Atti dhugaa kee jetee garuu makkiin loltee lolchisuun isii garaa turtee lolchisuu osoo hin tanee media kana irraatti jabduu namaatti Kara media kana irraatti nama rakkoo sabaa isii iyitee iyisiisuun nama rakkoo sabaa shee biraa dhabaatudh kanaan jabduu namaati. ❤❤❤
Oh, she was supposed indoor sweeper and she was helping people you should know how come you didn’t know all this you should go follow her stuff I’m going to go see
Some people don’t like him you’re always mean to him I don’t know why, but the guy the way you speak on his interview he always talk about a piece for his people and others
Nutti kan deegaru dhugaadha malee nama miti, ilmi nama ni dogongora yeroo kamu garuu dhugaa nama dhogsuuf tattafachuun gaarii miti, ati dhugaa dubbata erga si hordofuu eegale, ijoolee keenya kan jimmaa garuu dhugaa osoo argitu hardha jawaarin xiqqeessun namati tolu, ati heddu galatoomi
Jawwar mali ballessi kaa Abbiyyi nafxanya jedhani jawwar Abbiyi oromo jedhe inni kara nagaya hin barbadu male jedhe me malifi kara gadumma demtani ummata
What do you mean is like it’s not ha she’s supporting her people. You should understand that. It’s not her go fight there but she’s supporting those people.

😢😢😢😢😢
Saah dhugaa dubachuun ufiif bro 👍👍🥰🥰🥰🥰
Kamal Jamal galatoomi dubbii kankee durii hanga harraatti jalqabaa hanga dhumaatti ciminaaf bilchinaan dalagaa jirtaa jabaadhu❤
Yaa rabbii biyyaa tennaaf furmatta haqaa nuuf fidii hunddaa wolif nuu galchii ☝️🤲
Jechi dhumaa tana debii sirri itti kennite wlhi ❤❤❤❤garuu makin qabsoftu turte
Jabaadhu yaani kee gaariidha❤❤
Wl wr wb faayyadha Alhamdullilah Ammiiiiiiiiiiiin Ammiiiiiiiiiiiin yaa Rabii
Makiiiiioro qasofuu dha❤❤❤❤❤
Jabaadhu dhugaa ketii
Makki Qabsoto jabdudha❤❤
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
Wl wr wb akkam naggadha kamal baggaa naggaan dhuftee❤❤❤❤
❤❤ assalamu alaikum wa rahmatullahi wa barakatu
ዚያድ ዘሬ ትክክክሊ ነው ያዋረው🎉🎉🎉🎉🎉😂😂😂😂😅
Wl Saallaam wr wb
Dhugaa argaadhu zad
Dhugamaa ❤❤❤❤
eee sagalee Tayaa turatee duraanii qasootuudhaa 🎉🎉🎉🎉❤❤Makiiyee 🎉🎉🎉❤❤❤
Jabadhaa mashallaa mashallaa tabarakala obolesaa kenaa kamalii 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
Jawaar 💪❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabaadhu itti fufii
Wl wr wb maashaa Allah tabaaraka rahaaman jabaadhu likkii dubbachaa jirta
Worrii jimmaa himatuu kunii ijaa jammee moo maa dhugaa araguu dadhabe rajjimaa!!!!! Jawaar kee ollumaa saree dutaa Haa olluutu 🎉
😅😅
Kitabbnin ummata jinni qabu keessa yaasa😂😂😂
😂😂😂😂❤
Dhugaa ati nama dhugaati nuuf jiraadhu
😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Ajaa'iba jabaadhu sirrii jirtaa!
❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍
As wr wb
As Wr wb Mashallah Dad Atii Orom Dhaa
Jawwrkoo❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wl wr wb❤❤❤
Usii abatamuu
Ws wr wb kamaal atti abiyi bee moo jawaar beyta dura qabso kana kesatti😢😢😢
صدقت وهذا جواب شافي لماكي أورومو😂😂😂😂❤❤❤❤
Dhugaa qabsa turetti 🎉❤
Walekumusalam waramatulahi wabarakatu
Galatomii Jabadhu ❤❤❤❤❤
Wl wr wb
Ilmi dhuga sifi ha dhalatu
Atti yeroo makin qabsoftu Midia hin fayyadamtu kamuu koo attis jamartee jirta nama qeequu😢😢😢😢
Dhugaa dubachufi Qabasoo jawaari Abyii anaagoo qabachuu danadee silayuu itophaa mirgii namumaa wani hinjirefi dhugaan hin dubatamuu
as wr wb wolhi midiyaa kamuu dhagefach naa jibsisseraa umataa cubu hasu hin qafanee marraa garuu namaa rab sodatu jedhee sii dhagefadhaa bekii jabadhu dhufi yoo jiratee atiyuu osoo hin dubati haqinii kee of mulsaa
Oromoni dhuga dhosu tikee😢😢😢😢😢😢😢😢
Jawar❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Amaluma orodh❤❤❤
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yes of coors
Wl wr wb. Amaa akkam akkatan badaa jiraa. Hunduu wanumaa. Polotikaa dubbataa ? JAWAR biyyatii itophiyaa dhafi jijiramaa dhufee jedhamu kannafis. Lafee dugdatti. Kun dhugaa diree jirudha. Gandaanis. Amantaanis wal qoduun hin barbachisuu. Oromoon Amma irrati kan inni fedhu. Nageenyaa. Hundii isanituu. Osoo nagenyaa irrati hojatanii garii dha. Wal siresaa walin demuu dha kamtu kamii ? Hunduu anaf tokko .❤
Nageenya barbana
Ammmmiiiiii ❤❤❤❤
Habtamuu lamuu dhuga jedhe 👍👍👍👍
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Zadikolamanujalachudhadhugakeeti
Abbaa fedhee haa ta'u kaa jawwar qeequu rakko namoomaa fi hinfaa namaa qabuu qofaadha jawwar qorichaa rakko keessaniti liqmsaa kaa rabbii isiin haa dandeesisuu
Kamil keenya akkam Ngy fayyadha
Atiiiiiii namaa gudaan fakatuu akamitii waree girisaa dhaa asiratii dhiheisitaa
Ww kaamil
🤲🤲🤲💔💔💔🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲❤🤲🤲🤲💔☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️🕋🕋🕋🕋🕋🕋
Namaa biraa qequ dandesaa makii dhis ishii media kana iratii sagalee dhagesifterti
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
❤❤❤❤✅✅✅✅✅✅✅☕☕✅
haasofni kee madaala eeggataadha
Wl wr wb bakka makki saan akkaa kotti
Sirrii mitti maalif yoo jetaan qeroo bosoonaa galee falmee mitti bakumaa jiruutti didaa gabruumaa garsiseete falmee
Kkk😂
An wogga 11 ol-miidiya irra jiraa na gaafadhuu✌️
Maakiin akkuma sirbi aaran ba'un,sirba qabsoo sirbaa turtee😅
Comment filike baayy'ee wan argattuf tarii ......shugutii keenya worri comment jennaan bosona seete🙃
Jawwe Rabbitu waalin jira
Nama Rabbin ollo qabe namani gaadi qabu hin daa, yu
😂😂😂😂 Makkiinii fi tan akka isii baay'een warra nama ajaa'iban
Jawwar kadhee dadhaa hayyotaa itii egee jedhee dubaatee barii Jawwar akkam godhaa kan caalaa
😂😂😂😂😂😂😂😂
Dhugaa keetii 😂
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Gemiidhan lolaturtek😂😂
10 k
Jawaar harralle kaleessallee tokkuuma bilisumaa oromoofii wolqixxummaa ummattootaaf qabsaa.e ammallee yeroo biyyi keenya woraanaan gaaga.ma jirtutti ummanii bahee galuudadhabetti woraanni dhaabbachu qaba jedhu kanaafu zaad keenya jawaar habtaamuudhan hinmadaalin jawaar xawalwaalleedhaa miti arra as bor achi kadhaabatu
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Abbaa gidi kun kanaa duraa abiy abaraa turee haraa fayidaa aregatee akkanaa tahaa jiraa
Seene hin dhooksina
Oh, she was supposed indoor sweeper and she was helping people you should know how come you didn’t know all this you should go follow her stuff I’m going to go see
Maakii gemii kadhachu duwa dhan beknaa nu kana male wa irra beknuu 😂😂😂😂😂😂 gota of gotii muu
Dhuga isati jawari woti jibamufi musliima Tu isaati
Laamafa dhuga dubatu isaati
Ati Zad Oro Abiy ni beyta osoo angoo hin qabati dura naf debisi hadara????????????
Abiyii Rabbiin nu haa kasu Akka basharii San inshàa Allah ummtaa fixee
As wr wb garuu zed oro doggongorte jirta oromoon hundiinu qabsa'a turan hadar hin dogongoriin ati obbooleessa islama
Atis xiqqo afaan keeti fi garaan kee garagara
aftamun gahee dhaabatee isaa dhabii dadhabee malee😂garu ati kamall garamii garmii naf in gaalee yanii kee😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Some people don’t like him you’re always mean to him I don’t know why, but the guy the way you speak on his interview he always talk about a piece for his people and others
Nutti kan deegaru dhugaadha malee nama miti, ilmi nama ni dogongora yeroo kamu garuu dhugaa nama dhogsuuf tattafachuun gaarii miti, ati dhugaa dubbata erga si hordofuu eegale, ijoolee keenya kan jimmaa garuu dhugaa osoo argitu hardha jawaarin xiqqeessun namati tolu, ati heddu galatoomi
wal hin arbsina of egadha jimas arsins boli kenya takatidha mee namni tokko nama tokko arbsi 👈👈👈👈
Makiin Oromoof Dubbachaa turtte bohaa turtte kan bira hinjiru 😂😂
😂😂😂
asi rrati waniin jechuu barbaadu namni hundinu yaada bilchata qabate dhiyachuuqaba
😍😍😍
TikTok hojitti male wan bira hin qabdu
Wl wr wb 🥰🥰🥰
Abo ani gaddumma kana dadhabee
Zado Al giddii akkuma abbaa giddii quraanas dubbiis hin beeku
Haqa dubba chuuf bosana galuun hinbar baachisu akkana akkana hin jedha mu ani haqa argee yoo yaada keenna dhe qabsoota'uu hin qabu!!
Jawwar mali ballessi kaa Abbiyyi nafxanya jedhani jawwar Abbiyi oromo jedhe inni kara nagaya hin barbadu male jedhe me malifi kara gadumma demtani ummata
Waatu waatu haasawa kee keeysaa mullata
Duba jawar qabsahu isatti gabu qaba Jetta 😂😂😂jawar Hayu Gota Oromotii Gutun itophia Hanga Quba 1 jawar hiin gesuu
What do you mean is like it’s not ha she’s supporting her people. You should understand that. It’s not her go fight there but she’s supporting those people.