Waldaa ol seensisuuf qarshii 300 maaliif saba kaffalchiistu?/Ergamaa Zawuduu - Keessummaa Mo'aa
ฝัง
- เผยแพร่เมื่อ 2 พ.ย. 2024
- #SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited
Baay'een isaan jaalladha Waaqayyoo umurii isaanii nuuf haa dheereessu❤❤❤❤
Safuu warii nama arbsita ebbifama
Waqayyoo sinifa dhisuu
Waqayyoo bekadha silayuu namni mu,lata irraa jiruu ni jijibamas ni ari,atamas kanafuu jabadha nama waqayoo ebbifama ❤❤waqayoo
Adda dhugaa waaqayyoon isaanifi matii isaani haa ebbisu❤❤❤
Dhugaadhuman Ergam Zaawudee hedduu namati tolu humni waaqayyoosi waajjin jirudha
Wow, powerful testimony ebifam waaqayon sii ebisu amen 🙏 🙌
Ebbifamaa waqayyoo baraafi jirenyaa kessaan haa ebbisuu ebbifamaa namaa waqayyoo ayyaani isiinfi haa bayatuu ❤❤❤❤❤❤
Wow Ebifaama Dhugaa Zaduu Baay'ee jalaanna ❤❤ Dhugaa Waqayyoo Jabadhuu jaba nama
Lamaanuu keessaniyyuu baay'een isin jaal'adha! Efireem hubannaan kee baay'ee na ajaa'ibsiisa!❤
Waaqayyo isin haa Eebbisu Nama Waaqayyoo Zawuduu Namarra Akkuma koo Waa'een Niftaalem Hojii waaqayyootif Baay'ee Arsaa Kaffalaa jiru Argitaaniittu !!!!
Wowow apostle zawuduu nama ani jaladhuu waqayoo sin haa ebisuuu ❤
Obbo zawuduu😭ani isinan kabaja, isinan jaalladha, garuu erga godina shawaa lixaa aanaa calliyaa magaalaa Geedootti hiyyeessarratti raawwataniin hedduu gaddeen obbo zawuduutti hedduun gadde😢
Maal godhee 😮
Ebbiffammaa Nama waqayyoo ergama waqayyoo ❤
Waaqayyoo baraaf jireenya kesaan haa ebbisu nuf jiraadha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow ebifami amayuu ayyani waqayyoo sifi haa dabalamuu nama bayyee jaladhu fi kabajuudhaa
Nama w/yyoo ephrem; dhimma atattamaaf isiin barbaadaa jirra. bilbila dhuunfaa sagaleen isiin qunnamuuf jaalala gooftaan isiin gaafanna innis hojii wangeelaaf.
Efrem 💪💪💪💪 Zedo jaarsoliin waldaa keessanii murtii akkasii murteessuu hin qaban ture. ta'us isin ayyaana isin irra jiruun cimaa hojjedhaa❤❤❤
goftaan baraf jirenyaa kessan yaa ebbisuu ebbifamaa namaa waqayyoo zewudee bayyeen sii jaladhaa gafaan biyyaa galee waldaa kessan dhufaa
Waaqayyoo waaqarraa isin haa eebbisu❤ baayyee isin jaalladheera.
Rakkinaa hammaa kana keessa darbitanii baga as geessan!
Eebbifamaa dhugaa baayyee barusaa qabaa waqayyoo umurii isinii yaa dhereesuu❤
Ebbifamaa dhugaa dhimaa church ii ilalchisaa namii jennaa fedhii osoo hin tanee hangaa jarii jedhaama kennaa maliif garuu Kan immoo birr malee church ii hin sensisaan
Jalaalafi Ulfiini anii isiinifi qabu bayee gudadha ❤❤❤
Umurii dheraa jiradhu
Dhugaa jiru waan namni beekus jira,garuu tajaajillikee akka durii yoo tahe irra gaariidha!
Wowwww waaqayyoo bayy'ee waajin hojaata dhugaa bayy'ee nama kolfiisisu ebbifaama
Waaqayyo baraaf jireenya keessan haa eebbisu
Eebbifamaa ❤❤❤
Ebbifama
Galatoomaa! Nuuf jiraadha umurii dheeraa!❤️❤️❤️❤️❤️
Anis dhugaa baay'een isaan jaaladha Tajaajila isaanis dhugaa baay'een itti eebbifama gooftaan Ayyaana isaaniif haa dabalamu❤❤
Jabadhii
Waawwwoo Apostel Zawuuduu Nama bayy'ee jaladhuudhaa
waaqayyoo isin haa eebbisu!
Eebbifama Nama Waaqayyoo
Muca xiqa Bazu fiqadu gurbiti duubi bektu sana Wajin wal fakatu ijoo me siriti ilala
Mo na dogoggore😂
Ani dhugaa duubachuf Tajaajilasani bay'een hordoofa iti Eebbifama garu wari Zim jetani jecha Namati darbatan Waaqayyoo bekadha
Ebbifaama guudaa nama waqayo 📖✍️✍️✍️
Ebifamaa ❤❤❤❤❤❤❤
Isin jaallann warra mo'aa
dursanii mana qooda ijaarratu kan isa fide waaqayyoodha maalif mana waaqayyoo hin ijaarre, dabalataan hamma barbaade rakkinni yoo jiraate afaan kanaafan dhaabaadha nama afaan kanaaf dhaabatuudha ... sana kanaas dhiisaa kristoosumaaf dhaabadhaa
Ebbifaamaa❤❤❤
Ebbifamaa waqqayyo issinaa ebbisuu ❤❤❤❤
Gooftaa koo isiin haa Ebbiisuu namaa jabaa oromoon qabduu dhaa dhugaatti ummaatni keenyaa kun siilaa jabaa ofii hin jaltuufi malee
Efireem atis akkatti nama seenaa dheeraa dabarsee akkas nuuf dhiyeessuu keef nuu jiraadhu! Sin jaalladha.....
Namaan baayee jaladhu afeertan galatoma❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉😅
❤❤❤❤❤❤❤
Ajibah Eebbifama❤
Nama nana; Waaqayyo barabaraan si haa eebbisu. Haadha warrakeetiif bakka guddaa kennuunkeef nama Waaqayyo eebise; nama gaa'ilaa gaariif fakkeenya waan taateef inni si waame Waaqayyo galata guddaa haa fudhatu!
Jabaadhu!
Nama ani baay'ee jaaladhuu dha Waaqayyo isaa haa eebbisuu.
Kkkkkk ijoollummaakorraa kaasee nama sirriin ture......Ajaayiba warra siin keessummaa moa jedhee si affeeruuti nama ajaayiba,sirraa maaltu eegama(baratamaa)miti silaafuu...
🤔Ergamaa Zawudeen Waldaa keessatti Maali Godhe? W/K Dhiifama Gaafachuu Qaba
th-cam.com/video/l4-J8U_BM_c/w-d-xo.html&si=GL2zo_UeZ9VuQKfe
@@Davidman123
Iyesus yedinal ❤😊
Eebbifamaa🎉🎉❤❤
Gaarii waaqayyoo isaan haa eebbisu garuu wangeela waaqayyoo itti keene konfeerensii dhuftani nu tajaajiltaan jenan qarshii 200'000 nun jedhaan kun dhugaadha
Wwwoo baayee namaa toltu waqqayyoo siinf haa ebbisuu🙏🙏🙏🙏
Warqitu birruu
Nagaan siif Haa Ta'u ❤😢
Dhugaa sin Yaade Warqituu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 imo kee hin hojetu😢😢😢😢😢😢😢
Ammeen nagaa waaqayyoo siif haa ta u 💕
waaqayyoo gooftaan gaba nama waaqayyoo si taasisee mul'ataa ishee galmaa motummaa teessoo galataatin si gahe.olmaan waaqayyoo baga si wajjiin tahe olmaa ulfiinaa barruu keetitiin si barbaadeete qulqullumaa isaatin si qulqulluusee jireenyaa gaarumaa foonii keessaa gama afuuraa qulqulluutin sa barsiifatuu.yoosanaa inni si geesseefi si oolchee si galchee.
Ebifama nama waqayoo nuf jiradha ❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifama pastor zawudu ani sansuusti isin beeka 😮😮
Ebifama wow bayee isini kabaja
Waaqayyoo akka haadha manakeeti namaaf haa kennu dhugaa milkaa'innikee tokko sababa isheeti
Dhugaa waaqa silaa dhalonii kurno kafaluu dhisee malii godhuree dhugaa bagaa gafatanii ebifamaa
Ebbifamaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
❤❤❤❤😢😢😢😢
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebifammaaaa❤
Ebifama ❤
Jiraadhu! wal hammeessuun haa hafu!
Waaqayyo isinaa eebisuu❤
Wow waaqayyo seena geedara
Namoniii comenti barreesittan ossoo hin bekkin hin barreesinaa addaraa. keessan Namnii hunduu waqayyoof jirattaa
nama Waaqayyoo Ergaama Zuko
Hari'a iyyuu rakkisaan akka ke hin jiru!
🤔Ergamaa Zawudeen Waldaa keessatti Maali Godhe? W/K Dhiifama Gaafachuu Qaba
th-cam.com/video/l4-J8U_BM_c/w-d-xo.html&si=GL2zo_UeZ9VuQKfe
Plz kutaa 2 ffaa godhaa waamaa nama baayyee dhalootaaf barumsa tahuu dandahanidha Dhuga baatii jireenyaa baayyee qabu
Egaa soba birrii kafalchiisun isaa
❤❤❤❤❤❤💪👌👍👍👍🙏
Waaqayyoo sin ha eebbisu
Nama. Jaba.nuu.fidhani.baye.
Nama.jalanu🎉🎉🎉❤❤
Nama waaqayyoo dhugaatti itti fayyadamu. Nuuf jiraadha
❤
Tv kan irratti warraa dhugaan wangeela fayyinna (fannoo) as baasuu irraa warra waay'e badhaadhinna fi horii afarsa oolu nuu daawachiisa jirtan ! Karaa biraa immoo waanuma dansaa dabrsa jirtan kaneenn akka Luba Gaarramu Jaalata Faa jechuu Kiyya!
Kanaaf please barichi akam akka jiruu ni gartuu waan taheef namoota dhugaan wangeela Goofta hojatan as baasa ergaa isaan dhaloota biraan gaha jedha!
Galatooma 🙏🏿
Ebifamii namaa waqayoo
Isiin Jaalana nuuf jiraadha Nama Waaqayyo
Dhugumaa raajiidha garuu namichi kun
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤
Hammaa dhummattii dhageeffadha
😂❤❤❤❤❤
Baa'yeen isaan jaalladha namaa waqayyoo
Naman baayyee jaalla dhu zawudeekoo harra asasaattin guddaa bohaare Nan kolfes dhugaadha
Oh nama biyyaa koo nama waqaayyo ebbifaama
Zawude isthe better
Sobduu dha namichii kun😅😅😅😂 rajii sobduu dha 😮
Dhugaaa Wan aja.ibaa kun bagaa waqqayyoo sinaa keesssan jijiree
dhugaa baayeeman jaaladha Zd.
Malii waldaan kenna jalala kurno.asirata hin jiruu moo akkamitti akkas gotu !? Hiyeessii kana kafaluf hin qabneehoo !! Safuu 😢
🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏
Ani sii hin qufuuu
Wan aja'iyibaa
Waldaa tokkoo seenuu dhaaf qarshii dhibba sadi(300,00)jechuun sirrimiti nuti kan beeknu loon gara gabaa geeffamanii gaafagadi ba'an qaraxa tuittikanfalama akkasgochuunsirrimiti
Af gaaffii keessan baayyee gadi bu'aa dha. seenasaa dubbachuu dhufee kun?
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
🤔Ergamaa Zawudeen Waldaa keessatti Maali Godhe? W/K Dhiifama Gaafachuu Qaba
th-cam.com/video/l4-J8U_BM_c/w-d-xo.html&si=GL2zo_UeZ9VuQKfe
mee akka caayaa OBN tti raajota sobduu warra akkasii kana waamaa dafqisiisaa
🤔Ergamaa Zawudeen Waldaa keessatti Maali Godhe? W/K Dhiifama Gaafachuu Qaba
th-cam.com/video/l4-J8U_BM_c/w-d-xo.html&si=GL2zo_UeZ9VuQKfe
😂😂😂😂😂😂😂
@@KATTAATUBE maali kolfita abe🤔😀
Nama waaqayyooti
Qarshii malee waldaa hin seennu yoo ta,e mana waaqayyo nuuf hin dhaga,u waldaamti kiristaana Kun hoggansa mataa ishee hin qabdi laata faarfannaniso gara sirbaatti jijjiirameera Sila