Gingilchaa: Imimmaan Oromoo Imimmaan haadha iyyessatu akka gallu na godhe

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 11 ธ.ค. 2024

ความคิดเห็น • 396

  • @Loving-Kindness-n7h
    @Loving-Kindness-n7h 8 วันที่ผ่านมา +30

    "Blessed are the peacemakers, for they will be called sons of God" Matthew 5:9:. Brother Habtamu may God Bless you; you have great contribution.

  • @ኢየሱስጌታነዉ-ደ1ጀ
    @ኢየሱስጌታነዉ-ደ1ጀ 7 วันที่ผ่านมา +7

    jaal sanyiin baay'ee baay'ee isaan galateeffadha jecha isaan jedhan keessaa ummanni miidhamuurra an miidhamuu wayyaa jedhanii galanii kabaja isinii qabna jaal sanyii❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-zd9ul1nl2oAbee
    @user-zd9ul1nl2oAbee 7 วันที่ผ่านมา +25

    Warii Naga busan hagamadan isan ijole Waqaayootti
    Mat 5:9 ❤❤❤❤❤❤

    • @SabonaMarara
      @SabonaMarara 7 วันที่ผ่านมา

      galatomii heduun jalaadhee👍👍

  • @MesayMesfin
    @MesayMesfin 7 วันที่ผ่านมา +19

    እኔ አማርኛና ኦሮሚኛ ተናጋሪ ከሆኑ ቤተሰቦች ነው የተወለድኩት በእርቁ በጣም ነው የተደሰትኩት❤❤❤

  • @EebbisaaSiraaj
    @EebbisaaSiraaj 8 วันที่ผ่านมา +26

    Habtee ko dhugaa rabbi si eeguufu lubbuun kokkee na geette baga nagahaa naaf dhufte qaali oromoo ko ❤❤

  • @abdiibobasaa
    @abdiibobasaa 4 วันที่ผ่านมา +2

    Gafaa oromon Nagaya qabduu ykn gamachuu Qabnuu fulii Abtamu ni beysisa wow❤ Ya Rabii sabaa ko kanaa walif galchii Alaa nu galchii🤲

  • @tadesehordofa4596
    @tadesehordofa4596 7 วันที่ผ่านมา +10

    Baga gammadde Haabtish,nagaafi tokkummaa Oromoof iyyaa turte,ammas jabaadhu!

  • @berhanumoreda
    @berhanumoreda 5 วันที่ผ่านมา +1

    Brilliant analysis Habtish as always!!! Thank you brother!

  • @FunyeeJalduu-v3r
    @FunyeeJalduu-v3r 7 วันที่ผ่านมา +9

    Yaa Waaqayyo gammachuu kana itti nufi fusii obbolewani keenyaa hafanisi laphee isaan jabatee nufi jabsii🤲🤲🤲🤲

    • @ayshaboke1326
      @ayshaboke1326 7 วันที่ผ่านมา

      Gaatoma jenara Hamtuu ❤❤❤❤ ilmo lencaa Lencumaa isaan fallaa

  • @jomama151
    @jomama151 7 วันที่ผ่านมา +10

    Habte galatoomi baayyee gammadneera, warra hafaniif rabbi qalbii haalaatuuf ❤❤❤❤❤❤❤

  • @TomasLegese-fp9pm
    @TomasLegese-fp9pm 4 วันที่ผ่านมา

    እንደ አንድ ኦሮሞ በጣም ደስ ብሎኛል እግዚብሔ ያሳምርልን።

  • @Arrivo-tr6es
    @Arrivo-tr6es 7 วันที่ผ่านมา +5

    ‹‹ጦርነት የሚዘፍኑት፡ ጦርነት አይተው የማያውቁ ሰዎች ናቸው›› አለ ፊ.ማ. ብርሃኑ ጁላ፤ ጦርነተ የምያውቅ ጦርነት ይጠላል/አይፈልጉም፡፡ እግዝአብሄር ይባርኮት፡ ከመላው ቤተሰቦት ጋር ጤናና ሰላም ይብዛሎት ክቡር ፊልድ ማርሻል ብርኃኑ ጁላ ገላልቻ እና ኦቦ ሽመልስ አብድሳ ታላቅ ሰው፤ BIG RESPECT

  • @Jamiladha
    @Jamiladha 7 วันที่ผ่านมา +1

    Galtoomii obboleessa wolhii gafa du'aa Salaleeti ATI akkasiti bo'oote immiman qabachu dadhabee. keessatu worra midiya irratti olii bayyani naganyii Malliif bu'aa rakkoo keena Kara marriin osoo hin tane wolliti dhukkasun worra jedhani itti hima qofa! Giggicha bayyee namati toltu jabadha ❤😚😚😚

  • @oromtitiiibrahim1238
    @oromtitiiibrahim1238 8 วันที่ผ่านมา +5

    😢😢😢😢❤❤❤❤ ተመስገን ፈጣሪ እርር ድብን ቅጥል ብልም በነ ጃል ሞኢ... የቀረው ወገኔ ተስማምቶ በአንድነት ተከባብሮ መኖሩ የዘወትር ምኞቴ ነው 😊

  • @Fuex-p4h
    @Fuex-p4h 7 วันที่ผ่านมา +3

    Habtish atti vaayresi gandummaa irraa bilisa waan taatefin si dinqisifadha

  • @RitaaArfghjj
    @RitaaArfghjj 4 วันที่ผ่านมา

    Waaqayyoo isaan haa eebbiisuu jaal sanyiifii fakkaatoota isaa imimmaan haadha hiyyeessaa dhageessanii warrii galtan galatoomaa nuuf jiraadhaa isin jaallannaa jaal sanyii f faakkaattoota isaa martii my king

  • @genetasefa6919
    @genetasefa6919 5 วันที่ผ่านมา +1

    Galanni Waaqayyoof haa ta'u, Oromoon nu haa tokkoomsu, Seexanni haa sodaatu ​​Ameen 🙏❤ ❤❤🎉🎉🎉

  • @samiyasaid7499
    @samiyasaid7499 6 วันที่ผ่านมา +1

    ወደመልካምነት መጣረቱ ይበጃል መልካምነት ለራስ ነው በተለይ ውስጥ ያላችው አገርን ለመጉዳት ህዝብን ማመስ መስረቅ ምእግደል ቢቆም ሀብት ማልእት ህዝብ ነው ገዘብ ሳይሆን

  • @SoriLikisa-bp2ie
    @SoriLikisa-bp2ie 5 วันที่ผ่านมา +1

    Kan gale sabasaf gale dhuguman bilisuman oromo naga walii buusu caalu hin jiru ❤❤❤❤❤

  • @danielp813
    @danielp813 6 วันที่ผ่านมา

    Peace is the solution for all people. No more war among brothers & sisters.
    Thanks Habitish for your courage and message to all peace lovers.❤😊

  • @ghcgy-qo7dj
    @ghcgy-qo7dj 5 วันที่ผ่านมา +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤God bless you

  • @salahhoussein-vb9pf
    @salahhoussein-vb9pf 4 วันที่ผ่านมา

    Abtamuu lamuu jaranal yo sin jedhe yosixxiqate malee sitti hin gudtatuu ulfadhuu jal sanyin kabajatuu malaaf hajiraatuu
    Kan hafes nuf hagaluu❤❤

  • @genetyimer5074
    @genetyimer5074 7 วันที่ผ่านมา +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤I am so happy because they’re getting pease I said thank so much

  • @tsegenetyitagesu4386
    @tsegenetyitagesu4386 7 วันที่ผ่านมา +1

    Thank all of you. I have no words to express my gratitude GOD bess our nations

  • @selamademsung5995
    @selamademsung5995 6 วันที่ผ่านมา

    እኔ በጣም ደስ ብሎኛል የፀሎቴ መልስ ነው ክብር ሁሉ ለእግዚአብሔር ይሁን ለአገራችን ስላም ይሁን
    እግዚአብሔር አምላክ ከአገራችን ጦሪነትን ያጥፋልን
    ለሁሉ ክልል ስላም ❤ይሁን

  • @LattuuBerhanu-kq1zt
    @LattuuBerhanu-kq1zt 6 วันที่ผ่านมา +1

    Alaaba kana hin dhosiina deebiftani malee❤❤💚💚♥️♥️

  • @mohamedsalheen8810
    @mohamedsalheen8810 7 วันที่ผ่านมา +2

    ❤❤❤❤🌺🍁💐💐💘💘💕💕🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🏝🏝🏝🏝🏝🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹💐💘ሠላም ነዉ

  • @HamzaAwel-m3i
    @HamzaAwel-m3i 8 วันที่ผ่านมา +1

    Dhugadha Jeneral.Jaal sanyin goota!
    rabbin jara hafe nagan nufhagalchu

  • @asegidhailu8022
    @asegidhailu8022 7 วันที่ผ่านมา +2

    Generaal.... yeroo kana suma qofaatu na kofalchiisaa bar❤❤ Nama jabaa

  • @HamiltanAhmed
    @HamiltanAhmed 2 วันที่ผ่านมา

    Ee yaa haasawa gingilchaa akkam namatti tola jabaadhu

  • @Tola-pl2vx
    @Tola-pl2vx 6 วันที่ผ่านมา

    ሀብታሙ በጣም የምወድህ ወንድሜ ተባረክ

  • @KamilAhmed-fn8ue
    @KamilAhmed-fn8ue 7 วันที่ผ่านมา +2

    Hundikesanuu Bagaa Gamadaan❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉jenerala habtamuu sinjaaladha❤❤❤❤

  • @TajuHasan-k1f
    @TajuHasan-k1f 5 วันที่ผ่านมา

    Dhugaa keeti galata guddaa qabu jaal sanyiin❤ dhuguma dhiira

  • @AlemneshZeleke
    @AlemneshZeleke 7 วันที่ผ่านมา +1

    Namaa dhugaa jalatuu sin agree ebifamii ebifamii
    Anii gamachuu chalaa bo,anii turee akumaa kanaa sabinii keyaa gamaderaa ❤❤❤

  • @BURTKANGURMESA
    @BURTKANGURMESA 8 วันที่ผ่านมา +4

    Eyee dhugaa waaqayyoo kadhata keenyaa dhaga,era 🤲🤲🤲gamachuu guddatu natti dhagame wari haafanis nagan nuf galaa❤❤❤🙏🙏🙏

    • @JamamaBuzunaa
      @JamamaBuzunaa 7 วันที่ผ่านมา

      Kadhaa keessa dhagee kkkkkk bagaa yoomi kadhatee

  • @hamdiyaa8776
    @hamdiyaa8776 7 วันที่ผ่านมา +1

    Jaal Sanyii galatooma Galata guddaa nurraa qabdu baga Nagaa nuuf galtani har.as isin jalannaa❤❤❤

  • @orotiktokshow7872
    @orotiktokshow7872 5 วันที่ผ่านมา

    Congratulations 🎉 OROMOIYA 😊

  • @MameOro-d2l
    @MameOro-d2l 4 วันที่ผ่านมา +1

    ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉dhugaadha

  • @JamaalJeylaan-h3y
    @JamaalJeylaan-h3y 5 วันที่ผ่านมา +1

    Www qaali koo

  • @HamiltanAhmed
    @HamiltanAhmed 2 วันที่ผ่านมา

    Habtee hayyoota keenya haa dhaggeeffannuu

  • @RameeTube-qf4ym
    @RameeTube-qf4ym 6 วันที่ผ่านมา

    Shanyiin galee gaa nagayaa fidaa gaa😂😂😂😂😂😂😂

  • @temesgenMA2023
    @temesgenMA2023 7 วันที่ผ่านมา

    It is really a great move. Peace is all what we need 🙏🙏🙏

  • @alemayehujenbare4502
    @alemayehujenbare4502 7 วันที่ผ่านมา +1

    ግንጊልቻ ውስጤ ነው! በርታ ሀብቲሽ

  • @MehandisWorku
    @MehandisWorku 5 วันที่ผ่านมา +1

    ❤❤❤❤🎉🎉 good 👍🏿👍🏿

  • @IsayasGy
    @IsayasGy 6 วันที่ผ่านมา

    my lord Jesus Christ bless you to reveal these action

  • @TaganuBona
    @TaganuBona 7 วันที่ผ่านมา +1

    ❤❤❤ bayyee garidha bayyee Kan namaa bonsuudha jabadhuu ❤❤❤ umurii dherraa nuf jiradhaa

  • @Gadisatgr
    @Gadisatgr 7 วันที่ผ่านมา

    Waaqayyo mee kan dhugaa Haa godhu!
    Kun kadhata uummata keenya maraati!!
    Garuu sobuudhaan, ammas goyyoomsaadhaan, Wal bituudhaan, shira xaxxaxuudhaan, taanaan Uummata kana burjaajessuu keessaniif kan isin gaafatu hin jiru yoo ta'eyyuu Waaqayyo inni uuummata kana akka qajeeltoodhaan hooggantaniif isin muude teessoo isaarra jira!!! Guyya guyyaadhaanis wanta isin gootan ni ilaala, ni madaala, firdii kennuufis dhiyoodha!!!

  • @SofiaAli-z6x
    @SofiaAli-z6x 7 วันที่ผ่านมา +1

    Dhugaa.mooAmaanuu.Dadhabee
    Oromoo.koo.tokkummaatokkummaa
    Amaasii.ittiiFufuuQabaa🎉🎉🎉🎉🎉💪💪💪💪💪🤲🤲👏👏👍🏾👍🏾🙌🙌

  • @SabboonaOromoo-b9j
    @SabboonaOromoo-b9j 7 วันที่ผ่านมา +1

    Yeess

  • @MuniraaAlfitaaAlbushaan
    @MuniraaAlfitaaAlbushaan 5 วันที่ผ่านมา

    Bayyee galatoomaa 😍😍😍😍😍🙏🙏🙏🙏🙏👍👍

  • @adnanmahmud1436
    @adnanmahmud1436 6 วันที่ผ่านมา

    Oromummaan miidhagummaadha🎉❤❤❤

  • @allaahkariimqwe9442
    @allaahkariimqwe9442 7 วันที่ผ่านมา +1

    dhugaa ketii ❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰👍👍👍👍

  • @AbbeeTolollaa
    @AbbeeTolollaa 2 วันที่ผ่านมา

    Hy jabadhu jaabaa❤❤❤❤

  • @workineshjifara
    @workineshjifara 7 วันที่ผ่านมา

    Blessinggggggggggggggggg
    Jesus Lord is good All the time !!!!!!!!!!!!!!

  • @Kennawqyo
    @Kennawqyo 3 วันที่ผ่านมา

    Wow wow 🎉🎉🎉

  • @AyaluBiso
    @AyaluBiso 7 วันที่ผ่านมา +1

    Bagaa nagaa galatee sanyii oromo❤❤❤❤❤

  • @AberaKumbi
    @AberaKumbi 6 วันที่ผ่านมา

    የኦሮሞ ህዝብ ጥንካሬ እየጨመረ መምጣት ለጠላት ድንጋጤ ለወዳጅ ታላቅ ደስታ ነው ስለዚህ የተፈጠረውን ሰላም ከጫካ የገባውም ሆነ አገሪን ስያስተዳድሪ የነበረው ወገን ሁሉ የተገኘውን ሰላምና ኦሮሞ ህዝብ አንድነት መጠበቅ አለባቸው ::

  • @LlTt-jr3en
    @LlTt-jr3en 4 วันที่ผ่านมา

    Galata kee yaa rabii kan garra jabatu hunda garra issa lafisii Ameen Ameen

  • @Hesdayass
    @Hesdayass 7 วันที่ผ่านมา +1

    ❤❤❤❤❤️ 🎉 Wow kiag

  • @NegeseWorku
    @NegeseWorku 5 วันที่ผ่านมา

    Galatomìi habtishi hedduu si jaalanaa❤❤❤❤❤

  • @mdoman986
    @mdoman986 8 วันที่ผ่านมา +1

    Waaqayyoof Galaani Guddaan haa ta.u Hammanyuu Waaqayyoo gidduu isaanitti Jaalala Tokkummaa haa baayisuu Biyyaa kenyaaf Sabaa kenyaaf dachee kenyaaf Dhaloota Biyyaa kenyaa hundaaf Nagaa Jalaala Tokkummaa nuf haa kennuu ❤❤atis Jabadhuu Qaxallee Kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @mesfinabebe1046
    @mesfinabebe1046 3 วันที่ผ่านมา

    Keep it up!

  • @atinafbose6678
    @atinafbose6678 6 วันที่ผ่านมา +1

    😅😅😅😅😅

  • @dheeranejash6400
    @dheeranejash6400 7 วันที่ผ่านมา

    Ngaya waliti ha dhabuga ,hadara motumaanis akka isan hn mine wahuma hundahu ,ngaya shiirri keysa jirre Rabbi ha godhu

  • @DagneWakjira
    @DagneWakjira 7 วันที่ผ่านมา

    Haqatu akkasi ❤🎉🎉❤❤ OBBO Lencho Leta the truth brilliant and hero of Oromo!!!!! Galatoomi general Habte!

  • @GemechisTegegne
    @GemechisTegegne 5 วันที่ผ่านมา

    Kan dheebuun na godhe bishaan gaheen dubbadha jedha oromoom kan dararamaa tureem ummaata keenya baddiyati

  • @birqidsisa
    @birqidsisa 8 วันที่ผ่านมา +1

    ❤❤❤❤galani guudan waqayoof haa taa uu bayee gamanee raa

  • @fedilasherif9867
    @fedilasherif9867 7 วันที่ผ่านมา +1

    ❤❤❤❤👍👍👍👍💪💪💪💪💪❤❤❤👍👍

  • @AsfawosenMetaferia
    @AsfawosenMetaferia 8 วันที่ผ่านมา +3

    Abtisha Sanyi Qulqullu Namaaa Baga Gamadde Jabadhu Itti Fufi Gingilchi

  • @fatumahashim7141
    @fatumahashim7141 6 วันที่ผ่านมา

    Guutaa Oromo waan garii hojata jirta jabadhu

  • @Lemabizuayehu
    @Lemabizuayehu 8 วันที่ผ่านมา +2

    oromoo shawaa believe in dialogue for oromoo this is amazing move

    • @christianlyrics01
      @christianlyrics01 8 วันที่ผ่านมา

      Qomcee haadha keetii waa'ee gandummaa maaltu fideree kana keessa.

    • @yabobayo5787
      @yabobayo5787 8 วันที่ผ่านมา

      @@christianlyrics01
      Maaliif arrabsoodhaan nafa dhiqatta ree?

    • @Lemabizuayehu
      @Lemabizuayehu 8 วันที่ผ่านมา

      @@christianlyrics01 maal haadha kee sii gashe fuudee haadha kee nyaadhu

  • @chaltusuphe9465
    @chaltusuphe9465 8 วันที่ผ่านมา +4

    Jabadhuu jabaa kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @gyhu9414
    @gyhu9414 7 วันที่ผ่านมา +1

    Baga gamadani umani oromoo Baga gamane congratulations ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏❤️❤️❤️💓💓💓💓💓💓💓💓💓❤️💓💓💓❤️

  • @NasralItafa
    @NasralItafa 7 วันที่ผ่านมา +1

    ❤❤❤❤❤❤❤1❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @YaasinMaxamed-s3r
    @YaasinMaxamed-s3r 5 วันที่ผ่านมา

    Bitaam.namgadi.nangoo😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @AbbaaFiroomsaa
    @AbbaaFiroomsaa 7 วันที่ผ่านมา

    Jechi Abiyyi dhugaadha jettee amantaa Habtee silaa dhugaa tahee waa fiduu hin dandeessanii kottaa jedhee kabaja isaanii xiqqeessaa hin waaman afaan nagaatiin araara nuuf wayya jedhan malee kana atis beekta wallaalteemmiti garuu deeggarsi kara kiiloo 4 siqabaa jiraaf malee

  • @AbrahamNegasa-v9k
    @AbrahamNegasa-v9k 6 วันที่ผ่านมา

    Habtee nama jabaa

  • @mohamedabdo-qb7zp
    @mohamedabdo-qb7zp 7 วันที่ผ่านมา

    Galatoomi General Habtamu mootumaa Prosperity kana baayye naa jaalachiifte Hojjin atin Ummata Oromo hojjachaa jirtu diqoo miti itti jabaadhu Rabbi si haa qarqaaruti

  • @SaraWogi
    @SaraWogi 7 วันที่ผ่านมา

    Uuuuuffff yaa waqayyoo sii haa fii haa galatuu ❤👌👌👌🙏🙏

  • @Mim-c8e
    @Mim-c8e 7 วันที่ผ่านมา

    Qaqea.shoo..najaibaa.hasofinikesanii.jabadhaa

  • @QumbiiBoosee
    @QumbiiBoosee 6 วันที่ผ่านมา +1

    Ati ogeessa Siyaasaa miti. Gazixeessaas miti. Maaf akkanumaan kijiba afuufta?

  • @waktolalamesa9475
    @waktolalamesa9475 7 วันที่ผ่านมา

    eeyyee,Habte,nuu jiraadhu,eebbifami !!!

  • @shumigirmaa8231
    @shumigirmaa8231 6 วันที่ผ่านมา

    Dhugaa kee jette hubataa namaa❤

  • @HayteHayte-g4x
    @HayteHayte-g4x 7 วันที่ผ่านมา

    Dhugaketii ❤❤❤❤😂

  • @abdulliitube8887
    @abdulliitube8887 8 วันที่ผ่านมา +1

    Habtaamuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @KENENIGUTEMA-n3s
    @KENENIGUTEMA-n3s 7 วันที่ผ่านมา

    Dhugadha waaqayyoo galataa haa hargatuu ❤❤❤ nageenyaa umaataa keenyaa baarbanaa

  • @EftuAdam
    @EftuAdam 6 วันที่ผ่านมา

    Yaa Rabbi oromoo hunda takka godhi

  • @MinaseTemesgen-n7h
    @MinaseTemesgen-n7h 7 วันที่ผ่านมา

    God bless bless bless bless you , them and the country

  • @GechMako
    @GechMako 7 วันที่ผ่านมา +1

    Dacheen oromiyaa hunda keenya ni gaha tokkummaan jiraannaan oduu ormaa dhaggeeffachuu irra wal dhaggeeffuu nuuf wayya, garaagarummaan siyaasaa adda nu hin baasu nuti dhuguma mirgaa fi faayidaa uummata keenyaaf qabsoofnaan

  • @Naaf-tu7vm
    @Naaf-tu7vm 7 วันที่ผ่านมา +1

    bagaa gamadanii umani oromoo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mebrattsegay9143
    @mebrattsegay9143 7 วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤❤ Waaqayyof Agallatuu Jabadhu Hbtee

  • @OsamaKasim-z4y
    @OsamaKasim-z4y 6 วันที่ผ่านมา

    Jabaadhu jaba keenya❤❤❤

  • @muleyeayle1621
    @muleyeayle1621 8 วันที่ผ่านมา +1

    waqqayyoo haa eebbbifamuu❤❤❤❤❤❤

  • @MOMOMomo-y5b
    @MOMOMomo-y5b 7 วันที่ผ่านมา +1

    👍👍👍👍👍❤💚❤💚💙💚❤❤

  • @DinishaaAbdalla
    @DinishaaAbdalla 7 วันที่ผ่านมา

    ❤❤attii gota keenyaa

  • @MesayTilahun-v8b
    @MesayTilahun-v8b 7 วันที่ผ่านมา +1

    Congra🎉🎉🎉habet umata oromo hundaaf!!!!!

  • @teguaasefa7977
    @teguaasefa7977 7 วันที่ผ่านมา

    በርታ አቦ እየተሳካልህ ነዉ😂❤💪💪💪💪

  • @AbdinafBelachow-g6z
    @AbdinafBelachow-g6z 5 วันที่ผ่านมา +1

    hin dhudhuufinme ati xiixu wayi gaantu tana maal faarsita me

  • @SemiraAkmel-l3r
    @SemiraAkmel-l3r 7 วันที่ผ่านมา

    Dhugaa dhaa saba oromo naga nu waya ❤❤❤

  • @نسمةيونس
    @نسمةيونس 7 วันที่ผ่านมา

    Waqayyo koo ulfadhuu ❤🎉