Mashaa allah obbolessoo mahiir🙏rabbiin akkanumattii irraa gadi si haa dhabuu wantii amantii ofii caaluu hin jiiruu Rabbiin sirraa jalatee irrattii si haa jalatuu obbolessaa qalii maheer ❤mashaa allah aleyk❤ tana wan qanyii hin qabnee ofii dubartidhaa subhanallah isaa kaa dhiratuu irraa of jibbee😢
Masha allah iraa jenee Rabiin amas akanaraa isaa jijirin ani mataa kiyaa duran kama dhufee cequutii nabuee galgala cequn nadhukubdii udaa nama cabaxuu dhisee nagayatii taree Allhamdulilahii masha allah
Maashaallaahu obbollessa keenna wallah hedduu takka sidiqisifadha akkumma amma haqaa irratti gadi dhabate kana rabbii si wajjin haa tursisuu baguma intala rifeensa qulaa deemtu salphifte araa kakatti kan marata sijalliisu deemtu kana dide
Link tana xuqaa TH-cam Maher Subscribe godhaaf
www.youtube.com/@maherahmedo
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
Maaliif saalfachiiftaan?
Mu,azee fatani
mahir best man
i love you so much
Maher Akka Dhalaa Harka hin fuune Nuti saahibboonni isaa Ragaa ni baanaf Arraa Hanga duraanu Beeyinu caala Barree Jirraas
Maashaa Âllâh Mahir Rabbiin irratti sihaa jabbeessu Haala kanarratti Nu boonsite sin boonna hbbi kiyya ❤
❤
ATI ho siif hayyamame mo dhala laaquun ya habibi akkuma gammachun jirtu Gaddi du.a dhufa 😢 uf qipgessi
❤
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته يا ماهر نعم أنت ماهر بارك الله فيك جزاك الله خيرا وحفظك الله من كل سوء ومكروه
طوال الله عمرك أنا أحبك في الله
From today I have big respect for mahir 🤝
Ammo jaffe rabbi khaatima si haa tolchuu
Yaa mahir Rabiin jartii aka ketii sif hakenuu anu isaa dinqisifadhee masha allah
Mashaallh
Mashaa Allah mashaa Ållååh Ťåbåřåķåållah mucaa rabbin guddan sii haa jaalatu Wly 😢😢😢😢😢
Masha allhaa taabrkllhaa ijaa siira ha qabu rabbii siira ha jalatu akknimani it fufi mahir hedu si dinqsiifanee jabdhuu barkllhu fiki
Mash Alh Rabin sira Ha jaltuu obolesa ko❤
Masha allah wly akkanumati nufii itti haa fufuu rabbii wajiin
Mashalaa 😘😘
7:05 siriti m Allah irraa ja,aa
Mashaa Allah tabarakallaah rabbiin sirraa haa jalatuu ❤❤❤❤❤❤osoo akkuma kee kanaa tahee dhiiri hundii mee namnii akka koo sitti tolee like 👍 godha
Masha Alh Rabin sirh ha Jalatuu Namnii muslimaa toko Yokii dubartii Jartii isa hin tinii dhala Hajii Nabii iti Maramuu Yok Harka Fudhun Shariyaa Muslima kesati dhorka dhaa Baye si Diqsifadh Munashida kenya Munashidii Mahir Jabadhu❤p🎉 Jafee hojii ke nyadhu Ati😢
Assalamu Aleykum warahamahatullahi Wobarakatuhu
ani haa dhufu obbolewan keenyaa Obbolessa Keenna يا اخونا العزيز سترك الله فوق الارض وتحت الارض
Rabbin dachii gubbatis Dachii jalattis sihaa Sattaru Sirraa gamannerra baga harka Fuudhu didde Rabbin Adada oolte bultuun Imaana siif haa dabalu✅
Ati yaa obboleti tiyya dhaamsa diqoo sii qaba sirra beeke miti homa natti Fakkate male yo sitti ballese dhiifama jechaa hadaraa Mataa kee Sirnaan Cufadhu Yero Vidio seentu Tahe yero manaa baatus Shaarbi mata Walakkati hin uffatini Qajeelituma dhokfadhu Osso hin beeyne namni heddun Fattanamu dandaha Fattanufi Fatanamuu irralle Rabbin nuhaa Eegu yoon ballesse dhiifama
وَعَلَيْكُمْ السَّلاَمْ وَرَحْمَةُ اللهِ وَبَرَكَاتُهُ❤❤
Ws.wr.wb
Dhugaa jette
Wl wr wb mashallah
Dhugaa keeti ❤
Guyyaa sadafafis dhagefadhu 🙏🙏 pirazer kkkkkkkkkk ayii jafe ojiikee nyadhu😂😂😂😂😂😂
Masha alla mashaa allah masha alla amire qaxale wallahii obbolesa kiyyaa qali bayyen siti gamade akknumati itifufi rabbin sira hjalatu qaxale kiyyaa
Baraa sabrii qabaa maher kabajaas qaba mashaa allah tabarakkallah osoo nama tokko tokko tahee yonaa wan meqaa ballessee mashaa allah obsaafii kabajaa qaba
Mashaa Allaah mashaa Allaah mahir kenyaa galatomii Sif hadhagahu imana qabachukee ibsaa ❤❤❤ obbollesaa Akiraa
Mashaa allah obbolessoo mahiir🙏rabbiin akkanumattii irraa gadi si haa dhabuu wantii amantii ofii caaluu hin jiiruu Rabbiin sirraa jalatee irrattii si haa jalatuu obbolessaa qalii maheer ❤mashaa allah aleyk❤ tana wan qanyii hin qabnee ofii dubartidhaa subhanallah isaa kaa dhiratuu irraa of jibbee😢
Masha Allah mahri
Mashaa allah garu jaffe waan akkana kun dogongora garan namatti rifata maahir obboleessa koo qalii mashaa allah namni shariyaa kabajaa jechuun akkana
Rakkoo karaa kanaan nama muudatu rabbi qofatu beeka ka hin beeyne kolfuu danda'a
Amazing bro !!
I appreciate your mashallah ❤
Mashaaa allaa mashaa allaaa mashaa allaaa mashaa allaaa mashaa allaaa mashaa allaaa mashaa rabbiin sirraa haa jalatuu obbolleessaa koo qalii rabbiin akkanummat fixaa siif haa bassuu
Masha allah iraa jenee Rabiin amas akanaraa isaa jijirin ani mataa kiyaa duran kama dhufee cequutii nabuee galgala cequn nadhukubdii udaa nama cabaxuu dhisee nagayatii taree Allhamdulilahii masha allah
😂😂
Mashaa Allah Qeerroo akka mucaa kana Rabbiin nuuf haa bakusuu wlh Mashaa Allah Rabbiin siraa haa jalaatu ❤❤❤❤❤❤❤❤
Mahir is king
Mashallaah Tabàrakallah Allaahu akkubar wollaahi Rabbiin sirraa haa jalatu obolleesa koo❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaaa alhaa Yaa Maher Umrii dheraadhu
Rabbiin ammaallee Imaanaa daballee dabbaallee isiinif haa kennuu
Mashaallaah tabbarakall mussilim dhugaa jechuni kana kuno wora nashidda bassu qofa hin jene shariyan issilam nuniddi keessanu dhirafi dhalaa woli hin 🤝❌🤝jedhe
Maashaa Allah mahir sirra kaase jira ani wanni na kolfisiisee wardaan ani sheeka suudanituu salaamata fuudhe ka jettu sheeynni suudaanii nama olii 😂😂😂
😂😂😂😂😂😂
I’m from Minnesota Mahir Masha Allah
Muaz irtii dalagii ❤❤
Yaa maashaa Allah Rabbiin kan akanaa nuf ha Bayisu😢❤❤Rabbiin siraa ha jalatuu Obolesa koo❤
❤❤❤
Qashatii😅
Masha allah mahir
Mee muez nu fettani bro❤❤
mashaaa allaah tabarakalaah mahir mucaa nashiida mioftu sagale ajaiba qabuu rabbiin umrii dheera siif haa kenu
Saluu allh nabii Muhammad ❤
Sallallahu Aleyhi wassallam ❤
Masha Allah tabarakallaa ❤❤🎉
صلی الله علیه وسلم
Masha Allah mahire obbbolesaa ko rabbin siif haa dabaluu yaa rabbii 👍👍👍👍❤❤❤❤
Mashalhaa ❤❤❤hbb Kiya naf jiradhuu
Ammalee warra isaa wajji nashida basee irratis nuf hojjadhu garuu masha Allah wly❤❤❤❤❤akkanumati itti fiffii ijara hafii🎉❤❤❤
Wow amazing man!!!!!!!!!!!!! He is the best Masha Allah
Mashaa allah tabarakallah rabbii imanaafi soodaa isaa dabalee siif haa kennuu yaa mahiir rabbii dararaa fi dubraa tenyaa cufaahuu akka ketii nuuf haa heddumeysuu
jaaffee ati amma mucaa kana isa salphisuu yaaddeet turte garu inni gbaziidha
maashallah maashallah maashallah maashallah wllhi hedduu nama gaariidha gurbaan kuni maashallah rabbiin sirraa haa jaalatu
Dhiraaa dhugaaa jechuun kanaa ♥️♥️♥️♥️♥️ወድ ወድ ♥️♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏
Wly hedun dinqisifadhe fb irrati lalletin lamadda TH-cam kee jalla dhufe lalla Wly nama addati masha Allah ❤
Jafe kiyya akka naaf jetun intalla sharafa qabdu tan akka teti tan namusa qabdu siif haa kenu rabbin jeiin ammas tasgabidhan hasawa🎉
Masha Allah 😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤
Wwwwwwww Mashaallha heduu Ajibaa natii tee Aboo rabinii siraa jalatuu
Muaaz nuu fidi jafe ❤❤
Ee
Waw maasha allaaaaaaa tabarakalaa wlyhilazim e
Heduu taka nama garidha atii akanumatii iti fufii qalii
Mashaa Allah ❤️💫
Mahir king of king ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mahrii Mashallahàa Mashallahàa 🎉🎉❤❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂
Mashaa Allaah haaluma khanaa itti fufi rabiin bakkaan yaadde hundaa sihaa gahu wallaahi❤❤❤❤❤❤❤❤❤
mashaallaa❤❤❤❤
Mashaa allha munashidaa kenyaa heduu sii jalanaa rabbii halaa kanaraa sii haa jabesuuu hbbii❤❤❤
Muaz ❤
Masha Allah dhiraa Rabbii nuf jiradhuu my brother ❤❤❤❤❤❤❤
MaashaaAllaah 👏
Mashallah Rabbin sirra ha jallatu🥰🥰🥰baga didde kun isaa hin satarattu rifensallee amma wayya oddu bakkee si busu offatte dura demuun hin ulfatu😢
Mashaa Allah 😭😭😭😭❤❤❤❤❤
Maashallah Sahiba barnota gudda irra fudhanne Galatomi 🙏
Part 2 Munshidan akkan jaaladhufi kabaju Munshid Abader Ahmed prank nu godhi Jaffe kiyya qaali❤
Maashaaallaha ❤
Munaashiid kenyaa kan sagalee kiloolee ajibaa tanaa akkan namatii tolti nashidaan isaa rabbiin siif haa dabaluu jabadhuu
Maashaa allaah 🥰 ☪️ ♥️
Jaafe please rabbi kee sodadhu waan siraan egamne naaf hojataa duniyaa jecha akira kee balessa jirtaa rabbin sii haa qajelch astakfurulah Maher jabadhu akkuma rabbif jecha harka fudhu dide rabbin bala hundan sii haa didu intalaa atti an muslima jettu rifensa kee hagugii 2 dhoqee fulla ke dhiqii ufata rabbin dhalaf hayame ufadhu
Mashahaalaa 🥰🥰🙏
Masha.allaah Masha.allaah Rabbiin iraatii isiihaja.beeysuu Obboollesaa
Muaz❤❤❤❤❤
Mahir Akkaa obbleysaa kenyaa jabadhuu mee jafee gurbaa muaz Sharukkan oromoo saniis nuuf godhii namni Rabbii sodatuu Akkan gaa Bakka hundaa keessa tii sodaa Rabbii qabadha
مشاءالله تبارك الله ❤❤😢
Munshida Roobsan ❤❤❤
Habiibi yaa jaalalle ....
Mashaa allaah Tabarakkallaah rabbiin siraa haa jalatuu akanaa Shababni islamaa kan ajajaa rabbiif ergamaa rabbiiﷺ bakkuma hundatii gutudhaa❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂
❤😂😮😢😊😅
Wkzsirx
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂🎉
Mashallaha imaana guddaa rabbii sirraa haa jaalatu ,namni akkanaa yeroo kana argamuun ni ulfaata nama rabbiin laafiseef malee.
Masha Allah rabiin umuurii kee sihaa dheresuu dhiraa akka kee kana rabiin nuf ha bayyisuu we love you bro🎉🎉😂😂😂
Maher masha Allah rabbii siraa haa jalatuu qalii wly amala dhiraa muslima biyya saudii Arabiaa qabdaa masha Allah wly jabadhuu qalii nama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa Àllhaa baro kiyya rabbin itti sif Haa dabaluu bagaa harkaa hin fudhiin nabin rabbii salallahualeyhi wasalam namani hajji nabbi haarka fudhee akka nama ibidda jahaanam fudheeti ja'ani rabbin hunduuma keenyahuu nu ha qacelchuu jaafeelee rabbi ha qajelchuu
Saallallaahu Aleeyhi Wosallam Saallallaahu Aleeyhi Wosallam
Quliquu namaa wly hedduu dassii jettaa rabbiin siir haa jalatuu Mashaa allaa mashaa allaaa mashaa allaaa mashaa
Maasha allah mashaa Allah nama jabaadha rabbiin irratti haa irranfatu
Munshid salaah nu godhi jafee masha alaah tun heddu gorsaa nu tatee
Mashaallaah 🥰🥰 dhiraa keenyaa hundaa rabbiin akkaanaa nuufii haa goodhuu ❤❤
Uuuuuff das na jedha wly mucan Masha Allah rabbin siraa haa jalatu❤❤❤
Maashaallaahu obbollessa keenna wallah hedduu takka sidiqisifadha akkumma amma haqaa irratti gadi dhabate kana rabbii si wajjin haa tursisuu baguma intala rifeensa qulaa deemtu salphifte araa kakatti kan marata sijalliisu deemtu kana dide
Mashaallah tabarakaallah rabbii sii haa jaalatuu obolesa koo 🎉dhugaa ketii dubatii harkaa fudhuu diduu kee nuu bositaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha Allah🙏👌👌 Wlh gifti 🎁 Gudda Takko qabda Insha Allah
Lencha🦁 fakki nama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maashaa Allah An Akka Nama Takkitti Heddu Takkan sidinqisifadha
Sababi kanaan Nashiida kee Halaan Natti tole jira
Mashalaha Mashalaha Mashalaha Mashalaha Mashalaha Mashalaha Mashalaha Mashalaha Mashalaha Mashalaha obolesaa kiiyaa rabiin siraa hajalatuu in aka ketii habayatuuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
ماشاء الله maher rabbi sirra haa jaalatu akkanumatti itti fufi
Masha alla dhiira jechuun akkanaa Rabbin imaana siif ha idahuuuu
Mashaa allaah rabbii imanaa kanarati sifaa dabaluu bro❤❤
Muaz Mohamed irraati nuuf dalagii please 🙏 😢
Maashaa'a allaah rabbiin sirraa haa jaallatu hedduu hedduu sirraa gammade wallaahi obboleessa keenya maahir
Wolhii mahiir bagaa didee harkaa fuuchuu rabiin umurii sihaa dheresuu
Munashid mu'az Muhammad irratti nuuf hajadhuu 🙏 😊
Mashaa allah nuubonsite biro
Jirachu qalii koo jalatama umrii dheeraa si haa kennu ❤🤲🤲🤲🤲
masha allah mahir rabbi sirraa haa jaalatu akkanumatti itti fufi
MashaAllaa MashaAllaa MashaAllaa tabarakala Rabbi sirra hajallatu obolesakenya mahir baga dide
Masha Allah Rabbiin imanaa dabalee sii haa kenu obbolesaa kiyya
Masha Alh Abo Naf Tahe Walh Mucan Kun Masa Alh Bro ❤❤
❤❤❤❤mashaa Allah dhira nama baga islamaa nama mahir baga didee
Wow wow wow Masha Allah mahir khiyya heddu takka na gammachiste wly special confidence
Masha alla walhii yoo namani sin Arginee rabbin sii argaa bagaa dhistee eshii❤❤❤❤
Mashaallaah Rabbiin sirra haa jaallatuu sillee haa jaallatuu ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Rabii sirahajalatu saiaba Akana wajin hidemin saibi badan namabalesa