ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
ሸጌ ቡርቱካነቶ የምትለው ዘፈንህ ሁሌም በጆሮዬ ላይ ታቃጭላለች ።በዚህ በሚያምር ድምፅህ ለጌታ በመዘመርህ ክብሩ ለእግዚአብሔር ይሁን ።
Baga waaqayyoo jaalala ilma isa Gooftaa keenyaa YESUUS KIRISTOSIN simo'ate kansa sigodhate.
አቤ እውነት ብለሐል በዚያን ዘመን እኛ ከገጠር እንደመጣን አዲስ አበባ ውስጥ የኮሌጅ ልጆች እርስ በእርሳችን ኦሮምኛ ሥንነጋገር ሰዎች ዞረው ይመለከቱን ነበር ።ዛሬ በኢትዮጵያ ውስጥ ሁሉም በቋንቋው ሲነጋገር እንደው በዋዛ አይደለም እዚህ የተደረሰው ።እግዚአብሔር አምላክ ኢትዮጵያንና ህዝቧን አብዝቶ ይባርክ ።
❤❤❤❤❤wwwwww habtee baayyee jaaladha nama kana sirba isaa quufuu dadhabe haga arraa galatoomiAaddee Adaanech Abeebee nuuf dhiheessi maaloo itti fufi. Show Kee jaalanneerra
obboo habtamu guyyaa siribituu dhufuu in sirba akkasumas guyyaan farfattan dhufuu immoo in farfatta. obboleessoo qooda tokko keessa wanti lama hin burquu
He is one of my favorite Oromo musicians. Beg nufjerate Abebe Abishu. Baayee Geletomee Habtamu.
Iyesuus karaadha, jireenya, dhugaadha. Isa malee daandiin fayinaa hin jiru.
Gola du'aatii bahuun carroomuudha! Praise Lord!
Kan nabaasu sifoo'adhera ani!Galatoomaa Abebe and Habte!
Ay Ababaa Abashuu mootii muusiqaa oromooHabaaboo Goree gubabaaShaggee sutumeeYaadakee nagugubaa dafii koottumee....😢Eenyu akka keetti sirbaa danda'aa,king of lyrics no body for me
sirba kee Isa "Dammeekoo Daabe. . . jedhu San Ijoollummaa Kootti Yeroon dhagahu Ture Nan Boo'a Sababni Isaas 1Ffaa👉 Yeedaloon Isaa Baay'ee kan Nama Booji'iudha2Ffaa👉 Sagaleen Kee Sagalee Uumamaa Ajaa'ibaa Waan Ta'eefi Kanaaf Yeroo Hundumaa Yaa Gooftaa Namtichi Kun maal Qaba Garara Keetti Dhufee Siif Yoo Faarfateen hawwiikoo Cimaa Ture Dhugaa Waaqayyooti 😢😢😢😢 Amma Yeroon Jireenyakee Miilanaa Argu Waaqayyoon Galateeffadheera🙏🙏🙏 Baay'een Si Jaaladha❤❤❤❤❤❤ Atis Guddaa Galatoomi Habtish nama Kana Affeeruu Keetti Ulfaadhu🙏🙏🙏👌
አይ አቤ እንኳን በዚህ ሁኔታ ጌታን አግኝተህ አየውህ ።አስታውሳለው በ80 ንያዎቹ ውስጥ ሚሊሊክ ትምህርት ቤት ፥ሜክሲኮ ተግባረ ዕድ ፥ ሀዊ ሆቴል ከነኡመር ሱሌይማን፥ነብሱ በሰላም ትረፍና ዘርይሁን ወዳጆ ፥ዳዊቴ መኮንን ኤቢሳ አዱኛ ጋር አብረን ጨፍረን ነበር ።ዛሬ ሁላችንንም ጌታ ረድቶን አለን በህይወት ።
Voice production through neuromotor coordination of all muscles involved in phonation was amazing! Umurii dheeraa siif hawwaa! Jiraadhuu..........
Bagaa kan Goftaa Yasuus taatee. Hojiinkee hundinu namaa gamachiisaa. Bless you two guys.
Wow Waaqayyoo seenaa jijiraaa Waaqayyoo bara keessan haa Eebbisuuu❤❤❤
Wallaggaa taraa yaadataa qexamaa taraa raayyaafaa wajjin waawuuuu
Beautiful voice I wish keep singing. many thanks for your contribution to Oromo cause ❤
Abebe Abbishuu legend wallee Oromooti. He's worked a timeless masterpieces. Thank you for your contributions! Jireenya haaraattis milkaa'i!
qaanqee shiw galatoomi namoota qalbbii namoota keessa jiran sirriitti beeytta
ጋዜጠኛውም አጠያየቁ ትክክል አይደለም ገና የዘፈኑ ጉዳይ ሳይጨርስ ወደ መዝሙር ሮጦ መግባት ምን እንደሆነ አልገባኝም ምርጥ ምርጥ ዘፈኑ አኮ የሱ አይደለም እውነቱን ለምን አይናገርም
Ameeen ameen waqayoo sii haa eebbisuu eebbifami ayana dacha siif haa baayisu
Qaanqe show galatoomi naman baaye jaalladhu naaf dhiheesu keetiif galatoomi dhugaa dubbachuuf lubbudhan jiraachuu isaayu hinbeeku ture an ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
King of Music,baga jiraatte! Amma iyyuu muuziqaadhuma keen amma iyyuu gammadaan oola ani
Radical change! Habtamu, follow him
Waaqayyoo keenya dhugumayyuu Waaqayyoodha. Kan akkas ol waaqa irra gad lafa irra hin jiruMaaloo abbee kooJaalalli kiristoos keessaa koo guubeetuIyyi nan jedhaaIyyees hin qufu isa jedhu Remix nuuf godhimeeUuffeeee sagaleekeef simboo sirra jiruuf
Abbee waaqayyoo daddabalee sii haa ebbisu. Ayyanni kristoos Iyeesuus ammas siif haa baay'tu. Jireenyi barabaraa Iyeesuus kristoos qofa. Kottaa gara isaa, du'a jala ba'a
Naman baay'ee jaalladhuuf,dinqisiifadhu #Abbeeko nuuf jiraadhu.Habtee ko atis galatoomi!🙏
Maaloo baayye natti tole dhuga. Qanqe show nama jabaa nuufidde. Ebbifami
Abbe ko my love you animosity seena ko akkamittan sitti himachal bilblbiluma ke Eessaan Argadhaga
The best man
Mana muziqaa abbaa gadaa walaahii ababbaan arras yo dhufee jagnaa hunddiyyu hinbeekuun
Namaa ani wanssaa hubbachuf yaroo bayyee hawwaa turef hedduun gammade dhugaa galatomii hafttee
I am happy to see our hero and classic artist Abebe Abashu. Long life!
Wow nama waaqayyoo farfannaa isaatiin ebbiffameera ebbifami ❤❤❤❤
Akkuma sirbaa bareeda sagaleen
Wow! Ayyaanni Waaqayyoo isiniif haa baayyatu.
Namni waaqayyoo akkana bareedaa ammas ayyanni Isaa sif haa dabalamuu❤❤❤
Waaqayyo Bara baraan jireenya keessan haa eebbisu!
artist aabbitoo Kbbadaa (paaster Aabbitoo kabbadaa nuuf affeeri)
HABTEE DHUGAA ANI BAAYYEEN SI JAALADHAAM .
wow habte galatoomi namaa waaqayyoo seenaa isaa jijjiree fakkeenya namaa baay'eef ta'uu nuf dhiyeessitef. Abebe Abbishuu waaqayyoo si gargaare ammas ayaanaa dachaa sif haa dabaluu.
Nama Waaqayyoo ta'uun waan baay'eef nama fayyada, Jireenya har'aafis booriifis abdiin isa keessa jira. Baga jiraattee, ammayyu jiraadhu!!!
Waa'e sirbbichaa dhisaa maaloo.
Artist Ababaa Abishuu goototaa keenya keessaa isa tokko. Jaalatomoo keenyaa baga nuuf jiraattee maatii horatee. Waqayoo isiniin haa eebbisuu.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤abbuyyeeeeeeee....sijaallannaaa jech.tu nutt hirrataa 😢
Habtee baay'ee natti toltan dhugaa
Wow ebifamaa ❤❤❤❤
Ebbifama Dhugaa waqayoo isin haa eebbisu
Dur yommuun sagalee Akka aannanii sirraa dhagaa turee sagalee kkee kana faarsaaf hawwaan turee 😅❤❤❤❤❤
Ufffff..... Yaa waan keenyaa!!!😔😔😔
Abbabaa Baga fayite jabadhu. hanga dhumatti dhaabbadhu.
Seenaan ture kan nama onnachiisuu dha.Fayyinni ILMA WAAQAA IYYASUUSIIN,ISIN argate Na haa argatu.
Ulfina biyya lafaaf harka rukuttaa biyya lafaatin gonguma wal bira qabamee hin ilaalamu kan waaqayyoo Halle hallelujah hunduma akka bishaan yaa'ee darbuu isa dabarseef jaalalan jireenya bara baraatiif isa nu kaa'eef yesus kiristoosiif Galanni Guddinni uqubaan bara baraan haa ta'uu Ameen Eebbifamaa kanuma caalatti Ayyaanni Gooftaa isiniif haa bay'atu🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼
Nama ani bayyee bayyee onnee Koo irraa jaaladhu he is King's of guitar really.
Abbe Waaqayyoo Si Ha Ebbisu
Galatoomi Habtee !! Qaxalee keenyaa, hedduu media bokkuu nu bohaarsaa ,seenaa dhaloota barsiisaas waan jiruuf ulfaadhu. Far. Abbee baga jiraatte.
Haftaamu Qaxalee👍 Nan gammaada Waaee Abbaba Abbashuu
I Proud of you guys, Qeerroo ganaama!
Woowo Song write Solomon Adunya Essa jirta sol Farfannan ke OBN irrati darba jira
''Digirii 180 n naanna'e'' baga gara gooftaa isa si jaallatuu dhufte Galatoomaa❤
Thank you, Habtish!
Eeebbifami Abbe Habtamuu Lamuuu atis galata qabda
Isini haa eebbisu Abbee fi Habtee
Sagantaan kee natti tola, amantaa fi naannoon otoo hin qodiin hunda hirmaachisa.Kessumayyuu warra saba kanaaf gatii kanfalan dhiyessu keetin.
Ameen ebbifama 🎉🎉
Eebbifaa Ijoollee Waaqayyoo baga taatani
የብልግና ፓርት ዎንጌሎች
Habtaamuu weellisaa Abdishuu ammahaa bakka inni jiru nuuf barbaadi fidimee
Gooftaan inni si booji'e maqaansaa haa eebbifamu!
Weeluun kee hangaa ardhaatii anaaf addaa
Akkaa dhiirra dubaataan Akkaa,,,,,,,,,,,,Baqaachuura Naama Haa'woshuu
ameen ameeen eebifamaa lamman keessan iyyuu
Uffffff waaqayyo isin haa eebbisu❤❤
Habtee, Jeneraalticha keenya galatoom, namoota ciccimoo nuuf afferuukeetiif,akkasumaan itti fufi
My old friend Abebe Abashu. Bagaa jirate.
Baga dukkana keessa gara ifa Yesuus dhufte! Yohaannis 8:12
Amma Aabbitoo Kabbadaa Fufaa nuuf fidi!
Namaan wellee isaa yoomiyyuu hin moofoyne abbabaa abbashuu
Hello abtishi abush ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 mn irra
Wow after long time at minneapolis 🎉🎉🎉🎉❤❤❤
Ababaa Abiishu nama akkan jaaladhu waleen isaa natii toluu dhugaa rabbii
Maalo bilbila abba koo baay'en barbaada❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
ARTISTI ABBABAA SIIN JEDHA NAMNI!!
Inni kana godhe Yesus haa ulfaatu.Eebbifami!
Abbee ❤❤❤❤ irraa jaallaatamaa namaa! Long life
Naalo bilbila abba koo baay'en barbaada❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baga waaqayyo karaa jireenyaa siif ibse
Viva! Beautiful show 👍✅
King of music and guitar
Abbee Baay'ee Si jaallanna ❤ Faarfannaa dhaan si eegna❤
🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤Maqan waqayo haa ulfaatu 😊😊😊
BARA SANA WAYYA JETTEE ABBABAA?
Ebbifaama dhugaa
Baga milkoofta.ayyaannicha sirratti Haa irraanfatu.
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Ebbifamaa Ebbifamaa
Abbee, aboo waaqayyo si haa eebbisu dabalee daddabalee
nuu jiraadhuu
Galatoomi Abbabaa koo
Wawooo nuuf ebbiffamaa
Namicha kana wajjin senna wek qabbatu bayyen qaba
Woowo Magarsa Essa jirta ajab gocha jirra farfannake OBN irrati .Fullike haaradha har'ayyu
ሸጌ ቡርቱካነቶ የምትለው ዘፈንህ ሁሌም በጆሮዬ ላይ ታቃጭላለች ።
በዚህ በሚያምር ድምፅህ ለጌታ በመዘመርህ ክብሩ ለእግዚአብሔር ይሁን ።
Baga waaqayyoo jaalala ilma isa Gooftaa keenyaa YESUUS KIRISTOSIN simo'ate kansa sigodhate.
አቤ እውነት ብለሐል በዚያን ዘመን እኛ ከገጠር እንደመጣን አዲስ አበባ ውስጥ የኮሌጅ ልጆች እርስ በእርሳችን ኦሮምኛ ሥንነጋገር ሰዎች ዞረው ይመለከቱን ነበር ።
ዛሬ በኢትዮጵያ ውስጥ ሁሉም በቋንቋው ሲነጋገር እንደው በዋዛ አይደለም እዚህ የተደረሰው ።
እግዚአብሔር አምላክ ኢትዮጵያንና ህዝቧን አብዝቶ ይባርክ ።
❤❤❤❤❤wwwwww habtee baayyee jaaladha nama kana sirba isaa quufuu dadhabe haga arraa galatoomi
Aaddee Adaanech Abeebee nuuf dhiheessi maaloo itti fufi. Show Kee jaalanneerra
obboo habtamu guyyaa siribituu dhufuu in sirba akkasumas guyyaan farfattan dhufuu immoo in farfatta. obboleessoo qooda tokko keessa wanti lama hin burquu
He is one of my favorite Oromo musicians. Beg nufjerate Abebe Abishu. Baayee Geletomee Habtamu.
Iyesuus karaadha, jireenya, dhugaadha. Isa malee daandiin fayinaa hin jiru.
Gola du'aatii bahuun carroomuudha! Praise Lord!
Kan nabaasu sifoo'adhera ani!
Galatoomaa Abebe and Habte!
Ay Ababaa Abashuu mootii muusiqaa oromoo
Habaaboo Goree gubabaa
Shaggee sutumee
Yaadakee nagugubaa dafii koottumee....😢
Eenyu akka keetti sirbaa danda'aa,king of lyrics no body for me
sirba kee Isa "Dammeekoo Daabe. . . jedhu San Ijoollummaa Kootti Yeroon dhagahu Ture Nan Boo'a Sababni Isaas 1Ffaa👉 Yeedaloon Isaa Baay'ee kan Nama Booji'iudha
2Ffaa👉 Sagaleen Kee Sagalee Uumamaa Ajaa'ibaa Waan Ta'eefi Kanaaf Yeroo Hundumaa Yaa Gooftaa Namtichi Kun maal Qaba Garara Keetti Dhufee Siif Yoo Faarfateen hawwiikoo Cimaa Ture Dhugaa Waaqayyooti 😢😢😢😢 Amma Yeroon Jireenyakee Miilanaa Argu Waaqayyoon Galateeffadheera🙏🙏🙏 Baay'een Si Jaaladha❤❤❤❤❤❤ Atis Guddaa Galatoomi Habtish nama Kana Affeeruu Keetti Ulfaadhu🙏🙏🙏👌
አይ አቤ እንኳን በዚህ ሁኔታ ጌታን አግኝተህ አየውህ ።
አስታውሳለው በ80 ንያዎቹ ውስጥ ሚሊሊክ ትምህርት ቤት ፥ሜክሲኮ ተግባረ ዕድ ፥ ሀዊ ሆቴል ከነኡመር ሱሌይማን፥ነብሱ በሰላም ትረፍና ዘርይሁን ወዳጆ ፥ዳዊቴ መኮንን ኤቢሳ አዱኛ ጋር አብረን ጨፍረን ነበር ።
ዛሬ ሁላችንንም ጌታ ረድቶን አለን በህይወት ።
Voice production through neuromotor coordination of all muscles involved in phonation was amazing! Umurii dheeraa siif hawwaa! Jiraadhuu..........
Bagaa kan Goftaa Yasuus taatee. Hojiinkee hundinu namaa gamachiisaa. Bless you two guys.
Wow Waaqayyoo seenaa jijiraaa Waaqayyoo bara keessan haa Eebbisuuu❤❤❤
Wallaggaa taraa yaadataa qexamaa taraa raayyaafaa wajjin waawuuuu
Beautiful voice I wish keep singing. many thanks for your contribution to Oromo cause ❤
Abebe Abbishuu legend wallee Oromooti. He's worked a timeless masterpieces. Thank you for your contributions! Jireenya haaraattis milkaa'i!
qaanqee shiw galatoomi namoota qalbbii namoota keessa jiran sirriitti beeytta
ጋዜጠኛውም አጠያየቁ ትክክል አይደለም ገና የዘፈኑ ጉዳይ ሳይጨርስ ወደ መዝሙር ሮጦ መግባት ምን እንደሆነ አልገባኝም ምርጥ ምርጥ ዘፈኑ አኮ የሱ አይደለም እውነቱን ለምን አይናገርም
Ameeen ameen waqayoo sii haa eebbisuu eebbifami ayana dacha siif haa baayisu
Qaanqe show galatoomi naman baaye jaalladhu naaf dhiheesu keetiif galatoomi dhugaa dubbachuuf lubbudhan jiraachuu isaayu hinbeeku ture an ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
King of Music,baga jiraatte! Amma iyyuu muuziqaadhuma keen amma iyyuu gammadaan oola ani
Radical change! Habtamu, follow him
Waaqayyoo keenya dhugumayyuu Waaqayyoodha. Kan akkas ol waaqa irra gad lafa irra hin jiru
Maaloo abbee koo
Jaalalli kiristoos keessaa koo guubeetu
Iyyi nan jedhaa
Iyyees hin qufu isa jedhu
Remix nuuf godhimee
Uuffeeee sagaleekeef simboo sirra jiruuf
Abbee waaqayyoo daddabalee sii haa ebbisu. Ayyanni kristoos Iyeesuus ammas siif haa baay'tu. Jireenyi barabaraa Iyeesuus kristoos qofa. Kottaa gara isaa, du'a jala ba'a
Naman baay'ee jaalladhuuf,dinqisiifadhu #Abbeeko nuuf jiraadhu.Habtee ko atis galatoomi!🙏
Maaloo baayye natti tole dhuga. Qanqe show nama jabaa nuufidde. Ebbifami
Abbe ko my love you animosity seena ko akkamittan sitti himachal bilblbiluma ke Eessaan Argadhaga
The best man
Mana muziqaa abbaa gadaa walaahii ababbaan arras yo dhufee jagnaa hunddiyyu hinbeekuun
Namaa ani wanssaa hubbachuf yaroo bayyee hawwaa turef hedduun gammade dhugaa galatomii hafttee
I am happy to see our hero and classic artist Abebe Abashu. Long life!
Wow nama waaqayyoo farfannaa isaatiin ebbiffameera ebbifami ❤❤❤❤
Akkuma sirbaa bareeda sagaleen
Wow! Ayyaanni Waaqayyoo isiniif haa baayyatu.
Namni waaqayyoo akkana bareedaa ammas ayyanni Isaa sif haa dabalamuu❤❤❤
Waaqayyo Bara baraan jireenya keessan haa eebbisu!
artist aabbitoo Kbbadaa (paaster Aabbitoo kabbadaa nuuf affeeri)
HABTEE DHUGAA ANI BAAYYEEN SI JAALADHAAM .
wow habte galatoomi namaa waaqayyoo seenaa isaa jijjiree fakkeenya namaa baay'eef ta'uu nuf dhiyeessitef. Abebe Abbishuu waaqayyoo si gargaare ammas ayaanaa dachaa sif haa dabaluu.
Nama Waaqayyoo ta'uun waan baay'eef nama fayyada, Jireenya har'aafis booriifis abdiin isa keessa jira. Baga jiraattee, ammayyu jiraadhu!!!
Waa'e sirbbichaa dhisaa maaloo.
Artist Ababaa Abishuu goototaa keenya keessaa isa tokko. Jaalatomoo keenyaa baga nuuf jiraattee maatii horatee. Waqayoo isiniin haa eebbisuu.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤abbuyyeeeeeeee....sijaallannaaa jech.tu nutt hirrataa 😢
Habtee baay'ee natti toltan dhugaa
Wow ebifamaa ❤❤❤❤
Ebbifama Dhugaa waqayoo isin haa eebbisu
Dur yommuun sagalee Akka aannanii sirraa dhagaa turee sagalee kkee kana faarsaaf hawwaan turee 😅❤❤❤❤❤
Ufffff..... Yaa waan keenyaa!!!😔😔😔
Abbabaa Baga fayite jabadhu. hanga dhumatti dhaabbadhu.
Seenaan ture kan nama onnachiisuu dha.Fayyinni ILMA WAAQAA IYYASUUSIIN,ISIN argate Na haa argatu.
Ulfina biyya lafaaf harka rukuttaa biyya lafaatin gonguma wal bira qabamee hin ilaalamu kan waaqayyoo Halle hallelujah hunduma akka bishaan yaa'ee darbuu isa dabarseef jaalalan jireenya bara baraatiif isa nu kaa'eef yesus kiristoosiif Galanni Guddinni uqubaan bara baraan haa ta'uu Ameen
Eebbifamaa kanuma caalatti Ayyaanni Gooftaa isiniif haa bay'atu🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼
Nama ani bayyee bayyee onnee Koo irraa jaaladhu he is King's of guitar really.
Abbe Waaqayyoo Si Ha Ebbisu
Galatoomi Habtee !! Qaxalee keenyaa, hedduu media bokkuu nu bohaarsaa ,seenaa dhaloota barsiisaas waan jiruuf ulfaadhu. Far. Abbee baga jiraatte.
Haftaamu Qaxalee👍 Nan gammaada
Waaee Abbaba Abbashuu
I Proud of you guys, Qeerroo ganaama!
Woowo Song write Solomon Adunya Essa jirta sol Farfannan ke OBN irrati darba jira
''Digirii 180 n naanna'e'' baga gara gooftaa isa si jaallatuu dhufte Galatoomaa❤
Thank you, Habtish!
Eeebbifami Abbe Habtamuu Lamuuu atis galata qabda
Isini haa eebbisu Abbee fi Habtee
Sagantaan kee natti tola, amantaa fi naannoon otoo hin qodiin hunda hirmaachisa.
Kessumayyuu warra saba kanaaf gatii kanfalan dhiyessu keetin.
Ameen ebbifama 🎉🎉
Eebbifaa Ijoollee Waaqayyoo baga taatani
የብልግና ፓርት ዎንጌሎች
Habtaamuu weellisaa Abdishuu ammahaa bakka inni jiru nuuf barbaadi fidimee
Gooftaan inni si booji'e maqaansaa haa eebbifamu!
Weeluun kee hangaa ardhaatii anaaf addaa
Akkaa dhiirra dubaataan Akkaa,,,,,,,,,,,,Baqaachuura Naama Haa'woshuu
ameen ameeen eebifamaa lamman keessan iyyuu
Uffffff waaqayyo isin haa eebbisu❤❤
Habtee, Jeneraalticha keenya galatoom, namoota ciccimoo nuuf afferuukeetiif,akkasumaan itti fufi
My old friend Abebe Abashu. Bagaa jirate.
Baga dukkana keessa gara ifa Yesuus dhufte! Yohaannis 8:12
Amma Aabbitoo Kabbadaa Fufaa nuuf fidi!
Namaan wellee isaa yoomiyyuu hin moofoyne abbabaa abbashuu
Hello abtishi abush ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 mn irra
Wow after long time at minneapolis 🎉🎉🎉🎉❤❤❤
Ababaa Abiishu nama akkan jaaladhu waleen isaa natii toluu dhugaa rabbii
Maalo bilbila abba koo baay'en barbaada❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
ARTISTI ABBABAA SIIN JEDHA NAMNI!!
Inni kana godhe Yesus haa ulfaatu.Eebbifami!
Abbee ❤❤❤❤ irraa jaallaatamaa namaa! Long life
Naalo bilbila abba koo baay'en barbaada❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baga waaqayyo karaa jireenyaa siif ibse
Viva! Beautiful show 👍✅
King of music and guitar
Abbee Baay'ee Si jaallanna ❤ Faarfannaa dhaan si eegna❤
🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤
Maqan waqayo haa ulfaatu 😊😊😊