ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Yaa Allaah hundi keessan baayyee natti toltan keessattuu siddiseen baruumsa guddaa namaaf kenniteerta jedheen yaada waan jedhee ittiin isin galateeffadhu yoo jiraate rabbiin ammaas dandeettii kana caalu isiniuf haa kennuu waan ummata keessa jiru sassakaalamaa akkaatti baaftanii barsiisu keessaniif baayyee galatoomaa umri dheeradhaa 💝💝💝💝💝
bayyee namatii tolaa ammas jabadhaa akkanumati itti fufaa. garuu osoo sa'aati itti nuf dabaltanii bayyee garidhaa turee.........
uuuuuuuuufffffff Martin guddaa bayyee nama mararti . dirramichi bayyee garidha.jabadhaa itti fufi.
bayeee namatti tola jabadhaa maatii hadhaaa gudda bayeee isin jalanna. garuuu nagawoo fi mootuuu akkatan Isin jibbu uuffff
bayyee namattii tolaa jabadhaa garuu sennaa hadhaa guddaa bayyee namaa gadisissaa hadhaa Rabira garuu ijollee ko hin barisissuu jechuu hin qabduu naga'oo obbolleewanii lamanii duraa gorii
Jabadha sabbontota diraman kessan dhugaa natti fakkate garaa na nyaate sati itti nuf dabala baye gababbate
wwwwwwwww heduu garaa namaa nyatuu Ganamee Gudaa fi Kalachaa bagaa rabiin wolii isiin barsisee hadhaa Gudaa atii dhugumaa namaa senaa fi safuu bekkuu jabadhuu itti fufii .Nagawoo argaa kee aboo wolitti ararsii digaa kessaa homaa hin argatuu dhugaa ni batii atii maa akkanaa hojataa waan garii hojadhuu dabarsii umrii kee dharaan hin fixiin.
waqayoo dhugaa natii faakkaataa goochii. haadhaa guudaauuuuuuuuuuuuufffffg
mootuu Ani simma jibba uuuuffii. nagayoo atisi. hadhaa gudda 💘💘💘💘💘💖💖💖👍👍👍mati heduu nama gamachisaa
Gishee
wow hudduu namattii tolla jaajabadhaa hadha gudaa waa hedduu dalaguttii jirtaa jabadhuu sabontuu teenà sii jaaldhaa💕
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢wayoo hadhaa gudaa naa bochiftee walahi wantii hatii gudaa hojatuu hunduu dhugumaa natii fakataa marafuu jabadhaa hundii kesanuu namatii toltuu
sabotuu oromoo
dhugaa Rabbii mattii harammee Guddaa bayyee namatii tollatuu haluumaa kanan ittii Nuf fufaa Lamiwwaan koo
Wow hadhaa gudaa bayyee namatti toolaa galatooma eebbifama♥♥
Diraamaan dheebu hedduu kutaa 74ffaan hedduu namatti tolas garaa nama nyaatas haadha guddaa baayen sijaaladha umrii nuuf dheeradhu
wooyooo matti worra gudda aja'baYaa soba kee nagawo arga keeboo jabbadha
baay,eeee namati tola jabadhaa, gariin isani immoo aayyy nagayyooo
Uuuuffff yaa hadhaa gudaa hedduu garaa nama nyatuu jabadha hundii keessanuu bayyee bayyee namati toltuu ❤❤❤
uuuuuuuuuuuuuuffff yaa haadha gudda hedduu takka nuuf umri dheradhu
motu fi nagawon kesa basa turutun odo dhufite baye bareda galatomaa💋💋💋💋💋💜👍👍👈
uuuuuufffffffff diraman hara hedu nama bochisa dhuga waqayyo😭😭😭😭
Jabadha ba'yee namati tolaa nagawon haqisu hedaa basata kkkkkkkkkkkkķk kaa isaa! !!!!!!!!
uuuuuuuuuffff haadha rabbira San. nuura basa arga ishii @ yaa haadha gudda hedduu akkasumaas nati haadha gudda Hundii kessanuu hedduu hedduu isiin jaladhaa
Dirama kanaa ilaalees qufuun dadhaabe.imimmanif haadhuma guddaa ilaaluun dadhaabe
wayyoo hadhaa gudduu baayye garaa nama nyaata iciitii kee maaloo nagoo sutaa nyaadhu
Kabajamttuu haadhaa GUDDAA baay'ee galaatomii waan ati hojjattuu baay'ee sirraa bareedaa keessumayyuu haala ati itti GUDDAA guddifte hedduu namatti tola
Baayee gariidha jabadha
😢😢😢😢😢😢haadha gudaa senaa keebaaye naama bochisaa dhugaa baaye bohe😢😢😢😢
Muslima jimma haadhgudaa
wwwu bayee bareda wayii sidise akami gara nama nyata dhugaa ufuu
wow nama Shiba ajibaam hedduu namatii toltuu jabaadha lammii koogaru warrii kometti latanii keessumaa yaada fokkisaa plaestaker .dirmaan maal akka ta'ee dursii adda baasi OK. hamlee nama tuqun duraa hiik a dirmaa bari. argitef hin dubbatin pls
wow bagaa nagaan nuf dhuftanii
Diraman kesaa bayee garidhaa akkasuman itti nuu fufaa
Malooooo sidisee hadhaa seenaa senaan ati rawataa jirtuu bayyee namaa bonsaa jalalii keessan haa midhaguu angaa dhumaati
turtun yaadee dhugaa rabbii essa dhaqxebbo
Farruummaa nagaho nama irraa haa bararuu waqayyoon!!!!!!!
waayoo hadhaa gudaa garaa nama rasaa maloo imimaan qabachu dadhabee walahi bay. ee Galaatomaa tatonii diraamaa dheebuu bay. ee nama gamachiftu
Wow umurii dheeradha baay'ee namati tola
hedduu namattii tolaa jabadhaa
uuuuuuuuuuuuuufffff hadha guddaa baay'ee na bochisifte
Nagaa'oo ukkuba sitti haa tadhuu nyaanni atii nyaatte suun obboleewwan addaan digdaa deem rabbi sihaa diiguu Argaa kee
Matin wora guda bayee nama gadisisa ganamee bayee cinqamtee boyya jirti Guda obolesa ketin woli qabadha kana boda dina kesani jabadha ofira egaa guda mulata kee sani wani dagane hin sehin si ega jiraa
nagaa,o atii malii kan obbolaa addaan diiduu hojii kee kkkk
madina abdure piles namoni nama arabsitan 👌kun diramaa akka ta.e bari
bayee garidhaa heduu namatii tollaa jabadhaa
maaloo Diramaa kanaa keessa ishee motuu haadha Rabbirraa jedhan sanaa basaa akkumaa ittii haasoftuu ileen hin beektuu irraas hin barreedduu jartii taateet piroofeesaar na wajjiin bulii jettiini salphaatuun kun nagawoo haar'a moo qonqoo sittii busee silaa giduu deemtee moraa jirtaa ammaa salphaata qoyii gadoon garaa sorseetii deebbi'a jirtii warrii guddaa irraattii ka'a jirtaan gudiin keessan batee raayaan obboleessa ganamee eergaa taa'ee
Bilisee Bilisee kkkkkk dhugaa jette
baguma dide pirofesari mootiti inleyoofte ati hadhaa ribbiiraa tate yegu hojete namaa kuumaa meqaa bochiftee caaltufi sifaan irrati kanumafan sijibe amale gofta argateta rayaa
Bayee bardaa jabadha
Dhuugaa dha kun baayee nama boosiisaaa Raabii waaliiti isinii haajalatuu moo baayee nama gaadiisisaa
wwwwwww bayye namatti tolla itti jabadha
hadhaa Gudaa MALOO garaa nama nyataa hojiin kee h undii hundumtii kessanu bayyee garidha jabadha yoo isinii danda'ame daqiqaa xiqoo ittii nu ida'a horaa bulaa
woyiii hadha gudaa wan ati hojjatu hundu isuuma dhugaa fakkata senaa nama bochisuu hora bula lammii koo isiin jalana
baayee garida rayaan obolesa ganame taajira ganame yoom desaa
Baye namati tola adhaguda jabadhuu
Ayi sorse isa nyatuf nyaata dhisu isa dubatef dubidhisu jedhani
bayye jaladha dirrama dhebu ilalu sa'ati nu dabala
Sara Balcha ILove OROMO shawa oromiya tiyya jitu Adhaa gudaa bayee namaa bochisaa wanii bayee irabaranaa galatomaa
Worroonni nama arrabsitan ykn abartaan Rabbiin sodaadha gaariidha itti fufa
uuufee senanii hadhaa gudaa bayee namaa marara 😭😭😭😭😭
woyyi hadha gudaa jechii kee hundii baya.ee garaa naa nyatee naa bochisse dhugaa natii fakkate
dhugaa naatii fakkatee nama bochisaa
Diraamaan keessan haalaan nama gamma chiisa barumsa guddaa of keessaa qaba jabaadhaa itti fufaa seenaan haadha guddaa keessu mattii nuti warra gara fuulduraa tti bultii ijaa rrachuuf deemuuf barumsa gahaadha hojiin kun diraamaa ta'uu utuman beekuu yyuu mootuu ykn haadha rabbi rraa sana badaa naaf hin taane maaliif jennaan wanti siin hojjettu hundi namatti hadhaaha turtuu yaadne turtuu nuuf deebisaa mee Raayyaan jagnaan obboleessa ganamee ykn funyee 😃😃😃 wantin jedhu yoo jiraate ganame Eerga hojjettee carqii garaa keetii sana sirree ssii keewwadhu male ifuma bahee mullateera akka carqii ta'e silaa soba xiqqoo fafakkee ssuu yaali male galatoomaa horaa bulaa Jamilaa zaakir Dubai irraa
haadha gudda jechoni baay'e nama gammachisa garuu akkanuma jabadhu Akka ilman oromo akka sirra baratu dhaloota dhufufis
wayoo yaa dirimaa har'aa kessatuu matii addee sidisee hojii kee bayyee namaa bochisaa bagaa waqayoo waliin siin argaisisee!!
wawwww hadhaa guddaa badhaasa qabda
wayta isin dalaydan isin arge hhh Adaama keessatti qofa maalif dalaydan Finfinnelle kottaa dalagaa finfineellen keennuma
wayooo hadhaa gudaa rabbii na bochifte
wwwwww Baayyee barreduu jiradhaa bagaa torbeen issin gahee hundii keessanihu Kkkkkkkk moottuu akkam jetaa atii ammo maal - fetee dhugatiin machesite irraa ulfa'uu fetee kkkk.uuuuuf nagahoo bineensaa argaa kee namaa gargar basuu maalee waan biraa hiin hojatuu borruuf waan sii fayaduu hoojjii kee sifa keenuu Rabii. www Seenaan Waarraa Guuddaa fa'aa baayyee namaa gaddisisa hatahuu maalee barumasas qabaa sinaa gamachisuu jabadhaa itii fufaa siin jalanaa laamii koo hundii keesaanihu 💝💝💚💚💙💜💜🌷🌹🌷
woyii haadha guddaa life akkam garaa nama raasu keessa dabarte
Wow yaa hadhaa gudda jabbadhu baayee siraa baareedaa dirraman garu Maaloo ganamee yomuma desa? naga'woo Maloo suta nyadhuu SI'I hudha namas gargar basu maaf jalata?
Wowowo yaa gudaa waqayo si haa garagaruu bayyee garaa namaa nyataa
Woron gudaa mitani hin mikotuu
woowww bay 'eee baredaa 100%{♡}
motuun porfesara sarree hanqiftee duranu motuun diramaa caalatu wajiin dalgade sanu Garaa nu gugubdee
jabadhaa itii fufaa
Bayee nama gadisaa
nagaa 'oon offii micayoo samamee malii sutAaa nyadhuu bineensaa wayyii
Kkkkkk jarsaa guddii argaatee takkaa jiittuu takkaa mottuu ittii darbaa😁😁
wwww ufii dhugaa nati fakkatee garaa nama bada
baay'ee bareeda dhugaa
naga'oo argaa kee inaftuu
kkkkkkkkkk garuu wonii naa kolfiisiisu aAdaadon hadhaa tetee Namicha isaa gudaa kaan yomii deesee
wy yaaguddaako wanti hundi hara sitti tahe
Yaa hadhaa Guuda baguumaa isaan wali baarsisite
nagayo biyemaa nyadhuu atiii argamaa keeee malifii oboleyani adani basufi yaltaa
eeeeeeccccc sobuma keessan hadhaa gudda jechuun zinaashuu surra ishee baalessa turtan baraa harra qophii tvo qopheessite jetani hin sobina
dhebuun hamaa natii tolee
uuuuuffff haadha guddaa ati baay'ee naa bochiftaa diraman kee fakkeessu osoo hin tanee dhugadhumaa nati fakkaata. nuuf jiraadha Saba koo.
garidhaa jajabadhaa
wayiii kkkk nagaaho itii butaa oltee qofnaan ijolee waliiti busuuf shiraa xaxaa hayii hojii kee😂😂😂😂
good jop
wwwwwwww bayee baredaa iccttin worra ayyoo hadhaa gudda bayee namaa gadisissa gadisee oboletti kettifi ararami!!!! "" ganamoo imoo atti ke adduma miqqanyaa woyyii kkkkkkkk jarra attti yeroo hundaa hin gowomin.
Ganamee yomii detaa kkkkkkkkkkkkkkkkk ufataa kee seraan ufadhuu
🇪🇹💋💋💋🇪🇹💋💋🇪🇹💋🇪🇹🇪🇹💪💪💪🇪🇹
Bay'ee namati tola oso nagaawon jirachu bate
woyyi hadhaa guddaa bayee namati tolaa senani kee osii amalee
Jaware Huseni حسين
+Loveh Hartt hamaziha
wari komaniti kenitani kuni ama dirama kana lalitanitumamo cali jetani kenitani batani garu esa isini jala dhaqa kani arifatani ama gadi dhifameyudha
Robe gutama Robe kkkklkl
Robe gutama Robe kkkkkkkk hhhhhh
wowwwwwww baay'ee namati toltu hundii keessanu. mati guddaa baay'een isiin jalaadha
nagawoon diraamaa kana gokkisiisaa jira keessaa baasaa!
Allah Is One kkkkkkkkk
baaay'ee namati tolta hadhaa guddaa baay'een sijaaladha
Hadha guddaa garaa nu balleessite baay'ee baay'ee garaan na bade
arga.nagawo nagoni Malumafi.namaa.gargari.basu.barbadakkkķkkkkkk
Asinaqu jedhamaa adhaa gudaa bayee namatii toltaa jabad
😢😢😢😢😢😢😢
😃😃😃😃😃pirofeesara fi motuu.kkkkkkkk
😢😢😢😢😢
anii nagawoo kuni gudidhaa KKK...... wayyoo hadha guddaa faaa nuu bochisiteee
Nimoona oromia goota shawaa rorroo in saramine kk
mootitin kun maaf oftulti
Gudaan Rabii qofaa
agaaname hin dhalee
htt;//o
Wwwww bayee namati tolaa
💯📈
Maryam Bint Islam hadhaa guddaa umiir dheradhee uuu phaaaaaa
Yaa Allaah hundi keessan baayyee natti toltan keessattuu siddiseen baruumsa guddaa namaaf kenniteerta jedheen yaada waan jedhee ittiin isin galateeffadhu yoo jiraate rabbiin ammaas dandeettii kana caalu isiniuf haa kennuu waan ummata keessa jiru sassakaalamaa akkaatti baaftanii barsiisu keessaniif baayyee galatoomaa umri dheeradhaa 💝💝💝💝💝
bayyee namatii tolaa ammas jabadhaa akkanumati itti fufaa. garuu osoo sa'aati itti nuf dabaltanii bayyee garidhaa turee.........
uuuuuuuuufffffff Martin guddaa bayyee nama mararti . dirramichi bayyee garidha.jabadhaa itti fufi.
bayeee namatti tola jabadhaa maatii hadhaaa gudda bayeee isin jalanna. garuuu nagawoo fi mootuuu akkatan Isin jibbu uuffff
bayyee namattii tolaa jabadhaa garuu sennaa hadhaa guddaa bayyee namaa gadisissaa
hadhaa Rabira garuu ijollee ko hin barisissuu jechuu hin qabduu naga'oo obbolleewanii lamanii duraa gorii
Jabadha sabbontota diraman kessan dhugaa natti fakkate garaa na nyaate sati itti nuf dabala baye gababbate
wwwwwwwww heduu garaa namaa nyatuu Ganamee Gudaa fi Kalachaa bagaa rabiin wolii isiin barsisee hadhaa Gudaa atii dhugumaa namaa senaa fi safuu bekkuu jabadhuu itti fufii .
Nagawoo argaa kee aboo wolitti ararsii digaa kessaa homaa hin argatuu dhugaa ni batii atii maa akkanaa hojataa waan garii hojadhuu dabarsii umrii kee dharaan hin fixiin.
waqayoo dhugaa natii faakkaataa goochii. haadhaa guudaauuuuuuuuuuuuufffffg
mootuu Ani simma jibba uuuuffii. nagayoo atisi. hadhaa gudda 💘💘💘💘💘💖💖💖👍👍👍mati heduu nama gamachisaa
Gishee
wow hudduu namattii tolla jaajabadhaa hadha gudaa waa hedduu dalaguttii jirtaa jabadhuu sabontuu teenà sii jaaldhaa💕
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
wayoo hadhaa gudaa naa bochiftee walahi wantii hatii gudaa hojatuu hunduu dhugumaa natii fakataa
marafuu jabadhaa hundii kesanuu namatii toltuu
sabotuu oromoo
dhugaa Rabbii mattii harammee Guddaa bayyee namatii tollatuu haluumaa kanan ittii Nuf fufaa Lamiwwaan koo
Wow hadhaa gudaa bayyee namatti toolaa galatooma eebbifama♥♥
Diraamaan dheebu hedduu kutaa 74ffaan hedduu namatti tolas garaa nama nyaatas haadha guddaa baayen sijaaladha umrii nuuf dheeradhu
wooyooo matti worra gudda aja'ba
Yaa soba kee nagawo arga keeboo jabbadha
baay,eeee namati tola jabadhaa, gariin isani immoo aayyy nagayyooo
Uuuuffff yaa hadhaa gudaa hedduu garaa nama nyatuu jabadha hundii keessanuu bayyee bayyee namati toltuu ❤❤❤
uuuuuuuuuuuuuuffff yaa haadha gudda hedduu takka nuuf umri dheradhu
motu fi nagawon kesa basa turutun odo dhufite baye bareda galatomaa💋💋💋💋💋💜👍👍👈
uuuuuufffffffff diraman hara hedu nama bochisa dhuga waqayyo😭😭😭😭
Jabadha ba'yee namati tolaa nagawon haqisu hedaa basata kkkkkkkkkkkkķk kaa isaa! !!!!!!!!
uuuuuuuuuffff haadha rabbira San. nuura basa arga ishii @ yaa haadha gudda hedduu akkasumaas nati haadha gudda Hundii kessanuu hedduu hedduu isiin jaladhaa
Dirama kanaa ilaalees qufuun dadhaabe.imimmanif haadhuma guddaa ilaaluun dadhaabe
wayyoo hadhaa gudduu baayye garaa nama nyaata iciitii kee maaloo nagoo sutaa nyaadhu
Kabajamttuu haadhaa GUDDAA
baay'ee galaatomii waan ati hojjattuu baay'ee sirraa bareedaa keessumayyuu
haala ati itti GUDDAA guddifte
hedduu namatti tola
Baayee gariidha jabadha
😢😢😢😢😢😢haadha gudaa senaa keebaaye naama bochisaa dhugaa baaye bohe😢😢😢😢
Muslima jimma haadhgudaa
wwwu bayee bareda wayii sidise akami gara nama nyata dhugaa ufuu
wow nama Shiba ajibaam hedduu namatii toltuu jabaadha lammii koo
garu warrii kometti latanii keessumaa yaada fokkisaa plaestaker .dirmaan maal akka ta'ee dursii adda baasi OK.
hamlee nama tuqun duraa hiik a dirmaa bari. argitef hin dubbatin pls
wow bagaa nagaan nuf dhuftanii
Diraman kesaa bayee garidhaa akkasuman itti nuu fufaa
Malooooo sidisee hadhaa seenaa senaan ati rawataa jirtuu bayyee namaa bonsaa jalalii keessan haa midhaguu angaa dhumaati
turtun yaadee dhugaa rabbii essa dhaqxebbo
Farruummaa nagaho nama irraa haa bararuu waqayyoon!!!!!!!
waayoo hadhaa gudaa garaa nama rasaa maloo imimaan qabachu dadhabee walahi bay. ee Galaatomaa tatonii diraamaa dheebuu bay. ee nama gamachiftu
Wow umurii dheeradha baay'ee namati tola
hedduu namattii tolaa jabadhaa
uuuuuuuuuuuuuufffff hadha guddaa baay'ee na bochisifte
Nagaa'oo ukkuba sitti haa tadhuu nyaanni atii nyaatte suun obboleewwan addaan digdaa deem rabbi sihaa diiguu Argaa kee
Matin wora guda bayee nama gadisisa ganamee bayee cinqamtee boyya jirti
Guda obolesa ketin woli qabadha kana boda dina kesani jabadha ofira egaa guda mulata kee sani wani dagane hin sehin si ega jiraa
nagaa,o atii malii kan obbolaa addaan diiduu hojii kee kkkk
madina abdure piles namoni nama arabsitan 👌kun diramaa akka ta.e bari
bayee garidhaa heduu namatii tollaa jabadhaa
maaloo Diramaa kanaa keessa ishee motuu haadha Rabbirraa jedhan sanaa basaa akkumaa ittii haasoftuu ileen hin beektuu irraas hin barreedduu jartii taateet piroofeesaar na wajjiin bulii jettiini salphaatuun kun nagawoo haar'a moo qonqoo sittii busee silaa giduu deemtee moraa jirtaa ammaa salphaata qoyii gadoon garaa sorseetii deebbi'a jirtii warrii guddaa irraattii ka'a jirtaan gudiin keessan batee raayaan obboleessa ganamee eergaa taa'ee
Bilisee Bilisee kkkkkk dhugaa jette
baguma dide pirofesari mootiti inleyoofte ati hadhaa ribbiiraa tate yegu hojete namaa kuumaa meqaa bochiftee caaltufi sifaan irrati kanumafan sijibe amale gofta argateta rayaa
Bayee bardaa jabadha
Dhuugaa dha kun baayee nama boosiisaaa Raabii waaliiti isinii haajalatuu moo baayee nama gaadiisisaa
wwwwwww bayye namatti tolla itti jabadha
hadhaa Gudaa MALOO garaa nama nyataa hojiin kee h undii hundumtii kessanu bayyee garidha jabadha yoo isinii danda'ame daqiqaa xiqoo ittii nu ida'a horaa bulaa
woyiii hadha gudaa wan ati hojjatu hundu isuuma dhugaa fakkata senaa nama bochisuu hora bula lammii koo isiin jalana
baayee garida rayaan obolesa ganame taajira ganame yoom desaa
Baye namati tola adhaguda jabadhuu
Ayi sorse isa nyatuf nyaata dhisu isa dubatef dubidhisu jedhani
bayye jaladha dirrama dhebu ilalu sa'ati nu dabala
Sara Balcha ILove OROMO shawa oromiya tiyya jitu Adhaa gudaa bayee namaa bochisaa wanii bayee irabaranaa galatomaa
Worroonni nama arrabsitan ykn abartaan Rabbiin sodaadha
gaariidha itti fufa
uuufee senanii hadhaa gudaa bayee namaa marara 😭😭😭😭😭
woyyi hadha gudaa jechii kee hundii baya.ee garaa naa nyatee naa bochisse dhugaa natii fakkate
dhugaa naatii fakkatee nama bochisaa
Diraamaan keessan
haalaan nama gamma chiisa barumsa guddaa of keessaa qaba jabaadhaa itti fufaa seenaan haadha guddaa keessu mattii nuti warra gara fuulduraa tti bultii ijaa rrachuuf deemuuf barumsa gahaadha hojiin kun diraamaa ta'uu utuman beekuu yyuu mootuu ykn haadha rabbi rraa sana badaa naaf hin taane maaliif jennaan wanti siin hojjettu hundi namatti hadhaaha turtuu yaadne turtuu nuuf deebisaa mee Raayyaan jagnaan obboleessa ganamee ykn funyee 😃😃😃 wantin jedhu yoo jiraate ganame Eerga hojjettee carqii garaa keetii sana sirree ssii keewwadhu male ifuma bahee mullateera akka carqii ta'e silaa soba xiqqoo fafakkee ssuu yaali male galatoomaa horaa bulaa
Jamilaa zaakir Dubai irraa