Gingilchaa 65ffaa: Aartii fi Artistoota Oromoo......? Mergitu Workineh, Andualem Gosa, Abush Zeleke

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 28 ส.ค. 2024
  • Mergitu Workineh, Andualem Gosa, Abush Zeleke
  • บันเทิง

ความคิดเห็น • 537

  • @romansanyiihacaaluu5985
    @romansanyiihacaaluu5985 3 ปีที่แล้ว +70

    eenyu akka kiyya qaanqee show osoo laalin dursa like godhu

  • @lamisdentertainment4470
    @lamisdentertainment4470 3 ปีที่แล้ว +13

    Ati dhugaa nama hubataadha! Rakkoo Oromoo keessa jiru gara tokkotti fiduuf yaali ati gootu baay’een ajaa’ibsiifadha! 😍
    Jabaadhu!

    • @jawarandmarro7230
      @jawarandmarro7230 3 ปีที่แล้ว

      th-cam.com/channels/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ.html

  • @kokokhan2091
    @kokokhan2091 3 ปีที่แล้ว +4

    በመጀመሪያ አድናቂክ ነኝ ሰቦና ስለወክ እደናተ አዪነቱን ያብዛልን አንዳዴ ተስፍአ ቆርጥና እደናተ አዪነቱን ሳዪ ተሰፋዬ ዪለመልማል የኦሮሞ ህዝብ አድንት የለውም የኦሮሞ ህዝብ የሚከፍለዉ በገዛ እጂ ነው አንድ ባለመሆኑ ነው አድነት ሃዪል ነው💪💪💪❤💚❤

    • @mariamatyope2908
      @mariamatyope2908 3 ปีที่แล้ว

      እኔ ብቻ መስሎኝ ነበር

  • @DrNafyadGetuOfficial
    @DrNafyadGetuOfficial 3 ปีที่แล้ว +3

    General abbaa gingilchaa welcome

  • @lattuoromiyaatube2467
    @lattuoromiyaatube2467 3 ปีที่แล้ว +62

    YOOYYAA habtee koo ilmaa abbaa gadaa 🤝♥️💚♥️
    Nuuf jiraadha artistota Keenya ijaf gurraa uummata taatani argitani kan Nuuf dubbatan bifaa sirbaafi walaloodhan 🙏♥️💚♥️ gaaruu maal godha ijoollee Oromoo TH-cam channel isani subscribe like sher gochu hin jaallatani kan orma malee dhugaa baay'een aara ani kan keenya maalif akka kan orma hin guddiifanu Oro Koo???!?🙏♥️💚♥️

  • @bareduorooromia3704
    @bareduorooromia3704 3 ปีที่แล้ว +2

    ❤️ 💚 ❤️ Nufii jiradhu dhugaa ketti haftamu 🥰😎💪🏾

    • @bereketgutema813
      @bereketgutema813 3 ปีที่แล้ว

      Hinaa hundaa si dhagefaana galattommi

  • @destamullat5601
    @destamullat5601 3 ปีที่แล้ว +8

    አንዱ አለም ቡዙ ነገር ከአንተ እንጠብቃለን የኔ ውድ ወንድሜ

  • @efotube5489
    @efotube5489 3 ปีที่แล้ว +22

    Habtish, you're a super gifted & well-talented person. All hats off to you!

  • @andualemmulugeta8380
    @andualemmulugeta8380 3 ปีที่แล้ว +1

    Wow baayyee namatti tola....haalli ati itti dhiyeessitus baayyee nama hawwata

  • @latuuoromoo237
    @latuuoromoo237 3 ปีที่แล้ว +24

    Welcome habtisha 🤝💔💔Galatoma waan sagalee nuuf tatanif artistota Keenya ❤️💚❤️

    • @oromiamassmedia5209
      @oromiamassmedia5209 3 ปีที่แล้ว

      Maatii naf ta'i latuu

    • @MameTb
      @MameTb 3 ปีที่แล้ว

      Kotuu mati naf tahii

    • @techfororomia4477
      @techfororomia4477 3 ปีที่แล้ว

      Barumsa applikeeshini argaachuf Naa Hordofii!

  • @hussenkedir1486
    @hussenkedir1486 3 ปีที่แล้ว +1

    Smart young Ethiopian artist Mergitu Workineh, Andualem Gosa, Abush Zeleke. ደርቤላላ !!!!!

  • @motikiyya9838
    @motikiyya9838 3 ปีที่แล้ว +6

    You nailed it. Galatoomi ....akka gaaritti jajjabesitte....በጣም የአርት ሰው ነክ የኔ 2Pac

    • @jawarandmarro7230
      @jawarandmarro7230 3 ปีที่แล้ว

      th-cam.com/channels/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ.html

  • @abdulmenankemal9474
    @abdulmenankemal9474 3 ปีที่แล้ว

    Qaxalee keenya atis nuuf jabaadhu yeroo itti kennitee isaan jajjabeessuun kee baayyee nama boonsa. Ulfaadhu!

  • @murataashow3296
    @murataashow3296 3 ปีที่แล้ว +6

    Jabaa oromoo habtish rabbii umrii sii dhereesse nuu kessa sii haa tursisu

    • @mucajalaa8463
      @mucajalaa8463 3 ปีที่แล้ว

      maatii naaf ta.ii dhalatu oromiyaa you tube koo subscribers naaf godhi saanyii koo

    • @murataashow3296
      @murataashow3296 3 ปีที่แล้ว

      Siif godhee sanyii too😍

  • @rashaadabdurrahmaan9782
    @rashaadabdurrahmaan9782 3 ปีที่แล้ว

    Haftamu koo moluu koo dhifama edaa siif bayee jira rifeensi jabaadhu jaba koo

  • @getachewjiru3263
    @getachewjiru3263 3 ปีที่แล้ว

    Bayyee Nama Gammachiisa.Dhugaa Gammachuu Guddaa Qaba.Umrii Dheeraa Nuuf Jiraadhaa Jennaan .

  • @seenaakoo3034
    @seenaakoo3034 3 ปีที่แล้ว +10

    Thank you qaxalee kenyaa ❤️💚💚❤️

    • @jawarandmarro7230
      @jawarandmarro7230 3 ปีที่แล้ว

      th-cam.com/channels/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ.html

  • @muna4149
    @muna4149 3 ปีที่แล้ว

    Galatoomi obbo Haftooo keenyaa Atti ilee jabbadhu jabbaa koo

  • @usmaantibeso3464
    @usmaantibeso3464 3 ปีที่แล้ว +1

    Thank you Bayyee isa Galataamii haftamuu lamu

  • @bareduutube3426
    @bareduutube3426 3 ปีที่แล้ว

    Jabadhaa oromoo koo Kota mattii naa ta'aa oromoo koo

  • @diboramucaiyesuswallaggaa7630
    @diboramucaiyesuswallaggaa7630 3 ปีที่แล้ว +2

    Haphtishaa atis keennaa keenyaa sabboonnaa
    Baay'eee namati tola 😍

  • @shariqbhai13
    @shariqbhai13 3 ปีที่แล้ว +1

    Shimallis garaa nugubee qaanqee keenya mee injiraan keessaa hurgufi!! Baay'ee sijaalanna💞💞💞💞💞

  • @murataashow3296
    @murataashow3296 3 ปีที่แล้ว +35

    Habtish garuu maatii hiree dirama maaliif hin beksifneef maloo?

    • @aayyuutube2457
      @aayyuutube2457 3 ปีที่แล้ว +1

      Uuuff dhuga ee malo wari you tube gudda qabdan beksisafi oromo 😏

  • @jamelaanaser3275
    @jamelaanaser3275 3 ปีที่แล้ว

    Bayee Nuu Bonsanii dhugaa Oromo tehee Dhalachuu kotii bayen Bonaa Nuf Jiradhaa ❤💚❤✊

  • @officialadamse1108
    @officialadamse1108 3 ปีที่แล้ว +2

    Yooyyaa yooyaa abba Habtamu Lamu (qaxalee keena) welcome jeneral general keena we love you jabadhu namni Habtish jalatan qofti like👍 godha

  • @hordofaagussa9416
    @hordofaagussa9416 3 ปีที่แล้ว +1

    Obboo Habtaamu
    Waan ati akkaa daawwannu nu aanjjeesitterraa akkaataa ati itti ibsitu fi dubbatuu natti tolaa. Jabaadhu korma Oromo’oo.

  • @ahmuqasim7540
    @ahmuqasim7540 3 ปีที่แล้ว +7

    Abush is extraordinary when he sings Borana and Guji songs. He is too ordinary when he sings in Amharic. As an artist history will remember him for his distinctive Oromo songs because they are unique contributions to the world of art. I hope he will come to know the difference between the unique and the ordinary.

    • @jawarandmarro7230
      @jawarandmarro7230 3 ปีที่แล้ว

      th-cam.com/channels/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ.html

  • @urjiisabaa4742
    @urjiisabaa4742 3 ปีที่แล้ว +20

    Habtamu Jabaa ilma sabaa oro kiyyaa dhugaa jettee nu jiraadhu galatomaa hundii keessanu artistootta teenya❤️💚❤️💪

    • @mucajalaa8463
      @mucajalaa8463 3 ปีที่แล้ว +1

      maatii naaf ta.ii dhalatu oromiyaa you tube koo subscribers naaf godhiisaanyii koo

    • @techfororomia4477
      @techfororomia4477 3 ปีที่แล้ว

      Barumsa applikeeshini argaachuf Naa Hordofii!

  • @getachewjiru3263
    @getachewjiru3263 3 ปีที่แล้ว

    Kabir Arge Dhaggeffadheen Jira.Waa'ee Oromummaatif Socho'uun Adaa Oromoofi Artii Oromoo Guddisuun Bayyee Nama Gammachiisa.

  • @shamicamaan5509
    @shamicamaan5509 3 ปีที่แล้ว

    Waan gaariidha habtish jabaadhu sanyii Koo

  • @oromooapp2739
    @oromooapp2739 3 ปีที่แล้ว +1

    Yooyya Galatoomi nuuf jiraadhu qaxalee kenyaa !!!!!!

  • @addisaddis1440
    @addisaddis1440 3 ปีที่แล้ว

    Yoyyaa habtee jabbaa kenyaa🌹🌹🌹🌹💓💓💓💓🌳🌳🌳🌳🙏🙏🙏🙏

  • @aliyibuli8854
    @aliyibuli8854 3 ปีที่แล้ว

    Qaanqee show baga nagaan nuu dhufte akkasuma baga gammaddelle rifeensi siif bahee jira qaxalee namaa

  • @maammadabdulmaalik1074
    @maammadabdulmaalik1074 3 ปีที่แล้ว +1

    Haftamu Lamuu akkami nagya keeti waanin weejjuu barabadee ginaglchaa 65 arsititaa irraa dubbatee Sun weelissotata qawween hin siraban gaafa jeetu weellssoni asinn duraa huddii isnii qwweeedhn ummataa kakkasaa turran amma kamiti qwweedhn hin sirbiin jeettaa

  • @abrahambaqanna7554
    @abrahambaqanna7554 3 ปีที่แล้ว

    hafte koo jabaadha sanyii keenya

  • @hawabonaa
    @hawabonaa 3 ปีที่แล้ว +4

    Habettee I'm exited on your channel qanneqaa show .

  • @obsaabdella3347
    @obsaabdella3347 3 ปีที่แล้ว +9

    Welcome habtemu lemu koo ❤❤❤❤👈

    • @jawarandmarro7230
      @jawarandmarro7230 3 ปีที่แล้ว

      th-cam.com/channels/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ.html

  • @SagaleeGadaamedia40
    @SagaleeGadaamedia40 3 ปีที่แล้ว

    Akkuma isaan irraa jaallatte, sirraa jaallanneerra!
    Akkuma jabaadhaa ittiin jetti, jabaadhu siin jechuu feena!

  • @ashiiteshow7679
    @ashiiteshow7679 3 ปีที่แล้ว

    Ano mekaphi malee akkasitti bahuu ishee bayyee na gammachiise

  • @fardakeenyaorojokes9554
    @fardakeenyaorojokes9554 3 ปีที่แล้ว +1

    Haabtish sadarkaa an yaadetti wanti ati hojechaa jirtu kun xiinxalliif baay'ee natti ulfaate maraafuu homaa hin dubadhu ati nuuf buli
    Keenya lolaani yaa waaq!!🙏🙏🙏🙏🙏

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406
    @bareduusalaleesanyiitaddee1406 3 ปีที่แล้ว +4

    Welcome habtish hara'a naa carroome dafeen arge 😘🙋‍♀️👌👌👌

  • @sharaftubesharaftube8797
    @sharaftubesharaftube8797 3 ปีที่แล้ว +17

    Jaabaadhu hamma dandeesse waan gaari hojjachaa jirta ammalle hojjachuf jirta.
    Glt qabdaa🙏💌

    • @sabontuusabaa4868
      @sabontuusabaa4868 3 ปีที่แล้ว

      Wowo habtee koo jiradhuu atiisagalee kenyaa jiradhuu atii yomuu lapee kenyaa jiradhuuuuu

    • @jawarandmarro7230
      @jawarandmarro7230 3 ปีที่แล้ว

      th-cam.com/channels/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ.html

    • @tawetube3279
      @tawetube3279 3 ปีที่แล้ว +1

      Maatii nataa ii.lubuko galatomi yaalamiiko I ❤💚❤😍

  • @Fathima-ij3jd
    @Fathima-ij3jd 3 ปีที่แล้ว

    Jabadha nuuf jiradha

  • @bm6056
    @bm6056 3 ปีที่แล้ว +8

    Welcome qaanqee Show ❤️💚❤️😍👌🏻

    • @techfororomia4477
      @techfororomia4477 3 ปีที่แล้ว

      Barumsa applikeeshini argaachuf Naa Hordofii!

  • @besaasder7707
    @besaasder7707 3 ปีที่แล้ว +1

    Dhugaa ufii egadhuu jedhanii sarenii haaccee nyatee akka isaa hin nyanee

  • @siiniobboleessabuushi9867
    @siiniobboleessabuushi9867 3 ปีที่แล้ว

    Qaxalee ko nafi jiradhuu Atilee Abdïï Kenyaa 💝💝💝🙆😁😁💐💐💐💐🌺🌺🌺🌺🌺🌺💞💞💞💞💞🙏🙏

  • @ethiopianationnationalitie5043
    @ethiopianationnationalitie5043 3 ปีที่แล้ว

    Habtish! you are awesome my brother! a huge lesson for all and veryy balanced!

  • @Abas-bj2ye
    @Abas-bj2ye 3 ปีที่แล้ว +5

    Wel come jalatama nama 💙🎧😍

  • @abdalmalk8514
    @abdalmalk8514 3 ปีที่แล้ว

    🔴🔵⚫⚪🔴🔴🙌🙌Anallee Lafatti Qabaan Nadadhabde
    Mucattii Takkarraa
    Dubaay Ollama koo Kana jirtiiiiii

  • @chalilamessa1664
    @chalilamessa1664 3 ปีที่แล้ว +4

    Dhugaa dubbaachuf taanan waa'ee oromo afaan oromo guddisuf waan ati hojjecha jirtuuf...galatoomi sin jechuun barbaada......jabaadhu

  • @beranegizachw780
    @beranegizachw780 3 ปีที่แล้ว +1

    Akkantti nu jabessi haftee koo ❤❤❤❤❤

  • @eleisee1236
    @eleisee1236 3 ปีที่แล้ว

    Very good am Happy thank you very much like like like bayyee garidha 👍👍👍👍👍👍🌳🌳🌳👈

  • @diiborraamucaakaakuugoofta131
    @diiborraamucaakaakuugoofta131 3 ปีที่แล้ว

    Qaalii keenyaa Haabtaamuu jaabaadhuu leencaa keenyaa 😍😍😍😍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @ifrahabbastube2361
    @ifrahabbastube2361 3 ปีที่แล้ว

    Wallu obomboletti gaafa duran dhagahe al 20 ol irra debi'e laala ture 👍👍👍👍galatom habte

  • @husseinebrahim362
    @husseinebrahim362 3 ปีที่แล้ว +1

    jabadhuu qaxalee keenya. eat your job bro. baayee nama boharsiita,ummata fi artistoota keenyafis hamilee ta'a jirta. fulla'ii

  • @freeoromia2127
    @freeoromia2127 3 ปีที่แล้ว

    Dhugadha wolii gorsa siressaa abushii bayyee jalanaa dhugaa

  • @foziyaasanyijawwee960
    @foziyaasanyijawwee960 3 ปีที่แล้ว +2

    anni haa dhufu habte👍👍👍

  • @ayugirma7833
    @ayugirma7833 3 ปีที่แล้ว

    Thanks habte about abush cases.

  • @ebbaa
    @ebbaa 3 ปีที่แล้ว +1

    Sirrii jette garuu Guutuu Abarraa nuuf dhiyeessi

  • @Sportsentertainmentfun
    @Sportsentertainmentfun 3 ปีที่แล้ว +1

    Haftee, Abush waan kana dhaggeeffatu natti hin fakkaatu kanaaf bilbilumaan osoo gorsitenii, Abush oromoo qulqulluu taanaan hin sirbu tureem garuu.

  • @lammiitguddinaa3838
    @lammiitguddinaa3838 3 ปีที่แล้ว

    Akkanatti beekamtii waliif kennuun nurraa eegama. Guddaa galatoomi Habtee

  • @sharifmahamad922
    @sharifmahamad922 3 ปีที่แล้ว

    Jabaadhu jaalakeenya sijaalanna

  • @madinatarboosh1120
    @madinatarboosh1120 3 ปีที่แล้ว

    Dhugaa dubachuf mucaa Andalem sana akka itti jaldhu rabbii ija dina irraa haa qabuu

  • @yitagesuteshome6328
    @yitagesuteshome6328 3 ปีที่แล้ว

    Jalqaaba garii , jabadhu si jalaan

  • @rabirabasha9175
    @rabirabasha9175 3 ปีที่แล้ว

    Oromoon qalbii fi huddu ol hin butanii jedha really Habtish amazing view i never ever seen such supporting idea keep it up stay blessed

  • @boniiamboo8414
    @boniiamboo8414 3 ปีที่แล้ว +1

    Nami tola dhuga jabaadhu gigilichi hafte😂😀😀😀❤❤❤

  • @awelabdella5714
    @awelabdella5714 3 ปีที่แล้ว +9

    Dear brother i love you from the bottom my heart.

    • @arsiitoo7120
      @arsiitoo7120 3 ปีที่แล้ว +1

      ❤❤🥰🥰

    • @arsiitoo7120
      @arsiitoo7120 3 ปีที่แล้ว

      Wel come qaxalee😂😂❤❤🥰

    • @jawarandmarro7230
      @jawarandmarro7230 3 ปีที่แล้ว

      th-cam.com/channels/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ.html

    • @tawetube3279
      @tawetube3279 3 ปีที่แล้ว

      Maatii nataa ii.lubuko galatomi yaalamiiko I ❤💚😍❤

  • @sarachannel9145
    @sarachannel9145 3 ปีที่แล้ว +1

    Ya rabyi ajaibaa💙💚💛💝💘💖💖💕👍👊🍎🌷🌸🌹🌱🍓🍒🍓

  • @gemechudame2787
    @gemechudame2787 3 ปีที่แล้ว

    Jabbadhuu H.lamu gingilchaa kee waa'ee naa filaadha jedhani oddessa jiran gingilchaa kee maal jedha. Kessumatu moo waa'ee finfinnee

  • @madinaayano8863
    @madinaayano8863 3 ปีที่แล้ว

    Dhugaa kettii abushii zalaqaa nuu dagatee jiraa garuu rabbii isaa haa debisuu garaa sabaa isaa☝❤❤❤

  • @kiyakiya5004
    @kiyakiya5004 3 ปีที่แล้ว +1

    wwwwwwwwwww jabaadha namatti toltu jabaadha ammalle. asuman bilbil abdualem........😃😃

  • @goal5231
    @goal5231 3 ปีที่แล้ว +28

    Gutu Abera Meerre😡😡😡🙄
    Andualem is our Next Hachalu👏👏😍😍

    • @maloomafinamaa.walite.naqi850
      @maloomafinamaa.walite.naqi850 3 ปีที่แล้ว +1

      No hachaluudhan omutu hin qiixatuu waani sit toole fidee hachaludha hin maadalin nevar

    • @jawarandmarro7230
      @jawarandmarro7230 3 ปีที่แล้ว

      th-cam.com/channels/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ.html

    • @MameTb
      @MameTb 3 ปีที่แล้ว

      Bro kotuu mati naf tahii

    • @misganaaster137
      @misganaaster137 3 ปีที่แล้ว

      @@maloomafinamaa.walite.naqi850 ትክክል ማንም ሃጫሉን መሆን አይችልም አንድ ሃጫሉ ብቻ አለ እሱም ሃጫሉ ሁንዴሳ ነው ማንም ሰው እሱን መተካት አይችልም ::

    • @hawiiyeshawalij5515
      @hawiiyeshawalij5515 3 ปีที่แล้ว +1

      @@misganaaster137 እዉነት ነው ብዙ ጠንካራ አርቲስቶች ኦሮሞ ዉስጥ ብኖርም አጫሉን የምታካ የለም ።

  • @monettubeofficial4563
    @monettubeofficial4563 3 ปีที่แล้ว

    Jabadhaa oromo ama sirba baredadha gad dhisuu egalanii garu sirba amayyaa nu gad dhisuu qabdan yero hunda oromo sirba Ammaayya Hin Hojatanii Ulee Malee akka Jara Calutii Hojadha Ja.Ii sirbaa new Sytle Hojadha Yero Hunda Uleee Nura Dhisaa Ja.Iii Habtamuu Iti Nuf Dhamiio

  • @nonaa383
    @nonaa383 3 ปีที่แล้ว +1

    Bayyee baredsdhaa dhugaa Rabii 👍🤩🤩👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @fardakeenyaorojokes9554
    @fardakeenyaorojokes9554 3 ปีที่แล้ว +1

    Ani wanti guddaan siniin jedhu
    Waa'ee qaalii keenyaa Hacee lafa hin kaa'inaa
    😭😭

  • @Bashashaaitalaaoromo
    @Bashashaaitalaaoromo 3 ปีที่แล้ว

    💯💯💯👍🏻👍🏻👍🏻
    Like Tuqaa ilmaan Oromoo ✍🏻👁

  • @kilikebbe8195
    @kilikebbe8195 3 ปีที่แล้ว

    Sagaleen anduu'alem baay'ee bareeda woow💔💔💔💔💞💞

  • @dawaoromia5129
    @dawaoromia5129 3 ปีที่แล้ว

    atilee jabbadhu jabbaa nama

  • @oroentertainmenttube8679
    @oroentertainmenttube8679 3 ปีที่แล้ว

    Jabadhu harguufi habtish

  • @invisible_d_r
    @invisible_d_r 3 ปีที่แล้ว +3

    Habtiish girrisaa keessaa ana qoofa kan like,comment fi share godhuu! Quba qabaadhu😏🙆‍♂️🙆‍♂️

    • @momihusen2015
      @momihusen2015 3 ปีที่แล้ว

      Kkkkk jetere

    • @jawarandmarro7230
      @jawarandmarro7230 3 ปีที่แล้ว

      th-cam.com/channels/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ.html

    • @techfororomia4477
      @techfororomia4477 3 ปีที่แล้ว

      Barumsa applikeeshini argaachuf Naa Hordofii!

  • @bayaanalii7762
    @bayaanalii7762 3 ปีที่แล้ว

    Yoyaa bagaa dhuftaan

  • @derartuyousef8656
    @derartuyousef8656 3 ปีที่แล้ว +2

    Welcome Qaanqee Shawe 😍😍

  • @saidrunde4597
    @saidrunde4597 3 ปีที่แล้ว +1

    Habtee Qashtii.... Dhiisi kan isa caalutu bakka nuuf bu'a! Haa dhaqu ganda immiyyee. Chawo #Abush Zeleke

  • @qeerroooromoo8367
    @qeerroooromoo8367 3 ปีที่แล้ว +13

    Habtamu dhugaa umrii nuufi Dheeraadha galatoomii galanii kaankee bilsummaadha haa ta'uu akkanatii waalii jaajabeessaa Oromoo too nulee TH-cam isaa haa jaajabeesiinufi kunii dhamsaa kootii addara

  • @kadosabanti7012
    @kadosabanti7012 3 ปีที่แล้ว

    Waw jiraaaadha ❤️💚❤️

  • @Firoinfo
    @Firoinfo 3 ปีที่แล้ว +1

    Qaxaalee ilmaa Oromo sii fana jiraa

  • @mohammedusso746
    @mohammedusso746 3 ปีที่แล้ว

    Baayyee namati tola,Hedduu galatoomi Habtaamu

  • @gechoamsalu2725
    @gechoamsalu2725 3 ปีที่แล้ว

    #habte qabeenya oromoo Nefteenyaan hatuu hin dandeenyedha

  • @derejederessa5300
    @derejederessa5300 3 ปีที่แล้ว +1

    Gingilchaa natti gurguriimee

  • @karimaajamal8560
    @karimaajamal8560 3 ปีที่แล้ว

    Abtishaa Keenya Hasaanke Nama Bohaarsa Wallahi Nuuf Jiraadhu

  • @berisaabdurahmen2608
    @berisaabdurahmen2608 3 ปีที่แล้ว

    Jabaadhu leenca koo si jaalanna❤❤💚❤❤

  • @Lalomultimedia235
    @Lalomultimedia235 3 ปีที่แล้ว +4

    Sagantaan Akkanaa Kun Aartii Oromoo Jajjabeessuufii Guddisuu keessatti Baayyee Barbaachisaadha.
    Gingilchaa Galatoomi

  • @mekonnengirma2382
    @mekonnengirma2382 3 ปีที่แล้ว +3

    Aandu'aalam Baalee hanga Boolee,darbiis deemi!! Jajjabaadha jajjabeewwan keenya.

  • @ayyantuwarrawancii8727
    @ayyantuwarrawancii8727 3 ปีที่แล้ว +1

    Like like godhaafi abtaamu laamu qaali nama buuli jiraadhu ❤❤❤💪💪💪

  • @nigussierissa1026
    @nigussierissa1026 3 ปีที่แล้ว

    Bayee garidha jabadhu rifeens mataken siya gudatu

  • @mucajalaa8463
    @mucajalaa8463 3 ปีที่แล้ว +1

    Ilmaa oromoo matii naaf ta.ii dhalatu oromiyaa you tube koo subscribers naaf godha saanyii kooo❤❤❤

  • @invisible_d_r
    @invisible_d_r 3 ปีที่แล้ว +4

    Aboo baayyee na tamachaataam atii waaqa!!
    Warri Facebook gubbaa dhukkee kaasuu tokko maaf dhufee like hin goonee qaanqee show kana?🤔

  • @mariamatyope2908
    @mariamatyope2908 3 ปีที่แล้ว +2

    ሀብትሽ ውድድድድድ 💪💪💪

  • @mariamatyope2908
    @mariamatyope2908 3 ปีที่แล้ว +8

    እኔ በምን ላግዛቹ የኔ ውዶች 💋💋💋

    • @jawarandmarro7230
      @jawarandmarro7230 3 ปีที่แล้ว

      th-cam.com/channels/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ.html

  • @kichuukoo5425
    @kichuukoo5425 3 ปีที่แล้ว +4

    Nuuf jiraadhu 🤩🤩🤩🤩🤩

    • @tawetube3279
      @tawetube3279 3 ปีที่แล้ว

      Maatii nataa ii.lubuko galatomi yaalamiiko I ❤💚❤😍