa kana yadano Gudan itii qaba😭😭😭😭😭😭😭
Obsika
Dave bakakkaaa😢😮😮😮
One I Love
Turn it me to my child hood whene i was grade8 1988EC
Good gob❤❤❤❤❤❤
Ababa daslna
#Nice ❤
👌
I love you😍😍😍😍😍😍
Uuuuuuuuuuufffffffff seenna dhugatiii kun ayyyyyyii utuuun barbadun argadhee
My hero!!
Soolanee koof❤❤❤
way soolanee!
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
💯💯💯💯👍👍
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nice!
Ijjoollumma koon yadaadha😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤
Dawaa
Wagga Kuma jiradhu anumaf bafte
An dhaloonni koo walloo kamiseedha. Gaafa elamantarii barannu san....yeroo boqonnaarratti kana sirbina ture. Way guyyaan akkamitti fiiga😢😢
Bayee namatitolla
Bayee jalatamaa siribichi kee nuufii jiradhu
What a song
❤
Mata-duree"Qoricha *NaafHawwite*ta'uu qaba!!!🌲
Wow yaadannoo Bookhee 27 , gammoojjii Harargee Bahaa Dirree Qabsoo 1994 95, 96 GC
Bookhee 27 Harargee Dhihaa Dirree qabsoo 1996/97GC
True and real song
Dwidee kiyya wan anaf waliiste na fakkata 😢😢
Sikomadhu
amzing oromo music
Wow!!!
Daaweekoo, ih
sabboonticha koo
I have got the translation of this music from my lovely wife.
Ayasazinim
Soolanee
Sirba kana bayee jaladha
❤🌲❤👍👍👌👌
osoo anafiati wal beyene
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤🎉🎉🎉❤❤
Ai dawite nufjiradhu
❤️❤️🔥💞🥰❣️‼️✅
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
❤❤❤❤🎉ok
😭😭😭😭😭😭❤
❤❤Q❤❤❤❤❤❤❤
😭🥰
❤💙💚💛💜
dawe
😊😊😊😊😊😊😅😊😂
hmmm🥺
Timeless dev for ever...
💔😔
Gabayo
😢😢😢😢😢
5341
🥲🥲🥲🥲🥲🥲
J
Ahii siribaa kana uuuuuf dhagefadhee qufuu garaa na boresa
❤❤❤❤
😭😭😭😭
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
❤❤❤❤❤❤❤
Yaadannoon sirraa qaba!
Raadiyoonii koo baadiyyaa siinan yaadadhaam - ijoollummaa koo fiddee na dura dhaabda!
SOOLANEE!❤️❤️❤️
yadannoo guddaa qabda miti adugna keenya
Time to bring back these 1990's tunes!
Yeroon yeroodhaam ajaa'iba hundu darbe asgeenyem yaadano ijooluma ❤
Galatomii bayyee namii tolaa sirbii kee😍😍
Bakakkaa intarteemant kan oromooti❤❤❤❤😍😍😘😘😘😘
sirba jaalallee kiyya nayaadachiisudha
Dawwitee!! Waggaa Kuma Kumaatama nuuf jiraadhu!
😭😭😭😭😭Wayii sirba kana anuma batem💔🙏
Dhugaa bayyee tokko si dinqisiifadha❤
Long live Dawite, Amizing Oro koo
I go back to 20 years