Galatooma doktorotaa keenyaa garuu dhukkuba kana sinbira jedhan ani waggaa dheeraf qaba garuu mana yaala yeero eddu deemee fayidaa hin arganne namonni baay'en qoricha aadaatu fayyisa jedhu sanas yaalera garu me qorichi issin biratti ni argama laata ani dubai jiraadha asiimmo omaa fooyye hin arganne dr adaraa naf deebisi qorichisaa jiraa,???😭😭😭😭
Wayyoo, ani Ijii kiyya gara yellow tii erga dhufee waggaarra darbeera. Yaalaf yeroon deemu dhiiga akkan hin qabne natti himu, please what i have do now?
❤Eegumsaa Dr naaf yaad Geetuu Fayyaa kophatti barsiisiisotaan Seequun Ifaa fayyaa Qoid qabaa? Yaannis seequu Waaqoo Guutoo medicine gaafa Ato mallaszenawii wal dorggommaan hide Dr Tiruu aswrwb yooyyaa gzcAbraham medical Doctor koottuu proIddoosaa line Dubarttoon answer Eegumsaa protectect BiranuuNagga Biiroo barnootaa competition from government ifaa ni Eegaa
Dr ? gaaffii baayyee narakkise qaba pls naaf deebisaa🙏
Funyaan kiyya kessaa waan akkam furrii, biftisaa bishaan garuu wolqabataa,( guroo) dha.hirriba kessaa fi fuldura namaatti osoo natti hin beekamin funyaan kiyya kessaa bu'a.
Dr adaraa rabbii naaf deebisaa
Bakkaaf yeroo dhabuunsaa baayyee narakkisee 😢🙏
Wwww❤❤❤😢😢 kaleesaa dhugaa mucayoo goddanyaa koo abba mana ishii mana yalaa dhaqee kana qabdaa jedhanii galattomaa Dr❤Dr Dubai irraa ilove you ol
Dr gurmeessaa bayyee hordofaa ❤❤❤ bayyen sii didnqisifadha dr 🎉
Dr.alarji fuula fi ijaa...qorchiisaa maali pls?
❤❤ Beekumsii Eegumsaa hawaasaan Galatoomaa Dr Fayyaa ilma namaa!!!!!!❤❤❤❤
Baay'ee gaalatoma hundi kessa beekumsa dabaladha hamale❤❤❤❤❤❤Dr, n, Dr, g❤❤❤
❤❤❤❤Gaaddisaa Abbootìin Amantiin haqa ilmaan gaafa Eegumsaa Injifannoo Sinodosii Oromia congratulation Minister barnootaa yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Baasii Haayyota Keenyaa
Guddaa Galatomaa baruumsaa baayyee nuuf Qodaan annii arraan bodaa wahee fayyaa siirriittan hordofaa nuuf jiradhaa Drotaa keenyaa jirenyii keenyaa rabii gaddiittii siinnii🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😘😘😘😘😘😘😘😘
❤❤ Beekumsii Eegumsaa Dr Gurmeessssaa seera wal dhageeffachuun riqicha barnootaa Bilisummaa Eegumsaa dhoksaa Haasida kan Yaada arginee gaafa yaadanii kantibaan offers Eegumsaa. Qaama eeguu waraannaaraa Qaama beekutuu dura Uffataa Eegumsaa
Galatoomaa Dr isin lachuu😍😍😍😍😍
dhimma dhibee tiruu kana isin gaafachuuf tureem abbaa cabsaa amma asuman dhaggeefadhaa yoon gaaffiin sammuu koo jeeqa jiru naaf hin deebinee karaa fb isiniif barreesaa
❤❤❤ Alchemist Ida'amuun/Daguu arrabni Maqaa gaafa beekan Fayyaatu Mooyee
Yaada gaafa Argaan Maqaa Seeraa waraanatuu mooyee Eegumsaa Eegumsaa qonnaa ❤❤
❤ yaadaafi Qalbiinis Hubadhu Dr Henok Gabbisaa ifaa Jibbis aswrwb Toltuu Tufaa Dhibee Nervee Dr Abiyy Ahmed DrugIlkaaniin kan beekutuu Eegumsaa dhagahaa kanaf kennisaa Ayyaanaa Italian restaurant Ilmaan Biyyaaf dhageeffatu injifannoo
Dr dhukubaa asmii fi sayinansii gargarumaa qaba
Galatoomi Doctor!! Waan gaarii isinirraa baraa jirraa
Thank you both of you our doctors
Namani akka kiyaa nafyadin jirtan lik godhaf ❤
Dok qorchaa sana akkmin fayyadamtu ta'un qaba
Amazing physicians. Proud of you guys. May God bless you. ❤🎉
Akkam Ngy.jirttan 🎉. Dr..gafi.qaba
Baye.nadadhabsisa.harka.filuka.narati.lafisa.yerodherafi.kalee.kIya.lAmani.nadhukuba.ddhifama. wajini
Galatoomaa Dr keenyaa garuu dhukuubaa tiruu A midhan isaa xiqaadha jedhuu mee iffaa naaf tasiissaa
Thanks
Baye Galatoma Dr
❤ yaadaafi Qalbiinis gaafa wal eegnee Kan beekuu isin miidhaa Argituu hawaasaa DrTiruu gzxHelan har'as Haramayaa yuniversity international Awwaaday injifannoo to see DrNaahoom gadaammeessaanis
Ulfaadhu Dr. Naafyaad!
Guddaa Galatoomaa Dr 🙏🙏
Welcome Doc
Dr galatoomaa
Gafiin qaba abba manaa koo ni qufasisa mana yaala deeme dhibee somba jedhaniin kininii kenaniif yeroo saniif irra bade amma amoo itti deebiee qufasisa kessatu yeroo qorraa heduu qufa
Falli isaa mal na gorsitu
Deebi isin eegadha
Qophii baredaadha! Dr.Gurmessaa❤
Thank you
Tnk dr.gurmeysa.dr.nafyada
Dr doctora ispeeshalisti ijaa "dhukkuboota ijaa fi miidhaa isaa fi sababoota dhukkubni ijaa ittin nama qabu, mallattoollee dhukkuboota kunneen argisiisuu akkasuma furmaata fi gorsa isaa" irraatti Doctora ogummaa akkana qaban nuuf dhiheessii!🥺
Guddaa Galatooma Dr🥰🙏🏾
Dr kèeny bayyee galatooma ❤❤❤❤
Good job our favorite
Galatomaa Dr waan kenyaa
Abbaa cabsaa koo love respect 🙏
Eegumsaa HabibaaSiraaj of Caqasii Caqasii ijjis waliin deemsis Beekumsii Eegumsaa yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi wait u teettee
Masha allah galatoma
እናመሰግናለን ❤
❤ Eegumsaa iccittii ijjis waraanaaf qabeenyaa wal'ansaa kanaaf Dirqama Fayyaatuu Hide telegraph hirribaa Eegumsaa barsiisuu qabdaa.ykn Kufaatii mallaszenawii waraanaan Ogeeyyiin fayyaa miidhee ganaa Maritti deemsis ittisaa dhaloota hayyumatuu diinaa yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Qaama beekneen qaama eegnee Marshaal fildii Biraanuu juulaa free Abdii Raggaasaa
Dr. Nafyad ❤❤❤❤❤Dr.Gurmessaa ❤❤❤❤❤❤❤
Galatoma Dr kenyaa ❤❤❤❤
Galatooma doctor
Wel come Dr gurmesaa❤
Gallatoma heddu gossa nuffi keniita❤❤
Uuuuuuuffff 😭 an na dhukkubba jira tirun ko😢
Galatoomaa Doktaroota keenya😍😍😍😍😍
Barummsaa garii keenu jirtaa galatoma ❤bayyee issin jalannaa
Galatomi Doctor ❤
Galatooma doktorotaa keenyaa garuu dhukkuba kana sinbira jedhan ani waggaa dheeraf qaba garuu mana yaala yeero eddu deemee fayidaa hin arganne namonni baay'en qoricha aadaatu fayyisa jedhu sanas yaalera garu me qorichi issin biratti ni argama laata ani dubai jiraadha asiimmo omaa fooyye hin arganne dr adaraa naf deebisi qorichisaa jiraa,???😭😭😭😭
Galatoomaa barumsa bareeda
Garuu dr.nafyad kan midiya irraa malee kan keessan gaafatani maaf namaaf hin deebifne namaaf yaaduun midiyaa qofa irratti ta'uu qabaa
Dr Gurmee , maanyaa namaa
Wow barumsa gariidha dhugaa
Galatoomaa Dorktaroota keenyaa nagaadhaa nuf jiradhaa
Galatoomaa nuf jiraadhaa
Wayyoo, ani Ijii kiyya gara yellow tii erga dhufee waggaarra darbeera.
Yaalaf yeroon deemu dhiiga akkan hin qabne natti himu, please what i have do now?
Abbaa Cabsaa keenya, Baga itti Cabsite
Hello Doctor, I have a child who has epilepsy. Sever childhood epilepsy and I need advice on these diagnose. Thank you Doctor!
Nagaa akkami gafii qaba affani keessa naa hachufaa naa tufisaa hachuufa furdaa affani keessa gafii tufaa maali
❤️🙏
❤❤❤❤🎉🎉🎉
Galatomii dr barumsaa hedduu siniraa baranera
Dr Dr Dr galaatooma
Indee😢 har'a guyyaa guutuu tiruu koo na dhukkubaa ture😢😢
Abashir rabii sii, aa fayisuu😢😢😢🙏🙏🙏
@@namakulaqurusum9881 Amiin tiruu koo ulfaadhu😥♥️🙏
Galatoma doctor
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
Maalin nuraa badaa adaraa nu hima Kani A
Dr Gumessaa😍
Dr. Ijaa koo bayee naa dalachaayaa. Maalifii lataa. Yeroo tokko tokko bayee lafaa naa laltuu. Maaloo dawaa naaf himi
Galatoma❤
❤Eegumsaa Dr naaf yaad Geetuu Fayyaa kophatti barsiisiisotaan Seequun Ifaa fayyaa Qoid qabaa? Yaannis seequu Waaqoo Guutoo medicine gaafa Ato mallaszenawii wal dorggommaan hide Dr Tiruu aswrwb yooyyaa gzcAbraham medical Doctor koottuu proIddoosaa line Dubarttoon answer Eegumsaa protectect BiranuuNagga Biiroo barnootaa competition from government ifaa ni Eegaa
A hoo
Galatoomaa.nuuf.jiradhaa
Glt barumsa gariiii😊
OK gallatoma❤
Naga nafi taa
Galatomaa
Hinsobina diktori Biya itiyopiya abamana gadibasani dobartota gudedani kanawanqabatamadha amale Rabi gara hinbekamnen initihafidu
Hipitaasti jechuun mal jechuu dha Dr
Dhibee shinbiraa issa jedhamuu . Dhaa afan oromo tiin .
Barumsaa gudda nuf dabarsiitan guddaa galatooma mee maloo lakkofsa kee maxansi
Onneen kam kessatti Ramadan.
Dr keenya baayyee galtoomii
jiitraa naguma
Gaafiin ko vayirasii kun akamitti namatti dhufaa
Jibbii gidduuTigrai kolfaan dhumnee Harare TV Israel gaaffii deebi'ee gurriis yeroorraa hayyoonnii walii Gaaddisaa ummataaf haadhagayuu gurriis UstazRaayyaa Abbaa Maccaa injection ida'amuun mandisni fayyaan Dirqamaa.
Galata qabdu barumsaa guddaa nuf kenitan
❤❤❤❤
❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤