Dr Abiyyi Ahimad turtii OBN waliin taasisan

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 21 พ.ย. 2024

ความคิดเห็น • 2.1K

  • @chaliwegga944
    @chaliwegga944 4 ปีที่แล้ว +25

    Dr abiy ani oromummakeetti shake hin beeku kessumaa iyyuu yaada qajelaa ati qabdu bayyen diqisifadha waqayyoo ammaa iyyuu bekumsa fi hubannaa salamonif kennee sifiis ha kennu ani shaki hin qabu akka waqayyoo sidukaa jiru lubukee nuf haa dheressu ebbifami nuu jiradhuu ❤️❤️

    • @shibirathyupia8458
      @shibirathyupia8458 4 ปีที่แล้ว +1

      EBIFAMI dhugaa annilee
      Akkan Jedha waqayyoo hunda
      Da'daa ameen ❤❤❤❤❤❤

  • @walyahahmed7127
    @walyahahmed7127 3 ปีที่แล้ว +31

    meee rabii jedhii ijoolee sud Arabiiyaa sanaa galchii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @adanich1233
    @adanich1233 4 ปีที่แล้ว +15

    wooooooooow woooooooooow Abichuu jabadhuuuu💐💐💐💐💐💐💐🍁🍁🍁🍁🍁🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Abaa jalala attu jalala yaa Abiyyi Abaa jalaala nulee sii jalaana jabadhuu dhigaa koo🌺🌺🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷

  • @noahmerkebdegaga358
    @noahmerkebdegaga358 3 ปีที่แล้ว +16

    የአፍሪካ ተስፋ የብልጽግና የፓርቲ መሪ አንተ ድንቅ ነህ!!!!!!!!!!!!!❤❤❤❤❤❤❤❤አምላክ ይጠብቅሃል በርታ.

  • @ለባለጌጠላት
    @ለባለጌጠላት 3 ปีที่แล้ว +13

    He articulated his ideas and does it so with confidence and conviction.

    • @KawsarMahamed-b9d
      @KawsarMahamed-b9d 10 หลายเดือนก่อน +2

      ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢🎉🎉🎉🎉

    • @seef-wf6sn
      @seef-wf6sn 9 หลายเดือนก่อน +1

      sajaa

  • @jessus2607
    @jessus2607 4 ปีที่แล้ว +25

    Dr Abichooooo ለዘላለም ኑራልኝ የጌታ ጅግነ በርተ እኛም ከጎንክ ነን

  • @wakoyagirma6949
    @wakoyagirma6949 4 ปีที่แล้ว +69

    እውነቱን ለሚረዳ ሰው የቻልከውን ለኦሮሞ ህዝብ ሆነ ለኢትዮጵያ ህዝብ እየሰራ ነው ያለው አምላክ ከመላው ቤተሰብህና ለሀገር መልካም ከሚያስቡት ሰዎችን ጭምር በኪነ ጥበቡ ይጠብቃቹ።አሜን

  • @tesfayediriba2899
    @tesfayediriba2899 3 ปีที่แล้ว +10

    Our Hero Exellency Dr Abiy, I wish long live!! I thank OBN to invite him as to share his experience for us!!!

  • @RahmmaAf
    @RahmmaAf 7 หลายเดือนก่อน +2

    Abichuu mee oromumaa kee nuu ibisi ijolee biyyaa arabaa hidhaa kesaa nuu basii sii jalanaa atti oromoo dha ❤❤❤

  • @taethio3266
    @taethio3266 หลายเดือนก่อน +2

    ቋንቋውን አልችልም ግን ሁሌም ልክ ነህ አምንሀለው

  • @asmaamail132
    @asmaamail132 4 ปีที่แล้ว +15

    በርታ የኔ ጀግና የጣህ ገደል ይግባ የምንወድህ ካንተ ጋር ነን አላህ ካለ የኔ ምርጥ

  • @AmranMahamud-s1l
    @AmranMahamud-s1l 9 หลายเดือนก่อน +3

    Jiradhu umrinsiha dheeratu

  • @hzssjs6551
    @hzssjs6551 4 ปีที่แล้ว +15

    ዘረኝነት ኢትዮጵያ ውስጥ ዛሬ በኛ ዘመን የመጣ አይደለም ትዳር እኳን የከሌ ዘር ምንናምን ይላሉ ከሀገር ውጭ ያሉት እንኳን ኦሮሞ አማራ ኢትዮጵያ ምናምን ለወረቀት ብለው ፆታ ቸውን ይቀይራሉ ስለዚ አይዞህ የኛ ጀግና

    • @birtukanmerga6747
      @birtukanmerga6747 4 ปีที่แล้ว +2

      እውነት ነው

    • @hzssjs6551
      @hzssjs6551 4 ปีที่แล้ว

      @@birtukanmerga6747❤❤✌😍😍🙏🙏👍👍💯ለሁ @ አመስግና

  • @GetasewShumii
    @GetasewShumii 2 หลายเดือนก่อน +5

    Wow Lenca oro baga dhalatee 🇪🇹🇪🇹🇪🇹
    Dinaa si looluu yaa duu bee yeeroo tokkoo qoofa Ettii jii jiiraamii mootii Akaa kee Adu nyaa nii waalakaa Enii qabane. Of tuultii jabadhu Lenca 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @riyadyoussouf3677
    @riyadyoussouf3677 2 ปีที่แล้ว +2

    Hayyee d c abiiyyii yoofeete amaras tahi yoofeetee oroms tahi namni niyya bul chu akka keetii kanaa

  • @mekditube8754
    @mekditube8754 4 ปีที่แล้ว +14

    Nuf jiradhuuu Abichuuu🙏🏻❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @ናርዶስአየለ
    @ናርዶስአየለ 4 ปีที่แล้ว +49

    አቦ ለማ መገርሳ የት ነው ያለው
    እሱን ጠይቅልን ምን አድርገው

    • @dainasalmon6756
      @dainasalmon6756 4 ปีที่แล้ว +1

      Kerestna ABATU isayas kelbu leman alwededewm lezi new eschew sefekdu yemetal Abiye kekoye 😂😂

    • @abrahamyohanis8589
      @abrahamyohanis8589 4 ปีที่แล้ว +1

      እውነት ነው ለማ የትነው

    • @shaaficidahir2268
      @shaaficidahir2268 4 ปีที่แล้ว

      @@dainasalmon6756 p

  • @fathiyafathiya2651
    @fathiyafathiya2651 4 ปีที่แล้ว +16

    Abbichu nuuf jiraadhu 100000000000 amet niguus

  • @ephphataha
    @ephphataha 4 ปีที่แล้ว +6

    Dear Dr Abiy Ahimed prime minister of Ethiopia ! you are blessed, highly wised, i have to say one thing , it is your wisdom and imagination is >= requesting the generation answer. Your enemy is just like Dianosseres ,i.e one day they will disappear from the season. Jesus Christ with you, Jesus helps in his wright hand !! God Bless you 4'ever!!

  • @Kedutube-sc3jx
    @Kedutube-sc3jx 3 หลายเดือนก่อน +3

    An takkaa oromummaa kee shakkeen beeku jabaadhu gamna keenya qabsootti jirtaa amma biyyinuu jijjiiramtee jirti jabaadhu dr keenya ❤❤❤

    • @HnanSwlima
      @HnanSwlima หลายเดือนก่อน

      Jaal,marroo

  • @chaltushemu7952
    @chaltushemu7952 4 ปีที่แล้ว +12

    Dr Abbichuu Jabadhu

    • @lililili7266
      @lililili7266 4 ปีที่แล้ว

      I love u Abbichu! 😍

  • @atsadutilahun5077
    @atsadutilahun5077 4 ปีที่แล้ว +12

    Rabbi sii haa gargaruu Abichuu koo waan hunduu rabbii wajiin jabbadhuu

  • @shewuyemareyamlijshewuyema2132
    @shewuyemareyamlijshewuyema2132 4 ปีที่แล้ว +12

    Dr Abiy Egziabher Amelak ke kefu hulu yitebikot Rejim Edime na tena yistot wedddddddddd

  • @صابره-ش5غ
    @صابره-ش5غ 4 ปีที่แล้ว +6

    Dr Abichoo isn jalana isn kabajan hoji kesan dhuga qabataman araga jira 🇪🇹🇪🇹🇪🇹😍😍😍👍👍👍👍👍

  • @tsehayregassa6853
    @tsehayregassa6853 3 ปีที่แล้ว +3

    አቢቹ በርታ ግን ዶክተር ለማ መገርሳን ወደ ስራው መልሰው ምክንያቱም ለአንተ እዚህ መድረስ እና እንዲሁም ለዚህ ለውጥ መምጣት ትልቁን ሚና የተጨቱው እሱ መሆኑን ማናችንም እናውቃለን!!
    ያንን ስታደርግ እግዚአብሔርም ይረዳሃል!!

  • @halemahalema6508
    @halemahalema6508 4 ปีที่แล้ว +7

    Abiyii kasayee biyee kijibii guraa sii qabanii saree akaa ketii imaa mililikii duanii akaa ketii kanatuu nuu buchaa argaa kee sii hin barabaduu

    • @mmogavkefiling
      @mmogavkefiling 21 วันที่ผ่านมา

      seexana ati isheen akkana haasoftu tun sare

  • @sofiahussein9371
    @sofiahussein9371 4 ปีที่แล้ว +15

    አስለቀሳችሁኝ እንባየን መልሱ 😢😢😢 ለካ ምርጥ ምርጥ የኦሮሞ ልጆች አሉ ኮመንቱ ጠቅላላ የአብይ ደጋፊ ነዉ. 💚💛❤ እወነተኛ የኦሮሞ ልጅች አገር አጥፊወችን ምክሩ አዳንዲ የትግራይ ተወላጆች ምን ይላሉ ኦሮሚያ ትደዲ ትግራይ ክልል ግን ኮሽ ካለ ወጋ ትከፍላላችሁ ይላሉ አያችሁ ምን ያህል ብልጦች እደሆኑ ከዛ እኛ ወደ ስልጣን ስንመጣ እናለማታለን ይላሉ.

  • @janankeedubaijanankeedubai8922
    @janankeedubaijanankeedubai8922 4 ปีที่แล้ว +10

    Abichuu koo nuf jiradhu 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @YaadataBakkalcha
    @YaadataBakkalcha 2 หลายเดือนก่อน +1

    ❤❤❤ dhugaa jirtuu kanuma

  • @Maka0-o6s
    @Maka0-o6s 3 หลายเดือนก่อน +1

    Dr abiyii saboona oromo hin jalana❤

  • @mooneetsolomon9995
    @mooneetsolomon9995 4 ปีที่แล้ว +22

    Oromoo bilisumtee jetuu yeroo hundaa essa jiraa ok ilmaan oromoo du,uudha mirgaa dubbachuu dhabbuudha yaa rabbii imaani ilmaani oromoo lafaa hin godhni

    • @kemotube7302
      @kemotube7302 4 ปีที่แล้ว +1

      Ammas olaantummaa seeraa eeganii mirga ofiitiif falmachu mootummaan hin dhorkine irra caalaan keenyammo worra qabeenya ummataa balleessaa lubbu namaa balleessaa mirgiko naaf haa eegamu jechuun fafa mirga ofii kabajsiisuuf dura olaantummaa seeraa kabajuun dirqama keenya

    • @tgabebe4094
      @tgabebe4094 4 ปีที่แล้ว +1

      @@kemotube7302 beeki Abbo kana kan nurraa eegamu dura dirqama keenya bahu qabna mirgaa keenyaa gaafachuuf.

    • @sadoman7640
      @sadoman7640 3 ปีที่แล้ว

      Dr Abiyyii wly Dhugadh Atii

  • @lastseniqueensena7271
    @lastseniqueensena7271 4 ปีที่แล้ว +34

    Koye isan oromo yoo tahaan maalfi naftenya ilimo oromo maaf eriga haccukenyaf mafa dhugaa hin basu isani dubatan fi kan hoojaataan waaliibraa hin dhufu

    • @yewalolij3604
      @yewalolij3604 4 ปีที่แล้ว +1

      Kan afaan keetiin dubbatte kana osoo irraa hin hirr'isin dalagaarra olchi haasahuun faayidaa hin qabuu

    • @rahelabebe7854
      @rahelabebe7854 4 ปีที่แล้ว +2

      isaan jettaani sanu isa jechuunu itti guddate

    • @zenashlikisa8777
      @zenashlikisa8777 4 ปีที่แล้ว +3

      WOW ❤

    • @jamalabdullah783
      @jamalabdullah783 4 ปีที่แล้ว +1

      Oromo fixee ta

    • @ibrahimanwar978
      @ibrahimanwar978 4 ปีที่แล้ว +2

      Dhuga keeti! Gaafii dhuga fi ifa ta’ee kan garaa Ummata Oromoo kessa jiru gafatte. Galatomi Ati. Garu gaafii kenya Hojii hottatun Gantu fi Diina Oromoo ta’uu isaa Guyyuma Guyyan Nuuf mirkanessa jira. Nafxanya Haadha Raaw kana🦶🦶🙅‍♂️🙅‍♀️

  • @yegatarelijnegnethio1380
    @yegatarelijnegnethio1380 4 ปีที่แล้ว +10

    Abishu wagga 100000 nufi jiradhu 👍👍👍👍👌💯

    • @madinaalali584
      @madinaalali584 3 ปีที่แล้ว

      👍👍👍👍💐💐💐

  • @madinaa1452
    @madinaa1452 2 ปีที่แล้ว +1

    Abichuu abba mala womtu hin batuu jala ❤❤❤✊✊✊

  • @kiyaethiotube1253
    @kiyaethiotube1253 4 ปีที่แล้ว +11

    አቢቹ የኔ ጀግና😍😍😍😍

  • @sifanlove2937
    @sifanlove2937 4 ปีที่แล้ว +7

    Doctor abiyi haccee keena entuu nyatee

  • @ማረናታማረናታ-ጨ4ተ
    @ማረናታማረናታ-ጨ4ተ 4 ปีที่แล้ว +12

    ምጥ መሪዬ ሽ አመት ግዛን

  • @yohannes7901
    @yohannes7901 3 ปีที่แล้ว +4

    It is a blessing to have some one like you who does love his country and the people. More power to you PM Abiy.

  • @bekridano
    @bekridano 4 ปีที่แล้ว +4

    Abyi you are the best. I am totally agree with you. I am not born far away from the place you born you are the best Oromo.we all hold others together and form best Ethiopia for all.

  • @Werebiya9334
    @Werebiya9334 3 ปีที่แล้ว +8

    ዶክተር ይባርክህ!! በደልን በበደል መመለስ ደካማነት ነው!!

  • @robarobert6370
    @robarobert6370 4 ปีที่แล้ว +6

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ si jallaan dokteer

  • @oromiyabirthoromo1916
    @oromiyabirthoromo1916 4 ปีที่แล้ว +9

    long live king abichu we love you

    • @sofiahussein9371
      @sofiahussein9371 4 ปีที่แล้ว +2

      ስዉዲሽ በአስተሳሰብሽ 😘😘😘

  • @bxhdhxnxb5718
    @bxhdhxnxb5718 4 ปีที่แล้ว +17

    Yaddaa kanaratii dhugaadha namnii kenyaa guddicha nama ynk mijachuu nama hin jalatuu
    Ani yeroon garaa biyyaa ormaa dhufee hojaadhe of jejjiruu barbaduu dhimaa wayitif karaa tokkoo deemuu barbadee obbolesii tokko Akka naa wajiin deemuun gaafaadhe
    Obbolesii suuni Tolee naan jedhee jechaa tokkoo naaf ibsee
    Innis warrii farnjotaa guddina ynk jijjirama nama tokkoo yoo Argaan wwwww jedhanii harkaa walitii rukkutu giddins saanif hamilee Namaf keenuu 👈🏽jedhee
    Garuu namnii kenyaa guddinaa namaa ynk jijjirama namaa yoo Argaani ni gaddu hamilee namas busuu 👈🏽 jedhee
    Egaa nama kanaa ofiti qaba hin innafina hamilee kennafi yoos nuus ni guddaana👏

    • @safaasafaa6973
      @safaasafaa6973 2 ปีที่แล้ว

      😍😍😍😍😍😍😍😍💝💝💝💝💝💝💝

    • @TsigeTsie
      @TsigeTsie 5 หลายเดือนก่อน

      ❤❤❤of course galatomi jecha kana nuf ibsu ketif❤❤❤❤​@safaasafaa6973

  • @AgewKemant
    @AgewKemant ปีที่แล้ว +7

    VICTORY FOR OROMO DEMOCRACY FREEDOM FIGHTERS WBO ♥️🌳♥️✌🏽
    Psalm 6:10
    All my enemies will be overwhelmed with shame and anguish; they will turn back & suddenly be put to shame☝️ AmennnnnnnnnnnAmennnnnnnnnnnnAmennnnnnnnnnnnnnnnnn🙌🏾🙌🏾🙌🏾♥️🌳♥️💪🏾💪🏾💪🏾

  • @enmaaapp8839
    @enmaaapp8839 9 หลายเดือนก่อน

    Kabajama fii jalatama umata OBN kabjadhan gafii tokko qabba gafiin kiya ijjolen mana hidhaa malif achitii dhuman suditi irra baratanii.jirani hin gaya akka nuf bayan kabajadhan issin gafadha ????? Sagalen dubachuu barbada kan kana irra hafe wayee oromo n tokko ta,ee jalaalafi kabajadhan akka wojjin jiratu hawaii kotii tokko tanee akka demnuu isinin jedha Sagalen oromo n tokko❤❤❤❤❤❤

  • @lizaliza8289
    @lizaliza8289 4 ปีที่แล้ว +10

    Jabadhu abichuu Koo 💪🤙 🤙

  • @konju283
    @konju283 4 ปีที่แล้ว +16

    ፈጠር ከነቤታሰብክ ይጠብቅህ ምርጥ ማር

  • @tisgekaafniinama1538
    @tisgekaafniinama1538 4 ปีที่แล้ว +16

    ትክክል ነው ኦሮሞ እርግማን ግፍ ይፈራል ግን አሁን ኦሮሞ የምሉት ኦሮሞን የምያሰድቡናቸው በእውነት አንተብቻበርታ

  • @AberaTGudeta-v9i
    @AberaTGudeta-v9i 4 หลายเดือนก่อน +1

    Haa jettu jettuun abichuu koo.jabadhuu

  • @hinantube3799
    @hinantube3799 4 ปีที่แล้ว +10

    Egaa akkas ta'ee mumicha Kenya Hacaluu Kenya hoo maltu nu jalla nyatee. Kana nuf himi mee

  • @yeshibelete486
    @yeshibelete486 4 ปีที่แล้ว +11

    🌷⚘🌱🌱🌲🌲🌹🌹🌲🌲🌲🌲🌱🌱nama.kaayoo.jaabadhuu

  • @yaarabbiikoobosafisodaakee1211
    @yaarabbiikoobosafisodaakee1211 4 ปีที่แล้ว +7

    Saarichaaa wayii argama namachaa kanaaa uffffffi rabbiini sii haa kasuuu inshaa Allaah😭😭😭😭

  • @frehiwotteshome1905
    @frehiwotteshome1905 4 ปีที่แล้ว +3

    ኡፍፍፍ ጥሎብኝ ስወድህ እድሜህ ይርዘም የኔ ጀግና

  • @TujjaarAbdallah
    @TujjaarAbdallah หลายเดือนก่อน

    💗💗💖❤️‍🔥dhuga keti Abiyyu nuuf jiradhu ❤❤❤❤❤

    • @AhmadNuur-o3z
      @AhmadNuur-o3z หลายเดือนก่อน

      Ahmadanur Gaalii woti haran maalii

  • @WerkeAlemu
    @WerkeAlemu หลายเดือนก่อน

    Namni sin shaakuu shaakaamtuudha umurii keessaa dachaa dachaa haa daabaluu gaafii aaduunyaan deebii dhaabeef furmaata ta'a eebifaama waaqayyoo kaan caaluu sif haa keenuuu jireenyaa bara baaraa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ani baayeen waaqayyoon gaaladhaa waa'ee keessanif

  • @መሪየም-ጨ3ዀ
    @መሪየም-ጨ3ዀ 3 ปีที่แล้ว +9

    አብቹየ🇪🇹😍

  • @peacelove9531
    @peacelove9531 4 ปีที่แล้ว +9

    I wish I can speak Oromo. I am learning though . Dr. Abiy 😍

  • @workualemu7637
    @workualemu7637 4 ปีที่แล้ว +7

    ስላላወቁህ ጠረጠሩህ አንዳንዴ ብቅ እያልክ እንዲህ ራስህን ግለጥ
    ሃሳብህ ሁሉ መልካም !!!!

    • @classymobiles2288
      @classymobiles2288 4 ปีที่แล้ว +1

      Dubbi essa essa waliti fiddu?kan amma dubatanifi kan lammi orommo iratti rawatama jiru wal madalame?bayye ulfata wana hin fakkane yero midiarati assoftu .

  • @riko-do9hl
    @riko-do9hl หลายเดือนก่อน +1

    mee rabbii jeedhii notewrkii nuf gadhisi salalee maati keenyaa yanee❤❤❤😂😂😂😂😂

  • @zaraketzaraket567
    @zaraketzaraket567 4 ปีที่แล้ว +1

    Aboo nuuf jiradhuu atii ejannoo gaarii qabatee jirtaa.

  • @shewuyemareyamlijshewuyema2132
    @shewuyemareyamlijshewuyema2132 4 ปีที่แล้ว +11

    Hammaa keessaan kaan yaduu irraa isiin yaa Olchuu nuuf jiradhaa Lencaa Lencaa Ollii wedddddddddd

  • @birke9166
    @birke9166 4 ปีที่แล้ว +7

    Waqayo karora kee fi abuju kee siif yaa dhugumisu umuri dhera waqayo sii yaa kenuu Dr abiyyi

    • @اللهمساعدني-ط5س
      @اللهمساعدني-ط5س 4 ปีที่แล้ว +1

      gadhee namni sammuu keetiin xabatu dem asii👊👊🔪🔪🔪

    • @ashenafigetu4671
      @ashenafigetu4671 4 ปีที่แล้ว +1

      kayoonsa oromoo ballesudha. inomoo yommiyu hin tahu akka gadafitti tubbo kessatti du'a

  • @ganatnugusee4583
    @ganatnugusee4583 4 ปีที่แล้ว +6

    Tolee kaa garuu jabaadhuu ❤️💚❤️💚ⓄⒽⓄⓂⓄⓄ💪

    • @kiyyachannel7316
      @kiyyachannel7316 4 ปีที่แล้ว +1

      Jabadhu kan jetu oromodha jedhe oromo waan ajesefidha

  • @user-lx5iv8ji2tHomeboy
    @user-lx5iv8ji2tHomeboy หลายเดือนก่อน

    Waaqayyo umrii dheeraa fi fayyaa gaarii akka isiniif kennu abdii qabna❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @SamSung-mh1bg
    @SamSung-mh1bg 4 ปีที่แล้ว +2

    Haree woyi Abiyot must go

  • @alemayehujaleta1246
    @alemayehujaleta1246 4 ปีที่แล้ว +15

    Dhugaa Nama kanaa Waaqayyo qofaan kaffalu.

  • @HusseinAli-bn3bk
    @HusseinAli-bn3bk 2 ปีที่แล้ว +5

    God bless Dr. Abiy Ahmed. We Borana Kenyans are proud of you.

  • @firwfirw864
    @firwfirw864 4 ปีที่แล้ว +5

    በርታልን ጀግኖችን 💚💛❤👍🙏

  • @CabdiMuuse-lj2ry
    @CabdiMuuse-lj2ry ปีที่แล้ว

    ❤❤❤❤❤❤❤🎉aka oromo tii hasawagah irafata thnee dabarse Jira dokthr abiyi oromo yo galefi jechi Kun irhafathmu qabuuu yomomahhuu❤🎉

  • @user-lx5iv8ji2tHomeboy
    @user-lx5iv8ji2tHomeboy หลายเดือนก่อน

    እንኳን ደስ አለህ ለኦሮሞ፣ ለኢትዮጵያ፣ ለአፍሪካ፣ ለአለም፣ አንተ ድንቅ ነህ በሥራ አለም ያደንቃሃል መሪያችን እንወዳሃለን ኑሪልን❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @workualemu7637
    @workualemu7637 4 ปีที่แล้ว +15

    ወንድምህን ለማን ግን አትርሳዉ !!!!

  • @oromiyabirthoromo1916
    @oromiyabirthoromo1916 4 ปีที่แล้ว +13

    ዓቢቹ አትቀየማቸው ወገኖቼን ያፈሰሱት ደም ዋጋ ስላላገኘ ነው ለግዜው ዓቢቹ አትርሳው 2003_2010 ኦሮሞ የተከፈለውን መስዋት

  • @zeytuuannolee9552
    @zeytuuannolee9552 4 ปีที่แล้ว +6

    👍👍👍👍 Sii akkumaa atuu jette rabbin sii gargaraa

    • @BashoTrio
      @BashoTrio หลายเดือนก่อน

      👏👏👏👏👏🙏

    • @BashoTrio
      @BashoTrio หลายเดือนก่อน

      👍👍

  • @SaadAhamad-j4x
    @SaadAhamad-j4x 2 หลายเดือนก่อน

    Abaan siin oromomi.ju.u ifiif oromomi dhugaa rabbii Namni waan ifii qabu.naman ja.a

  • @tajirbadrii7719
    @tajirbadrii7719 2 ปีที่แล้ว +1

    namni oromoo ajesu oromoomiti

  • @abenezertadele7149
    @abenezertadele7149 4 ปีที่แล้ว +8

    በርታልን

  • @bonita6077
    @bonita6077 4 ปีที่แล้ว +24

    Erga Haceen du'ee nama na jibisise oduu ke dhisii dhuga hacaluu basii hayyota kenya hikii

    • @zene2577
      @zene2577 4 ปีที่แล้ว

      dhugaa ketii

    • @aayshahathija7706
      @aayshahathija7706 4 ปีที่แล้ว

      Dhugaa keeti

    • @tgabebe4094
      @tgabebe4094 4 ปีที่แล้ว +1

      Kan haacaalu ajjeese hayyoota keeti

    • @seenaoromoo3492
      @seenaoromoo3492 4 ปีที่แล้ว +2

      Dhugakeedha isayyu afan bane oromodha jedha

    • @bonita6077
      @bonita6077 4 ปีที่แล้ว +3

      @@tgabebe4094 hin faradin sitti faradama.

  • @rewdalove1914
    @rewdalove1914 4 ปีที่แล้ว +7

    አላህያግዚህ ምርጥ መሪነህ

  • @Badho-j3i
    @Badho-j3i หลายเดือนก่อน +1

    Jaabadhu❤❤❤❤

  • @rahimaanaziif735
    @rahimaanaziif735 3 ปีที่แล้ว

    Injifaanoon kaan itopiyaatii 🇪🇹🇪🇹🇪🇹✔️

  • @ofinbontube6350
    @ofinbontube6350 4 ปีที่แล้ว +5

    Dr. Jabadha rabbi rakkoo tana nurra haa dabarisu

    • @zamzammustafa1420
      @zamzammustafa1420 4 ปีที่แล้ว

      😷😷kijibni kun korona calaa

    • @zamzammustafa1420
      @zamzammustafa1420 4 ปีที่แล้ว

      Dursa abban koo oromodha hatii koo amaradha jedhe amma maal hasaya mummichi ministeera kun jarana kkkkk

  • @madhukk5520
    @madhukk5520 4 ปีที่แล้ว +11

    Maluma ta.a namni hundu oso akka keeti yaade abbichu ko jadhu kan waqayyoo ka.e enyuutu gadibusa

    • @nanifirometube7116
      @nanifirometube7116 4 ปีที่แล้ว +1

      Kani aka abichu iyayu olani hini arigatani dhuga waqayo umuri dhera isafi ya kenu

    • @Oromummaa99
      @Oromummaa99 4 ปีที่แล้ว +1

      Eee isaaf hakennu umri dhera

  • @emebethaile8539
    @emebethaile8539 4 ปีที่แล้ว +4

    የኛ የ🇬🇭 ኢትዮጵያ🇬🇭 ልዩ እንቁ ❤መሪችን ❤አብያችን ❤ የኛ ጀግና nuufii jiraadhu wagaaaa bayeeeeeeeeeee ሺ1000000000000000❤ኑሩልን የኛ ንጉሥ እግዚአብሔር ይጠብቅህ
    *እግዚአብሔርጌታዬ፣አምላኬ፣ንጉሴ፣የሰራዊት ጌታ*
    *የአለም ቤዛ❤ መድሃኔአለም ሆይ በቃችሁ በለን🙏*
    *ሀገሬን ኢትዮጵያን💚💛❤በአንድነቷ ሰላምን 🙏ፍቅርን እዘዝላት በቃችሁ በለን አሜን*
    ኢትዮጵያ ናት ሀገሬ ክብሬ መመኮዬዬዬዬዬዬዬ🇬🇭🇬🇭🇬🇭🇬🇭❤ለዘላለም ኑሪልን

  • @bahiyasharafaldin2735
    @bahiyasharafaldin2735 4 ปีที่แล้ว +1

    dr Abyi jabadhu attii gowwoottaf bottan qabduu gotta koo attii 💗💗💗💗

  • @ziiriiyaniidarasoo7303
    @ziiriiyaniidarasoo7303 ปีที่แล้ว

    Jiba kanafu oromoni akati Kabaja aragate jenyudha bakudati ya allllllll الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله

  • @meryamealemu8336
    @meryamealemu8336 4 ปีที่แล้ว +4

    Agarachene salame yadergawe

  • @yussraamedia3452
    @yussraamedia3452 4 ปีที่แล้ว +9

    Kkkkkkk
    Hati issaa yom galtee oromo tatee? 🤔 😍 Gaffaa nobel fudhatee waraa addi affan hin bekaa jetee sobdee🙄🤔 salphatan wayi..... Rabbiin.... Sihaqajechuu nufideee osso si arguu badheee

  • @mohdbornyoung5843
    @mohdbornyoung5843 4 ปีที่แล้ว +8

    Oromuman ke shaki qaba, oromon oromo hinyatu,bulgu naftanyaa biyyeen sii hanyatu

  • @SurprisedCricket-ky7wx
    @SurprisedCricket-ky7wx 4 หลายเดือนก่อน

    ❤❤❤❤❤❤❤Abichuukooo nuuf jiraadhu Wagga kuuma

  • @jemalahamade4163
    @jemalahamade4163 4 ปีที่แล้ว +2

    Naf jiradhuu Lecca ko

  • @robarobert6370
    @robarobert6370 4 ปีที่แล้ว +12

    abbichuu koo waqaayyoo goftaan si wolli jirraa motii kenyaa woggaa kumaa bitii ati

  • @messimessii-e3y
    @messimessii-e3y 4 ปีที่แล้ว +6

    warri progandotaa taten akka saree iyaa olu abuchu kenyaa garuu sidhagahu hin danda.u hoji ira jira

  • @liya1048
    @liya1048 4 ปีที่แล้ว +14

    OBN Jajabewaan Koo Hojjii Heduutu Sinira Egaama Cima Itti Fufa.Hanga Sila Hojechu Qabdan Gadii Jira Waan Taef You tube Itti Fayyadama Samuu Dhalotaa Qarra Dhugaaf JirtuuTi Ni Injifatu

    • @ashenafigetu4671
      @ashenafigetu4671 4 ปีที่แล้ว +1

      yom si qarre si domsee malee?

    • @addisbereke1505
      @addisbereke1505 4 ปีที่แล้ว

      @@ashenafigetu4671 hahahahaha ilaa oromoon kan jalatuu kan isaa qaruu Osoo hin tanee kan isaa qaluu jalataa bitadhaa.. D/R abiyi nama tokkuma barbadudha jaween immo umataa adda hiree kophaa kopha hanbisudhaa kayyon isaa kessatuu ijoolee waqayoon amanan fixee kiyyoo sexana jalaa galchuu barbadaa yomiyuu d/r abiy karaa siridhaa ,warii karaa kana him barbanee immo kunoo dhigaa lammi Kenya lolasaa jiruu

    • @ashenafigetu4671
      @ashenafigetu4671 4 ปีที่แล้ว +1

      @@addisbereke1505 abiy wanti gariin inni hojatte malidha? ummata ajjesu ficicisisudha? jawar namma kam ficissise afan keyhan dubbana, adda keyhan jirrana eyhuma keyha hin jijjiru akka waqni nu hummetti jirrana jechun ballesadha? jawar yakki isaa tokko qofa sabba saf quqqamu satti. taddese birru, mammo mazamir, kkf akkuma amma atti yakkite kannatti yakkamani ajjefaman garru ballesan issani tokko qofa saba sanif quqqamu sanitti.

    • @MurtiEntertainment
      @MurtiEntertainment 4 ปีที่แล้ว

      Down 👎abiy must go

  • @JafrUsmaan
    @JafrUsmaan 5 หลายเดือนก่อน

    Dhuaa keessaani dr keenya Galatoomaa umurii dheeradhaa

  • @Dhallaatuu.DarraaAbadhoo-lx6qd
    @Dhallaatuu.DarraaAbadhoo-lx6qd หลายเดือนก่อน

    Dr abiyaa ahimed rabbiin si qabnee ijoolee saudi galchii kan mana hidhaa jiran ittin ansee biyyaa kenya darraa nagaan nuf tolchii umannii kenya dhumee

  • @asterdabidollowallaggaa3088
    @asterdabidollowallaggaa3088 4 ปีที่แล้ว +14

    Abichuu sin jaal'adha sin kabaja garuu du'u ilmaan oroomoo kanaaf garaakee jabatee dhagaa taateem maaloo qawween oromoo bulchuun kun hamam si gammachiisa harkikee maaliif dhiigaa ta'a na gadda baay'ee ""yoo dhuguma guyyaa tokko dubbii waaqayyo dhageesee yoo taate waaqayyoon sodaate du'a ilmaan oromoorraa kana kaasii ::kan dhumaa jiru ilmaan haadha iyyeesati ,,, ijoollee haadhi qoraan nama guurtee guddiftetu gara qalla'aa dhumaa jirti.garaan kee haa gadduu please

    • @situunafcaalayesuskomasrat9891
      @situunafcaalayesuskomasrat9891 4 ปีที่แล้ว

      Ebbifami oboletikoo hundii kenyaa hin gadiina garuu seraa kabachisuun dirqaama yon akka nanoo kotii laalu waqaayoo duratii lubbuun nama kamituu walqixaa garuu nafxaanyadhaa jecha ilmaan oromo oromo baletiin dhumee Isa bichaa mitii namnii amanti Muslimaa hin tanee 200oltuu manaraa buqa'ee fi Kan sefidhan gora'aamu sun ilmaa namati hadhokoo motumaan oso jiru akaa Wan motumaan biyaa kesa hin jiree ta'e

    • @asterdabidollowallaggaa3088
      @asterdabidollowallaggaa3088 4 ปีที่แล้ว +1

      Waaqayyo isa namarratti gara jabinaan hamina raawwatu ,, cal'isee bira hin darbu mootumman kun garaa jabatee du'u ilmaan oroomoo itti fufsiises waaqayyo inni kaleessa saba obsa qabassa fi gara laafessa kana jaarrota darbanis wantoota gurguddaa keessa waaqayyo dabarse oroomoo asiin ga'e , ammas yoo namni ,,lammiikoof ho'u dhibiyyuu,, waaqayyo ni falma ,ni murteessa:: ogummaan ,,mootota ,, lafarraa '/
      Kajeelummaa waaqayyo hin daggessu,, falmaan dhugaa waaqayyo saba dhiibame ,jibbamee ,, biyya isaa keessatti , lubbuun jiraachuuf mirga dhabe kanaaf waaqayyo ni falma,, ani nan amana jabina waaqayyo ,, madaa lammiikooti waaqayyoon malee kan fayyisu hin jiru ani kana abshir atis jiraa waaqayyo namni dhugaa dubbatu yoo dhibeyyuu ,, dhugan ofiisaa ni dubbata ,,

    • @shibirathyupia8458
      @shibirathyupia8458 4 ปีที่แล้ว

      Eebifaami waqayyoo gaafii
      Keenya hunda deebi'i fidee dhufaa gaafa tokko 🙌🙌
      Guyyaa qaba maale baadu Keenya jaalatee mitti 📚📖🙌🙏
      HIN dee'biin NU dee'biisi HIN
      goorfaamn atti nu goorsii ×3..
      GOFTAA cuubu Keenya nutti hin
      Laakkain boonyee sii kaadhan
      NU jaala diidini🙏😭😭😭😭😭
      Iyaasuus cuubu keenya nutti
      Laakkani boonye sii kaadhan nu
      Jaala diidin 😭😭😭😭😭😭😭
      kaaraa. SIIF taane irra deemen
      darbuuf yaali gudda goone ba'yee
      Sooramuuf kan yaada keen aalaa
      Tassa hin milkaa'uu koopha figaa
      maale tassa galmaa hin gaauu nuf KEENI huuban isaa n baane gaala×3,,,,.....sabani huuban qabne
      hin gaargaar J eedha duubin keetuu nuf keeni kaa huuban isaan baane gaala.........................🙏🙏🙏🙏🙌📖📚📚🎸📚❤❤❤
      Iyaasuus nuf dhufaa obsa saba koo watta baadu MAAF wal
      Jibiin laata uuuuuuuuf WAQAYYOO NUF haarariimii maalo 🙏😭😭😭😭😭😭

  • @abigailregassa1845
    @abigailregassa1845 3 ปีที่แล้ว +3

    ❤❤ No more no less!! Waaqni si haa gargaaru amallee!!

  • @yo-zv2st
    @yo-zv2st 3 ปีที่แล้ว +3

    Injifannoon kan ummata ityoophiyat💓💓💓🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹

  • @MekonnenChimdessa
    @MekonnenChimdessa 8 วันที่ผ่านมา

    Umurii kee haa dheeressu jiraadhu!!!❤❤❤❤❤

  • @lemikaleku5453
    @lemikaleku5453 4 ปีที่แล้ว +2

    Abbiiyyi kooo jabadhuu si faana jirraa hololaa hin dhagahin ati gooootaa dhugaati....mallaqa itiyopiaayaa 1(tokko) kan hin hanneedha ati si waaqatu nuuf kennee ...waan saa turee nuuf gala .!!❤❤❤❤