Habtamuu jari ati gafachaa jirtu kun waggaa sodomaa ol kara nagaa uumataa oromo bakka bu,aan haqabsaan malee jijiramn isssn fidaan tokkolee hin jiru.p/r nama isaan wajin kara nagaa turelee maqaa isaa hangaa maqaa abaa isa lee wamuu hin dandenyee .waluu hin beekkani matii missensa isaan obbo fiqaduu ilee mal keesaa akka jiraan quba hin qaban. Targetin isaan waggaa shaan egani biyaa ala demaan qr waliti qabuun gari miti. Oromoon rakkonsa waldanqudha.Habtamuu atilee akka qasmin gafate p/r ilee hin gafane .walumati qabnee yoo ilalee ana dabalate abuma argetu nugowwomsaa abuma argine harkka waliti rukunaa habashaa iraa maf hin baranuu, wari kaba toklo ta,aan q/r walit qabani falmitoota dhalaa nama ijarani akka gari honecha jiru oromoon biyaa ala jirus amala akkasi malif hin horatu? Fakkenyaaf Aadde Seena jimjimoosi falimituu dhala namati imo part KFO ti?hasan ishe durif ini ama nama hin galu.yoo falmitu dhala nama tate caasaa biya keesat dirisite hojechuu iraa abaa argee interviw gafataan odeefanno gutu hin tane qabatani waltaji iraati ba,uun faydan isaa bada miti.yoo dhuguma oromoof hojenaa jetaan waliin haa hojeenuu ans qabsa,a dhala namati wa,ee koo obbo Garumaa waqasa geggesaa Afirican human rights leegue yeroo ama tesoo isaan kanada kan ta,e mee bilbila isaa barbada gafadha isaan wajinlee hojechuu yalee hoji isaan dhisaan gara kanadati deebi,aan hojii haadhabani male human right vaolation hin dhabane Tesoo koo kara obbo Garuma Waqasa argachuu dandesuu
Welcome Back & Thank You KMN Habteshee Voice For All The Voiceless ❤️💚❤️👏🏽👏🏽👏🏽
Oboo Sultan Baga Nagaan Dhuftan Gaalatomaa 👍🏾✌🏾👏🏽❤️🌳❤️✊🏽
Yooyyaa yooyyaa Hayyuu keenya fi Habtamu Nooraa Baga nagaan dhuftan 💙💙💙💙
Thank you kMN a Voice for all & Oboo Sultan ❤️🌳❤️✊🏽
Welcome My Brothers …Abdii Oromoo WBO Maroo Qeerroo Qaaree Kegaa Forever 🍎🍏🍎💪🏾💪🏾💪🏾
Oromoo Oromia Shall Be Free ❤️🌳❤️✊🏽✊🏽✊🏽
Jabadhaa yaa ilmaan Oromoo 💚❤️💚
Miirggassatiif lollaraa jirra agaabbabatii…
Obbo Sulxaan siyaasaa keessatti urjii ta'uuf abdii qabu.
Waaqayyo isaa haa tiksuu!
❤❤❤🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Obbo Sulxaan kun nama jabaa nama yaadasaa siriitti soroorsee dubbachuu danda'uu Oromoon qabdu keessa isa tokko!
🖤 ♥️ 🤍
🫶🏽🫶🏽🫶🏽
Please correct your caption,it should be in Afaan Oromo and you got the name of your guest wrong.
ኦሮሚኛ ሲሆን ጥቂት እይታ እና አንድ ኮመንት ብቻ
ያው ሁለት አረኩልህ
Hypocrate 👹🔨
እብዛኛው ልክ እንደእንተ ደንቆሮ እድጊዎች ናቸው🦓🦓🦓🤛🏾እማርኛ ተናጋሬዎች ናቸው በየሄዱበት የሚሳደቡት ለዛ ነው... ኦሮሞ ነገር በልቡ ነው ብዙ እይለፈልፋም👈🏽🫶🏽✌🏾
ትክክል ነህ ኦሮሞ በኮመንት ጋጋታ እና በላይክ ጋጋታ አያምንም አንዷ ኮመንት በወርቅ ሚዛን ትመዘናለች
@@AgewKemant
@@AgewKemant አህያ እና የሜዳ አህያ መለየት የማትችል ዘመን ተሻጋሪ ዴዴብ 😂