Baay'ee Nama Gaddiisisaa. Bagaa Rabbii Si Fayyiisee. Waan Dr Dhadhabee Jedhe Abdii si kutachiisee. Rabbiin Inni dachii fii saamii Uumee inni alkaaniif guyya uume si fayiise. Rabbiif Galata jedhi. Yoo ergaa koo argitee 🙏🙏🙏🙏
Baye nama gadisisa namani yero rako nama dhise deme yero naman rako kessa bahe malif dhifama nama gafata Ana ka na ajibu kan ya obboleewan tiyya obbolessa kiyya si rabbi si ha gargaru jabadhu ❤❤
Jaqamini isaa nama gadisisaa Dhumarati baay'ee nama gamachisaa kaan dhukubbsatesi waqaayoo fa as yisaa bagaa faayitee kuun waqaayoo sii jalataa Garuu haatii mana kee Amalaa abbaa mana koo qabduu Hunduu nii darbaa Waree faayyaa namaa qofaa jalataan kun isaan hin dhukubsataani Obbolesaa koo kaan sii jibeefi jaladhuu garuu waali hin jiratiin Akkaa kooti
Uuufff baga rabbin si fayisse alhamdulha Amshiri senna kee bayye na gadise😢😢😢 Garru hadha mana kee sani tana gaffa rakkoo si gatte atis ofira gatte nikka Eshi irra bussu Rassulli kenna s a w nama dhiigaa si obbasse ati anani obbasi jedhe kanafu jazza rabbin irra ni debiyaf
Uuuuuuuufffff yaa Rabbi sima kuffisee kan nama kaasu .baguma akka jaamsetti sin hambisin .gara jabina ilma namaa akka isiitti ati hin fayyitu seete baga Rabbin si fayyise .irraa fagaadhu maal itti deebitaami
Itti debi, iin kun jalala hin bektu argashii sin bagaa rabbin galgalaa kee barachee dhiras ta, ee shamarran warren qabenya ykn birri malee jalala hin bekne kanarra baradhaa 🙄🙄🙏🙏🙏🙏
Baay'ee Nama Gaddiisisaa. Bagaa Rabbii Si Fayyiisee.
Waan Dr Dhadhabee Jedhe Abdii si kutachiisee.
Rabbiin Inni dachii fii saamii Uumee inni alkaaniif guyya uume si fayiise. Rabbiif Galata jedhi. Yoo ergaa koo argitee 🙏🙏🙏🙏
Bagaa Rabiin sii fayysee yaa Obboleesa koo bayeen siif gamaade Alhamdullilah rabiil Alaamiin jedhii yaa obboleesa koo fulduuras Rabii siin dhiibiin Rabii sii haa qanaaniisu ♥️♥️♥️♥️
Baye nama gadisisa namani yero rako nama dhise deme yero naman rako kessa bahe malif dhifama nama gafata Ana ka na ajibu kan ya obboleewan tiyya obbolessa kiyya si rabbi si ha gargaru jabadhu ❤❤
Alhmdullillah 🙏baga rabbin si fayyisee
Uuuuuufffff callaa bagaa rabbii fayyaa sifii keennee bayyee wanii garaa nama nyatuu ashirii nama mittii kanii hedatanii rabbii qofaa abbaa kee urumii sifi haa dheresuu ishallaa
Bayya'ee garaa nama nyataa wallahi saganataa keessaan bayya'ee ni dhagafadhaa garuu kan akka kan garaa na nyatee uuffii imimmaan koo qabachuu dadhabee bagaa fayyitee wallahi 😭😭😭😭😭 bagaa irra antee obbolleessa koo uuffiii☝️
Uuuuuuufffff yaa Allah 😢
Baga Rabbiin si fayyise sanyii koo
Rabbiin Abbaa kee fi biyya keetti ngyn si haa deebisu. Jireenya kee fuula duraatis siif haa tolchu.
Isiin garuu ammas rakkoo keessatti si gatuu waan dandeettuuf,tan biraa ta keeyrii sii qabdu Rabbiin siif haa kennu🤲
Maaliif garuu jaalalli akkasii😥
Rabbi haa qajeelchu. abshiir ati Rabbiin fayyaa bareedduu siif haa kennu
Isii miidhuuf hin yaadin,jireenya kee nama biraa wajjiin dhaabadhu.Kan Rabbiittu caala waan ta'eef!
Alhamdulillaa qomoko baga rabbin si fayyisee
Akkaa isheetii hin deebii'iinii abbaa keef umurii dheeraa .
Mee ijoollee oromoo jarsaa koo heduu jaladhaa akkaa innisii naa jalatuu mee du,aii naaf godhaa akkasumasii wali ta,ii nuuf kadhaa pelcs jallalii gowwaa namaa godhaa👈🏿😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️😭😭😭😭👈🏿👈🏿☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Rabbii isaas sii haa jalachisuu garuu of hin dhiphisiin namanii amaa jalaal dhugaa namaa hin qabuu yoo atii likii malee jaltee sii tuftaa uguruu hin demtuu naa jalatii jedhee ,
Waqayyo wali isin haa jaallachiisu obbolettiko.
@@riyanaamaamileebalee8568 matti nafi ta'i tiruu ko maaloo
@@hasnaa9786 matti nafi ta'i tiruu ko maaloo
@@riyanaamaamileebalee8568 amiiiiiiiiiiiii jkl rabbii sirraa haa jaltuu
rabbii umiire abbake siifa dherressuu garuu gara funduratii waanii hama hin hojetiin rabbii hojii ishee haa latufii atiimo jajjabadhuu goliftan siin gargaruu
Uuuuuuuff bagaa waaqayyoo si maree bay'ee nama gadisisa😭 kan booda waaqayyoo si waalin haa ta'u🙏😍 nagaan biyya ketis si haa galachuu 🙏🙏
Jaqamini isaa nama gadisisaa
Dhumarati baay'ee nama gamachisaa kaan dhukubbsatesi waqaayoo fa as yisaa bagaa faayitee kuun waqaayoo sii jalataa
Garuu haatii mana kee Amalaa abbaa mana koo qabduu
Hunduu nii darbaa
Waree faayyaa namaa qofaa jalataan kun isaan hin dhukubsataani
Obbolesaa koo kaan sii jibeefi jaladhuu garuu waali hin jiratiin
Akkaa kooti
Bagaa rabbii sii fayyisee kodee koo waqayyoo umurii Abbaa kee sifii haa dheresuu jirenyaa kee fulduraa Sifi ha Baresu
Mashallah baga Rabbi fayya kee siof debise Alhamdulillah kanaan booda jiruu milkiin siif hawwa gaarumman ofiifi
Fayyumaa kefii Gamachuu Rabbii fii gallattaa galachii Ahmaddullay jedhii
WEl CAME oromia 24 ❤️💚❤️uuuffiii senaa garaa namaa rasuu bagaa rabii si fayise 🙏 🙏🙏 rabii hundaa ni danda'a. Isheef hojii ishee haa kenuuf.
Maatii naaf ta'imee waan ofii koo
Bagaa Rabbiin si faayisee
Rabbiin Karaa Nagayaa sii Haa Galachuu Garruu Nama Waytaa Atii Fayaa Qabduu Sii jaallatee waytaa Rakoo Siraa Fagatuu iraa Fagadhuu Sin jedhaa Ani Akkaa yadaa Mataa kiyaa obolesaa kiyaa Bagaa Rabbiin Sii Fayisee Abaa kelee Rabbiin ijjaa Nagayatiin wali isin haa Gasusuu Sin jedhaa
Uuffff bagaa waqayyoo si fayise obbolesakoo🙏🙏🙏
Nagaadhaan galii Rabbii siyaa gargaruu
Baga waqayoo si fayyisee kodee keenya ☝️☝️☝️☝️😥😥😥😥😥
Rabbii nagayan sii haa galchuu abba rabbii umuri isin sii haa dhereesuu obbolleewwaan keenyaa
@URJII Net 👍👍👍👍
Alhmadulilah bagaa Rabbii sii fayisee
Uuuuuuuuuffff yaa jalalaa birii
Jabadhuu atii
Uuuuuuuuffffff Senaa bayye garaanama nyaatu fi nama barsisu Akkasumas jaabina kayyof jeecha bu'aa ba'i eduu dabarsite waqaayyo bagaa Si fayyise bagaa milkooftes dhugaa eduu barnotaa naf keenite oboleesa koo jiraadhu Ammas waqayyo duraa kee haabu'u
Rabii jabadhaa wan hunda baka iti Kuftetii hin haftuu. Wan hunda Cala atii baka gamade
Bagaa waqaayoo sii fayissee fayyaan hundaa dursaa
Uuuuuffffffffffiiiiii, 💔💔😭😭 abshrii kan nama homa miitii jalala hin jiramane kan Rabbii Qofa☝️ beekaa jabadhuu obbolesa koo
Uuuuùuuffffffffff yaa raabi yaa allhaa yaa obolesaa koo baga raabi si fayise saanyii koo abshir raabi jiraa gara fuduratis ishahalaa jabadhu 😭💘💘💘👈💪🙏
Waan hunda dura baga rabbiin sii fayyise obboleesa koo silaas namnii bara kana kan jaalalaa dhugaa namaf qabu eessa argama jetteeti rabbiin nuuf haa lafisuu malee
Ossoo ijjaa sun akkassummatti si hafitte ta'ee wollahi akkumma atti jaamaa tattee saanit morikaa issi sitti herumma
Ammaa garu rabbi si fayyisse galanni ka'aa issatti baggaa fayyittee sanyi koo
Atti jaritti hin qabdu tananni...
Masha allha Masha allha rabbi abakef nagaha haa bayisu nagan galii
Baga rabbii si fayyise nagaan biyya abbaa keetitti si haa galchuu ammas ❤🙏
Atii baga fayyitee baga waqqayyoo sii maree baay'een siif gammadee waqqayyoo nagaan siyaa galchuu abba keetis obolewan ketis waqqayyoo nagaa siif yaa ta'anii
uuuuuuuuufff senan kee nama gadisisa obboossaa kenyaa baga fayyite baga rabbii sii fayyise Abba kee fayyada sifi haa godhu nagadhan biyyaa keti debi'i😍😍😍😍😍❤️❤️🥰🥰🥰
please maati naaf ta'ii
Baga Rabbin sii fayisse wan off Abba kettis Rabbin umarii siifaa dherrsu 🥰🥰😢😢😥😭
Bagaa fayitee rabbii naganii sii haa galchuu 😢☝️ Rabbii ABBA kee umurii dheraa risiqii baldhoo haa qodufii😢☝️
Baay'ee nama gaddisisa bagaa rabbii sii fayyisee abbaa kee umurii dheeraa siif haa jiratu atis nagaan galii
Uuufff baga rabbin si fayisse alhamdulha Amshiri senna kee bayye na gadise😢😢😢
Garru hadha mana kee sani tana gaffa rakkoo si gatte atis ofira gatte nikka Eshi irra bussu Rassulli kenna s a w nama dhiigaa si obbasse ati anani obbasi jedhe kanafu jazza rabbin irra ni debiyaf
Rabbiin umrii abbaa ketii sifii yaa dheresuu sisi bagaa rabbiin si fayisee
Nagaan galii biyya Abaaketti gufuun siindhayyiin 🙏
Uuuuuuuuuuuuuuuuff bagaa rabii sii faayisee isitii hin debinii rabii taa gadaaf gamaachuu wojii qodamituu sii haa basuu inishaallaa
Uuuufffff duraleee bayeee bayeee nahe.eee dhumaa kee bayyee naa gammchisee ammas waqayoo sii biraa hin hafin obbolesaa koo jabadhuuu
Rabbii fayyaa kee siif haa debisuu nagayaan biyya keetitis sihaa debisuu
Uuu888 waaqayyoo bagaa si fayyisee milkahii dubartii akkasii waaqayyoo lamaata gaara jireenyaa ke fidiin rabbii milkahii lafaa kayyoo ke gahii deebii milkahii waaqayyoo si ha garagaruu gantuun duruu ganamatudhaa atii bagaa milkoftee yo galtee maqaa she dhahinii rabbuu ishee dhaheraa dhamtuu kanaa😢😢😢
Bagaa rabbii si fayyisee obbleessaakoo
Bagumaa sii fayise obolesaa koo argaa ishe abba malii kunii abooa abba Mana worqidhaa bee uffa yaa rabbi abba Mana biraa naa gahuu abdii koo bakumaa jirtuu bagaa naa jiradhuu
please maati naaf ta'ii addara
Masha Allah hunda callaa fayyaa keti debi'utu nama gamnachisa Rabbiin sif Abbaa kee umrii dherese nagan wol isiin haa agarsiisu bro
Uuuuuuuf Alh Bagaa Rabbiin sii Fayiseee Isheef Waa Hojii isiif Haa keenuu Wly😭😭😭😭
Wel come gamachisi Senaa kun seena muca obbolesaa kiysa toko fakataa duraa jalate itti heremtee ija isaa toko bananni nikaha iraa buftee oso ujolee iraa qabu gate😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Matti nafi ta'i
Uuufffee baga Waaqayyo sii fayyisee waan hunda dura namni silaas amma fayya fi harka qaban qofati nama jalata😭😭😭😭😭😭😭
Alhamdullillah Alhamdullillah baga Rabbin guddan issi fayise
Uuuuuffff😭😭😭😭 rabbiin baga si fayise rabbiin akka namaati miti jabaadha☝️☝️☝️😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Bagaa waqayyoo sii fayyisee 🙏🙏🙏
Abshiri alhamdulilla baga Raabbiin si fayise obolesa kiyaa
Alhamdulillah bagaa rabbiin sifayissee aboleesa ko gallaataa rabbiitii
Yaa Allah yaa jiruu duniyya qormata ishee😭😭😭😭😭
Mattii nafii tayyii
Uuuuuuuufffff yaa Rabbi sima kuffisee kan nama kaasu .baguma akka jaamsetti sin hambisin .gara jabina ilma namaa akka isiitti ati hin fayyitu seete baga Rabbin si fayyise .irraa fagaadhu maal itti deebitaami
Abshiir Ammas namaa Gaari ta'ee hin dhabduu isheesanati hin deebi'in namaa fayyida qofaf Sijaalate boruus sin fayyadu kuni waqayyo ishif haadhisu garuu
Bagan dhufte obbolessa keenya gamme
Obblessa keenya waaqayyoo goofta baga si fayyise nutis bayee irra barane dhugaa waaqayyoo galatefadhu isherati homa hin rawatin waaqnu kennefi ishee gaha barumsi bayatef miti nama hubatuf xinno gahadha
Anis seena kana yo yaadu wan yaadadhe ebbifami obbolessa keenya
Uuuuuuufffff bagaa rabbii si fayyisee obolesoo koo 😭😭😭💔💔💔 iti hin debiyii eshinii takkumaa si gantee
Bagaa rabbii sii fayiisee uuufff yaa jiruu duniyaa😭😭
Haniyyee maatii naaf ta'imee bareedduu koo
Wow jabadhaa oromoo
Baga waqayyoo sii fayyise isheedhaf gaarruu hammenya hin yaadiin
Bagaa nagaan dhuftee Gamee bayyeen si diinqiisiifadha wly
Akaa waan abbaa dhiimaa tateetii dubbistee akaa abbaa dhiimaa dubiiftaa❤️nuf jiraadhuu
Matti nafi ta'i tiruu ko maaloo
Baga waqayon sii fayise .baga gamade .ishe imo akka hoji esheti waqayon yaa Kenuf
Bagaa rabbii si fayyisee
Umamitti jabadhu bagafayittee
Uuuuff rabbii bagaa sii maree amalee nagaa kee siif yaa bayyisuu homaa mitii rakachuu wanumaa jiruu garuu watii guddaa fayyuu ketii
uuuf bagaa Rabbii si fayise 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Itti debi, iin kun jalala hin bektu argashii sin bagaa rabbin galgalaa kee barachee dhiras ta, ee shamarran warren qabenya ykn birri malee jalala hin bekne kanarra baradhaa 🙄🙄🙏🙏🙏🙏
Sabontu Amboo dhugaa keeti sanyii 🥰🥰🥰🥰🥰
allahu akkuba rabbiin guddate walahi baga rabbii si fayyiisa garu akka isii hin laliin dhiisiifi wajjiin jiradhu
Masira maati naaf ta'i
Bagaa nagaan dhufte gammee kenyaa
uuuuufffffff.bayye.nama.gadisisa.baga.ràbbi.sii.fayyise.qomo.koo.nuti.barumsa..hira.hargne.rabbi.obsa.nufu.akenu.😭😭😭😭😭
Wel came 🤝 argaa ishee tanaa itti hin deebi'iin 🙅♂️ bagaa waqaayyoon si gargaree fayyaa keeti deebitee obbleessaa koo 🙏😭 jaalalii dhugaan gaddaas ta'ee gamachuu hundaa ofi keessati hamaataa yoo itti deebitee boruus akkanumaa si gatuu dandeessi tanaa yeroodhan irraa fagadhuu 🙅♂️🤦♀️
Wayoo baga fayitee attii. Dhugadha ofitin debisii nagan galii
Waqayyo abbaa nagaa siif godhuu
Baga waqaayyoo Akka garuuma isati sii fayyisee obbolleessa koo
Bagaa Naganii dhuftee qalii💚💚💚💚❤
Matti nafi ta'i tiruu ko maaloo
😭😭😭😭😭
Wel come Gamee
Uuuuff bagaa rabbii sii fayisee 😭😭😭☝️
Uuuuufffff Bagaa Rabbiin sii Fayyisee🥰🥰🥺🥺🥺😭😭😭😭💔
Waaqa naa bochisee dura uuuuuuuffffff bagaa fayyite nama koo😭😭😭😭😭😭💔
Bagaa rabbii agartuu kee sif fayyisee kan fayyaa caale hin jiruu obbolessaa kenyaa
Uuuuuuuuuuffffiii jalqaba naan boyee 😭 dhugaa garuu Waaqayyoo bagaa si fayyisee obboleessa koo
Bg nagaan dhuftee gammee
Fayyaan waan hundaa caalaa! Jalaallii dhugaan fayyaa qofaa hin filaatu😭😭😭😭 waqaayyoon bg sii fayyisee sanyii koo
😭😭😭😭😭😭baga waqqaayyoo si fayeese
😭😭😭😭😭Baga Rabbiin Si fayyise Isheeti garuu hin deebi'in Baalageedha Namittiin 😩😭😭😭
Jituyyee maatii naaf ta'imee sanyi koo
@@KebekiOfficial541 Tole giiftii too😘
hundaa callaa bagaa waqaayyoo fayyaa sifi keen 💜💚
please maati naaf ta'ii
Rabbii abba kee nagaa sif haa godhu umurii isani sif haa dhrreesuu atimo nagaan kara biyya keeti gaali jabaadhu hundu ni darba wati hin dabaree hin jiruu🙏🙏
kotuu matii naf ta'ii sanyii too
please maati naaf ta'aa
@@biblecode1469 maali
@@caltucala1452 mati nafi ta'i hadho ko
@@monetijalala6104 ok
jabaadhuu gammee koo
Uuuuuuuuuuuuuufffff baga waqayyon si fayyisee
Uuuuuuuuuuuffffffiiiii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭Alhamdulillah yaa Rabbi ☝️☝️☝️☝️☝️bagaa rabbi si fayisee tiruu ko❤❤❤❤❤❤❤
Abshiir Bro Siif Rabbi Jira
WaqaayyoBagaSiFayyee❤❤❤❤❤❤❤❤👆👆👆👆👆👆
Waqayoo nagadhani si Yaa galichuu obolesa keenya
Welcome gamee
Uuuuuuuff 😭😭😭😭 bagaa rabbi sii fayyisee
Ijii issii haa jamituu Attii taa siif matii kee kabajuu rabbii SIIF haa fiduu☝️😭😭
Matti nafi ta'i tiruu ko
Bagaa rabiin sii fayisee anilee waeee ijaa koo bayee sodadhaa bayee na dhukubaa garuu manaa yallaa dhaqee hin bekuu
Baga naga dhufte gamee 🙏🙏
please maati naf ta'ii qashiti