Daawit Sirbaamoo faarfataa jiraa? Karaa sirbaa waaqayyo ni dubbataa?

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 16 ม.ค. 2025

ความคิดเห็น • 21

  • @kennaatube1161
    @kennaatube1161 2 ปีที่แล้ว +1

    Maqaa Yesuus maali goofta barii kun caalalii baasii Yesuus koo manaa keetti😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🏃‍♀️

  • @astergalata6121
    @astergalata6121 2 ปีที่แล้ว +1

    Waqayoo nuf haa araramuu 🙏🙏🙏😭😭😭😭

  • @zinashzinash1945
    @zinashzinash1945 2 ปีที่แล้ว +1

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @orotube44
    @orotube44 2 ปีที่แล้ว

    Dhugaa ani waan dubadhuu hin qabuu dhugaa bahuufi jeechaa nama dhiibaa bayee keenyaa dhugaa sagaliichaa akkati fuudhaane hin beeku garuu waaqayyoo inni hundaa addaa basuu dhugaa isafi Haa dubaatuu hubaana hunduma keenyaafi Haa keenu 🥲🥲🥲Eebbifami ogeeti mucaa ifaa

  • @keenaamucaayesus1455
    @keenaamucaayesus1455 2 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyoo arara isaan haa yaadatuu 😢😢😢😢

  • @kiisiiTube
    @kiisiiTube 2 ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo karatti nu haa debbisu malee babaneera
    Ebbifamii haadhookoo waaqayyoo guyyaa isati dhufee nama hundafuu akka hojii isati keenuf jira.

  • @immabeettube5009
    @immabeettube5009 2 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuuffff yaa gooftaa maloo nuu deebifaadhu dhugaa baay'ee ulfaata bari kun😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @Sarontube
    @Sarontube 2 ปีที่แล้ว

    Ani imimman qabachuu danda'u yeroo keessatuu Ammaa waldaa kiristanaa waan tahaa jiruu ilaluuu ayii yaa waaqayyoo koo 🥲😭😭😭😭
    Malooo atii nuu qajelchii
    Dandii kee gadhisnee waan goonuu walaleraa😭😭

  • @ayantuu7349
    @ayantuu7349 2 ปีที่แล้ว +1

    Nagaan waqaayoo isiinif haa tahuu ashamaa ashamaa akkam jirtuu🤔 waan biyaa lafa fi maqaa waqaayoomaaltuu waliti fidee dhugaa ni ulfaata garuu abaan waan facaasuu hamaataa waqaayoo karaa ti nuu haa debisuu Ani kaanan jedhuu kaan dhafachaa harkaa rukutaa jiraa kuni garuu namaa waqaayo ni amananidha moo garuu naaf hin galee dhugaa ergaa kaan sirbee harkaa rukutaani Enyuutuu Kan hin amanin lubuu har'aa akka itii argaatuu kaan jedhuu gafii natii dhugaa uf😭

  • @felekunegashuyadate5479
    @felekunegashuyadate5479 ปีที่แล้ว +1

    Kenaa waqayyoo siniti kennee sirbati jijirtan waqayyoo sinitii haa araramuu

  • @abdiimilkii865
    @abdiimilkii865 2 ปีที่แล้ว

    Waqayyoo nuuf haa araaramuu dhaloonni akka fooni isaa gammachisan malee dhugaa dagatameera😢

  • @mediitube8488
    @mediitube8488 2 ปีที่แล้ว

    Dhugumaa hedduu nama gaddiisiisaa inni waldaa keessatti ta'a jiru😢

  • @sinanjesus7155
    @sinanjesus7155 2 ปีที่แล้ว

    Ayyii Akka araara isaaf malee Mee nuti qaata gooftaa gammachiisu dhiisnee walii Keenya gammachiisu eegalle😢
    Kana miti waaqayyo callisee Akka nu ilaaltu kan godhe.guyyaa tokko ni dhufa abbaan calallii☝️
    Ebbifami y ko!

  • @zinashzinash1945
    @zinashzinash1945 2 ปีที่แล้ว

    Uuuuufffffeeee waqayoo malooo bara kana keesaa namni farfanaa sirbaa godhee malooo waqayoo koo

  • @danielmosisaofficial
    @danielmosisaofficial 2 ปีที่แล้ว

    Bara ulfinni gooftaa mullachuu dhiisee ulfinni namaa itti mullataa jiru keessa jirra guyyaan Adda baasu ni dhufa!!!

  • @maranaatatube4467
    @maranaatatube4467 2 ปีที่แล้ว

    Mallattoo bara dhumaa kessaa Kun tokko

  • @felekunegashuyadate5479
    @felekunegashuyadate5479 ปีที่แล้ว

    Farfata dawit dhisi madarakii arsaa irraa bu,ii gara waqayyoti iyyi arara kadhadhuu nu, ii warrii dhigaa kiritosin bitamee yomiyuu ummaa tanuu

  • @kennaatube1161
    @kennaatube1161 2 ปีที่แล้ว

    Kkkkkk kkkkkkk dhugaa anii kolfee dhiifama 😁😁😁😳😳🤭🤭🤭

    • @Yesuskaraadhadhugaadhas
      @Yesuskaraadhadhugaadhas 2 ปีที่แล้ว

      Sin na kolfisisee

    • @kennaatube1161
      @kennaatube1161 2 ปีที่แล้ว

      @@Yesuskaraadhadhugaadhas kkkkk ayyee maali godharree baraa wal makaa😳🙉

    • @Yesuskaraadhadhugaadhas
      @Yesuskaraadhadhugaadhas 2 ปีที่แล้ว

      @@kennaatube1161 Waaqayyoo addaa nuuf haa baasuu ☝️🤲💞💗